en
Feedback
Alatinostube/አላትኖስቱብ/

Alatinostube/አላትኖስቱብ/

Open in Telegram

Baga Nagaan gara chaanali alatinos dhuftan. Youtube chaana https://youtube.com/@alatinostube?si=F3Xm7jtev2Mtz0kE "Kanaafu akka fedha waaqayyotti qoruumsa kan fudhattan waan gaari hojjecha lubbu keessan waaqa amaanamti Galfata kenna dha" 1 phex. 4:19.

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Alatinostube/አላትኖስቱብ/

Channel Alatinostube/አላትኖስቱብ/ (@alatinostube) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 16 420 subscribers, ranking 5 062 in the Religion & Spirituality category and 2 095 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 16 420 subscribers.

According to the latest data from 09 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -308 over the last 30 days and by -16 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 5.78%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 1.68% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 950 views. Within the first day, a publication typically gains 276 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 9.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Baga Nagaan gara chaanali alatinos dhuftan. Youtube chaana https://youtube.com/@alatinostube?si=F3Xm7jtev2Mtz0kE "Kanaafu akka fedha waaqayyotti qoruumsa kan fudhattan waan gaari hojjecha lubbu keessan waaqa amaanamti Galfata kenna dha" 1 phex. 4:1...

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 10 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

16 420
Subscribers
-1624 hours
-867 days
-30830 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+1
in 0 channels
August '26
+10
in 3 channels
Get PRO
July '26
+10
in 0 channels
Get PRO
June '26
+2
in 2 channels
Get PRO
May '26
+1
in 0 channels
Get PRO
April '26
+1
in 0 channels
Get PRO
March '26
+12
in 1 channels
Get PRO
February '260
in 0 channels
Get PRO
January '26
+1
in 0 channels
Get PRO
December '25
+1
in 0 channels
Get PRO
November '250
in 0 channels
Get PRO
October '250
in 0 channels
Get PRO
September '250
in 5 channels
Get PRO
August '25
+931
in 0 channels
Get PRO
July '25
+1 387
in 0 channels
Get PRO
June '25
+1 361
in 2 channels
Get PRO
May '25
+1 071
in 1 channels
Get PRO
April '25
+1 680
in 4 channels
Get PRO
March '25
+2 245
in 1 channels
Get PRO
February '25
+1 977
in 1 channels
Get PRO
January '25
+1 667
in 2 channels
Get PRO
December '24
+1 696
in 3 channels
Get PRO
November '24
+2 279
in 2 channels
Get PRO
October '24
+1 757
in 3 channels
Get PRO
September '24
+974
in 3 channels
Get PRO
August '24
+1 088
in 4 channels
Get PRO
July '24
+488
in 1 channels
Get PRO
June '24
+454
in 3 channels
Get PRO
May '24
+626
in 2 channels
Get PRO
April '24
+810
in 4 channels
Get PRO
March '24
+834
in 4 channels
Get PRO
February '24
+901
in 2 channels
Get PRO
January '24
+100
in 1 channels
Get PRO
December '23
+603
in 2 channels
Get PRO
November '23
+100
in 1 channels
Get PRO
October '23
+20
in 0 channels
Get PRO
September '23
+40
in 0 channels
Get PRO
August '23
+36
in 0 channels
Get PRO
July '23
+32
in 0 channels
Get PRO
June '23
+23
