en
Feedback
JAARRAA ABBAA GADAA

JAARRAA ABBAA GADAA

Open in Telegram

Goota falmuu dhiifnee Qeerroon Galee ciifnee Oromiyaa Dachii Goota Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!! YAADAF👉 @JAARRAABOT Channel youtube keenya Argachuuf 👇👇 https://youtu.be/p51FnhhOuDY https://youtu.be/p51FnhhOuDY

Show more
1 964
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-130 days
Posts Archive
Lakkofsaa(Frequcy ) ''OMN'' ini harran Amma qillensaa irraa jiruu Kan hojjataa jiruu kunoo bakka #OMN jedhuu tuqaa join godhataa lakkofsaa ni argatuu

Lakkofsaa(Frequcy ) ''OMN'' ini harran Amma qillensaa irraa jiruu Kan hojjataa jiruu kunoo bakka #OMN jedhuu tuqaa join godhataa lakkofsaa ni argatuu

#MoSHE Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo guyyaa boru Adooleessa 1, 2013 dhimma barattootaa yuunvarsiitiiwwan naannoo
#MoSHE Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo guyyaa boru Adooleessa 1, 2013 dhimma barattootaa yuunvarsiitiiwwan naannoo Tigraay keessa jiranii ilaalchisee ibsaa ni keenna jedhame. Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo guyyaa boru ganama sa'aatii 3:00 irratti dhimma barattootaa yuunvarsiitiiwwan naannoo Tigraay ilaalchisuun midiyaaleef ibsaa akka keennu ibsameera.

BAALIYYOO 🎧💿🎤🎹 ''Sagalee keetan hawwe Taliilakee qabbanaa Garaa na raasa anaa Akka baaroo sheekanaa.'' Warri Baalee Roobe
BAALIYYOO 🎧💿🎤🎹 ''Sagalee keetan hawwe Taliilakee qabbanaa Garaa na raasa anaa Akka baaroo sheekanaa.'' Warri Baalee Roobee jirtuu? Maal Mallisaa isin bira gaheera. Orijinaala qofa bittanii dhaggeeffachuun amanamummaa Haacaaluuf qabdan agarsiisaa. Gatiin CD 💿 tokkoo qarshii 100 qofa.

Miidhagina magaalota Oromiyaa beekuu barbaadduu ? 💚

Lakkofsaa(Frequcy ) ''OMN'' ini harran Amma qillensaa irraa jiruu Kan hojjataa jiruu kunoo bakka #OMN jedhuu tuqaa join godhataa lakkofsaa ni argatuu

Miidhagina magaalota Oromiyaa beekuu barbaadduu ? 💚

Lakkofsaa(Frequcy ) ''OMN'' ini harran Amma qillensaa irraa jiruu Kan hojjataa jiruu kunoo bakka #OMN jedhuu tuqaa join godhataa lakkofsaa ni argatuu

Lakkofsaa(Frequcy ) ''OMN'' ini harran Amma qillensaa irraa jiruu Kan hojjataa jiruu kunoo bakka #OMN jedhuu tuqaa join godhataa lakkofsaa ni argatuu

Miidhagina magaalota Oromiyaa beekuu barbaadduu ? 💚

Lakkofsaa(Frequcy ) ''OMN'' ini harran Amma qillensaa irraa jiruu Kan hojjataa jiruu kunoo bakka #OMN jedhuu tuqaa join godhataa lakkofsaa ni argatuu

Lakkofsaa(Frequcy ) ''OMN'' ini harran Amma qillensaa irraa jiruu Kan hojjataa jiruu kunoo bakka #OMN jedhuu tuqaa join godhataa lakkofsaa ni argatuu

