en
Feedback
Al-risala-tube

Al-risala-tube

Open in Telegram

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....… Al-risala-tube - Gaarommina qalbii Inshaa'allaah🎙Da'awaalee fi ergaawwan miidiyaalee Islaamaa argattu. Alrisalatube.blogspot.com 📩 @qilqil_bot

Show more
4 164
Subscribers
No data24 hours
-117 days
-6830 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '25
December '25
+1
in 0 channels
November '25
+3
in 0 channels
Get PRO
October '25
+7
in 0 channels
Get PRO
September '25
+9
in 0 channels
Get PRO
August '25
+5
in 0 channels
Get PRO
July '25
+9
in 0 channels
Get PRO
June '25
+16
in 0 channels
Get PRO
May '25
+16
in 1 channels
Get PRO
April '25
+23
in 0 channels
Get PRO
March '25
+128
in 3 channels
Get PRO
February '25
+12
in 0 channels
Get PRO
January '25
+13
in 0 channels
Get PRO
December '24
+39
in 0 channels
Get PRO
November '24
+84
in 0 channels
Get PRO
October '24
+150
in 0 channels
Get PRO
September '24
+41
in 1 channels
Get PRO
August '24
+57
in 0 channels
Get PRO
July '24
+63
in 0 channels
Get PRO
June '24
+49
in 0 channels
Get PRO
May '24
+83
in 0 channels
Get PRO
April '24
+120
in 0 channels
Get PRO
March '24
+209
in 1 channels
Get PRO
February '24
+58
in 1 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 1 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '23
+36
in 0 channels
Get PRO
September '23
+29
in 0 channels
Get PRO
August '23
+44
in 0 channels
Get PRO
July '23
+48
in 0 channels
Get PRO
June '23
+30
in 0 channels
Get PRO
May '23
+45
in 0 channels
Get PRO
April '23
+45
in 0 channels
Get PRO
March '23
+45
in 0 channels
Get PRO
February '23
+30
in 0 channels
Get PRO
January '23
+55
in 0 channels
Get PRO
December '22
+70
in 0 channels
Get PRO
November '22
+202
in 0 channels
Get PRO
October '22
+94
in 0 channels
Get PRO
September '22
+43
in 0 channels
Get PRO
August '22
+58
in 0 channels
Get PRO
July '22
+56
in 0 channels
Get PRO
June '22
+45
in 0 channels
Get PRO
May '22
+74
in 0 channels
Get PRO
April '22
+334
in 0 channels
Get PRO
March '22
+89
in 0 channels
Get PRO
February '22
+49
in 0 channels
Get PRO
January '22
+58
in 0 channels
Get PRO
December '21
+114
in 0 channels
Get PRO
November '21
+176
in 0 channels
Get PRO
October '21
+261
in 0 channels
Get PRO
September '21
+205
in 0 channels
Get PRO
August '21
+87
in 0 channels
Get PRO
July '21
+114
in 0 channels
Get PRO
June '21
+204
in 0 channels
Get PRO
May '21
+527
in 0 channels
Get PRO
April '21
+560
in 0 channels
Get PRO
March '21
+314
in 0 channels
Get PRO
February '21
+297
in 0 channels
Get PRO
January '21
+238
in 0 channels
Get PRO
December '20
+5 808
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
06 December0
05 December0
04 December0
03 December0
02 December+1
01 December0
Channel Posts
Repost from Al-risala-tube
Kusuufa jechuun maali? ममननननमममममममममममम Salaatni kusuufaa akkamiin salaatama. ममननननममममममममममममममम Kusuufni guyyaa akkana ni argama jechuun akkami? ममननननमममममममममममम Deebii kanaaf kan biroo hedduu argattu. ममननननमममममममममममममममम ⏳ MB 1 qofa, ममननननममममम

2
1-1-1447 H.C. Boru Kamisni, ji'a Muḥarram 1ffaa, bara Hijiraa 1447ti. — Jiini kabajamaan Muḥarram bor jalqaba. — Hilaalli ji’
1-1-1447 H.C. Boru Kamisni, ji'a Muḥarram 1ffaa, bara Hijiraa 1447ti. — Jiini kabajamaan Muḥarram bor jalqaba. — Hilaalli ji’aa bakka muraasa keessatti mul’achuu isaa mirkaneeffameera.