in 0 channels
Get PRO
May '23
+14
in 0 channels
Get PRO
April '23
+28
in 0 channels
Get PRO
March '23
+61
in 0 channels
Get PRO
February '23
+98
in 0 channels
Get PRO
January '23
+181
in 0 channels
Get PRO
December '22
+31
in 0 channels
Get PRO
November '22
+75
in 0 channels
Get PRO
October '22
+89
in 0 channels
Get PRO
September '22
+24
in 0 channels
Get PRO
August '22
+35
in 0 channels
Get PRO
July '22
+52
in 0 channels
Get PRO
June '22
+43
in 0 channels
Get PRO
May '22
+67
in 0 channels
Get PRO
April '22
+67
in 0 channels
Get PRO
March '22
+65
in 0 channels
Get PRO
February '22
+71
in 0 channels
Get PRO
January '22
+91
in 0 channels
Get PRO
December '21
+119
in 0 channels
Get PRO
November '21
+102
in 0 channels
Get PRO
October '21
+225
in 0 channels
Get PRO
September '21
+97
in 0 channels
Get PRO
August '21
+220
in 0 channels
Get PRO
July '21
+184
in 0 channels
Get PRO
June '21
+233
in 0 channels
Get PRO
May '21
+42
in 0 channels
Get PRO
April '21
+26
in 0 channels
Get PRO
March '21
+35
in 0 channels
Get PRO
February '21
+38
in 0 channels
Get PRO
January '21
+22
in 0 channels
Get PRO
December '20
+1 187
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
10 September0
09 September0
08 September0
07 September0
06 September+1
05 September0
04 September0
03 September0
02 September0
01 September0
Channel Posts
2
https://youtu.be/P_87v8Uq-zE?si=8gU9qxyiRyu5vYE_
206
3
Addunyaan isaan hin malle, kanaaf gammoojjii fi gaara keessa, holqa fi boolla lafaa keessa naanna’an. /Ibroota 11:32¬-40 qulqulloota obsaa fi ciminaan Waaqayyoon tajaajilaniif. Nutis guyyoota kana shanaan keessatti yoo boonye cubbun keenya waagga nurra dhiqama. • Kanaafis abbonnii akka nuti cuupha qalbi jijjiranna cuuphamnu nu gorsu. Bokkan torbe kana roobus bokka adda waan ta’eef eebaaf ni fayyada. Kunis kan ta’u namoota amanaan qofaafidha. Amanta akkasi immo ajaja dhibba (maat. 8:10), dubarti wagga 12’f dhiiga dhangalaasa turte uffata kiristoosin xuqte yaadadhu, zakiyoosin yaadadhu. Namonni kun bara wangeelli barra’e hin jirretti, lallaban osoo isaanitti hin lallabiin, caqasa osoo hin gaafatiin amantiin wanta fedhan argataniiru. Egaa samoona phaagume, kiristaanonni tsabala ni cuuphamu. Isa dura garu me hikka stabala fi xabala haa ilaallu. • 𝙏𝙨𝙖𝙗𝙖𝙡𝙖 𝙔𝙠𝙣 𝙓𝙖𝙗𝙖𝙡𝙖 𒊹𝐓𝐬𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚 jechuun Biyyoo, dhukkee, dhoqqee jechuudhaa. 𒊹𝐗𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚 jechuun Humna goofta keenya keenya Iyyaasus kiristoosiin dhukkubsaatonni Kan ittin fayyaan aja'iiba Kan rawwatu biishaan qulqulluun xabalaa jedhama. 𒊹Xabalaa jechuun Biishaan qulqullaa'aa, Biishaan ebbifamaa jechuudhaa. ➪ R. Hiiz 36:25 " Biishaan gaarii ( Qulqullaa'aa) isinittaan facaasa ,isiniis xura'uummaa keessan irraa Ni qulqullooftuu " ➪ s. Ba'uu 7:8 " akka qulullaa'aaniif akkas isaaniin ni tasifta , Biishaan cubbuu irraa isaan qulqulleessa itti facaasi " ➪R. Hiiz 47 :8 " innis akkas nan jedhe Biishaan gara liixatti Ni ba'aa , gara Arabaas Ni bu'aa, gara Galaanattis Ni seena , innis gara Galaana xurraa'a kanatti yeroo seenu bishaanichii Ni