Hayu Academy
Open in Telegram
Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. You can simply upload your courses & learn from professional educators online.
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 740
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
1 740
Barannoo 1:- Kutaa-8ffaa fi 9ffaa - Maalummaa Interneetaa, Balaa fi Ittisa Nageenyaa Saayibarii - Hayu Academy
bit.ly/3QA3erV
1 740
#GareeA | Barannoo 1- Kutaa-7ffaa - Maalummaa Cimdaa | Networking Basics
https://hayuacademy.com/courses/barannoo-1-kutaa-7ffaa-maalummaa-cimdaa-networking-basics/
1 740
Garee A- Barannoo 1 – Kutaa 6ffaa – Faayidaa Fi Miidhaa Teekinoloojii | Advantages and Disadvantages of Technology
bit.ly/3vgeUaI
1 740
Barannoo-2-Kutaa-5fffaa - Marsariitiiwwan 8, kanneen Namootni Suursagalee uumani Maallaqarraa argachuu dandeessan Gabaabsinee dhiyeessine - Tartiiba barbaachisu #marsariitii Keenyarraa argattu👇🏼👇🏼
https://fb.watch/epxYIJPBg8/
1 740
Kaleessa Gurbaa kana waliin daqiiqaa 10n caalaa hin haasofne. Gurbaan haasaa beeka. Sanuu haasa nigdiif tahu. Waan gurgurachuu barbaadu dhaadhessuu beeka.
- Merid Tulu(Ogeessa Diinagdee fi Gabaa)
bit.ly/3PbHIsA
1 740
#subscription - PopUp isin rakkisaa ture kaafneerra. Fayyadamuudhaaf kan isin rakkise #hofkaltii nuuf tolchaa. Amma Sirreessineerra
1 740
Garee B: Barannoo-1: Kutaa-2ffaa: Interneetaan Hojii Uummachuu:
Daldala Dijiitaalaa(Digital Marketing) fi Dursinee qophaawuu fi Galma yaadne gahuu
https://bit.ly/3NE2ShJ
1 740
Garee B: Barannoo - 1 - Interneetaan Galii Argachuun Barannoon jalqabaa gadi lakkifameera. Hordofaa - Hardha ammas kana booda Barumsa 2 Garee lamaaniifuu gadi lakkifama waan taheef qophaayaa, Kana booda Boqonnaan hin yaadamu
- Namootni #email jijjiirtanii hanga ammaa Ramaddiin barnoota keessanii rakkoo qabu Garee Teekinikaatiin Gulaalamaa jira, hanga boru ganamaatti ramaddii barnootaa ni argattu jennee abdanna
https://hayuacademy.com/courses/toora-interneetaan-maallaqa-argachuuf-dursa-waan-3-kana-hojjedhu/
Galatoomaa
t.me/hayuacademy hordofaa
1 740
Guyyaa 2f Ibsaan naannoo biiroo keenyaa hin turre Namootni Barumsa hin ramadaminis namootni hin jalqabinis amma isiniif sirreessaa jirra. Galatoomaa
1 740
Garee A: Barannoo - 1 - Bu'uura Tekinoolojii - Maalummaa fi Amaloota Koompiitaraa Gadi lakkifameera - Guyyaa Guyyaan Barnootni Garee hundaayyuu gadi lakkifamuu eegaleera. #Ergaa Email isiniif ergamu hordofaa
https://hayuacademy.com/courses/buuura-tekinoolojii-maalummaa-fi-amaloota-koompiitaraa/
1 740
Marii keenya sat'aatii 4tti eegaluuf
Google Meeting Daataa guddaa hin fayyadamu, Package xiqqoon isin gaha. Marii keenya Gabaabaa hardhaatiif
Link Marii:👇🏼
https://meet.google.com/nrn-ovyu-kbw
1 740
Hardha Galgala Sa'aatii 4tti Google Meeting walgahii kallattii qabna. Hin irraanfatinaa🙏
Link walgahii telegram keenya t.me/hayuacademy irra isiniif keenya
1 740
Leenjii @hayu.academy irratti eegalle
Marsariitiin keenyaa www.hayuacademy.com irratti leenjii Gabaabaa(Barnoota Bu'uura Tekinoolojii, Akkaataa salphatti Tekinoolojii/Interneetiidhaan hojii dhuunfaa eegluu dandeenyyun, Tooftaalee 100 ol Interneetarraa Mallaqa/Galii argachuu dandeenyuun...) kan leenjifnu yoo tahu, Hardha Wax.3, 2022 irraa eegalee Barnootni Waliinii(Common Course) eegalee jira.
Haala itti Fayyadama Marsariitii keenyaa kunoo hordofaa 👇🏼
https://youtu.be/tuQEJSYUqsE
- Galmeen kallattumaan Marsariitii keenya www.hayuacademy.com irratti itti-fufeera.
1 740
Kabajamoo Miseensota AKKAADAAMII HAYYUU!
