en
Feedback
JAARRAA ABBAA GADAA

JAARRAA ABBAA GADAA

Open in Telegram

Goota falmuu dhiifnee Qeerroon Galee ciifnee Oromiyaa Dachii Goota Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!! YAADAF👉 @JAARRAABOT Channel youtube keenya Argachuuf 👇👇 https://youtu.be/p51FnhhOuDY https://youtu.be/p51FnhhOuDY

Show more
1 964
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-130 days
Posts Archive
Hidhattoonni Taalibaan daangaa babal’ifachaa jiraachuu hordofuun labsiin sa’aatii daangessuu labsame https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57960061

Injifannoo! WBO'n Oromiyaa kutaalee garaa garaa keessaa hidhamaa siyaasaa mana hidhaa cabsuun baafataa jira!

#Hubachiisa Caasaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo qabsoo isaa kan gaggeessu dhaaba isaa ABO jalatti qofa tahuu kan beekamu yoo tahu kan taliigamus akeekaa fi sagantaa siyaasaa ABOn qofadha. ABOn dhaaba lafee fi dhiiga Ilmaan isaan ijaaramee as gahe yoo tahu WBO fi QBO immoo jaarmiyaa ABO tahanii qabsoo ABOn gaggeessu tiksuuf kan ijaaramanidha. Qeerroon Bilisummaa Oromoo Riphee lolaa magalaa tahee gaafa isaaf gamtu kan magaala lakkisee Bosona mana godhatee bosonuu nyaata godhatee kan rasaasa kaasudha. Waraanni Bilisummaa Oromoo immoo lubbuu isaa qaalii saba isaaf wareegee jaarmiyaa qabsoo Ummata Oromoo tiksudha. Qeerroon Bilisummaa Oromoo fi Waraanni Bilisummaa Oromoo harka bitaa fi mirgaa Adda Bilisummaa Oromoo tahuu qabsootti warra jiranidha. Qabsoon keenya wareegama qaalii booda galma gahuuf xurree dhummaarra wayita gahee jirutti caasaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo qabsoo wareegamaan bakka amma jirtu geesise kana Waraana Bilisummaa Oromoo waliin tahuun xumura itti godhee kaayyoo fi akeeka ABO kan jaallan itti wareegaman galmaan gahuuf dirqamni dhalootaa kan irra jirtu tahuu beekee qabsoo isaa tiksachaa injifannoo caalaaf itti cichee hojjechuu qaba jenna. Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ WAAN DUBBISNEERRAA ☞︎︎︎"Hiriyoota lamatuu wal faana imalaa ture. Inni tokko garmalee aara inni tokko ammoo qoosaa baay'isa. Guyyaa tokko otuma deemanii inni qoosu hiriyaa isaa arsinaan kaballaadhan rukute. yeroo kana inni rukutame fiigee deemee galaana maddiitti cirracha irratti " hiriyaan koo na kabale " jedhee barreesse. Achi booda galaana maddii otuu taphatuu galaanicha gidduu seena. Daakaa hin beeku waan ta'eef bishaanicha keessaa yeroo watwaatu hiriyaan isaa seenee isa baase. Yeroo kana inni Du'a irraa oole dhagaa guddaa barbaadee "HIRIYAAN KOO DU'A NA OOLCHE" jedhee bocee barreesse. Yeroo kana hiriyaan isaa "maaliif yeroon si kabalu cirracha irratti barreessitee yeroo bishaan keessaa si baasu ammoo dhagaa irratti bocce?" jedhee gaafannaan, innis deebisee akkas jedheen "jibbi kan garaati, jaalalli ammoo kan lapheeti. Yaraa darbe kaasnee wal jibbuu irra gaariin wal jaalachuu wayya. Jibbi nu balleessa, jaalalli garuu nu milkeessaa". ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ @Jechootahayyoota ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺🌺 🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺 🌸 🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 HORDOFTOOTA AMANTAA ISLAAMAA MARAAN BAGA GEESSAN !! @OROMOTOO

Seenaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Hundeeffama irraa jalqabee hanga ammaatti Pirizdaantii Yuunivarsiitii Haramaayaa Kabajamoo Dr.Jamaal Yuusufiin itti dhihaadhaa! 👇👇👇👇👇👇

Watch "NEW Diraama ijoolee Oromoo Daawadhaa" on YouTube https://youtu.be/AW7qkzmNxyk

Lakkofsaa(Frequcy ) ''OMN'' ini harran Amma qillensaa irraa jiruu Kan hojjataa jiruu kunoo bakka #OMN jedhuu tuqaa join godhataa lakkofsaa ni argatuu

Miidhagina magaalota Oromiyaa beekuu barbaadduu ? 💚

Aartii Afaan Oromoo isa kam barbaaddu ?