qulqullaa'aa "Egaa xaballi Kun eyyamaa Waaqayyoo ta'ee fayyina ilmaan namatiif akka ta'uuf iddoo gara garatti lafa keessa waaqayyoo ni burqisiisaa. Kitaaba qulqulluu irraatti gafa ilallee iddoo xabala baay'ee ni argannaa.fkn xabalaa Yordaanoos Kan Ni'imaan fi Iyoob ittin fayyaan , iddoo chuuphaa Salihoom namichi jamaa ta'ee dhalate sun Kan ittin fayyee fi xabalaa BeetaSaayidaa fa'aa fudhachu dandeenya akka fakkeenyatti. ➪ 𝐁𝐞𝐞𝐭𝐚𝐬𝐚𝐚𝐲𝐢𝐝𝐚𝐚 jechuun afaan Ibiraayisxii yoo ta'uu afaan gi'iizidhaan immoo beetasahiil yoo jedhamtu oromiffaatiin immoo hiikkaan isaa Mana dhiifamaa ( Araara ) jechuudhaa. 𝐗𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐟𝐮𝐮𝐫𝐚 ( 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚 ) 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐮 𝐉𝐢𝐫𝐚. ➪S.Uum 1:2 " Biishanichaa irraa Afuurri Waaqayyoo Ni jira ture " ➪ Faarf 73(74) :13 " Ati Galaanoota humna keetin Ni jabeessite, ati mataa jawwichaa Biishaan keessatti ni caccabsite " 𝐗𝐚𝐛𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐃𝐡𝐮𝐤𝐤𝐮𝐛𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐢𝐬𝐚. ➪R.Isaa 35:5-6 " Yeroo sanaatti ijii namoota jamaa ni banamaa, gurri namoota dudaa Ni saqqamaa, yeroo sanaatti inni okkolaan akka kuruphee Ni utaala, arraabni nama danda'ee hin dubbaannes ni faarfata, lafa oona gammojji keessatti Biishaan dhangalaa'oon ni burqaa " waaqayyoof galannif ulfini haa tau hanga bara baraatti! Chaanali keenya subscribe gochuu hin hiraanfatina! “Wangeela lallabuu kootiin of jajuu hin danda'u; kana himuun ana irraa in barbaadama; wangeela yoon lallabuu dhaabaadhe garuu, anaaf wayyoo!” — 1Qor. 9:16 Cubbuu "-" amantii "+" jaalala "×" Kan qabdu rakkataaf "÷" °°°°°°°°°°°{~~~~}°°°°°°°° ¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤ °°°°°°°°°°°°~~~~°°°°°°°°° B/saa D/n Daneil Mamo ~°°°°°>>>>>°°°°~~ ¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤ <<<<°°°°°>>>>>°°°°~~~~ Face book page: https://www.facebook.com/haadhakoomariyami ​YouTube — Subscribe —AlatinosTube https://youtu.be/iyKpMCFq0_c?si=hZjO7_ngX-9EKfrT Telegram — Join — AlatinosTube https://youtu.be/lWJe9DPjWcQ?si=7-VXbaasW3DpTRt8
279
4
Namichi Ozyan jedhamu naannoo sana jiraatu, Waaqni abbootii isaanii kadhannaa isaanii akka dhaga’uuf guyyaa shan soomanii obsaan akka kadhatan gorseera. Obsaan eeguunis walii galan. (Iyod. 2:2-28, 4:13) • Sabni Israa’el waraana Nebukadnezaar lolani mo’uu yeroo dadhabanitti, harka kennachuuf walii galani. Garuu Yuudiit dubartii Waaqayyoon sodaattu waan taateef, gorsa isaanii yommuu dhageesse, "Maaliif Waaqayyo nu fayyisi jettanii hin dubbanne?" Uffata isaanii uffatte, daaraa keessa gangalachuun Suba’ee seente. Guyyaa sadaffaatti Waaqayyo akkamitti sabni ishee fayyuu akka qaban ogummaa isheef ibse. Yuudiit surraa Waaqayyo isheef kennetti fayyadamuun saba ishee badiisa irraa oolchuun ogummaa akka ta’e hubatte. (Yood. 9:13) • Uffataan babbareedde, urgooftuu fudhattee dhiqattee ija jabinaan gara mooraa waraanni diinaa jirutti imalte. Waraanni bareedina ishee yommuu argu ajaa'ibsiifatanii "dubartiin kun hogganaa keenyaaf malti" jedhan. • Yuudiit