764
3
Manquul - https://t.me/Jafarbayan/454
Manquul - https://t.me/Jafarbayan/454
1 203
4
Guyya kurnan zul-Hijja keessaa warra Hajji godhe fi kan hin godhin ibaadadhaan akkamitti wal caala? 👤 Nejashi Studio 🕒 19:46
963
5
Dubbii hikmaa xiinxallaa barbaadu. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ 💬 Hayyuun islaamaa tokko akki jedhe. "Dadhabbiin karaa rabbii
Dubbii hikmaa xiinxallaa barbaadu. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ 💬 Hayyuun islaamaa tokko akki jedhe. "Dadhabbiin karaa rabbii keessatti dadhabde ni dabarti, ajriin isiidha ammoo siif ol kaayamti. Mi'aan yeroo dilii dalgduu ni kutti, adabbiin isiis oluma kaayamti. #Rabbii wajjiin tahi, waan biraa hin yaadin. Dukkana halkanii keessa harka kee isatti ol qabii, Yaa Rabbi kiyya jedhiin! Duniyaan zikrii tee malee hin toltu, Aakhiraanis Afwii keetiin malee, jannannis si arkuun malee hin bareeddu!" #Hoggaa wanni ati jireenya koo keessatti gammachuu naaf laata jettee yaaddu si jalaa bade, dhugoomsi wanni rabbiin sirraa balleesseef akka sababa dilii sitti hin taaneefi. Irra namaaf dabri, dhiifama namaaf godhi, Namaafis laaffisis! Dhimma Uumamatoota rabbuma isaan uumeef dhiisi! Nutiifi isaanis asirraa deemuuf jirra. Dalagaa keeyriidhaa, Hangam xiqqaattus hin tuffatinii toltuu hojjadhu; toltuu keysaa tan Jannata si galchita hin beytuu!" ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ Yeroon keysan Zikrii Rabbiitiin haa bareddu!!
1 282
6
🔘 Gaafiif deebii waa'ee soomana bulii 6(jahan), kan ji'a shawwaal. ―――――――――――――――――― ① Hukmiin isaa maali? sunnaa jaalatamaadha. ② buliin jahan kun murtaa'aadhaa? Lakkii buliin kunniin baati shawwaal 29/30 keessaa kan inni hin soomanamne gaafa tokko jedhu sana qofa jechuunis gaafa guyyaa iidaa sana qofa malee buliiwwan hafan kaanniin keessaa jechuunis shawwaal gaafa bulii lamaffa irraa kaasee guyyaa jaha walitti aansees addaan babaasees soomuu ni danda'a. Ammoo osoo booduma iidaatii bulii jahan walitti aanan osoo somane gaariidha. ③ Namni qadaan soomana waajibaa irra jiru ajrii kana saamachuuf yoo dursa buliwwan shawwaal tana soome ni tahaa? Hin ta'u maaf jennaan jechuma rasuulaa (s.a.w) irraayyu hogga kaanu" Namni ramadana soomee ergasii shawwaal hordofsiise..." jedhan. Lammaffaa deeynii kaffaluun dirqama soomanni ramadaan deeynii rabbiiti dursa deeynii kaffalaniit sunnaa itti aansan. ④ Qadaa Soomana dirqamaatiifi soomana shawwaal guyyama tokkotti walitti qabee yoo niyyate ni ta'aa? Hin ta'u niyyaa qadaa'aa fi niyyaa sunnaa walitti qabuun. ⑤ Namni tokko erga fajriin bahee soomana shawwaal kana nan soomana jedhee yoo niyyatte akkami? Soomana sunnaa keessatti yoo namni sun waa hin nyaatin takkaa waan soomana jalaa balleessu hin raawwatin erga biiftuun baate boodas nan soomana jedhee yoo niyyatee soome rakkoo hin qabu. soomana waajibaaf ammoo niyyaan fajrii dura. ⑥Ajriin soomana bulii jahan baatii shawwaala maali? Ajrii gurguddaa qaba, isaan keessaa kan rasuulli s.a.w hadiisaan nuuf