cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Alatinostube/አላትኖስቱብ/

"Kanaafu akka fedha waaqayyotti qoruumsa kan fudhattan waan gaari hojjecha lubbu keessan waaqa amaanamti Galfata kenna dha" 1 phex. 4:19. ስለዚህ ደግሞ እንደ እግዚአብሔር ፈቃድ መከራን የሚቀበሉ፥ መልካምን እያደረጉ ነፍሳቸውን ለታመነ ፈጣሪ አደራ ይስጡ. 1ጴጥሮ 4 : 19

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
5 311
المشتركون
+4324 ساعات
+2497 أيام
+59130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Jaalala dhuga akka amanta kiristaanatti. 👇👇👇👇 🎚Kitaaba qulqullu irra kan jiru seenan yaaiqoobi fi raahel jaalala dhugaan agaarsisuuf fakkeenya gaari dha. 🎚 #Raaheli fi #yaaiqoob jalqaba kan Wal argan, bakka hooloni bishaan dhuganiti dha. 🎚Osoo hin turanis #yaaiqoob jaalala raahilin qabame. Garu #yaaiqoob maalif jaalala raahilin mo'ame? Raahel " #raahel haali dhaabbi ishee fi hoji ishe" waan gaari ta'eefidha. 🎚Garu haala dhaabbi gaari fi hoji gaarin qofti immo jaalala dhuga ibsuuf akka hin ibsine dhubadha. 🎚 #Yaaiqoob bakke #raahilin alaatti wanta arge qaba. 🎚Jalqaba irratti bareedina isheetin booji'ame ture. 🎚Itti fufuun garuu irra caalatti akka inni ishee jaal'atu kan taasise kitaabni qulqullun ni dubbata. 🎚Marre seenan isaani asiratti dhabbatamo ree? Lakki tasa! #Yaaiqoob akka raahilin fudhuuf Wagga torba akka eegu abban ishe itti hime. ✝️Gaafin abba ishee sirris ta'e baatus, kun garu #yaaiqoob akka inni jaalala dhugaaf jedhe raahilin eegu qabu fudhate. ✝️ #Yaaiqoob osoo jaalala soba qabaateera ta'e Wagga amma kana ishee hin eegu ture. ✝️Dheerina Yeroo ykn waggatin kan hin jijjiramne jaalala dhugaa qofa dha. Kanaafu #yaaiqoob maal godhe? Kitaabni qulqullun akkas jedha. ✝️ #Yaaqoob akkasitti #Raaheliif jedhee, waggaa torba ni hojjete; inni waan ishee jaallateef, waggoonni kun guyyoota muraasa isatti fakkaatu ture (uum 29:30). 🕎Yaa obbolota koo #raahili fi #yaaiqoob irra barumsa akkami argattan? 🕎Jaalali dhugaan dheerina yerootin hin dilalla'u. 🕎Dhaabbi gaari fi bareedina qofa irratti kan hunda'e miti. 🕎Irra caalatti garu, Gaa'elaaf kan taatu akka agarteen kaan baaye si hin boojine tau dandeessi. 🕎Me ga'eela hundeefachuf yaadde haa jennu. 🕎Kaadhima Gaa'elaaf siif taatu tokko yeroo qoratutti kan kee ta'u ishee akkamittin beeku dandeensa? Miiri jaalala ati isheedhaaf qabdu jaalala dhuga ta'u isa ho akkamittin beekta? 🕎Wanta ati beeku qabdu, keessi keenya wanta sitti hime qofa dhageefachu osoo hin taane ,wanta kitaabni qulqullun jedhu hubadhu. 🕎Ati garu dhaabbi ishee fi bareedina bakke ishee irratti qofa xiyyefanno godhu dhiisi, eenyuma kaadhima keep sirriti hubadhu 🕎Yeroo fudhattani sirriti maalumma keessan Wal baruun immo irra caalatti jaalala keessan cimas. 🕎 Garuu maalumma wali baru jechun immo maali dha? Kana jechuun cimina fi dadhabina wali hubachu. 🕎 Irra caalatti immo jabinna kara amanta ofi qaban sirriti bu'ura dha. 🕎Namni waaqayyon sirriti amanu, hiriya isaaf, maati isaaf, biyya isaaf ni amanama waan ta'ef. 