Walaloo Jaalalaa
የኢትዮፔጅ አላማ የኢትዮያዊያንን የትምህርት የስራ አንዲሁም የማህበራዊ ህይወት የተሻለ ለማድረግ የሚረዱ መረጃዎችን ማቅረብ ነው። ይህ ቻናል የስራ ነው - https://Oropag ሌሎቹ ቻናሎች የሚከተሉት ናቸው ፡ ዋናው ቻናላችን- https://Oropagej ንግድ - https://Oropagejobs ትምሀርት- https://Oropagejobs https://Oropagejobs
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel Walaloo Jaalalaa
Channel Walaloo Jaalalaa (@walaloo_jaalala) is an active participant. Currently, the community unites 17 320 subscribers, ranking in the Other category.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 17 320 subscribers.
According to the latest data from 02 December, 2024, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 0 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“የኢትዮፔጅ አላማ የኢትዮያዊያንን የትምህርት የስራ አንዲሁም የማህበራዊ ህይወት የተሻለ ለማድረግ የሚረዱ መረጃዎችን ማቅረብ ነው።
ይህ ቻናል የስራ ነው - https://Oropag
ሌሎቹ ቻናሎች የሚከተሉት ናቸው ፡
ዋናው ቻናላችን- https://Oropagej
ንግድ - https://Oropagejobs
ትምሀርት- https://Oropagejobs
https://Oropagejobs”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 03 December, 2024), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Other category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 December | +40 | |||
| 08 December | +54 | |||
| 07 December | +38 | |||
| 06 December | +25 | |||
| 05 December | +11 | |||
| 04 December | 0 | |||
| 03 December | 0 | |||
| 02 December | 0 |
| 2 | Dubbii Qabdii Dubbisi
Gaaftokko bakka abbaan warraa
Mana hin jirretti
Jaldeessi niitii leencaa
Argate dirreetti
Humnaaf dandeettisaa
Waa'ee gootummaasaa
Waan hu**uusaa diimesse
Dhiirummaa jedhee fakkeese
Booroo manaatti ol ba'ee
Yeroof mootii niitii leencaa ta'e.
Yeroo leenci alaa galu,
Niitiin fuula jijjiiratte.
Nyaara sassaabbattee,
Kan biraa fakkaatte.
'Maal taate har'ammoo'jedheen,
Of too'atee miira.
Ati dhiiraa mitii jetteeen
Ol seenii argi dhiira.
Yemmuu leenci booroo manaatti,
Deemsaaf ol akeeku.
Kunoo jaldeessaadha,
Isa inni duraan beeku.
Mootiin yeroof ture,
Baaxii manaatti ba'e.
Iyyaan lafa baqaqse,
Abjuu mootomuu raajii ta'ee.
Baaqum jechaa albaatii xarrisiisa
Baaqum- fincaan sharrisiisa
Baaqumii yoom danda'ee obsa
Baaqum -ammas dafqa cobsa.
Gootummaan yeroof,
Niitii leencaa ittiin dhiphise.
Albaatii of laaqqachiisee,
Jiraatti of salphise.
✍️Amiin
@waamarakoo | 14 755 |
| 3 | Seenaa ajaa'ibaa waa'ee nama Badhaasa Nagaa Nobel (The Nobel AwardS or 'Nobels utmärkelser' in Swedish) jalqabee hangam beeytu?
(Barruu kana yeroon bardheengaddaa Afaan Sweden baradhu kanin hubadherraa afaan keenyatti hiikee dhiheessuuf jedheen guyyaan badhaasaa dabarraan achumaan irraanfadhe. Edaa guyyaa badhaasni sun biyya keenya dhuftu eeguuf na irraanfachiise!)
Namni badhaasa kana eegale lammii Sweden, Alfred Nobel (1833–1896) jedhama. Namni kun ogeessa Chemistry ture. Bara jireenya isaa keessatti dhuka'aawwan gurguddaa har'a addunyaan waraanaa fi hoji ijaarsaaf itti fayyadamtu sadi kalaqe. isaanis Dynamite (dimaamitii), Gelignite, and Ballistite. Meeshaaleen waraanaa gurguddaan har'a gabaa irra jiran baay'een isaanii jalqabbii nama kanaa irraa dagaagan. Bara jireenyaa isaa keessa hayyama abbummaa (patents) 350 ol argate. Kana irraas qabeenya guddaa horate. Nobel yeroo du'utti warshaalee meeshaa waraanaa 90 ol qabaachuu ture.
Ofii isaaf nama nagaa tahuyyuu, ogummaan isaa guddaan meeshaalee dhuka'oo hojjechuu waan taheef eebbaa fi dhaadessa dandeettii isaa gitu hin arganne. Bara 1888 osoo inni lubbuun jiruu obboleessi isaa Ludvig jedhamu boqote. Duuti obboleessa isaa sun dogoggoraan akka waan Nobel mataan isaa du'eetti afarfame. Inumaa gaazeexaan biyya Faransaa tokko "Le marchand de la mort est mort (the merchant of death is dead)" (Daldaltichi du'aa sun du'eera) jechuun gabaase.