ibsan, ~kan abbaan ayyuub al ansaariin nuuf dabarseen"Ergamaan Rabbii (s.a.w) ni jedhan: "Namni Ramadaana soomee ergasii Shawwaal irraa guyyaa jaha isa hordofsiise akka waan waggaa guutuu soomee ta'a. Muslimtu gabaase. ~bakka hanqinni waajibaa keessatti jiru siif guutti: guyyaa qiyaamaa rabbiin (s.w) wanti jalqaba gabarroottan isaa hisaabuu salaata yoo salaanni wajibaa miizaana hin guutiniif malaa'ikaa isaa ajaja akka sunnaawwan isaa ilaalani bakka hanqina waajibaa sana guuttuuf. ※ mallattoo keeyriin kan kee itti fufiinsa qabaachuu fi soomanni kan kee darbees Yoo rabbiin fedhe sirraa jaalatamuu siif taati. "Walumaa galatti soomanni bulii jahan ji'a shawwaal kan sadarkaa hedduu fi ajrii guddaa qabu waan ta'eef dhiiras ta'e dubartii namni soomanuu dandenyu haa soomannun dhaamsa keenya". ※Yaa rabbi soomanuu nuuf laaffisi, kan soomnes nurraa qeebali. Aamiin. ∴maddoota website islama kanniin daawwadha: ¹ https://mawdoo3.com/فضل_صيام_6_أيام_من_شوال ² https://binbaz.org.sa/fatwas/12637/لا-يشترط-التتابع-في-صيام-ست-شوال
878
7
#Fazzakir - 29/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan #Halkan 29ffaa har'aa kuni, Halkan Kaayyoo Guddaa niyyaa
#Fazzakir - 29/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan #Halkan 29ffaa har'aa kuni, Halkan Kaayyoo Guddaa niyyaa gaariin dabarsani, Isiin halkan Witrii(Qeenxee) Kurnaan boodaa keessaa kan irraa boodaati. #hayyuun islaamaa akki jedhan: "Dalagaa halkan kana keessaa Bareechaa(tolchaa); Halkan kana keessaa takkaa leeylatul qadrii Qunnamtu, yookiin immoo Dhuma ji'a keessanii keessatti Toltuu baay'ifattu" #Rabbiin keeyrii halkan kana keessaa nu haa waffaqu.
980
8
#Fazzakir - 27/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan 📖 Qur'aanni halkan murtii( halkan leeylatal qadrii) kee
#Fazzakir - 27/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan 📖 Qur'aanni halkan murtii( halkan leeylatal qadrii) keessa buufame jechuun: akkami? 1• Qur'aanni halkan leeylatul qadrii sana keessa yeroo jalqabaaf buufame. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ 2• Qur'aanni kun waliigala/hunduma isaa loowhal-mahfuuz irraa fuudhamee halkan darajaa/gatii guddoo qabdu keessa samii lafatti gadi aantutti buufmee, achirraa hanga amata 23 keessatti ergamaa keenya muhaamad (salallaahu aleeyhi wa sallam) irratti xiqqo xiqqoon buufme. 【ﻭﻗﺎﻝ ﺍﺑﻦ ﻋﺒﺎﺱ (r.a) ﻭﺟﻤﺎﻋﺔ : ﺇﻧﻪ ﺃﻧﺰﻝ ﺇﻟﻰ ﺍﻟﺴﻤﺎﺀ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻓﻲ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﻓﻲ ﻟﻴﻠﺔ ﺍﻟﻘﺪﺭ، ﺇﻟﻰ ﺑﻴﺖ ﺍﻟﻌﺰﺓ ﺑﻴﺖ ﻓﻲ ﺍﻟﺴﻤﺎﺀ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻳﻘﺎﻝ ﻟﻪ : ﺑﻴﺖ ﺍﻟﻌﺰﺓ، ﻭﻛﻞ ﺳﻤﺎﺀ ﻓﻴﻬﺎ ﺑﻴﺖ ﻟﻠﻤﻼﺋﻜﺔ ﻳﺘﻌﺒﺪﻭﻥ ﻓﻴﻪ، ﻭﺑﻴﺖ ﺍﻟﻌﺰﺓ ﺑﻴﺖ ﻓﻲ ﺍﻟﺴﻤﺎﺀ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻳﺘﻌﺒﺪ ﻓﻴﻪ ﺍﻟﻤﻼﺋﻜﺔ،.......】 🖇Dabalataaf:-https://binbaz.org.sa/fatwas/15369/تفسير-قوله-تعالى-انا-انزلناه-في-ليلة-القدر اللهمَّ إنك عفوٌ تحبُّ العفوَ فاعفُ عني. #Yaa rabbii keenna ati irra namaaf dabraadha, irra namaaf dabruus jaallatta, irra nuu darbi.