🕎Jaalali dhuugan immo hundeen isaa amanta waliif amanamu irrati hunda'e dha. 🕎Kan biroos jiraachu dada'u, jireenya hawwasuma fi kan biroon ille. ✅ #Jaalali soba akka fiixaan hin baane hubadhu. ✅ #Jaalali dhugaan garu yeroo walin dabalaa akka deemu hin hiraanfatin. ✅ #Dhumni jaalala dhugaas tokko taun xumurama. ✅ #Waan hunduman waali galun. Jechuunis tokko tokkoof mo'ama jirachu. ✅ #Jaalala dhuga keessati yaadan mo'amu fi mo'uun jirachu qaba. ✅ #Jaalala bareedina bakke qofa ilaalte deemtu irra jaalala keesa ilaalte deemta yoo ta'e jaalali kee jaalala dhuga akka ta'u hin shakkin. Jaalali dhugaan👉1Qor 13:4-8 ➤. #Jaalalli dhugaan #obsaa dha, ➤. jaalalli #gaarummaas ni argisiisa. ➤. Jaalalli dhugaan hin #hinaafu. ➤. Jaalalli dhugaan of hin jaju, #jaalali dhugaan of hin bokoksu; ➤. jaalalli dhugaa #amala #sirrii hin taane hin argisiisu, ➤. Jaalalli dhugaan #faayidaa #mataa isaa qofa hin barbaadu, ➤. Jaalalli dhugaan hin #aaru. ➤. Jaalalli dhugaan #Miidhaa isa irra ga'e garaatti hin qabatu. ➤. jaalalli dhugaan Jallinatti hin gammadu, ➤. jaalalli dhugaan #dhugaatti ni gammada. ➤. Jaalalli dhugaan Waan #hundumaa danda'a, ➤. Jaalalli dhugaan waan hundumaa #amana, ➤. jaalalli dhugaan waan hundumaa #abdata, ➤.Jaalalli dhugaan #yeroo hunda #jabaatee #dhaabata. ➤. Jaalalli dhugaan #matumaa hin badu. "#Namni nama erga jaallatee, waan hamaa isa irratti hin hojjetu; kanaafis nama jaallachuun seera hundumaa raawwachuu dha" (rom 23:20). YouTube channel https://www.youtube.com/channel/UCixJsjfc0bNNt9N3cpsm40Q?sub_confirmation=1 Telegram channel https://t.me/alatinostube
إظهار الكل...
5👍 1
Telegram channel    https://t.me/alatinostube
إظهار الكل...
Alatinostube/አላትኖስቱብ/

"Kanaafu akka fedha waaqayyotti qoruumsa kan fudhattan waan gaari hojjecha lubbu keessan waaqa amaanamti Galfata kenna dha" 1 phex. 4:19. ስለዚህ ደግሞ እንደ እግዚአብሔር ፈቃድ መከራን የሚቀበሉ፥ መልካምን እያደረጉ ነፍሳቸውን ለታመነ ፈጣሪ አደራ ይስጡ. 1ጴጥሮ 4 : 19

Jaalala dhuga akka amanta kiristaanatti.   👇👇👇👇 🎚Kitaaba qulqullu irra kan jiru seenan yaaiqoobi fi raahel jaalala dhugaan agaarsisuuf fakkeenya gaari dha. 🎚 #Raaheli fi #yaaiqoob jalqaba kan Wal argan, bakka hooloni bishaan dhuganiti dha. 🎚Osoo hin turanis #yaaiqoob jaalala raahilin qabame. Garu #yaaiqoob maalif jaalala raahilin mo'ame? Raahel " #raahel haali dhaabbi ishee fi hoji ishe" waan gaari ta'eefidha. 🎚Garu haala dhaabbi gaari fi hoji gaarin qofti immo jaalala dhuga ibsuuf akka hin ibsine dhubadha. 🎚 #Yaaiqoob bakke #raahilin alaatti wanta arge qaba. 🎚Jalqaba irratti bareedina isheetin booji'ame ture. 🎚Itti fufuun garuu irra caalatti akka inni ishee jaal'atu kan taasise kitaabni qulqullun ni dubbata. 🎚Marre seenan isaani asiratti dhabbatamo ree? Lakki tasa! #Yaaiqoob akka raahilin fudhuuf Wagga torba akka eegu abban ishe itti hime. ✝️Gaafin abba ishee sirris ta'e baatus, kun garu #yaaiqoob akka inni jaalala dhugaaf jedhe raahilin eegu qabu fudhate. ✝️ #Yaaiqoob osoo jaalala soba qabaateera ta'e Wagga amma kana ishee hin eegu ture. ✝️Dheerina Yeroo ykn waggatin kan hin jijjiramne jaalala dhugaa qofa dha. Kanaafu #yaaiqoob maal godhe? Kitaabni qulqullun akkas jedha. ✝️ #Yaaqoob akkasitti #Raaheliif jedhee, waggaa torba ni hojjete; inni waan ishee jaallateef, waggoonni kun guyyoota muraasa isatti fakkaatu ture (uum 29:30). 