Jechoota jaalalaa fi kaka'umsa
Open in Telegram
@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa ni argaattuu. Akkasumaas jechoota jaalalaa fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin argachuu yoo barbaadan liinkii armaan gadii kana tuquun nu qunnamaa 👇 @ramme63
Show more4 736
Subscribers
+1824 hours
+1447 days
+49330 days
Posts Archive
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Du'aaiin halkan Leylatul-Qadrii keessa akka jennuuf Ergamaan Rabbii nu barsiise tana 👇
"اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عني"
"Allaahumma Innaka Afuwwun tuhubbul Afwa fa'afu Annii"
Hiikkaan isaa
"Yaa Rabbi Ati dhiifama Godhaadha, Dhiifama godhuu jaalatta, Dhiifama naaf godhi (Irra naaf dabri)"
Rabbiin Dogongora keenya hunda irra nuuf dabree Jannata isaa nuuf haa kennu!
Join 👇
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Yeroo jaalalati dhugaa taatetti, dogoggorri miira khee jirjiiruu hin dandahu Sammuun 🧠 aaruu malti Garuu Onneen🫀 yeroo hunda dhiifama gootee jaalatti!.❤️🩹🖇
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Hin irraanfatamne jachuun ni yaadamta jachuu miti!.♥️🖇
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Kufaatii sodaachuu dhabuu.
Kufaatii sodaachun kun karaa addaa addaatin nu keessatti dhalachuu danda'a..
Fknf.. gaafa nuti daa'imaa yoo waan tokko hojjechuu dadhabne maatin keenya nuun lolu ykn nu garafu.
Mana barnootattis qormaata yoo kufne akkasuma.
Haalli kun kufaatii jabeessinee akka balaaleffannu nu godha.
Daa'imni tokko ol ka'ee deemuf kufaatii hedduu hangana hin je'amne booda dhaabbata akkasumas kufaatii hedduu booda tarkaanfii eegala, yeroo kufu sanitti "lakkii an hin danda'u, kun naaf hin umamne" ja'ee hin taa'u.
Sodaan kun guddina keenya keessa jechuun lakkuma guddataa deemnun isas baraa dhufna.
Fooyya'uu fi milkaa'inni bu'aa kufaatiwwan yeroo hedduuti. milkaa'inni keetis kan laalamu tattaaffi fi adeemsa isaa keessatti hangam takka kuftee kaate kan je'amuuni.
Dhimma tokko hanguma kufaatii isaatif hayyamamaa fi qophii taanefitti itti milkaa'uu dandeenya.
Kufaatii yeroo jabeessinee balaaleffannu sodaa yoon kufe hoo? Jechuutin waan haaraa mokkaruu irraa of qusanna, waanuma harkaa qabnu qofarratti goggoynee hafna, kufaatii dheeysutti milkiidhas walumaan dhabna.
Yoo kufte hoo maali? Kufuun kee dhuma addunyaati mitii bar ykn baasa si qofaan bahee miti eega ilmi namaa/ADAM uumame irraa kaasee waanuma jiru.
Namni tokko dhimma tokkorratti yoo si caalee argame, waan saniif si caalaa kufee ka'ee jira jechuudha.
Akkasumas maddi sodaa kufaatii kun sababa gadhee nuti value jireenyaatif kanninu irraahi.
Fknf..Gatiin nuti ofiif qabnu/kanninu, hanga jaalalaa fi fudhatama namoota guyya guyyaan wal qunnamnuu irratti kan hundaa'u yoo ta'e, dhibbaan dhibbatti fedhiin keenya galma gahuu ykn kufuun isaa namoota irratti hundaa'a. Nuti hin murteeffannu, control hin goonu.
Murtee namoota biraa kan eeggannu ta'a jechuudha Gatuma dhuunfaa keenyaatif.
📝📝
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Guyyaa tokko moo Du'ain tee haala siif qrebalamtuu taateen lafaa khaate fuul dura kheetitti agaruuf teessa. Ijji teetis sababa gammachuutiin imimmaan gammachuudha dhangalaasuuf teessi Xiqquma Obsi!.❤️🩹🖇
Sabr....❤️🩹
@gaarumansumafi
Qalbi_Fil_Madinah
My heart in madinah
Messenger of Allah
Beloved of Allah ×2
My tears flowed with longing
For you, O my beloved
My heart overflows with love
By sending salutations upon you
My soul soared with love
To you in my dreams
My whole being seeks closeness
My master, I've come to answer your call
( My heart, in madinah
has found tranquility
It said, "O our prophet "
"Peace be upon you " ) all ×2
Messenger of Allah
Beloved of Allah ×2
#Nabi_Muhammed(PBUH)
Maher_zain vs Harris_J lyrsic
🖋by Ramedan jafer
FB Rammee KO
@ramme63 @ramme63 join godha.
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Yoo dhukkubbiin sitti dhagahmte ati lubbuun jirta jachuudha. Garuu miidhamni namaa dhukkubbiin namaa yoo sitti dhagahamte ati dhuguma ILMA NAMAATI!.🖤🖇
@gaarumansumafi
https://aaaonline.info/J3bAwy
☝️☝️☝️
App kana download godha itti fayyadama kessatu Dubartoonni
https://aaaonline.info/J3bAwy
☝️☝️☝️
App kana download godha itti fayyadama
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Wantoota sasalphaa dhalli nama hedduun gochuu hin dandeenye.
