Hayu Academy
Open in Telegram
Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. You can simply upload your courses & learn from professional educators online.
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 740
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
January '23
January '23
+12
in 0 channels
December '22
+10
in 0 channels
Get PRO
November '22
+7
in 0 channels
Get PRO
October '22
+18
in 0 channels
Get PRO
September '22
+11
in 0 channels
Get PRO
August '22
+44
in 0 channels
Get PRO
July '22
+93
in 0 channels
Get PRO
June '22
+216
in 0 channels
Get PRO
May '22
+1 098
in 0 channels
Get PRO
April '220
in 0 channels
Get PRO
March '220
in 0 channels
Get PRO
February '220
in 0 channels
Get PRO
January '220
in 0 channels
Get PRO
December '210
in 0 channels
Get PRO
November '210
in 0 channels
Get PRO
October '21
+4
in 0 channels
Get PRO
September '21
+8
in 0 channels
Get PRO
August '21
+1
in 0 channels
Get PRO
July '21
+5
in 0 channels
Get PRO
June '21
+19
in 0 channels
Get PRO
May '21
+4
in 0 channels
Get PRO
April '21
+11
in 0 channels
Get PRO
March '21
+12
in 0 channels
Get PRO
February '21
+8
in 0 channels
Get PRO
January '21
+586
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 31 January | 0 | |||
| 30 January | 0 | |||
| 29 January | 0 | |||
| 28 January | 0 | |||
| 27 January | 0 | |||
| 26 January | 0 | |||
| 25 January | 0 | |||
| 24 January | 0 | |||
| 23 January | +1 | |||
| 22 January | +1 | |||
| 21 January | 0 | |||
| 20 January | 0 | |||
| 19 January | +2 | |||
| 18 January | 0 | |||
| 17 January | 0 | |||
| 16 January | 0 | |||
| 15 January | 0 | |||
| 14 January | 0 | |||
| 13 January | 0 | |||
| 12 January | 0 | |||
| 11 January | +1 | |||
| 10 January | +1 | |||
| 09 January | 0 | |||
| 08 January | 0 | |||
| 07 January | 0 | |||
| 06 January | 0 | |||
| 05 January | +1 | |||
| 04 January | +1 | |||
| 03 January | +3 | |||
| 02 January | +1 | |||
| 01 January | 0 |
Channel Posts
Barannoo 1:- Kutaa-8ffaa fi 9ffaa - Maalummaa Interneetaa, Balaa fi Ittisa Nageenyaa Saayibarii - Hayu Academy
bit.ly/3QA3erV
| 2 | #GareeA | Barannoo 1- Kutaa-7ffaa - Maalummaa Cimdaa | Networking Basics
https://hayuacademy.com/courses/barannoo-1-kutaa-7ffaa-maalummaa-cimdaa-networking-basics/ | 447 |
| 3 | Garee A- Barannoo 1 – Kutaa 6ffaa – Faayidaa Fi Miidhaa Teekinoloojii | Advantages and Disadvantages of Technology
bit.ly/3vgeUaI | 589 |
| 4 | Barannoo-2-Kutaa-5fffaa - Marsariitiiwwan 8, kanneen Namootni Suursagalee uumani Maallaqarraa argachuu dandeessan Gabaabsinee dhiyeessine - Tartiiba barbaachisu #marsariitii Keenyarraa argattu👇🏼👇🏼
https://fb.watch/epxYIJPBg8/ | 981 |
| 5 | Kaleessa Gurbaa kana waliin daqiiqaa 10n caalaa hin haasofne. Gurbaan haasaa beeka. Sanuu haasa nigdiif tahu. Waan gurgurachuu barbaadu dhaadhessuu beeka.