karaa ittiin diina ishee jalaa miliqxan dursitee waan qopheessiteef, bakka ajajaan waraanaa jiru erga seentee booda, "Gooftaa koo kabajamaa, qabeenyi koo fudhatameera; Balbala osoo hin deebisin na gargaaraa. "Tumsi keessan gargar na hin baasu" jettee gaafatte. Ajajaan waraanaa sun hafuura halaalummaatiin waan jaameef, wanta isheen gaafatte akka raawwatu itti hime. Yuudiit immoo mana daldalaa bareedaa tokko keessa ishee galchite. Gargaarsa Waaqayyoo fi ogummaa isheetti fayyadamtee miliquu ishee qopheessite. (Yood. 10:23, 11:23) • Yuudiit guyyoota hedduudhaaf dunkaana keessa erga teessee booda ajajaan waraanaa sun nyaata laaqanaa qopheessee ofcinaa teessise. Erga nyaatanii dhuganii booda namni hunda ergee ba’een booda balbala cufsiise. Isheenis, isa waliin kophaa hafte. Garuu mootich akka tasaa hiribni fudhatee bade, ni rafes. Yeroo sanatti Yuudiit waaqa ishee kadhattee uumaan ishee akka ishee gargaaru kadhatte. Kana booda billaa ajajaa waraanaa mataa isaa irraa ol kaaftee mataa irraa muratte. Isheenis reeffa isaa lafatti darbatte. Waraanni du'a Holophornis yeroo dhaga'an bakka jiranitti faffaca'an. Israa’eloonni lubbuun hafanii humna Waaqayyootiin ni jifatan. Uumaa isaanii gammachuudhaan galateeffatan. (Yod. 12:2, 13:2). • Yuudiit sooma fi kadhannaa fi humna Waaqayyootiin diina ishee balleessuu dandeessetti. Kanaaf, nutis diina keenya durii daabiloosiin injifachuuf, Uumaa keenya soomaan yoo kadhanna inni cubbu keenya nuuf dhiisa. Dubartiin cimtuu Yoodiit Subaa’e galtee kadhannaa fi soomanaan diinota ishee injifatte. Nutis kana yaada keessa galchinee akkuma ishee huccuu fokkisaa uffannee, daaraa keessa gangalanne, soomana fi kadhannaa baay'ee yoo goone diina keenyya mo’achuu ni dandeenya. Diinni keenyas seexana nagaa, jaalala, tokkummaa nu dhoowwe, wal nu wallaalchisudha. Yoo nagaa, jaalala fi walkabajuu baanne, seexanichi ulfina keenya irraa gad nu buuse ibidda bara baraatti nu gata. • Kanaafis waaqayyo gooftaan rajaa musee irra bule "Ani qulqulluu waanan ta'eef, isinis qulqullaa'aa." (Lewwoota 19:2) irratti maqaan "qulqulluu" jedhu namoota amala isaaniitiin addunyaa jijjiiranii gammachuu biyya lafaa kanaa dhiisanii isa bara baraa filataniif kennameera. Kanaaf yaadannoo qulqullootaaf guyyootaaf goodhu malu yoo raawwanne immo qulqulloota ni taana. Sababni isaas yeroon baay’ee gabaabaa waan ta’eef waa’ee Gideon, Baraak, Siimson, Yiftaa, Daawit, Saamu’eel fi raajotaa hin himne. Amantiin mootummoota injifatan, qajeelummaa hojjetan, waadaa kenname argataniiru, afaan leencotaa cufanii, humna ibiddaa dhaamsan, qara billaa jalaa miliqan, dadhabina isaanii irraa jabaatanii, waraana keessatti jabaatanii, waraana alagaa ari'an. Dubartoonni du’aa isaanii du’aa ka’uudhaan fudhatan; Kaan immoo fayyina osoo hin argatin du’aa ka’umsa guddaa akka argataniif reebamanii du’aniiru. Kaan immoo dararaa fi reebicha, kana malees hidhaa fi mana hidhaa irratti raawwatame. Dhagaadhaan rukutaman, qoramanii, sawwaan gargar ba'anii, billaadhaan ajjeefaman, waan hunda dhabanii gidiraa irra ga'anii gogaa hoolaa fi re'ee uffatanii naanna'aa turan.
