en
Feedback
Walaloo Jaalalaa

Walaloo Jaalalaa

Open in Telegram

የኢትዮፔጅ አላማ የኢትዮያዊያንን የትምህርት የስራ አንዲሁም የማህበራዊ ህይወት የተሻለ ለማድረግ የሚረዱ መረጃዎችን ማቅረብ ነው። ይህ ቻናል የስራ ነው - https://Oropag ሌሎቹ ቻናሎች የሚከተሉት ናቸው ፡ ዋናው ቻናላችን- https://Oropagej ንግድ - https://Oropagejobs ትምሀርት- https://Oropagejobs https://Oropagejobs

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified

📈 Analytical overview of Telegram channel Walaloo Jaalalaa

Channel Walaloo Jaalalaa (@walaloo_jaalala) is an active participant. Currently, the community unites 17 320 subscribers, ranking in the Other category.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 17 320 subscribers.

According to the latest data from 02 December, 2024, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 0 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
የኢትዮፔጅ አላማ የኢትዮያዊያንን የትምህርት የስራ አንዲሁም የማህበራዊ ህይወት የተሻለ ለማድረግ የሚረዱ መረጃዎችን ማቅረብ ነው። ይህ ቻናል የስራ ነው - https://Oropag ሌሎቹ ቻናሎች የሚከተሉት ናቸው ፡ ዋናው ቻናላችን- https://Oropagej ንግድ - https://Oropagejobs ትምሀርት- https://Oropagejobs https://Oropagejobs

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 03 December, 2024), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Other category.

17 320
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Dubbii Qabdii Dubbisi Gaaftokko bakka abbaan warraa Mana hin jirretti Jaldeessi niitii leencaa Argate dirreetti Humnaaf dandeettisaa Waa'ee gootummaasaa Waan hu**uusaa diimesse Dhiirummaa jedhee fakkeese Booroo manaatti ol ba'ee Yeroof mootii niitii leencaa ta'e. Yeroo leenci alaa galu, Niitiin fuula jijjiiratte. Nyaara sassaabbattee, Kan biraa fakkaatte. 'Maal taate har'ammoo'jedheen, Of too'atee miira. Ati dhiiraa mitii jetteeen Ol seenii argi dhiira. Yemmuu leenci booroo manaatti, Deemsaaf ol akeeku. Kunoo jaldeessaadha, Isa inni duraan beeku. Mootiin yeroof ture, Baaxii manaatti ba'e. Iyyaan lafa baqaqse, Abjuu mootomuu raajii ta'ee. Baaqum jechaa albaatii xarrisiisa Baaqum- fincaan sharrisiisa Baaqumii yoom danda'ee obsa Baaqum -ammas dafqa cobsa. Gootummaan yeroof, Niitii leencaa ittiin dhiphise. Albaatii of laaqqachiisee, Jiraatti of salphise. ✍️Amiin @waamarakoo

Seenaa ajaa'ibaa waa'ee nama Badhaasa Nagaa Nobel (The Nobel AwardS or 'Nobels utmärkelser' in Swedish) jalqabee hangam beeytu? (Barruu kana yeroon bardheengaddaa Afaan Sweden baradhu kanin hubadherraa afaan keenyatti hiikee dhiheessuuf jedheen guyyaan badhaasaa dabarraan achumaan irraanfadhe. Edaa guyyaa badhaasni sun biyya keenya dhuftu eeguuf na irraanfachiise!) Namni badhaasa kana eegale lammii Sweden, Alfred Nobel (1833–1896) jedhama. Namni kun ogeessa Chemistry ture. Bara jireenya isaa keessatti dhuka'aawwan gurguddaa har'a addunyaan waraanaa fi hoji ijaarsaaf itti fayyadamtu sadi kalaqe. isaanis Dynamite (dimaamitii), Gelignite, and Ballistite. Meeshaaleen waraanaa gurguddaan har'a gabaa irra jiran baay'een isaanii jalqabbii nama kanaa irraa dagaagan. Bara jireenyaa isaa keessa hayyama abbummaa (patents) 350 ol argate. Kana irraas qabeenya guddaa horate. Nobel yeroo du'utti warshaalee meeshaa waraanaa 90 ol qabaachuu ture. Ofii isaaf nama nagaa tahuyyuu, ogummaan isaa guddaan meeshaalee dhuka'oo hojjechuu waan taheef eebbaa fi dhaadessa dandeettii isaa gitu hin arganne. Bara 1888 osoo inni lubbuun jiruu obboleessi isaa Ludvig jedhamu boqote. Duuti obboleessa isaa sun dogoggoraan akka waan Nobel mataan isaa du'eetti afarfame. Inumaa gaazeexaan biyya Faransaa tokko "Le marchand de la mort est mort (the merchant of death is dead)" (Daldaltichi du'aa sun du'eera) jechuun gabaase. Alfred Nobel osoo lubbuun jiruu gabaasa gaazexaa kanaa yoo dubbisu baay'ee rifate. Addunyaan akkamitti akka isa laalaa jirtu xiinxale. Gaafa du'e waan hamaan malee waan gaariin kan hin yaadatamne tahuu isaa hubate. Kanaafuu wayta saniraa qabee akka itti du'a booda maqaa gaarii dhiisee dabru xiinxale. Yaada Nobel Awards jedhu jalqabuu kan murteesses wayta kana. Badhaasa gosa shan ogummaa saayinsii afurii fi nageenyaan namoota gumaacha olaanaa taasisan waggaa waggaatti badhaasuu yaadni jedhu wayta kana dhalate. Qabeenya isaa hundumaas kanumaaf oolche. Badhaasota shanan keessaa afur Swedenitti kan qopheeffaman yoo tahu kan dhimma nagaa ammoo Norway Oslootti akka kennamu murteeffame. Yaada kana dhalchee korees itti ijaree eega amaanaa kennatee booda Mudde 10, bara 1896tti du'e. Bakki owwaalca isaa magaalaa guddoo Sweden Stockholm keessa iddoo Norra begravningsplatsen jedhamutti argama. Alfred Nobel bara jireenya isaatti hin fuune. Ilmoos hin horre. Madda: Svenska för invandrare (SFI) Kurs D