1 077
9
#Hiikkaa Qur’aanaa Suuraa Al Qadr 🎙Sh/Rashaad ⏳ 1.5 MB 🎵 6:11 📜【BOQONNAA MURTEE】📜 ० بسم الله الرحمن الرحيم #Maqaa Rabbii Arrahmaan, Arrahiim ta'eenin (jalqaba) 1 ) إِنَّا أَنزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةِ الْقَدْر ①#Nuti halkan murtii keessa isa(qur'aana) buufne.} 2) وَمَا أَدْرَاكَ مَا لَيْلَةُ الْقَدْرِ ②#halkan murtii maal akka ta'e maaltu si beeksise? } 3) لَيْلَةُ الْقَدْرِ خَيْرٌ مِّنْ أَلْفِ شَهْرٍ ③#halkan murtii ji'oota kuma irra caalti. 4) تَنَزَّلُ الْمَلائِكَةُ وَالرُّوحُ فِيهَا بِإِذْن ِ رَبِّهِم مِّن كُلِّ أَمْرٍ ④#Maleeykonnii fi Hafuurichi (Jibriil) isii keessa hayyama Gooftaa isaanitiin ajaja hunda irraa (qabatanii) bu'u.} 5) سَلامٌ هِيَ حَتَّى مَطْلَعِ الْفَجْرِ ⑤#isiin (halkan murtii) hanga ifti barii (fajriin) ba'utti nagaa taati (sheeyxaanni isii keessatti sharrii (miidhaa) dalaguu hin danda'u. } #Ji'oota kuma caalti: kana jechuun ibaadaan halkan sana keessa hojjatamu ibaadaa ji'oota kuma yookaan waggoota 83 ol hojjatamu irra caalmaa qaba jechuudha. rabbi nu haa milkeessu.
1 151
10
#Fazzakir - 23/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan, #Eenyutu Leylatul Qadriin argata?! #Guyyaa sana beekuuf
#Fazzakir - 23/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan, #Eenyutu Leylatul Qadriin argata?! #Guyyaa sana beekuuf beekuu dhabuu miti dubbiin, Kurnan xumuuraa keeyritti cimuudha malee. Namni halkan san niyyaa tolfatee tattaafate kamuu badhaasa kana ni goonfata!  #Dhukkubsataan hospitaala siree gubbaa jirus, Imalaan imala irra jirus Namuu bakka jirutti halkan kana zikrii fii waan shari'aan hojjachuu isaaf hayyamte yoo hojjate ni argata! #Halkan kana maaltu dalagama :Salaata (Magribarraa qabee hanga subhiitti,salaata sunnaalees), Qur'aaana qara'uu, Zikrii heddummeessuu fi Sadaqaa kennachuu, wanta keyri jedhame, hundaa hanga danda'ameen godhuu dha! ☀Du'aa'ii halkan leeylatal qadrii jedhamtu☀ سألَتْهُ صلى اللهُ عليهِ وسلَّمَ عائشةُ رضي الله عنها : إنْ وافقتُها فبِمَ أدعو؟ قال قولي : اللهمَّ إنك عفوٌ تحبُّ العفوَ فاعفُ عني. 🏷Allaahumma innaka afuwwun, tu hibbu al-afwa fa'afu annii. #Yaa rabbii kiyya ati irra namaaf dabraadha, irra namaaf dabruus jaallatta, irra naa darbi.