🕎Yaa obbolota koo #raahili fi #yaaiqoob irra barumsa akkami argattan? 🕎Jaalali dhugaan dheerina yerootin hin dilalla'u. 🕎Dhaabbi gaari fi bareedina qofa irratti kan hunda'e miti. 🕎Irra caalatti garu, Gaa'elaaf kan taatu akka agarteen kaan baaye si hin boojine tau dandeessi. 🕎Me ga'eela hundeefachuf yaadde haa jennu. 🕎Kaadhima Gaa'elaaf siif taatu tokko yeroo qoratutti kan kee ta'u ishee akkamittin beeku dandeensa? Miiri jaalala ati isheedhaaf qabdu jaalala dhuga ta'u isa ho akkamittin beekta? 🕎Wanta ati beeku qabdu, keessi keenya wanta sitti hime qofa dhageefachu osoo hin taane ,wanta kitaabni qulqullun jedhu hubadhu. 🕎Ati garu dhaabbi ishee fi bareedina bakke ishee irratti qofa xiyyefanno godhu dhiisi, eenyuma kaadhima keep sirriti hubadhu 🕎Yeroo fudhattani sirriti maalumma keessan Wal baruun immo irra caalatti jaalala keessan cimas. 🕎 Garuu maalumma wali baru jechun immo maali dha? Kana jechuun cimina fi dadhabina wali hubachu. 🕎 Irra caalatti immo jabinna kara amanta ofi qaban sirriti bu'ura dha. 🕎Namni waaqayyon sirriti amanu, hiriya isaaf, maati isaaf, biyya isaaf ni amanama waan ta'ef. 🕎Jaalali dhuugan immo hundeen isaa amanta waliif amanamu irrati hunda'e dha. 🕎Kan biroos jiraachu dada'u, jireenya hawwasuma fi kan biroon ille. ✅ #Jaalali soba akka fiixaan hin baane hubadhu. ✅ #Jaalali dhugaan garu yeroo walin dabalaa akka deemu hin hiraanfatin. ✅ #Dhumni jaalala dhugaas tokko taun xumurama. ✅ #Waan hunduman waali galun. Jechuunis tokko tokkoof mo'ama jirachu. ✅ #Jaalala dhuga keessati yaadan mo'amu fi mo'uun jirachu qaba. ✅ #Jaalala bareedina bakke qofa ilaalte deemtu irra jaalala keesa ilaalte deemta yoo ta'e jaalali kee jaalala dhuga akka ta'u hin shakkin. Jaalali dhugaan👉1Qor 13:4-8 ➤. #Jaalalli dhugaan #obsaa dha, ➤. jaalalli  #gaarummaas ni argisiisa. ➤. Jaalalli dhugaan  hin #hinaafu. ➤. Jaalalli dhugaan of hin jaju, #jaalali dhugaan of hin bokoksu; ➤.  jaalalli dhugaa #amala #sirrii hin taane hin argisiisu, ➤. Jaalalli dhugaan  #faayidaa #mataa isaa qofa hin barbaadu, ➤.  Jaalalli  dhugaan hin #aaru. ➤.  Jaalalli dhugaan #Miidhaa isa irra ga'e garaatti  hin qabatu. ➤. jaalalli dhugaan Jallinatti hin gammadu, ➤.  jaalalli dhugaan #dhugaatti ni gammada. ➤. Jaalalli  dhugaan Waan #hundumaa danda'a, ➤. Jaalalli  dhugaan waan hundumaa #amana, ➤.  jaalalli dhugaan waan hundumaa #abdata, ➤.Jaalalli  dhugaan #yeroo hunda #jabaatee #dhaabata. ➤. Jaalalli dhugaan #matumaa hin badu. "#Namni nama erga jaallatee, waan hamaa isa irratti hin hojjetu; kanaafis nama jaallachuun seera hundumaa raawwachuu dha" (rom 23:20). YouTube channel https://www.youtube.com/channel/UCixJsjfc0bNNt9N3cpsm40Q?sub_confirmation=1
إظهار الكل...
