en
Feedback
Galmo kormoso 👈

Galmo kormoso 👈

Open in Telegram

Oromia Shall be Free

Show more
302
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-1630 days
Posts Archive
Repost from BBC AFAAN OROMOO
Mootummaa fi hidhattoonni osoo nagaa buusuuf kutannoo qabaachuu ibsanii maaliif nageenyi bu'uu dide? Sababoonni ijoon shan kunooti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VH1YcQ6

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Mootummaa fi hidhattoonni osoo nagaa buusuuf kutannoo qabaachuu ibsanii maaliif nageenyi bu'uu dide? Sababoonni ijoon shan kunooti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VH1YcQ6

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Mootummaa fi hidhattoonni osoo nagaa buusuuf kutannoo qabaachuu ibsanii maaliif nageenyi bu'uu dide? Sababoonni ijoon shan kunooti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VH1YcQ6

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Hidhataan kara nagaan qabsaa'uuf bosonaa gara magaalaa yeroo galu akkamiin simatamuu qaba, akkamiin uummatatti makamuu qaba dhimma jedhurratti xiinxalaa siyaasaafi nageenyaa Obbo Baayyisaa Waaqwayyaa BBCtti dubbataniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eO7j3ha

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Angawaan duraanii mootummaa federaalaa Obbo Taayyee Danda’aa guyyaa har’aa mana hidhaa Qaallittiidhaa yeroo bahuuf jedhan balbalatti poolisoota federaalaan fuudhaman jedhan maatiin. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0Dr7WPH

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Hidhattooti Waraana Bilisummaa Oromoo bakkeewwan giddugaleessa Naannoo Oromiyaa gara garaatii meeshaa isaanii waliin bosonaatii galuun gabaafame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SKPd0uh

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Naannoo Tigraayitti manni-murtii giddu-galeessa magaalaa Maqalee shamarree Maahilet Takilaay irratti yakka ajjeechaa namoota raawwatanirratti murtee kenneera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hSNeFxb

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Ministirri Muummee Abiy Ahimad (PHD) gara aangootti akka dhufaniin gaafiin angafaa hunda duraa deebisuu qaban isa kana ture jedhu hayyuun Xiin-qooqaa dhimma afaaniifi siyaasa Itoophiyaarratti qoratan Amaanu’eel Raagaa Noorway irraa. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Vifcd9L

Oduu: Obbo Taayyee Danda’aa wabiidhaan akka gadhiifaman murtaa'e Deetaa Ministeera Nagaa duraanii Taayyee Danda'aa wabiidhaan akka gadhiifaman Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa murtee dabarsuu haati warraa isaanii Aadde Sintaayyoo Alamaayyoo Addis Standard’tti himan. Aadde Sintaayyoon Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa har’a Muddee 02, 2024 ooleen Obbo Taayyeen wabiidhaan akka gadhiifaman murtaa’u mirkaneessaniiru. Haaluma kanaanis, ajaja mana murtii kana raawwachiisuuf adeemsa barbaachisaa ta’ee raawwachaa jiraachuus dabalanii himaniiru. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=5208

"#Eertiraan gonkumaa #Itoophiyaa jeequuf fedhii hin qabdu," - Isaayyaas Afawarqii, Pirezidaantii Eertiraa Pirezidaantiin Eert
"#Eertiraan gonkumaa #Itoophiyaa jeequuf fedhii hin qabdu," - Isaayyaas Afawarqii, Pirezidaantii Eertiraa Pirezidaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii Sanbata darbe af-gaaffii miidiyaa biyyattii waliin taasisaniin, humnoota alaa dhimma marii gam-sadee biyyattiin #Somaaliyaa fi #Masrii waliin tibbana Asmaraatti gaggeessite irratti ''odeeffannoo sobaa tamsaasaa jiru'' jedhan qeeqaniiru. Walgahiin gam-sadee Somaaliyaa, Masrii fi Eertiraa walitti fide kun Onkoloolessa 10 Asmaraatti gaggeeffame. Walgahii kana irrattis tarkaanfiiwwan dandeettii Somaaliyaa “daangaa lafaa fi galaanaa ishee eeguu ishee dandeessisu” tumsuuf fudhataman irratti waliigalaniiru. "Eertiraan Itoophiyaa jeequuf gonkumaa fedhii hin qabdu" kan jedhan pirezidaant Isaayyaas, gochaan odeeffannoo sobaa tamsaasu kunis ''yaaddoo dhugaa Itoophiyaa irraa kan madde miti'' jedhan. https://www.facebook.com/100072136776579/posts/pfbid035FX48aLYw1BcHF4Ej2AekvFwXmH7X2QPx1HB8GKs6vynobMevJGjS6c68wbFCnyGl/

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Sadaasa 16, 2024 hidhattoonni Finxaaleyyii Amaaraa (Faannoo) godina Wallaga Bahaa aanaa Limmuu-Galiilaa, ganda Fiixee Baqqoorraa gara Angar Guutee (Guttin) gabaa dhaqanii osoo galaa jiranii namoota afur butanii lama ajjeesanii, tokko madeessanii kan ammoo jalaa miliquu maatiin BBCtti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kmIpCEO

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Kitaaba kana barreessuuf kaka'umsa kan argate wareegama obboleessa isaa osoo mana hidhaa jiruu dhagahe akka ta'e BBCtti himeera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zS4vUJ3

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Israa’el biyya taatee erga hundoofte reefu waggaa 76 guutti- unurii manguddoo tokkoo jechuudha. Waraana Addunyaa Lammaffaarratti Yihudoonni Awurooppaa keessa jiran miliyeena 6 ta’an Hitilariin duguuggan sanyii irratti raawwachuu hordofee hedduunsaanii gara Baha Giddu Galeessaa biyya amma Israa’el jedhamtuutti baqachuu eegalan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HPM129R

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Abbaan Alangaa fi Poolisiin Federaalaas Komishinii Mirgoota Namoomaan akka qoratamaniif Obbo Taayyeen gaafatanii kan turan yemmuu ta’u, Komishinichi qorannoo isaatiif guyyoonni 30 akka kennamaniif mana murtichaa gaafateera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3wlOgeX

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Manni Murtii Yakka Idiladdunyaa (ICCn) Ministiira Muummee Israa'el Beeniyaamin Netaaniyaahuu irratti murtee hidhaa osoo hin taane murtii du'aa dabarsuu qaba jedhan gaggeessaa olaanan Iraan Ayaatolaa Kameenin. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WovPg2n

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Sadaasa 16, 2024 hidhattoonni Finxaaleyyii Amaaraa (Faannoo) godina Wallaga Bahaa aanaa Limmuu-Galiilaa, ganda Fiixee Baqqoorraa gara Angar Guutee (Guttin) gabaa dhaqanii osoo galaa jiranii namoota afur butanii lama ajjeesanii, tokko madeessanii kan ammoo jalaa miliquu maatiin BBCtti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xKkVmrL

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee badhaasa hoggantuu Afrikaa filatamtuu bara kanaa mo’atan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tOkjiuT

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Magaalaan Finfinnee dorgommii ‘Africa Smart Cities Investment Summit’ jedhamu bara 2024 magaalaa Naayiroobiitti gaggeeffame irratti tokkoffaa bahuun badhaafamte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XtseR5A