1 105
11
#Fazzakir - 21/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan. #Leeylatul-qadr: carraa waggaatti halkan tokko. ℹ️Hubad
#Fazzakir - 21/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan. #Leeylatul-qadr: carraa waggaatti halkan tokko. ℹ️Hubadhu Halkan Leeylatul-Qadrii waan bararu kan samii gubbaa barbaadamu kan mullatuu miti. Halkan Leeylatul Qadrii Malaaykaan Jibriilii wajjiin gadi buuti garuu waan ilmi namaa samii keeysa ol ilaalee arguu miti. Wanti Nurraa eeggamu Ibaadaa kudhanan boodaa kana itti jabaachuudha. #Salaata Fardii, Sunnaa Halkanii, Quraana, Zikrii,Du’aaii itti jabaachuudha. Namni tokko halkan Leylatul qadrii beekee ykn dhiiseef miti dubbiin, wanni barbaadamu guddoon Ibaadaatti cimuudha. #Namni halkan Leeylatul Qadrii hin beyne tokkos niyyatee halkan san dhaabbatee salaatuun, du’aa'iin, Qur'aanaan yoo dabarse Rabbiin badii isaa tan dabarte isaaf dhiisee, Ibaadaa baatii kuma 1000 olii isaaf ni galmeeysa. اللَّهُمَّ إِنَّكَ عَفُوٌّ تُحِبُّ الْعَفْوَ فَاعْفُ عَنَّا Yaa Rabbi, Ati Araaramaa dha, araarama jaallatta, nuufis araarami.
1 222
12
#Fazzakir - 20/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan. I’itikaafa: Hiikni isaa namni muslimaa kan sammuun guut
#Fazzakir - 20/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan. I’itikaafa: Hiikni isaa namni muslimaa kan sammuun guutuu qabu ibaadaa niyyatee masjiida keessa taa’u dha. Namichi I’itikaafa godhu hadasa guddaa irraa qulqulluu ta’uu qaba.  Namni I’itikaafa irra jiru yoo wanti irraa hafuu hin dandeenye kan akka nyaataa, mana fincaanii seenuu, dhiqannaa waajibaatif ta’e malee masjiida irraa ba’uu hin qabu. Yoo dhimma cimaaf malee masjiidarraa ba’ee fi qunnamtii saalaa godhe I’itikaafni isaa ni bada. I’itikaafni yeroo hunda sunnaadha; Ramadaana keessaa garuu irra jabaata. Guyyoota kurnan dhumaa ammoo akkaan jabaata. Yeroon isaa kan irra xiqqaa sa’aatii tokko. Garuu halkan tokkoo fi guyyaa tokkorraa gadi hirdhifamuudhabuun isaa jaallatamaadha. Dubartiin hayyama abbaa warraa isiitin ala I’itikaafa gochuu hin qabdu. Namni I’itikaafa irra jiru ibaada fi ajaja Rabbii raawwachuu irratti sardamuu qaba. Wantoota “halaala” ta’an baay’isuu dhiisu fi waan faaydaa homaatuu hin qabne irraa fagaachuu qaba.
1 204
13
#Fazzakir - 14/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan. Mindaa Aalimaatii fi caalmaa isaa : Sadarkaan beekaa fi
#Fazzakir - 14/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan. Mindaa Aalimaatii fi caalmaa isaa : Sadarkaan beekaa fi nama beekumsaan ala Rabbiin gabbaruu akka sadarkaa ani nama gadi aanaa keessan irratti qabuuti. Ergamaan Rabbii (s a.w) ergasii akkana jedhan: «Rabbiin, maleeykonni Isaati fi warreen samiiwwanii fi dachii hundi hanga mixii boolla isii keessa jirtuun ba’utti, qurxummiinillee utuu hin hafin hunduu nama kheeyrii namoota barsiisuuf du’aa’ii godhu.» Rabbiin sodaatanii waan tokko dhiisuu : Ati Rabbiin sodaattee waan tokko yoo dhiifte, Rabbiin (subhaanahu wa ta'aalaa) waan sana caalu siif kenna.»