Alatinostube/አላትኖስቱብ/

"Kanaafu akka fedha waaqayyotti qoruumsa kan fudhattan waan gaari hojjecha lubbu keessan waaqa amaanamti Galfata kenna dha" 1 phex. 4:19. ስለዚህ ደግሞ እንደ እግዚአብሔር ፈቃድ መከራን የሚቀበሉ፥ መልካምን እያደረጉ ነፍሳቸውን ለታመነ ፈጣሪ አደራ ይስጡ. 1ጴጥሮ 4 : 19

#Icciti soogidda beektu laata? " isin soogidda addunyaati" (maat. 5:13) "Isin soogidda addunyaati, soogiddi garuu miyaa yoo of keessaa dhabe maaliin deebi'ee miyeeffama ree? #Gad baafamee gatamee namni irra ejjetee balleessa malee, homaa tokkoofuu waa'ee hin baasu. #Akkuma beeknu gooftan keenya iyyesuus kiristoos Yeroo baratoota isaa barsisa turetti fakkenya adda addaatin barsisa tureera. isaan keessa tokko "isiin soogidda addunyaati" kan jedhu dha. #maalif akkas jedhe laata gooftaan baratoota isaatin? #Maali namni akkamittin soogidda ta'u danda'a? Gaafi kanaaf deebi isaa akka armaan gaditti dhiyeesuuf yaaleera. Soogidi amalaa armaan gadi qaba. 1. Soogidi nyaata mi'eesa ( iyyob 6:6).      #Nutis akkuma soogidda kana aduunyaa bishoofte amanta keenyan akka mi'es innuf soogidda ta'a nuun jedhe. Kiristaanumman keenya yoo soogidda hin taane akka dhagaa gatamana. Addunyaa kanaf bitamne yoo jiranne, nuti soogidda mi'aawu didee gatame dha. Akka warra ormootas ni taana. Isaan irra adda ba'uuf soogidumman keenya namoota bushaawu mi'eessu qaba. Faaru 34:8 "namooni baayen karaa gaari eenyutu nati  agaarsisa jedhu" 2. Soogidi aarsa mi'eessa (S.leewota 2:13), marqos 9:49, room 12:1.     #Akkuma ashaboon aarsa mi'eesuf garagaaru, kiristaanonnis qulqullota ta'ani kadhana cubbamoota mi'eesun fuula waaqayoti ni dhiyeesu, ni kadhatufis. Kadhaan qulqullota warra cubbamootaf fura dha (ya'o 5:14). 3. Soogidi qaama dhuukkubsateeff qoricha dha ( isqi'eel 16:4).        #Ashaboon madaatti yo naqan dafe madaa ni fayyisa. Marre isiin soogidda gaafa nuun jedhu , addunya dukkubsateef qoricha dha. Addunyan dhukkuba cubbutiin dhukkubsate jirti qorichuma keesan itti agarsisa. Qorichuuman keesanin immo qoricha addunya kan ta'a anaan waaqa keessan hojii fi amaanta keessani addunyaati agarsiisun, kan goopha'e sireesun, kan jaame ijja banuun, kan hin dhageenye akka inni dhaga'u gochu dha jechufi. 4. Soogidi ofif hin jiraatuu ykn mi'aawu.        #Soogidi ofif hin mi'eesu, nyaata mi'eesu male . Kiristaanonis ofif miti kan isaan jirataan. Kan isaan jirataan namoota biroof dha male. Kanaafu obbolesa keesanif jiradha jechu barbaadetu. 5. Soogidi iddo hundati ni argaman.      #Soogiddi mana hiyesas mana soresattis ni argamaa. Iddo hundati garu gaatin soogidda kana walqixee dha. Inni sooressi waan birri qabuuf birri guddan hin bitu, hiyyesis immo waan  dhabeef hin bitu hin jedhu. Gatiin isaas xiqo dha waan ta'ef. Kanaafu gatin isaas xiqo yoo ta'e iyyu namonni hundu ni barbaadu. Isinis soogidda yeroo isaanin jedhuti, isiin iddo hundumati ni barbaadamtu, garu addunya birati ni tuffatamtu, gatin keessan akkuma soogidda xiq qo dha. Isin garu akkuma soogidda hundumaf qixa mi'awu keessan hin dhisina jechu isati. 