Jechoota jaalalaa fi kaka'umsa
Open in Telegram
@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa ni argaattuu. Akkasumaas jechoota jaalalaa fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin argachuu yoo barbaadan liinkii armaan gadii kana tuquun nu qunnamaa 👇 @ramme63
Show more4 750
Subscribers
+1824 hours
+1447 days
+49330 days
Posts Archive
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
=> Ilma namaa kan hanqinna hin
dhabne deeggaruuf jettee dhugaa
irraa hin fagaatin! 💯🥀
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Utuu Qubee "S"n Hin jiraanne Udaan
taanera Jette Biyyi SUDAAN 😁
@gaarumansumafi
Repost from Salman Mahdi
ilaahii🤲
.........
Alhamdulillaahii
Rabbii guddaa faarsee
Nagayaaf rahmata
Ergaa saarra buusee
Aaliifii as-haabaa
isaa Itti aansee
Galanni Haa gahu
Dhugaan nu milkeessee
Yaa Rabbi yaa Allaah
Yaa mootii mootota
Xiqqaa guddaa kheenya
Nuuf khanni jannata
Addunyaaf Aakhiraa
Rahmaan nu milkeeysi
Halaal nu uffachiisi
Halaal nu nyaachisi🤲
Niyaa saanii guutiif
Muslima hundaahu
Riqzii balloo khaniif
Khan namuu Wal gahu
Maalifi callista
Maali Aamin hin jatu
Haa sirraa hafu moo
Rizqii balloo feetu?
Akka niyaa teetii
Rabbiitu si arkaa
Yoonif deemu fetes
Kanadaf 🇨🇦 Amerkaa 🇺🇸
Akkuma niyyatte
Rabbiin siif haa tahu
Yoo inni hin Janne
Wanni taka hin tahu
👇👇 join
✍️@Salman_Mahdi1
✍️@Salman_Mahdi1
Repost from Salman Mahdi
Ayii ilma namaa!!
If tahii jiraadhu
ta namaa itti dhiisi
Hasawaanii miti
hojiin agarsiisi
Osoonif sin beeyne
Warra si tuffatu
Irrumaa callisi
Garaan Haa gubatu
ilma namaa silahuu
Waa jalaa hin baatu
Akka nama si beekhuu
Ja'a afaan guuttatee
Abaluu khana akanumatti
Lubbuun na jibbite
Maaluma si godha
Yooniifi si jibbe
Maal sirraa hir'isa
Yoo harka si darbe
Ayiiii ilma namaa!!!
Guyyuma guyyani
Sitti jijjiirama
Jabaa tahi jabaa
Akka feerroo
Yoo ifitti hin Amanne
Mataan kheetuu zeeroo 🧠
.......
Walaloo adda addaa
Yooniifi barbaaddan
Chaanaala khoo khana
Join godhuu qabdan
Bar dirqamaa miti
Maalif koostar jattan
👇
✍️@Salman_Mahdi1
✍️@Salman_Mahdi1
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Guyyaa tokko yeroo ati amma kheessa jirtu tun #Seena taate hafti!. Seena gaarii taate akka haftu godhi!.🖤🥀
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Qoosa akkam nama kofalchiisu utuu qoosteyyu deeggartoota Yunaayitid kolfisiisu hin dandeessu 💔😂
😁😁
Share➬ @gaarumansumafi
Share➬ @gaarumansumafi
Repost from Salman Mahdi
👇Walaloo soomanaa...
Ahlan wasahlan
Ya khesuma qaalii
Yaa baatii khabajaa
Baatii hundaa olii
Baatii qur'aanaafii
Ammaasiis Tan zikrii
Tan if kheeysaa qabdu
Gurguddoolee kheeyrii
Ji'a kheeysa bu'e
Qur'aanni Aalamaa
Khan hin jijjiiramne
Ilaa hanga dhumaa...
Baga nuufi dhufte
Hedduudha si yaanne
Ji'a khudha takka
Si arkuuf dheebonne
Baatiin ramadaanaa
Baatii ibaadaati ⚠️
Garuu hodduu kheenya
Dubbiin nuuf hin galle
ibaadaa quba hin qabnu
Hirriibuma malee
Hirriiba xiqqeessi
Sunnaa hoddummeessi
Halkan kha'ii dhaabbadhu
Zikriidhaas baay'isi
Haajaa Tee hunda
Isatti himadhu
Isaatu si beekha
Isuma waywaadhu!
