en
Feedback
ALIF ISLAMIC POST

ALIF ISLAMIC POST

Open in Telegram
835
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Gaaffii fi Deebii Hadha Galgala sa'atii 3:00 irratti Sagantaa Gaaffii fi deebii waan qabnuuf iratti akka hirmaattan kabajaan isin gaafanna. ዛሬ ምሽት 3:00 ላይ የ ጥያቄና መልስ ፕሮግራም ስላለ ተሳተፉ ። Hirmaachuuf 👇 ለመሳተፍ https://t.me/seyfal_islaam

Channelota Filatamoo Bara kanaa. Kan feetan filadhaa JOIN Godhaa. 💚💚💚💚💚

photo content

ODUU GAMMACHIISAA Channelota Gurguddoo A/Oromoon Barsiisanii fi Ergaalee Murteessoo isiniif Qoodan Qabannee dhufneerra. Kan feetan filachuun Join Godhaa GALATOOMAA 💚❤️💚

ODUU GAMMACHIISAA Channelota Gurguddoo A/Oromoon Barsiisanii fi Ergaalee Murteessoo isiniif Qoodan Qabannee dhufneerra. Kan feetan filachuun Join Godhaa GALATOOMAA 💚❤️💚

#ልዩ_ክስተቶች (2) #የኢማን_ኢስላማዊ_ኮሌጅ_13ኛ_ዙር_ምርቃት #2 ከቤተል ካምፓስ ተመራቂዎች መካከል የሆነች ተመራቂ የካንሰር ህመም ጋር እየታገለች እና የኬሞ መድሀኒት ህክምና እያከናወነች ለም
+4
#ልዩ_ክስተቶች (2) #የኢማን_ኢስላማዊ_ኮሌጅ_13ኛ_ዙር_ምርቃት #2 ከቤተል ካምፓስ ተመራቂዎች መካከል የሆነች ተመራቂ የካንሰር ህመም ጋር እየታገለች እና የኬሞ መድሀኒት ህክምና እያከናወነች ለምርቀት መብቃቷ ከመድረክ የተገለፀ ሲሆን ታዳሚዎች በተመራቂዋ ጥንካሬ ሲገረሙ «እኛስ የት አለን?» የሚል የልቦና ጥያቄ ያጫረባቸው ይመስላል። መድረኩን ሲያጋፍሩ የነበሩት አቶ ኢስማዒል ታሪኳን ለታዳሚዎች ካነበነቡ ወዲያ ታዳሚዎች ስለጥረቷ ከፍ ያለ የሞራል ድጋፍ ያዘለ ተክቢራ እና ጭብጫባ አዳራሹን ሲያናውጠው ተስተውሏል። #ኢማን_ኢስላማዊ_ኮሌጅ #ኢስላማዊ_እውቀት_ለሁሉም #13ኛው_ዙር_የምርቃት_ስነስርአት Join https://t.me/Imaluuf/

Ajaaiba ✍"Suuraan gariin gaafa dubbachuuf kaatu si Dursee dubbata..! Ilaame Galma feeteef ijjonnoo yoo qabaatte homtuu sin Da
Ajaaiba ✍"Suuraan gariin gaafa dubbachuuf kaatu si Dursee dubbata..! Ilaame Galma feeteef ijjonnoo yoo qabaatte homtuu sin Daangessu ..! "Jechaaf jecha Dhabus Baga Gammadde jechuu malee waanan jedhu hin Qabuu..! #Feti.. ammas Baga Gammadde ✍awesome "Some pictures speak before you when you get up to speak..! My sister if you have the determination for the goal you want, nothing will limit you..! #Feti.. Congratulations again 🌺Join Share 🌺 https://t.me/Imaluuf/

ODUU GAMMACHIISAA Channelota Gurguddoo A/Oromoon Barsiisanii fi Ergaalee Murteessoo isiniif Qoodan Qabannee dhufneerra. Kan feetan filachuun Join Godhaa GALATOOMAA 💚❤️💚