218
5
#PHAAGUME #ji'a 13ffaa #Paagumeen ji’oota kudha sadii (13ffaa) yoo ta’u, ji’oota Hagayyaa fi fulbaana gidduutti argama. • "Pagumen" bara wangeelawwi yohaannis guyyoota jaha (6) qaba. Bara wangeelawwi Luqaas, Maatewos fi Maarqos immoo guyyoota shan (5)tu jira. • Maqaan "Pagumen" jedhu madda isaa afaan Giriikii yoo ta'u hiikni isaas "guyyoota hafan" jechuudha. • Itoophiyaan ayyaana ji'oota 13 qabdi. Ji'i Paagumeen kun Itoophiyaan biratti ji'a araara ta'uun ni amanama. Akkasumas ji'a gara bara haaraatti ce'uudhaf akka riqichaatti gargaartu dha. • 1ffaa; Dhuma waggaa irratti guyyoota 5 (shan) Turub jechuun "dabala" ykn "dabala" jechuudha. • 2. Dhuma baatii irraa hafee dhuma waggaatti waan argamuuf "survival" ykn "surplus" jedhama. Akka foormulaa [kalaandarii] kanaatti, ji’oonni 12 (kudha lama), tokkoon tokkoon isaanii guyyoota 30 (soddoma) walqixa kan qaban yoo ta’u, waggaa keessatti guyyoota 360 (dhibba sadii fi jaatama) qofa kan argamsiisan yoo ta’u, marsaa waggaa guutummaatti akka ta’u taasisa. • walumaa galatti: Guyyoota 5 (shan): sa’aatii 6 (ja’a)tu hafe. Waggaa 4 (afur) keessatti sa’aatiin 6 waggaa tokkoon tokkoon isaanii walitti dabalamanii sa’aatii 24 (digdamii afur) ta’uun guyyaa 1 taasisu. • Kanaafuu, waggaa 3 (sadii) keessatti, jechuunis bara luqas, Maatewos, fi Maarqos, guyyoota 365 fi, akkaataa wal duraa duubaan, bara Yohaannis keessatti sa’aatii 6 (ja’a), sa’aatii 12 (kudha lama) kan bara Maatewos, fi bara Maarqos keessatti sa’aatii 18 (kudha saddeet) Foormulaa waggaa tokkoon tokkoon: Waggaa 4ffaa (afurffaa) keessatti, dhuma bara Luqaas irratti, sa’aatii 24 (digdamii afur) guutuudhaan, it guyyaa 1 (tokko) gahaadha, bara 366 (dhibba sadii fi jaatamii ja’a) guyyaa 1 ni ta’a. • Ji'i Phaagumeen bara darbe irraa gara bara haaraatti, qorra irraa gara birraatti ce'uu kan agarsiisu yoo ta'u, yaadannoo dhuma addunyaa ta'ee ni fudhatama. Dhufaatiin lammataa jireenya adunyaa kana irraa gara jireenya bara baraatti ce’uudha. Akkuma Phaagumen dhuma gannaa akkume ta’e, addunyaa kunis adunya ishi haaraf jalqaba, ofi isheef immo dhuma baraati. Akkuma ji'a Phaagumeen bara haaraa simachuuf yeroo itti qophaa'an ta'e, dhufaatiin baraa guyyaa qajeelonni lafa haaraa (mootummaa waaqayyoo) dhaaluuf qophaa'an "kotta isin eebifamtoonni abba kooti, mootummaa isiniif qophaa'e dhaala" jedhamaniidha. • Sababa kanaan, manni kiristiyaana qulqulleettiin ji’a Phaagumee keessa soomanii fi kadhannaa gochuun akka nurra jiru ni barsiifti. • Soomni Paagume sooma fedhi keessa isa tokko dha. Kanaafis namootni baay’een sooma isa dhumaa waggaa waan ta’eef namoonni baay’een ni soomu (Maatewos 25:34). • Kana malees, ayyaana qulqulluu Rufaa’eel waggaa waggaadhaan kabajamu irratti samiin sadan guyya kana waan banamuuf, guyyaa kabajamaa kana amantoonni kadhannaan isaanii akka isaaniif fudhatamu yeroo kamiyyuu caalaa ciminaan ni kadhatu. • Akkuma jalqaba jechuuf yaade, soomni kun fedhi ta’e garu manni amanta fedhidhan akka soomnuuf yaadannu dha. Soomni kunis sooma yoodit jedhamuunn ni beekama. • Kanaafu, gocha sooma hayyamame keessaa tokko “Sooma