Anis nan boqodha! Akkam jirta jedhee Nagaa sigaafachuuf Anoo akkan qabuu Hojiin koo siyaaduu Si arguuf araaduu qofa akka ta'e hunduu quba qabu Ati garuu beektaa Rakkoo kee isa kalee Hubatteettaa laata Sijaallee maraachuuf Qarqara gahuukoo Mee maaloo maal jettaa Guyyuma jalqabaa Gaafan si arge san Keessi koo dhibamee Midhaan bishaan miti Haasaa namaattiyyuu Qaatan nagaa dhaame Yeroon karaa deemu Namnin ani argu Hunduu si fakkaata Yeroon gara manaa galus Girgiddaa mana koo Bifuma kee baata Yoon achi ilaalu Yoon asis ilaalu Suuruma keen arkaa Yoon hirriba rafus Na dursitee kortee Hirriba na dhorkaa Boqonnaa dhoowwitee Lapheekoo rarraastee Maal argattaa egaa Maali yoo garaa laaffatte Miidhamuun koo kunii Maal bu'aa sii qabaa Maalii yoo na dhiifte Sinjaaladhuu anii Sin barbaadu jettee Yoo garaa na kutte Maaf natti taphatta Maaf na maraachita Kun cubbuu guddaadhaa Dawaa dhukkuba koof Falasaa barbaadi Anis nan boqodhaa! ~~ ☆Shamil N Mohammed @orolovechats

Imaanaa . Biyyi Biyya Dawoo Dhala Namaa Har'a Miti Durii Hundeensaa Ganamaa . Har'a Lafaa Kaanee Laphee Keenya Dhiibnee Biyyi Teenya Jigdee Hundrerraa Ijaarra Jechuun Naaf Hin Liqimfamnee Hin Jiru Akka Kootti Biyyi Hundeen Qabnee . Waa'eesaa Yaa Dhiisnuu Waa'ee Hundee Tumsuu Biyyi Imaanadhaa Angafarraa Quxusuu . Wal Harkaa Fuudhaniitu Nutti Dabarsanii Nus Ga'ee Keenya Hojjanee Imaanan Yaa Dabarsinu Warreen Ittaananii .

photo content

⚪🔴⚫🌾⚪🔴⚫🌾⚪🔴⚫ Oduu Simbirtuu:- Koreewwan Irreecha Hora Finfinneetiif hundeeffaman argachuun haala qophii jiruu fi adeemsa irreeffannaa guyyichaa irratti haasofsiisuu ni feetuu? 👉 Akkas taanaan, ammuma qunnamsiistuuwwaan(links) armaan gadii tuquun argadhaa!

Walaloo:waadaa Getaachoo MD:kaayyoo keef...... Channale keenya hordofuu filannoo yoo godhattan waan barbbaaddan kamuu akka argattan hin shakkiinaa. @sunsuma_aartii @sunsuma_aartii

🎤 Hundumti keessan afferamtaniittu! 🙏 Nan amana, Chaanaalota babbareedoo kana hin qabdan! Kanaafuu, 🎓 SUNSUMA AARTII ♥Oro Comedy ♥Photo kofalchiisoo ♥Walaloowwan ♥Ergaa yeroo fi ♥Tapha adda addaa argatta fa'aa ammuma join taasisuun Hiriyoota keessaniitiifis share taasisaa!

👤 Lencho Gammachu 🎬 Saglii | New Oromo Music 2021 ━━━━━━━━━━━ CHANNEL:- @Kush_Comedy