1 789
14
#Sujuuda Tilaawaa/Sajadaa. #sajdaan, Qur'aana keessa iddoo 15 jira. Isiin sujuuduun sunnaadha. #Sajadaan gosa lama #Gosti tok
#Sujuuda Tilaawaa/Sajadaa. #sajdaan, Qur'aana keessa iddoo 15 jira. Isiin sujuuduun sunnaadha. #Sajadaan gosa lama #Gosti tokko kan Rabbiin waa'ee sujuuda Umamtootaa isaa dimshaashaafi kophaan ibsuudha, kanaaf ammoo namni qara'aa jiru kunis isaanitti fakkaachuuf jecha sujuuda gochuu qaba. #Fkn: ‏( ﻭَﻟِﻠَّﻪِ ﻳَﺴﺠُﺪُ ﻣَﻦ ﻓِﻲ ﺍﻟﺴَّﻤﺎﻭﺍﺕِ ﻭَﺍﻷَﺭﺽ #Gosti lammaffaa ammoo Aayaata Akka Rabbiif sujuudan ajajjuudha, Namni qara'u kunis Rabbii isaatiif ajajameera jechuun sujuuda. #Fkn: ( ﻳَﺎ ﺃَﻳُّﻬَﺎ ﺍﻟَّﺬِﻳﻦَ ﺁﻣَﻨُﻮﺍ ﺍﺭْﻛَﻌُﻮﺍ ﻭَﺍﺳْﺠُﺪُﻭﺍ #Hoggaa imaamni salaata keessa sajadaa bu'e, namni duubaan itti hidhatee salaatu sunis imaamicha hordofuu qaba. #Yoo kan imaamni salaata keessa sujuuda tilaawaa/sajadaa bu'e, namni itti hidhatee salaatu sun ammoo rukuu'a sehee bu'e, hogguma imaamni "Allaahu akbar" jedhu dhagahe. maal gochuu qaba? #iddoma jiru irraa imaamticha hordofuu qaba, yoo rukuu'a irra ture ol deebi'ee bakkuma imaamni jiruu itti fufuu qaba, sujuuda sahwii wanni bu'uufis hin jiru. Maddi keenya. 1🔗, 2🔗
1
15

16

17

1 682
18
#Fazzakir - 8/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan. Nama Rabbiif Jedhee akka si jaallatu siif ibseen waan je
#Fazzakir - 8/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan. Nama Rabbiif Jedhee akka si jaallatu siif ibseen waan jettu. Anas(r.a) irraa akka gabaafametti, namni tokko nabiyyii(s.a.w) wajjin odoo taa’uu namni biraa tokko isaan bira qaxxaamure, Yoos namni nabiyyii(s.a.w) bira jiru sun ‘yaa ergamaa Rabbii (s.a.w)! Ani nama kana ni jaaladha’ jedheen. Nabiyyiinis(s.a.w) “itti himtettaa?” jennaaniin. ‘Lakki’ jedheen. ‘Itti himi’ jedhaniin. Dhaqqabee ‘ani Rabbiif jechan si jaalladha’ jennaan. Innis ‘Inni ati Isaaf jecha na jaallatte sun si haa jaallatu’ jedheen.
1 686
19
Sadarkaa fi Naamuusa Guyyaa Jum'aadhaa. Qopheessaan Dhaabbata Zaad TV Hiikaan Afaan Oromootti Al-risala-tube. 🎥 Video gabaab
Sadarkaa fi Naamuusa Guyyaa Jum'aadhaa. Qopheessaan Dhaabbata Zaad TV Hiikaan Afaan Oromootti Al-risala-tube. 🎥 Video gabaabdu kana irraa argattu. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ 📹1:32 🔗 6.4 MB Telegram | YouTube | Facebook | Tiktok 🌍 https://alrisalatube.blogspot.com
1 519
20
#Fazzakir - 6/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan. Yeroo obboleessi kee kan muslimaa haxxifate : “Tokkoon k
#Fazzakir - 6/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan. Yeroo obboleessi kee kan muslimaa haxxifate : “Tokkoon keessan yeroo haxxifate ‘Alhamdu Lillaah’ (faarun kan Rabbiiti) haa jedhu. Obboleessi ykn hiriyyaan isaa ammoo ‘yarhamukaAllaah’ (Rabbiin rahmata siif haa godhu) haa jedhuun. Yoo inni ‘yarhamuka Allaah’ jedheen, haxxifataan deebisee ‘yahdiikumullaahu wayuslihu baalakum’ (Rabbiin isin haa qajeechu; haala keessanis haa tolchu) haa jedhuun. Yoo kaafirri haxxifatee ‘Alhamdu Lillaah’ jedhe ‘yahdiikumullaah’ (Rabbi isin haa qajeelchu) jedhiin malee ‘yarhamuka Allaah’ (Rabbi rahmata siif haa godhu) hin jedhiniin.
1 591