jechoota jaalala fi buharti jireenya
Open in Telegram
@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala Akkasumaas jechoota nama Buharsani fi jechoota Kaka'umsaa ni argaattuu. Isaan #Share walif Godhuun qooda irraa fudhadha galatoma🙏🫡
Show moreThe country is not specifiedReligion & Spirituality79 651
565
Subscribers
No data24 hours
-37 days
+330 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
May '26
May '26
+6
in 0 channels
April '26
+21
in 1 channels
Get PRO
March '26
+25
in 0 channels
Get PRO
February '26
+16
in 0 channels
Get PRO
January '26
+36
in 4 channels
Get PRO
December '25
+14
in 0 channels
Get PRO
November '25
+16
in 0 channels
Get PRO
October '25
+14
in 0 channels
Get PRO
September '25
+17
in 4 channels
Get PRO
August '25
+46
in 6 channels
Get PRO
July '25
+62
in 5 channels
Get PRO
June '25
+16
in 0 channels
Get PRO
May '25
+21
in 5 channels
Get PRO
April '25
+205
in 3 channels
Get PRO
March '250
in 6 channels
Get PRO
February '25
+186
in 5 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 11 May | +1 | |||
| 10 May | +1 | |||
| 09 May | 0 | |||
| 08 May | +1 | |||
| 07 May | 0 | |||
| 06 May | 0 | |||
| 05 May | +1 | |||
| 04 May | +1 | |||
| 03 May | 0 | |||
| 02 May | 0 | |||
| 01 May | +1 |
Channel Posts
| 2 | ❤@MuAz_Mahamed
share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa
@MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya
#Motivational_Quotes_Mu Az
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 132 |
| 3 | ❤@MuAz_Mahamed
share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa
@MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya
#Motivational_Quotes_Mu Az
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 143 |
| 4 | Waraana khophaa tee MOOTE
namoota biraa wajjin hin khabajin!.🖤🖇
@gaarumansumafi | 156 |
| 5 | LHAMDULILLAAH Hoggaa jannuu
Wanni Hundi Wal Qixxeete Wanni
Hundi ngy Akka Gaaritti Nuuf
Deemu Jira Jechuu Mtti!...
Wanni Tahe Hundi Akka Rabbiin
Ja'etti Deemuu Jira Waan Ta'eef
Murtii Rabbitti Gammadeetin
Jiraa Jachuudha!.♥️🥰
Me Yeero Takka Na Walin Jedhii💯
👇👇
#ALHAMDULILLAAH
#Share
@gaarumansumafi | 155 |
| 6 | LHAMDULILLAAH Hoggaa jannuu
Wanni Hundi Wal Qixxeete Wanni
Hundi ngy Akka Gaaritti Nuuf
Deemu Jira Jechuu Mtti!...
Wanni Tahe Hundi Akka Rabbiin
Ja'etti Deemuu Jira Waan Ta'eef
Murtii Rabbitti Gammadeetin
Jiraa Jachuudha!.♥️🥰
Me Yeero Takka Na Walin Jedhii💯
👇👇
#ALHAMDULILLAAH
@gaarumansumafi
#Share | 1 |
| 7 | Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin.
Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti. 🫡
#Share
@gaarumansumafi | 2 126 |
| 8 | Wantoota ✍️ Nama Gowwaa FI Nama Dadhabaa Si Footu
1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu
2.Namoota hunda jaalachiisuf
Tattaafachuu gaarummaan likki
Bira yoo dabarte namatu si
DAGATA Habibi.🫡
#Share 👇
@gaarumansumafi | 2 492 |
| 9 | Wantoota ✍️ Nama Gowwaa FI Nama Dadhabaa Si Footu
1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu
2.Namoota hunda jaalachiisuf
Tattaafachuu gaarummaan likki
Bira yoo dabarte namatu si
DAGATA Habibi.🫡
#Share 👇
@gaarumansumafi | 1 |
| 10 | Wantoota Nama Gowwaa FI Nama Dadhabaa Si Footu
1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu
2.Namoota hunda jaalachiisuf
Tattaafachuu gaarummaan likki
Bira yoo dabarte namatu si
DAGATA Habibi.🫡
#Share 👇
@gaarumansumafi | 1 |
| 11 | Wantoota nama Gowwaa fi nama dadhabaa si gootu
1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu
2.Namoota hunda jaalachiisuf tattaafachuu gaarummaan likki bira yoo dabarte namatu si dagata
#Share 👇
@gaarumansumafi | 1 |
| 12 | Wantoota nama Gowwaa fi nama dadhabaa si gootu
1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu
2.Namoota hunda jaalachiisuf tattaafachuu gaarummaan likki bira yoo dabarte namatu si dagata
#Share 👇
@gaarumansumafi | 1 |
| 13 | ❤@MuAz_Mahamed
share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa
@MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya
#Motivational_Quotes_Mu Az
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 166 |
| 14 | https://app.buzzerfan.com/referral-invite/rs8f9522d5f7b8480bb15e413dc917a920
App kun akka tiktok Instagram fi FB wal fakkaata garu waan addaa isa godhuu fi Das nama jedhuu hanguma post fi Video nama ilaltanin Maalaqa isinif kaffala. Isinilen buufadha irraa fayyadaman isin jedha | 171 |
| 15 | https://youtu.be/JbT51x1fuTo?si=imGpZQv8Mx8_2ADi | 153 |
| 16 | Waa dhabni hamaadha
Fuula nama si dhaaba
Kan ati beytuu tu
hula sitti gad qaba
Gaafa ati rakkatte
Tokko siin jaaltu
Hundu si wallaal
Kan duraan beytu
Rabbin ko sin mudin
dhaban harka nama
bareeda yoo taatees
Enyu sitti haajama
Si dheessuu eegala
Gaafa ati dhabde
Lafaa ol sin fuudhu
Yooniifi nille cabde
Kaleessa si beeka
Arrammo si dheessa
Dhabu keetif ja'e
Ifirra si fageessa
Qabaata yoo taate
Kan si beeku dhibba
Akka tasa dhabnaan
Firrinuu si jibba
Dhabaan sin mudin mee
Fuula ilma nama
Rabbiin siif Ha kannu
Waan dhabde hunduma
@MUAZMOHAMED✍️ | 115 |
| 17 | Waa dhaabni hamaadha
Fuula nama si dhaaba
Kan ati beytuu tu
hula sitti gad qaba
Gaafa ati rakkatte
Tokko siin jaaltu
Hundu si wallaal
Kan duraan beytu
Rabbin ko sin mudin
dhaban harka nama
bareeda yoo taatees
Enyu sitti haajama
Si dheessuu eegala
Gaafa ati dhabde
Lafaa ol sin fuudhu
Yooniifi nille cabde
Kaleessa si beeka
Arrammo si dheessa
Dhabu keetif ja'e
Ifirra si fageessa
Qabaata yoo taate
Kan si beeku dhibba
Akka tasa dhabnaan
Firrinuu si jibba
Dhabaan sin mudin mee
Fuula ilma nama
Rabbiin siif Ha kannu
Waan dhabde hunduma
@MUAZMOHAMED✍️ | 1 |
| 18 | #Gad ji'i hojjadhu
Of hin tuffatinii
Gaafa galma geesse
Si jaalata namni
Milkaa'u kee arkee
Hundinuu sin ja'aa
Mucaa kana laal mee
Fira anaaf ta'aa
Ati kufnaan ammo
maqaa siif moggasaa
Yaabo firan qabuu
Nama rifachiisaa
Tanaafu hojjadhu
Of hin tuffatinii
Jabaa tahuu keetis
Hojiin si beekanii
Gaafa ati kufte
takko harka si qabuu
Dantaa saatii dhiisaa
Yoo fadhees haa cabu
Akkanaan siin ja'a
Kana ilmi namaa
Jabaadhu hojjadhu
tanumaan si dhaama
@MUAZMOHAMED✍️ | 124 |
| 19 | Gaafa aartu yookiin baay'e dhiphattu suuta jedhii nama keessaa ba'iitii bakka namni hin jirre caalleensa ykn cakkaa sagaleen hin jirree keessa seenii lafa dhayii gangaladhu iyyii! Sana booda aariifi dhiphinnikee ni bada jedha.
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi | 64 |
| 20 | Gaafa aartu yookiin baay'e dhiphattu suuta jedhii nama keessaa ba'iitii bakka namni hin jirre caalleensa ykn cakkaa sagaleen hin jirree keessa seenii lafa dhayii gangaladhu iyyii! Sana booda aariifi dhiphinnikee ni bada jedha.
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi | 76 |