- Merid Tulu(Ogeessa Diinagdee fi Gabaa)
bit.ly/3PbHIsA | 670 |
| 6 | #subscription - PopUp isin rakkisaa ture kaafneerra. Fayyadamuudhaaf kan isin rakkise #hofkaltii nuuf tolchaa. Amma Sirreessineerra | 508 |
| 7 | Garee B: Barannoo-1: Kutaa-2ffaa: Interneetaan Hojii Uummachuu:
Daldala Dijiitaalaa(Digital Marketing) fi Dursinee qophaawuu fi Galma yaadne gahuu
https://bit.ly/3NE2ShJ | 850 |
| 8 | Garee B: Barannoo - 1 - Interneetaan Galii Argachuun Barannoon jalqabaa gadi lakkifameera. Hordofaa - Hardha ammas kana booda Barumsa 2 Garee lamaaniifuu gadi lakkifama waan taheef qophaayaa, Kana booda Boqonnaan hin yaadamu
- Namootni #email jijjiirtanii hanga ammaa Ramaddiin barnoota keessanii rakkoo qabu Garee Teekinikaatiin Gulaalamaa jira, hanga boru ganamaatti ramaddii barnootaa ni argattu jennee abdanna
https://hayuacademy.com/courses/toora-interneetaan-maallaqa-argachuuf-dursa-waan-3-kana-hojjedhu/
Galatoomaa
t.me/hayuacademy hordofaa | 475 |
| 9 | Guyyaa 2f Ibsaan naannoo biiroo keenyaa hin turre Namootni Barumsa hin ramadaminis namootni hin jalqabinis amma isiniif sirreessaa jirra. Galatoomaa | 487 |
| 10 | Garee A: Barannoo - 1 - Bu'uura Tekinoolojii - Maalummaa fi Amaloota Koompiitaraa Gadi lakkifameera - Guyyaa Guyyaan Barnootni Garee hundaayyuu gadi lakkifamuu eegaleera. #Ergaa Email isiniif ergamu hordofaa
https://hayuacademy.com/courses/buuura-tekinoolojii-maalummaa-fi-amaloota-koompiitaraa/ | 598 |
| 11 | Marii keenya sat'aatii 4tti eegaluuf
Google Meeting Daataa guddaa hin fayyadamu, Package xiqqoon isin gaha. Marii keenya Gabaabaa hardhaatiif
Link Marii:👇🏼
https://meet.google.com/nrn-ovyu-kbw | 596 |
| 12 | Hardha Galgala Sa'aatii 4tti Google Meeting walgahii kallattii qabna. Hin irraanfatinaa🙏
Link walgahii telegram keenya t.me/hayuacademy irra isiniif keenya | 688 |
| 13 | Leenjii @hayu.academy irratti eegalle
Marsariitiin keenyaa www.hayuacademy.com irratti leenjii Gabaabaa(Barnoota Bu'uura Tekinoolojii, Akkaataa salphatti Tekinoolojii/Interneetiidhaan hojii dhuunfaa eegluu dandeenyyun, Tooftaalee 100 ol Interneetarraa Mallaqa/Galii argachuu dandeenyuun...) kan leenjifnu yoo tahu, Hardha Wax.3, 2022 irraa eegalee Barnootni Waliinii(Common Course) eegalee jira.
Haala itti Fayyadama Marsariitii keenyaa kunoo hordofaa 👇🏼
https://youtu.be/tuQEJSYUqsE
- Galmeen kallattumaan Marsariitii keenya www.hayuacademy.com irratti itti-fufeera. | 5 907 |
| 14 | Kabajamoo Miseensota AKKAADAAMII HAYYUU!
- Dhufne amma. Rakkoo xiqqoo Humna ibsaa mudateen barfannus amma dhufneerra. Tartiiba Barnoota keessan horfofuuf isin garaaru(Haala itti Fayyadama Marsariitii keenyaa www.hayuacademy.com) bifa suursagalee(video) dhaan Yuutuubii OICT Solutions kana irratti daqiiqaa 10 keessatti isinif maxxansina.
https://www.youtube.com/channel/UCw_lcDBUCRNeN52wXwIY_YA?sub_confirmation=1
Barnoota keenya Barannoo jalqabaa ammoo sa'aatii 1 booda Marsariitii Hayu Academy irra keenyee isin beeksifna.