Yodith'' kan ji'a Phaagumen keessa soomnudha. Yuudiit bara bulchiinsa Nebukadnezaar kan jiraatte yoo ta'u, dubartii qulqullina ofii eegdu, kadhattee fi Waaqayyoof ajajamtu turte. Nebukadnezaar mootiin Faarsi waraana isaa irratti hirkatee diina balleessuun, daangaa bal’isuu fi harka warra itti amanne qabachuun, warra hin amanne immoo humnaan amansiisa magaala ayihud see. Akkuma ajajametti namoota miilaan deeman 12,000 fi loltoota 12,000 farda yaabbatanii humna isaaniitti amanan dursee hiriirse. • Israa'eloonnis garuu, sababa balaa guddaa kanaan ni boo'an. Warra ajaja mootummaa hin fudhanne ajjeesee itti fufe. Achittis jiraattota doorsisuun warra ajaja mootummaa hin fudhanne hunda ari’achuun huccuu fokkisaa uffatanii, daaraa keessa gangalachuun imimmaniin uumaa isaanii kadhachuu jalqaban. Holofornis, abbaan waraanaa gara jabeessa taʼe, caalaatti akka rakkataniif bakka bishaan itti qotan toʼate. Booji’ akka isaan harka kennatan dirqisiisee kitaaba Yuudiit keessatti barreeffameera.
181
6
yaa goofta nu fayyisi (maat. 8:25) dhukkuba: cubbu dha (1yoh. 1:8) qorichi: iyeyesuus kiristoosidha (luq. 2:11) #akka hin duuneef maal gochuu qabna? 1) amanuun cuuphamu (Marq. 16:16; Yoh. 3:3) 2) foonii fi dhiiga goofta fudhachuu (Maat. 26:26; Yoh. 6:54). 3) jecha waaqayyo barachuun hoji irra oolchuu (Luq. 7:24) 4) amantii cimaa qabaachuu (Ibr. 11:6) 5) jaalala dhugaa qabaachuu 6) qulqulluummaa qabaachuu 7) soomaa qulqulluu 8) du'a https://youtu.be/lWJe9DPjWcQ?si=aeqRM47pjczJoW1X
819
7
🌟
1
8
No text...
298
9
https://youtu.be/3ocEu7XAWog?si=7to9yWSWiLNsjrLo
1
10
[9/4/2026 5:24 PM] Alatinostube/አላትኖስቱብ/: • Ibsaa fi Andimtaa kitaaba qulqulluu seera uumama  1:2 •“….Hafuurri Waaqayyoos bishaan irra ni sosocho'a ture.” (uum. 1:2). • AFUURRI QULQULLUUN EENYU? •  Kutaa 10ffaa •  Maalummaa Afuura Qulqulluu! •  Qabxiiwwan armaan gadii kun ibsa kitaaba qulqulluu fi abboota mana kiristiyaanatiin ibsi bala’aan itti kennameera. • A. Hafuurri Qulqulluun Waaqayyodha. • B. Hafuurri Qulqulluu qaama qaba. •  C. Icciitii Kan Ibsudha  https://youtu.be/R2SMF8xDOV4?si=Pzrjs0arFlSiZweN [9/7/2026 5:51 AM] Alatinostube/አላትኖስቱብ/: "Eebbifamuuf waamamtanii jirtu..." (1 Phex. 3:9). Manni Waaqayyoo bakka Waaqayyo itti galateeffannnu, kadhannaa dhiyeessinuu fi eebba itti argannu qofa miti; bu'uura jireenya hafuuraa dhalootaa dhalootaatti darbuudha malee. #Eebbi Waaqayyo nu gidduu buufata: “Aniis isaan gidduun buufadha, Waaqayyoo isaaniis nan ta'a, isaanis saba koo ni ta'u” (Heezqeel 37:27) akka jedhu, mana Isaa ijaaruu fi tajaajiluun Waaqayyoon mana keenya akka seenu afeeruu dha. #Qabeenya keenyaan kabaja #Waaqayyoof haa kennuu: “Kennaa keetiin Waaqayyoo kabaji” (Fakkeenya 3:9). #Gamtaan hojjechuu: Akka Qulqulluun Phaawuloos jedhe, nuti hojjettoota Waaqayyo waliin hojjennudha (1 Qor. 3:9). Har'a carraan eebba akka isin ga'uuf biyya lalaba godina salaalee aanaa yaayyaa gullallee Gandaa Dalattii keessatti argamna. Mee harka dabalannee, humna qabnuun, kennaa Waaqayyo nu kenneen Mana Amanta Qulqulleetti Sillaasee haa ijaarru; dhalootaafis daddabarsine haa dhaalchifnu! @Dn Daniel M.
