uz
Feedback
Hayu Academy

Hayu Academy

Kanalga Telegram’da o‘tish

Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. You can simply upload your courses & learn from professional educators online.

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
1 740
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kun
Ma'lumot yo'q30 kun

Ma'lumot yuklanmoqda...

O'xshash kanallar
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Yanvar '23
Yanvar '23
+12
0 kanalda
Dekabr '22
+10
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+7
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+18
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+11
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+44
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+93
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+216
0 kanalda
Get PRO
May '22
+1 098
0 kanalda
Get PRO
Aprel '220
0 kanalda
Get PRO
Mart '220
0 kanalda
Get PRO
Fevral '220
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '220
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '210
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '210
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '21
+4
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '21
+8
0 kanalda
Get PRO
Avgust '21
+1
0 kanalda
Get PRO
Iyul '21
+5
0 kanalda
Get PRO
Iyun '21
+19
0 kanalda
Get PRO
May '21
+4
0 kanalda
Get PRO
Aprel '21
+11
0 kanalda
Get PRO
Mart '21
+12
0 kanalda
Get PRO
Fevral '21
+8
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '21
+586
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
31 Yanvar0
30 Yanvar0
29 Yanvar0
28 Yanvar0
27 Yanvar0
26 Yanvar0
25 Yanvar0
24 Yanvar0
23 Yanvar+1
22 Yanvar+1
21 Yanvar0
20 Yanvar0
19 Yanvar+2
18 Yanvar0
17 Yanvar0
16 Yanvar0
15 Yanvar0
14 Yanvar0
13 Yanvar0
12 Yanvar0
11 Yanvar+1
10 Yanvar+1
09 Yanvar0
08 Yanvar0
07 Yanvar0
06 Yanvar0
05 Yanvar+1
04 Yanvar+1
03 Yanvar+3
02 Yanvar+1
01 Yanvar0
Kanal postlari
Barannoo 1:- Kutaa-8ffaa fi 9ffaa - Maalummaa Interneetaa, Balaa fi Ittisa Nageenyaa Saayibarii - Hayu Academy bit.ly/3QA3erV