ይህን የ ደስታ ወር
ታላቁን እንግዳ
እንጠቀምበት
ለሶላት (ኢባዳ)
አላህ እኛን መርጦ
እዚህ ካደረሰን
ሳንጠቀምበት
ወራቱ እንዳያልፈን
ሁሉም ሰው ይሰለፍ
ወደ ኸይር ሩጫ
ሽልማት ለመውሰድ
የጀነቱን ዋንጫ
ወንድም እህቶቼ
ሙስሊሞች ባንድነት
አላህ ይሰብስበን
በአኼራ ጀነት🤲
ብርቅየ ሙስሊሞች
በአለም ያላችሁ
ለሸህሩ ረመዳን
እንኳን ደረሳችሁ
ሶላትና ፆሙን
አላህ ያግራላችሁ
ይቺን አጭር መልእክት
የገለፅኩላችሁ
ሰልማን እባላለሁ
ሙስሊም ወንድማችሁ::
✍️https://t.me/Salman_Mahdi1
✍️https://t.me/Salman_Mahdi1
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Kayyoo kee hin gatin hanga duniyaarra jirtu
Kayyoo koo hin gatu
Gaddaan facaasee- gammachuun hammachuu.
Har'a sakaalamee- boru tarkaanfachuu.
Kaayyootu na godhe- akka ani daangaa hin tarre.
Har'a qofaaf nyaachuu- garaankoo hin barre.
~~~~
Qorri diilallaa'ees- qaama koo na hubu.
Ciniinnadheen obsa- abidda na gubu.
Rakkadheera jedhee- harka koo hin laadhu.
Natii tole jedhees- kaayyoo koo hin dagadhuu.
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Jireenyi khun akkana...
jaallattus jibbitus Rakkina malee hin guddattu, osoo hin dogoggorin hin barattu, osoo hin khufin hin milkooytu!.🖤🖇
#Share 👇
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Haala akkamii fii Miira akkam kheessa Akka jirtu hin beekhu Garuu... RABBIIN AKKA HUNDATTI SI WAJJI JIRA!.❤️🩹
#Share 👇 & join
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Wanni ati yaadde yoo siif milkaa'u baate "carraa fokkotaadha" hin ja'in "Rabbiin waan tana caaltuun na jaalate" ja'ii yaadi... Hawwiin tee Urjii taate Rabbiin Ji'aan si badhaasu barbaade taha!.😊
Rabbii kheetirraa Abdii Guddoo qabaadhu!.❤️🩹🤌
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Dhukkuboota hundaaf wantoota dawaa tahan 2tu Jira. Innis
OBSAA fii DU'AIDHA!.❤️🩹🤌
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Nama akkanaatu jira kha isaan jaalachuun akka waan rabbiin dirqama nurratti godhetti jaalannu!.❤️🤌
Jaalala waliif nuuf ha khannu rabbiin❤️🩹
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Yeruma Qalbiin Zuleykaa Qalbii Nabi Yusuf(A.S)irratti rarra'e Yusuf harka isii jiru dhiisee biraa deeme...
Yeruma Qalbiin Zuleykaa Rabbirratti arkatte Yusuf(A.S) Jaalatee dhufe!.🖤🥀
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
=>Guyyaan har'aa kun guyyoota
jiran hunda irra fokkata/gaarii
ta'uu isaa hin beektu, garuu
wanti sii dhugoomsu tokko yoo
jiraate har'a qofa qabaachuu
keeti.
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Namni gaabaabaan gaafa mudhii qabatu kubbaayyaa gurra qabu fakkaata🤣🤣🤣
Itti buhara
Share➬ @gaarumansumafi
Share➬ @gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Tarii kallattiin kee isa ati yaadde san tahuu dhabuu dandaha hin sodaatini ittuma deem.
Carraan jireenya waan baayyee nama muda taatee saniiniis hamileenkee bu'uu mala.Maalitti beeyta ati karaa ati hin beeyneen yoo hireetee si tolche Rabbiin
An carraan kanaan dura mudadhee turerraa baayyee hamileen koos na cabee jira hammaan hiriyoota koo kan wajjiin barachaa turreettille gad bahuu sodaadhu takka gaheen ture garuu guyyuma tokkolle harka hin kannine
garuu jireenya jiraannu kana keeysatti namni Rabbiin qabu waan dhabe waa hin qabu pls Jiruun gaari taate tan ati Rabbii keeti wajjiin jiraatteedha qashtii
#Share walif godha
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Guyyaa tokko Haadha manatu Abbaa mana ishetif gaafi dhihesitef.?
Abbaa waarakoo - osoo du'ee sitti tolaa?
Abbaa manas akkana jedhe debisef
- Lakki tasumaa; naaf jiraadhu!
Ammas Haattii manaa - Maaliif? Jetten
Innis akkana jedhe debissef- Gammachuu irraa kan ka'e ani akka hin duune sodaadheetan!
Ittin buhara 😂😂😂
@gaarumansumafi
Repost from Salman Mahdi
Of tahi.👆
https://t.me/Salman_Mahdi1
https://t.me/Salman_Mahdi1
👆👆join gochuu hin irraanfatinaa ulfaadhaa🙏
Repost from Salman Mahdi
Yeroo tokkotti waan lama eeguu hin dandeessu.. murtoo yoo hin murteessine lamaanuu dhabda nama waa murteessuu dandahu tahi.
https://t.me/Salman_Mahdi1
https://t.me/Salman_Mahdi1
👆👆join gochuu hin irraanfatinaa ulfaadhaa🙏
