en
Feedback
ALIF ISLAMIC POST

ALIF ISLAMIC POST

Open in Telegram
835
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Ajaaiba ✍ Olmaan Olmaa Qabdi Yoo Jedhan Dhugaa Hin Fakkaatu .!! Qorataaf Hubataa Namaa #Ustaaz_Abdu_Naasir Kan yeroo Hedduu S
Ajaaiba ✍ Olmaan Olmaa Qabdi Yoo Jedhan Dhugaa Hin Fakkaatu .!! Qorataaf Hubataa Namaa #Ustaaz_Abdu_Naasir Kan yeroo Hedduu Sagantaa #Hmalitan_Tv Irratti Sagantaa Qaroomina Islaamaatin Beekamu .!! ✍Sagantaa Eenyummaa Qabdu Woliin Dabarsineerra Hundaafu Tora Hamiltan Irratti...!! Obsaan.. akkasii.. Ulfaadha galtooma 🌺Join Share 🌺 https://t.me/Imaluuf/

Beeksisa Dhuunfaa Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaa qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/HabeshaPayBot?start=623498942 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Joined kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii 5 kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas bonus qaba!

Nama tokko yoo Affeerte Qarshii 5 siif kaffala. Dhugaa ta'uu isaa adda baafadhee isin beeksisa namni 5 qofti Start & join godhaa. Link inni isiniif fidu lamaan join godhaa. Yoo dhugaa ta'e isiniif hima Ammuma Yaalaa. 👇 https://t.me/HabeshaPayBot?start=623498942

𝗊𝗲𝗲𝗿𝗮𝗮𝗻 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝘀𝗶❗❗❗Yaada Yoo Qabaatte Barreessi. 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗙𝗶 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝙊𝙗𝙗𝙀𝙡𝙚𝙚𝙚𝙚𝙖 𝙆𝙞𝙮𝙮𝙖❗ Jiimii Keessatti Sibiila Hagam Gahu Ol Kaasuu Siif Laaffisee, Akkamitti Baanaa Takkittii Salaata Fajriitiif Ol Fuudhuun Sitti Ulfaate? 𝙊𝙗𝙗𝙀𝙡𝙚𝙚𝙩𝙩𝙞𝙞 𝙏𝙞𝙮𝙮𝙖❗ Sa’aatii Dheeraa social media Irra Taa’uu Siif Laaffisee, Akkamitti Heerumtee Jaarsa Jala Taa’uu Si Dadhabsiise. 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗞𝗶𝘆𝘆𝗮❗ Friend Request Nama Kumaatamatti erguu Siif Laaffisee, Akkamitti Shamara Takka Fuudhuuf Jaarsa Ergachuu Gaara Sitti Godhe. 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗧𝗶𝘆𝘆𝗮❗ Friend Request Nama Kumaa Confirm godhuu Rabbiin Siif Laaffisee, Nama Si Fuudhuuf Dhufu tokko confirm godhuu akkamitti gaara sitti godhe? 𝐎𝐛𝐛𝐚𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐊𝐢𝐲𝐲𝐚❗ Wollaalummaa baadhattee Umrii Kee guutuu deemuu siif laaffisee, yeroo xiqqoo teettee barachuun akkamitti sitti ulfaate? 𝐎𝐛𝐛𝐚𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐓𝐢𝐲𝐲𝐚❗ Rifeensa,Nyaara, Qeensaa Fi Teessoo Arteefishaalii Baadhattee Deemuu siif Laaffisee, dubrummaa Kee eeggachuun akkamitti sitti ulfaate? 𝐎𝐛𝐛𝐚𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐊𝐢𝐲𝐲𝐚❗ Nama irratti Muudii Qabachuu Siif Laaffisee, Beekkumsaa fi Horii qabachuu maaltu si dhoorge? 𝐎𝐛𝐛𝐚𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐓𝐢𝐲𝐲𝐚❗ Abbaa Manaa Kee Hojjattee Dafqa Kee Nyaachisuun Kan Sitti Hin Ulfaanne, Amala Abbaa Manaa Kee Baachuun Akkamitti Sitti Ulfaate? 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗞𝗶𝘆𝘆𝗮❗ Nama Meeqa Jaalalaan Ajjeesuu Kan Siif Laaffise, Jaartii Tee Halaalaa Jaalachuun Maaf Gaara Sitti Ta’e? (Bafiqruu Gadaay). 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗧𝗶𝘆𝘆𝗮❗ Arrabni Sooshaal Miidiyaa Irraan Aalama boochisuu danda’u, Akkamitti Waan gaarii Takka dubbatee Nama waldhaanuu dadhabe? 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗞𝗶𝘆𝘆𝗮❗ Seenaa Nama Biraa dubbisuu Fi daaw’achuudhaaf Sa’aatii dheeraa obsuu siif kennee, Seenaa Kee galmeessuuf akkamitti daqiiqaa Si dhabsiise? 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗧𝗶𝘆𝘆𝗮❗ Sagantaa Namaa deemuudhaaf urgaawuu Fi of Midhaagsuu Rabbiin siif laaffise, Jaarsa Kee Halaalaatiif Maaf Gaara Sitti Godhe? 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗞𝗶𝘆𝘆𝗮❗ Guyya guyyaa alatti akka Ministeera Nageenyaa ganda hunda nagaha gaafataa ooltee, Mana Keetti Yoo Galtu maaltu Federaal Poolisii Si godha? Ulema Baattee ka namattiin Fiiddu? 𝗢𝗯𝗯𝗌𝗹𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗧𝗶𝘆𝘆𝗮❗ Guyyaa cidha namaa irratti babbareeddee misirroo olitti midhaagdee Miizee taatee karaa haraamaatiin ammatamaa ooltee,galgala galtee Tiraasii Aqqafuu irra Heerumi. Ammatamaa ooluun birqii miti killeenuu lukkuun ammatamaa oolti. 𝗊𝗶𝗶𝗳 𝗧𝗮𝘂 𝗙𝘂𝗱𝗵𝘂 𝗊𝗶𝗶𝗳 𝗧𝗮𝘂𝘂 𝗕𝗮𝗮𝘁𝘂, 𝗚𝗻𝗳𝗌𝗹𝗹𝗌𝘄 𝗳𝗶 𝗚𝗻𝗳𝗿𝗶𝗲𝗻𝗱 𝗜𝗿𝗿𝗮 𝗜𝗷𝗷𝗮𝗱𝗵𝘂. 𝗬𝗌𝗌𝗞𝗶𝗶𝗻 𝗚𝗊𝗶𝗶 𝗙𝗌𝗹𝗹𝗌𝘄 𝗡𝗮 𝗚𝗌𝗱𝗵𝗶❗❗