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Email: hayuacademy.online@gmail.com / info@hayuacademy.com
Web: www.hayuacademy.com
Telegram: t.me/hayuacademy
Facebook: https://www.facebook.com/hayu.academy
#Share godhaa waliif dabarsaa, hiriyyoota keessan dhageechisaa
HORAA BULAA DEEBANAA
AKKAADAAMII HAYYUU! | 398 |
| 15 | #Yaadachiisa - Hardha Gareen keessan ramaddiin xumura irra waan jiruuf Ergaan Gabaabaan(Email) kessaniin deddeebi'ee isinitti ergamuu danda'a. Hanga Halkan walakkaatti #Ergaan Ramaddii Garee keessan isin beeksisu isiniif ergama.
- Boru waaree booda Barnootni Waliinii(Common Course) ni eegala, Namootni haala mijataa/interneetni isin rakkisu ammoo yeroo hin terneeta argattan #account keessan keessaa argattu waan taheef yeroma seentan barnoota eegaltu.
- Haala Itti Fayyadama ykn barnoota hordoftaniin tartiiba isaa gabaabsinee suursagalee(video) asumarratti isiniif maxxansina.
#Hub: Ergaa Didame(Rejected) jedhu yoo isinitti ergame, Dogoggoraan ykn Namana Kafaltii hin raawwatin tahuu mala. Ulaagaa barbaachisu guuttanii osoo jirtan yoo isinitti dhufe, hanga boruutti yoo isiniif sirreeffamee hin ergamin, Seentanii barnoota hordofuu waan hin dandeenyeef #GareeTeekinikaa keenya keessaan ykn email dubbisaa.
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Email: hayuacademy.online@gmail.com / info@hayuacademy.com
Web: www.hayuacademy.com
Telegram: t.me/hayuacademy
Facebook: https://www.facebook.com/hayu.academy
#Share godhaa waliif dabarsaa, hiriyyoota keessan dhageechisaa
HORAA BULAA DEEBANAA
AKKAADAAMII HAYYUU! | 561 |
| 16 | Hayu Academy has invited you to join a video meeting on Google Meet.
meet.google.com/jwf-rqmd-aax
Or open Meet and enter this code: jwf-rqmd-aax | 3 418 |
| 17 | No text... | 670 |
| 18 | Yaadachiisa:
1) Ibsaan naannoo waajjira keenyaa badee waan hin deebi'iniif marii hardha waaree booda karoorsine hin milkoofne.
Kanaafuu marii keenya Halkan Sa'aatii 4tti karoorfametti akka qophooftan yaadachiifna.
2) Barattoota #internship dhaaf darbanis booda asumaan isiniif maxxansina waan taheef bilbiltanii gaafachuun hin barbaachisu.
Telegramaa keenya hordofaa
t.me/hayuacademy
Galatoomaa
Akkaadaamii Hayyuu | 648 |
| 19 | Kabajamtoota Maatii Akkaadii Hayyuutiif:
*******
Sakatta'iinsa Galmee torbaanota lamaan darban gaggeessine irratti taasifneen, Hanqinnoota Ragaalee/Odeeffannoo namoota leenjiif Galmaayanii heddutu jira.
Keessattuu Teessoon Ergaa(Email) Namoota hedduu dogoggora ykn hin hojjatu jedha. Namoota Akkasii Odeeffannoo sabalataa Bil.Qunnamuun barbaachisaa tahee waan argameef, Unkaa asii gadiirratti Odeeffannoo keessan isa sirrii Guutuu nuuf ergaa
https://hayuacademy.com/galmee/
Dabalataan Ramaddiin Garee hojjatamaa waan jiruuf Baoru Marii waliinii ni gaggeeffama. Sagantaan barnootaa ni baha
Galatoomaa
Namootni Kafaltii rawwattanii nagahee nuuf hin ergin, Email asii gadirratti ergaa
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Facebook: HAYU Academy
https://www.facebook.com/hayu.academy/
Telegram: t.me/hayuacademy
Email: hayuacademy.online@gmail.com | 768 |
| 20 | Leenjii Hayu Academy irratti namootni Gaaffii qabaachaa turtan, @fff_media irratti ibsa baldhaa isiniif keenneerra👇🏼👇🏼
https://3fnews.com/hayu-academy | 726 |