320
11
https://youtu.be/3ocEu7XAWog?si=5PS-8ve89IgfkHNw
43
12
https://youtu.be/R2SMF8xDOV4?si=Pzrjs0arFlSiZweN
477
13
"Eebbifamuuf waamamtanii jirtu..." (1 Phex. 3:9). Manni Waaqayyoo bakka Waaqayyo itti galateeffannnu, kadhannaa dhiyeessinuu
"Eebbifamuuf waamamtanii jirtu..." (1 Phex. 3:9). Manni Waaqayyoo bakka Waaqayyo itti galateeffannnu, kadhannaa dhiyeessinuu fi eebba itti argannu qofa miti; bu'uura jireenya hafuuraa dhalootaa dhalootaatti darbuudha malee. #Eebbi Waaqayyo nu gidduu buufata: “Aniis isaan gidduun buufadha, Waaqayyoo isaaniis nan ta'a, isaanis saba koo ni ta'u” (Heezqeel 37:27) akka jedhu, mana Isaa ijaaruu fi tajaajiluun Waaqayyoon mana keenya akka seenu afeeruu dha. #Qabeenya keenyaan kabaja #Waaqayyoof haa kennuu: “Kennaa keetiin Waaqayyoo kabaji” (Fakkeenya 3:9). #Gamtaan hojjechuu: Akka Qulqulluun Phaawuloos jedhe, nuti hojjettoota Waaqayyo waliin hojjennudha (1 Qor. 3:9). Har'a carraan eebba akka isin ga'uuf biyya lalaba godina salaalee aanaa yaayyaa gullallee Gandaa Dalattii keessatti argamna. Mee harka dabalannee, humna qabnuun, kennaa Waaqayyo nu kenneen Mana Amanta Qulqulleetti Sillaasee haa ijaarru; dhalootaafis daddabarsine haa dhaalchifnu! @Dn Daniel M.