2
#GareeA | Barannoo 1- Kutaa-7ffaa - Maalummaa Cimdaa | Networking Basics https://hayuacademy.com/courses/barannoo-1-kutaa-7ffaa-maalummaa-cimdaa-networking-basics/
447
3
Garee A- Barannoo 1 – Kutaa 6ffaa – Faayidaa Fi Miidhaa Teekinoloojii | Advantages and Disadvantages of Technology bit.ly/3vgeUaI
589
4
Barannoo-2-Kutaa-5fffaa - Marsariitiiwwan 8, kanneen Namootni Suursagalee uumani Maallaqarraa argachuu dandeessan Gabaabsinee dhiyeessine - Tartiiba barbaachisu #marsariitii Keenyarraa argattu👇🏼👇🏼 https://fb.watch/epxYIJPBg8/
981
5
Kaleessa Gurbaa kana waliin daqiiqaa 10n caalaa hin haasofne. Gurbaan haasaa beeka. Sanuu haasa nigdiif tahu. Waan gurgurachuu barbaadu dhaadhessuu beeka. - Merid Tulu(Ogeessa Diinagdee fi Gabaa) bit.ly/3PbHIsA
670
6
#subscription - PopUp isin rakkisaa ture kaafneerra. Fayyadamuudhaaf kan isin rakkise #hofkaltii nuuf tolchaa. Amma Sirreessineerra
508
7
Garee B: Barannoo-1: Kutaa-2ffaa: Interneetaan Hojii Uummachuu: Daldala Dijiitaalaa(Digital Marketing) fi Dursinee qophaawuu fi Galma yaadne gahuu https://bit.ly/3NE2ShJ
850
8
Garee B: Barannoo - 1 - Interneetaan Galii Argachuun Barannoon jalqabaa gadi lakkifameera. Hordofaa - Hardha ammas kana booda Barumsa 2 Garee lamaaniifuu gadi lakkifama waan taheef qophaayaa, Kana booda Boqonnaan hin yaadamu - Namootni #email jijjiirtanii hanga ammaa Ramaddiin barnoota keessanii rakkoo qabu Garee Teekinikaatiin Gulaalamaa jira, hanga boru ganamaatti ramaddii barnootaa ni argattu jennee abdanna https://hayuacademy.com/courses/toora-interneetaan-maallaqa-argachuuf-dursa-waan-3-kana-hojjedhu/ Galatoomaa t.me/hayuacademy hordofaa
475
9
Guyyaa 2f Ibsaan naannoo biiroo keenyaa hin turre Namootni Barumsa hin ramadaminis namootni hin jalqabinis amma isiniif sirreessaa jirra. Galatoomaa
487
10
Garee A: Barannoo - 1 - Bu'uura Tekinoolojii - Maalummaa fi Amaloota Koompiitaraa Gadi lakkifameera - Guyyaa Guyyaan Barnootni Garee hundaayyuu gadi lakkifamuu eegaleera. #Ergaa Email isiniif ergamu hordofaa https://hayuacademy.com/courses/buuura-tekinoolojii-maalummaa-fi-amaloota-koompiitaraa/
598
11
Marii keenya sat'aatii 4tti eegaluuf Google Meeting Daataa guddaa hin fayyadamu, Package xiqqoon isin gaha. Marii keenya Gabaabaa hardhaatiif Link Marii:👇🏼 https://meet.google.com/nrn-ovyu-kbw
596
12
Hardha Galgala Sa'aatii 4tti Google Meeting walgahii kallattii qabna. Hin irraanfatinaa🙏 Link walgahii telegram keenya t.me/hayuacademy irra isiniif keenya
688
13
Leenjii @hayu.academy irratti eegalle Marsariitiin keenyaa www.hayuacademy.com irratti leenjii Gabaabaa(Barnoota Bu'uura Tekinoolojii, Akkaataa salphatti Tekinoolojii/Interneetiidhaan hojii dhuunfaa eegluu dandeenyyun, Tooftaalee 100 ol Interneetarraa Mallaqa/Galii argachuu dandeenyuun...) kan leenjifnu yoo tahu, Hardha Wax.3, 2022 irraa eegalee Barnootni Waliinii(Common Course) eegalee jira. Haala itti Fayyadama Marsariitii keenyaa kunoo hordofaa 👇🏼 https://youtu.be/tuQEJSYUqsE - Galmeen kallattumaan Marsariitii keenya www.hayuacademy.com irratti itti-fufeera.
5 907
14
Kabajamoo Miseensota AKKAADAAMII HAYYUU! - Dhufne amma. Rakkoo xiqqoo Humna ibsaa mudateen barfannus amma dhufneerra. Tartiib