Channelota Armaan gadii kana Barnoota Guddaa uf keessaa qabu. Filadhaa Join Godhaa 👇

ODUU GAMMACHIISAA Channelota Gurguddoo A/Oromoon Barsiisanii fi Ergaalee Murteessoo isiniif Qoodan Qabannee dhufneerra. Kan feetan filachuun Join Godhaa GALATOOMAA 💚❀💚

በዱንያ!!! ✔ብርሃንና ጹለማን ፥ ሜዳና ተራራን ፥ ሳያልፍ ያኖሚው። ✔ባለንበት ምድር ያለ አንዳቜ እንቅፋት  ታላቅ ተግባርን ያኚናወነ? ☝ማንም ዹለም ! 👉አላህ ስቃይ አልባ ቀናትን ቃል አልገባልንም። ለሃዘን አልባ ዚፈንጠዝያ ጊዘያትም ቃሉን አልሰጠንም፡፡ ዝናብ ዚሌለባ቞ዉን ጞሃያማ ቀናትንም ተስፋ አልሰጠንም። ወላክን ለስቃይና ለመኚራቜን ጥንካሬን ፥ ለትግስታቜን ትልቅ ምንዳ ለሃዘናቜን መጜናናትንና ለመንገዳቜን ብርሃንን ነው ቃል ዚገባልን፡፡ 🀗እኛ ዚቻልነዉን ካደሚግን ፥ አላህዬ ደግሞ ያልቻልነዉን ያደርግልናልና፡፡ https://t.me/Imaluuf/

ሰላም ለኛንተ ምን ያህል በውለታ ያሰሚቹ እጆቜ አሉ? ልባቜሁ መራቅን ሲኚጅል  ውለታ቞ው አንቆ ዚሚዛቹ ..... ፈልጋቹ ሳይሆን ....ጥሩ ዚመሰላቜሁን ቆጥሪቹ ኹጎናቾው ዚምትገኙት?  ለሚሰነዝሩባቹ ጥሩ መሳይ መርዛማ ቃላት ኚአንገት በላይ እያስፈገጉ ያቆያቹ? .. ንቁ እንጂ!!!  ,, አፉን ለኹፈተ ሁሉ ልባቹ  አይሾበር ለዛታዘባቹ በሙሉ አትዳናገጡ ሲትሞገሱ ኹፍ ሲትጠለሞሹ ዝቅ ዹሚል ማንነታቹን ወደዛ በሉት። ማንነታቹን በተናጋሪዎቜ አትገነቡ ኹፍም ዝቅም አትበሉ በቃ uuuf ta'a😜 https://t.me/Imaluuf/