962
14
https://youtu.be/eqO2mWQhEko?si=fOdoQpWvIImGO0yb
609
15
•       Iyyasuus •       Maqaan Iyyasuus Maqaalee Gooftaa keenya keessaa isa tokkodha. •       Iyyasuus jechuun qoricha jechuudha. •       Maqaan Iyyesus  Ingiliffaa, jesus, Laatiin Iesus ,  girikii durii : Ἰησοῦς , innis hiika Giriikii maqaa ibiroota Iyaasuu (יְהוֹשֻׁעַ Yehoshua )ti.  •       1. Maqaansaa eenyuun kenname? •       Maqaa Kanaan •       1. Maqaa Iyyesuusiif Jilbeenfachuun •       Filiphisiiqus 2:10 “jilbi hundinuu maqaa Iyyesuusitti haa jilbeenfatu.“ •       2. Maqaa Isaatiin Kadachuu fi Waaqessuu •       Yohannis 14:13-14 "Waanuma maqaa kootiin na kadhattan ani nan godha." •       Qulqulloonni ni fayisuu yeroo jennuu kenna waaqayyo irraa argataniin fayyisu malee kan amalaa miti. Haaluma kanaan, •       Qulqulloonni kadhannaa isaaniin ni fayyisu [Uum. 20:7; Iyo. 42:7-9]; •       Barnootaa isaaniin ni fayyisu [HDB. 13:47;   1xim. 4:16]; •       Aangoo lubbummaa isaaniin ni fayyisu [maat. 18:18;  16:19]; •       Ajaa’iba agarsiisuun ni fayyisu [Mar. 16:18;  Maat. 10:40; Yoh. 15:18]; •       Qorumsa fooni irraa  ni fayyisu [Uum. 45:4-7]; •       Balaa tasaa irraa ni fayyisu [Ba’u 23:20-22; Isa. 63:9; Uum. 48:16]; •       Du’a irraa ni fayyisu [2Moot. 13:21; 17:20-22; HDB.  20:9-12].  https://youtu.be/eqO2mWQhEko?si=GWgr5qNzu5xie7Vp
5
16
•       Iyyasuus •       Maqaan Iyyasuus Maqaalee Gooftaa keenya keessaa isa tokkodha. •       Iyyasuus jechuun qoricha jechuudha. •       Maqaan Iyyesus  Ingiliffaa, jesus, Laatiin Iesus ,  Giriikii duriin : Ἰησοῦς , innis hiika Giriikii maqaa Ibirootaa Iyaasuu (יְהוֹשֻׁעַ Yehoshua )ti.  •       1. Maqaansaa eenyuun kenname? •       Maqaa Kanaan •       1. Maqaa Iyyesuusiif Jilbeenfachuun •       Filiphisiiqus 2:10 “jilbi hundinuu maqaa Iyyesuusitti haa jilbeenfatu.“ •       2. Maqaa Isaatiin Kadachuu fi Waaqessuu •       Yohannis 14:13-14 "Waanuma maqaa kootiin na kadhattan ani nan godha." •       Qulqulloonni ni fayisuu yeroo jennuu kenna waaqayyo irraa argataniin fayyisu malee kan amalaa miti. Haaluma kanaan, •       Qulqulloonni kadhannaa isaaniin ni fayyisu [Uum. 20:7; Iyo. 42:7-9]; •       Barnootaa isaaniin ni fayyisu [HDB. 13:47;   1xim. 4:16]; •       Aangoo lubbummaa isaaniin ni fayyisu [maat. 18:18;  16:19]; •       Ajaa’iba agarsiisuun ni fayyisu [Mar. 16:18;  Maat. 10:40; Yoh. 15:18]; •       Qorumsa fooni irraa  ni fayyisu [Uum. 45:4-7]; •       Balaa tasaa irraa ni fayyisu [Ba’u 23:20-22; Isa. 63:9; Uum. 48:16]; •       Du’a irraa ni fayyisu [2Moot. 13:21; 17:20-22; HDB.  20:9-12].  https://youtu.be/eqO2mWQhEko?si=GWgr5qNzu5xie7Vp
4
17
•       #Fakkkiiwwan #qulqulluu #ortodoksi  •       Kaayyoon fakkii maalidha? •       1. Barsiisuuf Kutaa 5ffaa •       Bu’uura kitaaba qulqulluu irraa ka’uun kayyoon guddaan fakkiiwwan qulqulluu Akka armaan gadiiti dhiyaataniiru. •        1. Barsiisuuf •       2. Sirna Waaqeffannaaf •       3 Jaalala ibsuuf, yaadachuuf fi kabajuuf •       4 jireenya keenyaan fakkaachuuf https://youtu.be/0K9-4iz7VNE?si=kMAPzcpSbOztydqA
1 009
18
https://youtu.be/7bAUsxbb1Fc?si=UcMbAg1ckv_hdZSt
650
19
Addunyaan iftuu sitti fakkaacha jirtu kun boru dokkanoofte sitti mul'atti amma dafi barnoota ifaa qabadhu gara waaqayyotti deebi'i!
512
20
https://youtube.com/playlist?list=PLCpN4RpBY1o0&si=pb_miyTtM_sCZSyu
618