1, Ciqilee harkaa ofii dhungachuu
2, Gurra ofii sochoosu
3, Arraba baasa qillensa karaa afaani fudhachuu
Anoo Nan qallade Arrabake ooldeebisi 🙌🤣
Share➬ @gaarumansumafi
Share➬ @gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Namoonnii taateewan ajaibsiisoo tahan barachuu barbaaddan bifa hawwataa taheen Chanell keenya irraatti darbaa jiraa kanaaf warri keessa jiran ragaadha maarre Chanell keenya keessa kan hin jirre join gochuun nu jajjabeessaa isiniin jennaa
Link channel
👇👇👇👇
https://t.me/gaarumansumafi
Share➬ @gaarumansumafi
Share➬ @gaarumansumafi
Repost from @Mu Az Mahamed official
Ummaa tiyya maleen Soomana EegaleAtirraa Fagaadhee Ijaan Nan Agartu Akkaanin dhufuufis Haalli naan mijjatu Yaanni Natti Cime Kophumman hammaattee Ciiseen ifiin ja'a Dhiiro Maamaan akkam taate Maamaa Tiyyaa abshir Wal garra yaa ummii Haalli kee Gaarumaa Jireenyi akkami Atirraa fagaadhee Jiraadhus halaala Suuraa tee Banadheen Hogguu suma laala Fayyaa qabaachuun kee Hawwiin ani qabu Namni Rabbi Qabu Waan gaafate dhabu Du'ai siif godha bakkuman jirurra Atiille naaf godhi Abshiir Wal agarra Baga geesse ummii Dhabdullee kaadima Sirra fagaadhullee Quxxusuun anuma Haalli Najjabaatee Jireenyaas wallaalee Maamaa tiyya maleen Sooman Eegale Writer kalid abdi & MuAz MOHAMMED
+1
Baga baatii jaalaala
Kabajaa
Rahmata
Qura'ana
Zikri. Tanaan baga isiiniin gahe hordoftoonni amantii islaamaa hundi.
RAMADAN MUBARAK TO ALL MUSLIMS ☪️
@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa ni argaattuu.
Akkasumaas jechoota jaalalaa fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin argachuu yoo barbaadan liinkii armaan gadii kana tuquun nu qunnamaa
👇
@ramme63
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
😂Haadha Manaatu Mana Yaalaatti Yaalamtee Erga Deebitee Booda Abbaa Manaasheen Akkas Jette
Doktariin Akkas Naan Jedhe "Ji'a Tokko Qarqaraa Galaanaa,Torban Lama Biyya Keessa,Torban Tokkommoo Biyya Alaa Deemtee Yoo Bashannante Malee Ati Takkaa Hin Fayyitu" Naan Jedhe Jalqbarratti Eessa Na Geessita Dammako? Ittiin Jette😊
Abbaan Manaa Yoo Maal Jedhe Gaariidha Seetan😂
Gara Doktarii Biraattin Si Geessa Ittiin Jedhe😁
Jarattiin Harkaa Qul'aatti Nu Hambisuu Barbaaddiim Mala Hin Dhabinaa Malee Dhiiroochee😁
Share➬ @gaarumansumafi
Share➬ @gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Guyyaa tokko gammachuun ati hawwuu turte si bira dhaabbattee arkuuf teessa!.❤️🩹🖇
Sabr🤌
@gaarumansumafi
Repost from @Mu Az Mahamed official
Walaloo tana mom teetifi baba ke biraan naaf gahi
Ahlan wa sahlan ya Ramadan
Baati si dhagahuuf gammadan
Baga nuuf dhufte sin janna ahalan
Ji'a ji'a caaluu yaa baatii Araarama
Keyrin xixiqqon baati tana ni baayyifama
Taanaf namu heddumeesse bar araarama
Nama heddu jira kan waliin karoorfanne
Sooma barana waalin dabarsuuf abdanne
tan rabbi dhufte du'aan if bira dhabne
If bira dhabnuus du'aiin akka daganne
Umma fi baaba umrii naaf dheeradha
Keyri baati tanaatiis mee naaf arakadha
Isinirra faagadhuus wlh isiniin jaaladha
Bakkuma jiratani du'aiin na yaadadha
Isiniis obbola ko qaali baga isiniin gahe
Wal arkina guyyya takka yoo rabbi ja'e
Yaa rabbi nuuf kanni keyri baati tana
Warra amatu deebi'u nu godhi rabbana
Kaniin isiin aarse yoo jiraate afoona
Kootte namu dhiifama waliif goona
Akkasitti jannatti rabbi siinna boona
Writer ✍️MUAZ MOHAMMED
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Repost from Salman Mahdi
ilaahii🙏
Ani gabrichi khee hedduudhaan dilaawe
Diliin na baayate jiruun na hadhaawe
Halkaniifi guyyaa ani bar yaaddawe
Rahman naaf dhiisi mee Gama khee deebi'e
An ilma namaati dilii hedduun qaba
Lubu tiya midhe suma na dhaqaba
Anal khafur jate rahman Moti jaba
Dili to naf dhisi narraa qabi musiba
Ya rahman ya khafar rabi yaa qadiru
Si male dandahaan tokkolen hin jiru
An sumatin dheysa khara toko goru
Naaf dhiisi badii too Sira Gara muru
Na khadhadha jate isnifin qebala
Tanafin si boya ganamaf galgala
ilaahii nan darbin narra qabi bala
Rahmani khe balan dalansu khe mohe
Yaa Mootii moototaa khaaliqa ol tahe
Kharan dhaqu qabu an siin adda bahe
Dili dalagudhan lubbu too zallame
Dildila ma'asiyaa khesati darbame
Kheysa na basi mee ilahi midhame
Si abban rahmataa sanifin si yame
Writer & voicer Salman Mahdi
Join 👉@Salman_Mahdi1
Kana beektuu laata🤔😊 Quraanni
آيات 6236
كلمات 779034
حرفي 3236071
If keessatti qabata . Waanin arra barerraa🥰