Kabajamoo Miseensota AKKAADAAMII HAYYUU! - Dhufne amma. Rakkoo xiqqoo Humna ibsaa mudateen barfannus amma dhufneerra. Tartiiba Barnoota keessan horfofuuf isin garaaru(Haala itti Fayyadama Marsariitii keenyaa www.hayuacademy.com) bifa suursagalee(video) dhaan Yuutuubii OICT Solutions kana irratti daqiiqaa 10 keessatti isinif maxxansina. https://www.youtube.com/channel/UCw_lcDBUCRNeN52wXwIY_YA?sub_confirmation=1 Barnoota keenya Barannoo jalqabaa ammoo sa'aatii 1 booda Marsariitii Hayu Academy irra keenyee isin beeksifna. Odeeffannoo dabalataatiif: Tel: +251911470125 Email: hayuacademy.online@gmail.com / info@hayuacademy.com Web: www.hayuacademy.com Telegram: t.me/hayuacademy Facebook: https://www.facebook.com/hayu.academy #Share godhaa waliif dabarsaa, hiriyyoota keessan dhageechisaa HORAA BULAA DEEBANAA AKKAADAAMII HAYYUU!
398
15
#Yaadachiisa - Hardha Gareen keessan ramaddiin xumura irra waan jiruuf Ergaan Gabaabaan(Email) kessaniin deddeebi'ee isinitti ergamuu danda'a. Hanga Halkan walakkaatti #Ergaan Ramaddii Garee keessan isin beeksisu isiniif ergama. - Boru waaree booda Barnootni Waliinii(Common Course) ni eegala, Namootni haala mijataa/interneetni isin rakkisu ammoo yeroo hin terneeta argattan #account keessan keessaa argattu waan taheef yeroma seentan barnoota eegaltu. - Haala Itti Fayyadama ykn barnoota hordoftaniin tartiiba isaa gabaabsinee suursagalee(video) asumarratti isiniif maxxansina. #Hub: Ergaa Didame(Rejected) jedhu yoo isinitti ergame, Dogoggoraan ykn Namana Kafaltii hin raawwatin tahuu mala. Ulaagaa barbaachisu guuttanii osoo jirtan yoo isinitti dhufe, hanga boruutti yoo isiniif sirreeffamee hin ergamin, Seentanii barnoota hordofuu waan hin dandeenyeef #GareeTeekinikaa keenya keessaan ykn email dubbisaa. Odeeffannoo dabalataatiif: Tel: +251911470125 Email: hayuacademy.online@gmail.com / info@hayuacademy.com Web: www.hayuacademy.com Telegram: t.me/hayuacademy Facebook: https://www.facebook.com/hayu.academy #Share godhaa waliif dabarsaa, hiriyyoota keessan dhageechisaa HORAA BULAA DEEBANAA AKKAADAAMII HAYYUU!
561
16
Hayu Academy has invited you to join a video meeting on Google Meet. meet.google.com/jwf-rqmd-aax Or open Meet and enter this code: jwf-rqmd-aax
3 418
17
Matn yo'q...
670
18
Yaadachiisa: 1) Ibsaan naannoo waajjira keenyaa badee waan hin deebi'iniif marii hardha waaree booda karoorsine hin milkoofne. Kanaafuu marii keenya Halkan Sa'aatii 4tti karoorfametti akka qophooftan yaadachiifna. 2) Barattoota #internship dhaaf darbanis booda asumaan isiniif maxxansina waan taheef bilbiltanii gaafachuun hin barbaachisu. Telegramaa keenya hordofaa t.me/hayuacademy Galatoomaa Akkaadaamii Hayyuu
648
19
Kabajamtoota Maatii Akkaadii Hayyuutiif: ******* Sakatta'iinsa Galmee torbaanota lamaan darban gaggeessine irratti taasifneen, Hanqinnoota Ragaalee/Odeeffannoo namoota leenjiif Galmaayanii heddutu jira. Keessattuu Teessoon Ergaa(Email) Namoota hedduu dogoggora ykn hin hojjatu jedha. Namoota Akkasii Odeeffannoo sabalataa Bil.Qunnamuun barbaachisaa tahee waan argameef, Unkaa asii gadiirratti Odeeffannoo keessan isa sirrii Guutuu nuuf ergaa https://hayuacademy.com/galmee/ Dabalataan Ramaddiin Garee hojjatamaa waan jiruuf Baoru Marii waliinii ni gaggeeffama. Sagantaan barnootaa ni baha Galatoomaa Namootni Kafaltii rawwattanii nagahee nuuf hin ergin, Email asii gadirratti ergaa Odeeffannoo dabalataatiif: Tel: +251911470125 Facebook: HAYU Academy https://www.facebook.com/hayu.academy/ Telegram: t.me/hayuacademy Email: hayuacademy.online@gmail.com
768
20
Leenjii Hayu Academy irratti namootni Gaaffii qabaachaa turtan, @fff_media irratti ibsa baldhaa isiniif keenneerra👇🏼👇🏼 https://3fnews.com/hayu-academy
726