Dubbii Ajaa'ibaa! Gaafa tokko Waltajjii guddoo England (UK) keessatti gaggeeffamte takkarratti namni tokko "dogongora Islaamummaa baay'een baasee jira. Namni naan mormu jiraa?!" Ja'ee dhaadachuu eegale. Dhaadannaa itti fufnaan, Barataan Muslimaa Palestine irraa barnootaaf achi ture, isaan mormuuf Speakera fudhate. Namayyuu isaan hordafuu eegale. Namtichi kun "Nabiyyiin keessan akkamitti halkan takka keessatti Samii bahuu dandaye?!" Jachuun gaafate. Mucaaniis, "Galgala Sa'aa 2:00 Miidiyaan wahii Australia irraa oduu Live dabarsaa jira. Daqiiqaa walfakkaataa keessatti as UK, Lendon keessa teessee oduu tana hordafuu dandeessa. Mitii? Akkamitti daqiiqaa Haga kana keessatti oduun Australia irraa dhufuu dandeesse?!" jachuun isa gaafate. Osoo namtichi hin dubbatin Manni guutuun barataa kanaaf harka dhawuu eegale. Itti fufuun, namtichi kun "Isin Malaa'ikaa tokkootu Nama hunda ajjeesa jattan. Ok, Airplane tokkootu osoo Nama hedduun balali'aa jiruu, Atlantic keessatti kufe. Xayyaarri biraa tokkoos osoo namaan deemaa jiruu, Garba Hindiitti kufe. Xayyaarri lachuu daqiiqaa walfakkaataa keessatti kufan Yoo tahe, Malaa'ikaan tokko akkamitti namoota kana ajjeesuu dandaye?" jachuun gaaffii 2ffaa dhiheesse. Barataaniis, "As Magaalaa tana keessatti Sa'aa 2:00 irratti Buufanni Ibsaa (Electric station) Ibsaa dhaamse. Daqiiqaa walfakkaataatti ibsaan mana hundaa dhaama. Mitii?! Akkamitti namni tokko, Ibsaa Magaalaa guutuu yeroo takkatti dhaamsuu dandaye?!" jachuun isa gaafate. Hoggaa kana barattoonni Muslimaa hundi ol ka'anii mucaa kana ol fuudhanii isaan daddeemuu eegalan. Stadium guutuun Takbiirtaan oowwite. Haala kanaan mucaan injifate. Maasha Allah! Dubbii tanaan Yoo gammadde Muslima tahuu kee qofaaf Alhamdulillaahi ja'i. Alhamdulillaah! Barreeysaa: ... Galatoomaa! 🌺 Join Share 🌺 https://t.me/Imaluuf/

امي😍 ገዝተው ዚማያገኙት ተለማምደው ተለማምነው ኹሌላ ዹማይገኙ አላህ በግል ዹሰጠው ቜሎታ ..... ንፁህ መውደድ ምትሰጥህ..... ንፁህ እንክብካቀ ምታደርግልህ...... ንፁህ ስስት በማስመሰል
امي😍 ገዝተው ዚማያገኙት ተለማምደው ተለማምነው ኹሌላ ዹማይገኙ አላህ በግል ዹሰጠው ቜሎታ ..... ንፁህ መውደድ ምትሰጥህ..... ንፁህ እንክብካቀ ምታደርግልህ...... ንፁህ ስስት በማስመሰል ያልታዬ.... : ጥቅም ዚሌለበት እውነተኛ ውህደት : ትክክለኛ መቆራኘት በውስጡ ያለ እልፍ ዘመንን ቢያራርቅ እንኳን መውደዱ ቅንጣት ዚማይቀንስ  ያልተበሚዘ ፍቅር...... እናትህ  ዚምትሰጥህ መውደድ ብቻ ነው።        እናቶቻቜንን አላህ ይጠብቃ቞ው ። 🌺Join Share 🌺 https://t.me/Imaluuf/

ODUU GAMMACHIISAA Channelota Gurguddoo A/Oromoon Barsiisanii fi Ergaalee Murteessoo isiniif Qoodan Qabannee dhufneerra. Kan feetan filachuun Join Godhaa GALATOOMAA 💚❀💚

Channelota Armaan gadii kana Barnoota Guddaa uf keessaa qabu. Filadhaa Join Godhaa 👇

- Quran is peace of mind. ❀💫 https://t.me/Imaluuf/ https://t.me/Imaluuf/
- Quran is peace of mind. ❀💫 https://t.me/Imaluuf/ https://t.me/Imaluuf/

አሰላም ዓለይኩም ዉድና ዚተኚበራቜሁ ዚ቎ሌግራም ተጠቃሚዎቜ እንኳን ደስ አላቜሁ አዲስ ዚቻናል ግብዣ ይዀላቜሁ መጥቻለዉ። ዚተመቻቜሁን ጆይን ይበሉ👇👇

Galmee jachootaa dhaloota #Zahmaa keessatti , Silkii jachuun : "Qabeenya hattuun bifa amaaanaatin si bira kaayyate jachuudha.
Galmee jachootaa dhaloota #Zahmaa keessatti , Silkii jachuun : "Qabeenya hattuun bifa amaaanaatin si bira kaayyate jachuudha. Yeroo barbaade sirraa fudhata." https://t.me/Imaluuf/

Channelota Armaan gadii kana Barnoota Guddaa uf keessaa qabu. Filadhaa Join Godhaa 👇

photo content

photo content

ODUU GAMMACHIISAA Channelota Gurguddoo A/Oromoon Barsiisanii fi Ergaalee Murteessoo isiniif Qoodan Qabannee dhufneerra. Kan feetan filachuun Join Godhaa GALATOOMAA 💚❀💚

ODUU GAMMACHIISAA Channelota Gurguddoo A/Oromoon Barsiisanii fi Ergaalee Murteessoo isiniif Qoodan Qabannee dhufneerra. Kan feetan filachuun Join Godhaa GALATOOMAA 💚❀💚