- Dhufne amma. Rakkoo xiqqoo Humna ibsaa mudateen barfannus amma dhufneerra. Tartiiba Barnoota keessan horfofuuf isin garaaru(Haala itti Fayyadama Marsariitii keenyaa www.hayuacademy.com) bifa suursagalee(video) dhaan Yuutuubii OICT Solutions kana irratti daqiiqaa 10 keessatti isinif maxxansina.
https://www.youtube.com/channel/UCw_lcDBUCRNeN52wXwIY_YA?sub_confirmation=1
Barnoota keenya Barannoo jalqabaa ammoo sa'aatii 1 booda Marsariitii Hayu Academy irra keenyee isin beeksifna.
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Email: hayuacademy.online@gmail.com / info@hayuacademy.com
Web: www.hayuacademy.com
Telegram: t.me/hayuacademy
Facebook: https://www.facebook.com/hayu.academy
#Share godhaa waliif dabarsaa, hiriyyoota keessan dhageechisaa
HORAA BULAA DEEBANAA
AKKAADAAMII HAYYUU!
1 740
#Yaadachiisa - Hardha Gareen keessan ramaddiin xumura irra waan jiruuf Ergaan Gabaabaan(Email) kessaniin deddeebi'ee isinitti ergamuu danda'a. Hanga Halkan walakkaatti #Ergaan Ramaddii Garee keessan isin beeksisu isiniif ergama.
- Boru waaree booda Barnootni Waliinii(Common Course) ni eegala, Namootni haala mijataa/interneetni isin rakkisu ammoo yeroo hin terneeta argattan #account keessan keessaa argattu waan taheef yeroma seentan barnoota eegaltu.
- Haala Itti Fayyadama ykn barnoota hordoftaniin tartiiba isaa gabaabsinee suursagalee(video) asumarratti isiniif maxxansina.
#Hub: Ergaa Didame(Rejected) jedhu yoo isinitti ergame, Dogoggoraan ykn Namana Kafaltii hin raawwatin tahuu mala. Ulaagaa barbaachisu guuttanii osoo jirtan yoo isinitti dhufe, hanga boruutti yoo isiniif sirreeffamee hin ergamin, Seentanii barnoota hordofuu waan hin dandeenyeef #GareeTeekinikaa keenya keessaan ykn email dubbisaa.
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Email: hayuacademy.online@gmail.com / info@hayuacademy.com
Web: www.hayuacademy.com
Telegram: t.me/hayuacademy
Facebook: https://www.facebook.com/hayu.academy
#Share godhaa waliif dabarsaa, hiriyyoota keessan dhageechisaa
HORAA BULAA DEEBANAA
AKKAADAAMII HAYYUU!
1 740
Hayu Academy has invited you to join a video meeting on Google Meet.
meet.google.com/jwf-rqmd-aax
Or open Meet and enter this code: jwf-rqmd-aax
1 740
Yaadachiisa:
1) Ibsaan naannoo waajjira keenyaa badee waan hin deebi'iniif marii hardha waaree booda karoorsine hin milkoofne.
Kanaafuu marii keenya Halkan Sa'aatii 4tti karoorfametti akka qophooftan yaadachiifna.
2) Barattoota #internship dhaaf darbanis booda asumaan isiniif maxxansina waan taheef bilbiltanii gaafachuun hin barbaachisu.
Telegramaa keenya hordofaa
t.me/hayuacademy
Galatoomaa
Akkaadaamii Hayyuu
1 740
Kabajamtoota Maatii Akkaadii Hayyuutiif:
*******
Sakatta'iinsa Galmee torbaanota lamaan darban gaggeessine irratti taasifneen, Hanqinnoota Ragaalee/Odeeffannoo namoota leenjiif Galmaayanii heddutu jira.
Keessattuu Teessoon Ergaa(Email) Namoota hedduu dogoggora ykn hin hojjatu jedha. Namoota Akkasii Odeeffannoo sabalataa Bil.Qunnamuun barbaachisaa tahee waan argameef, Unkaa asii gadiirratti Odeeffannoo keessan isa sirrii Guutuu nuuf ergaa
https://hayuacademy.com/galmee/
Dabalataan Ramaddiin Garee hojjatamaa waan jiruuf Baoru Marii waliinii ni gaggeeffama. Sagantaan barnootaa ni baha
Galatoomaa
Namootni Kafaltii rawwattanii nagahee nuuf hin ergin, Email asii gadirratti ergaa
Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251911470125
Facebook: HAYU Academy
https://www.facebook.com/hayu.academy/
Telegram: t.me/hayuacademy
Email: hayuacademy.online@gmail.com
1 740
Leenjii Hayu Academy irratti namootni Gaaffii qabaachaa turtan, @fff_media irratti ibsa baldhaa isiniif keenneerra👇🏼👇🏼
https://3fnews.com/hayu-academy