#Ilaame_Qaalii_Koo ..! Ati obboleettiin koo waan Rabbiin itti si ajaje raawwachuuf bineensa waliin kan ati waldhaansoo walqab
#Ilaame_Qaalii_Koo ..! Ati obboleettiin koo waan Rabbiin itti si ajaje raawwachuuf bineensa waliin kan ati waldhaansoo walqabdu ilaalaan cal'ise. Osoo an obboleessi kee jiruu kabaja kee sirraa mulqanii qaama kee qullaa deemi siin jechuun isaanii dadhabina kee osoo hin taane dadhabina kooti. Dirqama koon dagadhe. Ati kabaja dhabuun ani kabaja dhabuudha, ani salphachuudha, si xiqqeessuun ana xiqqeessuudha, si doorsisuun ana doorsisuudha. Garuu ani dammaquu hin dandenye. Waanan gochuu qabu hin goone, itti gaafatamummaa koo hin ba'anne, amaanaa ulfaataa natti kenname sana sirriitti kunuunsuu dhiiseen nyaadhe. Eeyyeen amaanaan nyaadhe. 🌺Join Share 🌺 https://t.me/Imaluuf/

Gaaffii fi Deebii Hadha Galgala sa'atii 3:00 irratti Sagantaa Gaaffii fi deebii waan qabnuuf iratti akka hirmaattan kabajaan isin gaafanna. ዛሬ ምሽት 3:00 ላይ የ ጥያቄና መልስ ፕሮግራም ስላለ ተሳተፉ ። Hirmaachuuf 👇 ለመሳተፍ https://t.me/seyfal_islaam

ODUU GAMMACHIISAA Channelota Gurguddoo A/Oromoon Barsiisanii fi Ergaalee Murteessoo isiniif Qoodan Qabannee dhufneerra. Kan feetan filachuun Join Godhaa GALATOOMAA 💚❤️💚

#Ajaaiba_Itti_Fufeeraa..!! ----------//----//--------‐-------- ✍ Hayyuun Hayyuudha..! Osomaa akkan Qaba Bakkan Qaba Jettuu Ga
+2
#Ajaaiba_Itti_Fufeeraa..!! ----------//----//--------‐-------- ✍ Hayyuun Hayyuudha..! Osomaa akkan Qaba Bakkan Qaba Jettuu Gaafa Hayyuun akka siif Jiranuuf Bakka siif jiranu akka sitti Jiranuuf ....!! Gaafa akka keef Bakka kee sitti agarsiisanu of argitu gar tokkoon ni ni Gammadda gar tokkoon....!😭 #Olmaan_itti_fufeeraa..!! #Guyyaan_Boriis.. 🌺Join Share 🌺 https://t.me/Imaluuf/

#W.#Tokkummaa..!! ✍ Muslimoota M/Jimmaa fi Naannoo isii Sagantaan Ganamaa kana Fakkaata Waaree booda sa'aatii 8:00 tti wolitt
+4
#W.#Tokkummaa..!! ✍ Muslimoota M/Jimmaa fi Naannoo isii Sagantaan Ganamaa kana Fakkaata Waaree booda sa'aatii 8:00 tti wolitti deebina InshaAllah.

Hojii Online Mirkanaa'e ✅ Namoonni Qarshii Hojjechuu Barbaaddan Qofti Nama tokkotti Qarshii tokko kaffala. Jalqaba link kanaa
Hojii Online Mirkanaa'e ✅ Namoonni Qarshii Hojjechuu Barbaaddan Qofti Nama tokkotti Qarshii tokko kaffala. Jalqaba link kanaan galuun  ✅Start taasisaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0158985235 ✅ Sana booda username channel isiniif fidu lamaan tuquun join erga gootanii booda Button "📌Joined" jedhu tuqaa! Nama 1 Qarshii 1 yoo ta'u, bonus qabas! Qarshiin keessan 10 fi isaa ol yommuu ta'u telebirr dhaan baafachuu dandeessu!

#WIRTUU_AL_GURABAA.. ------------//-------//-------------- ✍ Mata duree Dubartiin Filatamtuu jedhuun Marsaa 2ffaa Haala Ho,aa
+2
#WIRTUU_AL_GURABAA.. ------------//-------//-------------- ✍ Mata duree Dubartiin Filatamtuu jedhuun Marsaa 2ffaa Haala Ho,aa fii Ajaaiba Ta,een Kennuu Itti Fufeeraa..!! 🌺Join Share 🌺 https://t.me/Imaluuf/