EESSA JIRTA? #lyrics Alkan guyyaa ijarraa na hin baddu Ciisee ka'u waanuma keen yaada Tokkitti koo kan dur dabarsine Mudoo keenya yaadadheetan gadda Fessa eessa jirta Maaloo koottu na wal'aanta (X2) Waadaa naaf galte san ni yaadatta laata Moo jiruun sitt hoee na dagatte laata Hangan lubbuun jiru addunyaa tanarra Furtuun gammachuu koo suma harka jira Isa naan jette san akkam goote adaraa Afuura kee dhabeen barbaacha keen Joora Eessa eessa jirta Maaloo koottu na wal'aanta (X2) An an an simalee (X3) An an halli natti hin tolle Alkan guyyaa ijarraa na hin baddu Giisee ka'u waanuma keen yaada Tokkitti koo kan dur dabarsine Mudoo keenya yaadadheetan gadda tessa eessa jirta Maaloo koottu na wal'aanta (X2) Imaanaa quddaadha innin sitti kenne Nama jiru keessaa si qofatti amane Siti abdii godhadhee akkas of gatuun koo Gatii na baasise jeeqame jiruun koo Waa naan jedhi anis abdiin mura Bar faana kee dhabeen barbaachakeen joora Eessa eessa Jirta Maaloo koottu na wal'aanta (X2) An an an simalee (X3) An an haalli natti hin tolle An ammallee (X3) Halli natti hin tolle @OROMOTOO @OROMOTOO

Lakkofsaa(Frequcy ) ''OMN'' ini harran Amma qillensaa irraa jiruu Kan hojjataa jiruu kunoo bakka #OMN jedhuu tuqaa join godhataa lakkofsaa ni argatuu

Miidhagina magaalota Oromiyaa beekuu barbaadduu ? 💚

Baqattootni Eertiraa Tigiraay jiran ajjeefamaa jiru gabaasni jedhu isa yaaddessuu UN beeksise! UN'tti Ejensiin Baqattootaa ga
Baqattootni Eertiraa Tigiraay jiran ajjeefamaa jiru gabaasni jedhu isa yaaddessuu UN beeksise! UN'tti Ejensiin Baqattootaa gabaasni haleellan baqattoota Eertiraa Tigraayi jiranirra qaqqabuu agarsiisu na yaaddesse jedhe. Itoophiyaatti dubbi himaan Ejensichaa, Dhiha magaalaa Shireetti baqattoonni Eertiraa dhibbaan lakkaa’aman ajjeefamuu gabaasonni ibsan maddeen ''onlaayiiniifi maddeen adda addaarra mirkaneeffachuu'' beeksisan. ''Gabaasota kana xiyyeeffannoon ilaalla, gabaasota kana akkuma dhageenyeen battaluma sanatti hojjattoota keenya magaalaa Shiree jiranirraa, michuuwwan nu tumsaniifi baqattoota Eertiraa gaafachuuf yaalleera'' jechuun Kireevonkoovik karaa imeelii ibsaniiru. ''Himannaa amma yoonatti nu qaqqabaa jiran sirrii ta’uusaanii mirkaneessu dadhabnus, odeeffannoo gamaggamuuf nu fayyadan sassaabuu itti fufna'' jedhan. Torban darbe loltoonnii raayyaa ittisa biyyaa Tigiraayi bahuu hordofee toorri walqunnamtii cufamuusaatiin gabaasota kana mirkanessuuf dhibbaa ta’era. BBC

#NEAEA Qormaatni biyyaaleessaa kutaa 12ffaa guyyaa Adoolessa 12 bara 2013 irraa eegalee kennama jedhamee oduun karaa miidiyaa
#NEAEA Qormaatni biyyaaleessaa kutaa 12ffaa guyyaa Adoolessa 12 bara 2013 irraa eegalee kennama jedhamee oduun karaa miidiyaalee hawaasaatti tamsa'aa jiru soba ta'uusaa fi guyyaan qormaatni kun itti kennamu kan hin murtoofne ta'uu Ejensiin Madaallii Barnoota fi Qarmaata Biyyaalessaa (National Educational Assessment and Examination Agency - NEAEA) ibseera.

Qaamoleen fedhii qaban naannoo Tigraayiif deeggarsa akka taasisaniif eeyyamni balallii laatame! Mootummaan Ityoophiyaa qaamol
Qaamoleen fedhii qaban naannoo Tigraayiif deeggarsa akka taasisaniif eeyyamni balallii laatame! Mootummaan Ityoophiyaa qaamoleen fedhii qaban naannoo Tigraayiif deeggarsa akka taasisaniif eeyyamni balallii laatameera. Mootummaan Ityoophiyaa qaamoleen fedhii qaban naannoo Tigraayiif deeggarsa akka taasisaniif Wiixata darberraa eegalee eeyyama balallii laachuu Qulqulleessi Odeeffannoo Labsii Yeroo aarifachiisa fuula Twiitara isaan ibseera.