Alfred Nobel osoo lubbuun jiruu gabaasa gaazexaa kanaa yoo dubbisu baay'ee rifate. Addunyaan akkamitti akka isa laalaa jirtu xiinxale. Gaafa du'e waan hamaan malee waan gaariin kan hin yaadatamne tahuu isaa hubate. Kanaafuu wayta saniraa qabee akka itti du'a booda maqaa gaarii dhiisee dabru xiinxale. Yaada Nobel Awards jedhu jalqabuu kan murteesses wayta kana. Badhaasa gosa shan ogummaa saayinsii afurii fi nageenyaan namoota gumaacha olaanaa taasisan waggaa waggaatti badhaasuu yaadni jedhu wayta kana dhalate. Qabeenya isaa hundumaas kanumaaf oolche. Badhaasota shanan keessaa afur Swedenitti kan qopheeffaman yoo tahu kan dhimma nagaa ammoo Norway Oslootti akka kennamu murteeffame. Yaada kana dhalchee korees itti ijaree eega amaanaa kennatee booda Mudde 10, bara 1896tti du'e. Bakki owwaalca isaa magaalaa guddoo Sweden Stockholm keessa iddoo Norra begravningsplatsen jedhamutti argama. Alfred Nobel bara jireenya isaatti hin fuune. Ilmoos hin horre.
Madda: Svenska för invandrare (SFI) Kurs D | 1 151 |
| 4 | Anis nan boqodha!
Akkam jirta jedhee
Nagaa sigaafachuuf
Anoo akkan qabuu
Hojiin koo siyaaduu
Si arguuf araaduu
qofa akka ta'e
hunduu quba qabu
Ati garuu beektaa
Rakkoo kee isa kalee
Hubatteettaa laata
Sijaallee maraachuuf
Qarqara gahuukoo
Mee maaloo maal jettaa
Guyyuma jalqabaa
Gaafan si arge san
Keessi koo dhibamee
Midhaan bishaan miti
Haasaa namaattiyyuu
Qaatan nagaa dhaame
Yeroon karaa deemu
Namnin ani argu
Hunduu si fakkaata
Yeroon gara manaa galus
Girgiddaa mana koo
Bifuma kee baata
Yoon achi ilaalu
Yoon asis ilaalu
Suuruma keen arkaa
Yoon hirriba rafus
Na dursitee kortee
Hirriba na dhorkaa
Boqonnaa dhoowwitee
Lapheekoo rarraastee
Maal argattaa egaa
Maali yoo garaa laaffatte
Miidhamuun koo kunii
Maal bu'aa sii qabaa
Maalii yoo na dhiifte
Sinjaaladhuu anii
Sin barbaadu jettee
Yoo garaa na kutte
Maaf natti taphatta
Maaf na maraachita
Kun cubbuu guddaadhaa
Dawaa dhukkuba koof
Falasaa barbaadi
Anis nan boqodhaa!
~~
☆Shamil N Mohammed
@orolovechats | 1 014 |
| 5 | Imaanaa
.
Biyyi Biyya
Dawoo Dhala Namaa
Har'a Miti Durii
Hundeensaa Ganamaa
.
Har'a Lafaa Kaanee
Laphee Keenya Dhiibnee
Biyyi Teenya Jigdee
Hundrerraa Ijaarra Jechuun
Naaf Hin Liqimfamnee
Hin Jiru Akka Kootti
Biyyi Hundeen Qabnee
.
Waa'eesaa Yaa Dhiisnuu
Waa'ee Hundee Tumsuu
Biyyi Imaanadhaa
Angafarraa Quxusuu
.
Wal Harkaa Fuudhaniitu
Nutti Dabarsanii
Nus Ga'ee Keenya Hojjanee
Imaanan Yaa Dabarsinu
Warreen Ittaananii
. | 1 036 |
| 6 | No text... | 1 004 |
| 7 | No text... | 1 690 |
| 8 | No text... | 1 038 |
| 9 | No text... | 1 038 |
| 10 | No text... | 903 |
| 11 | ⚪🔴⚫🌾⚪🔴⚫🌾⚪🔴⚫
Oduu Simbirtuu:- Koreewwan Irreecha Hora Finfinneetiif hundeeffaman argachuun haala qophii jiruu fi adeemsa irreeffannaa guyyichaa irratti haasofsiisuu ni feetuu?
👉 Akkas taanaan, ammuma qunnamsiistuuwwaan(links) armaan gadii tuquun argadhaa! | 50 |
| 12 | No text... | 1 023 |
| 13 | No text... | 977 |
| 14 | No text... | 954 |
| 15 | No text... | 992 |
| 16 | No text... | 1 005 |
| 17 | Walaloo:waadaa Getaachoo
MD:kaayyoo keef......
Channale keenya hordofuu filannoo yoo godhattan waan barbbaaddan kamuu akka argattan hin shakkiinaa.
@sunsuma_aartii
@sunsuma_aartii | 1 307 |
| 18 | No text... | 1 344 |
| 19 | 🎤 Hundumti keessan afferamtaniittu!
🙏 Nan amana, Chaanaalota babbareedoo kana hin qabdan! Kanaafuu,
🎓 SUNSUMA AARTII
♥Oro Comedy
♥Photo kofalchiisoo
♥Walaloowwan
♥Ergaa yeroo fi
♥Tapha adda addaa argatta fa'aa ammuma join taasisuun Hiriyoota keessaniitiifis share taasisaa! | 1 687 |
| 20 | 👤 Lencho Gammachu
🎬 Saglii |
New Oromo Music 2021
━━━━━━━━━━━
CHANNEL:- @Kush_Comedy | 1 304 |