6. Ashaboon amalaa isa hin jijjiruu.        #Addunya irra ashabo gosuma tokkotu jira. Osoo barbaare fi mi'eesitu biro fudhanne, qabiyye nyaatatin adda addaa ta'u ni danda'u. Qabiyyen ashaboo garu Biyya biyyatti hin jijjiramu. Kiristaanonnis Yeroo gadda ,gammachu, qabachu, dhabu to kan biron hin jijjjireraman. Akkasumas kiristaanni addunya kana irra jiru amaalan tokko dha.  Kiristaani Yeroon, fayidaan biyaan waan fe'eenu hin jijjiramtan kanaafu isin ashabo dha jedhen. 7. Namni ashaboo nyaate gara bishaani dheeboota.        #Ashaboon duuka bu'oota ykn kiristaanota dha. Bishaan immo gofta Keenya dha. Marre namni nyaata ashaboo qabu nyaate akkuma dhebootee bishaan yaadu, isiin kiristaanonnis hoji keessan fuula ormoota duratti ife akka isaan kiristoos dhebotan jechufi dha. waluuma galatti namni kara ashabumma keesanin kiristoosin haa dheebotan  jechu dha. Yeroo namonni hin amaane jireenya ashabumma keesanin dheebotan isin immo gara bishaan jireenyati erga jechu isa dha. Bishan jireenya kunis goofta keenya iyeesus kirstosi dha. 📢Kanaafu ashaboon yoo ashabo hin taane baasame ni gatama. #Akkas jechun isaa immo isin yoo kiristaana dhuga hin tane gara boolla ibiddati ni gatamtu jechu isa dha. 🔵Mee gaafi kana ofi keessan deebisa Namootaf soogidda ta'a jirra mo hadhooftu ta'a jirra? © Dn. Daniel M.
إظهار الكل...
👍 7 5
Repost from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa! ⛪ Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo ⛪ Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ⛪ Barnoota Amantaa ⛪ Walaloowwan Afuurawaa ⛪ Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu. Join Join Join
إظهار الكل...
Koorsiiwwan EOTC
Faaruuwwan EOTC
Join ✔️
«Osoo Arraabanii du'uu» «እየላሱ መሞት» Fakkeenyota ajaa'ibaa Abbaa Mana Kiristaanaa Hindii Barla'aam guutummaa isaa dubbisaa! 👇👇👇 https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/06/barlaaamii-fi-yewooseef-kitaaba-ajaa.html
إظهار الكل...
Barla'aamii fi Yewooseef Kitaaba Ajaa'baa Mana Kiristaanaa Hindii

Tajaajila Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Afaan Oromootiin, Waa'ee Dubroo Maariyaam, Waa'ee Qulqullootaa, Wareegamtootaa

👍 4
Iyeesus kiristoos eenyu? Kuta tokkofa 👉Inni eenyuu Share gochun hiriyota keesan biran ga'a. ✍ Gooftan keenya faayissan keenya gara iyerrusaalem gaafa hoosayin gala turet, namoonni hoosaayina ilma daawiti, jecha yeroo farfaatanitti " kun eenyu" jecha turan ( mat 21:10). ✍ Gooftan keenya iyeesus kiristoos nan du'a, guyya sadi boodas du'a mo'een ka'umsa koo du'a ka'umsa keessan taasisa jedhe yeroo ummata barsissutti " kana gochu kan danda'u dhala nama ta'e inni eenyu" jedhani ni gaafatu ture (yoohanis 12:34). ✍ Namichi ija hin qabne tokko akkuma dhalaten iddoon ija ykn holqa ijaa ille kan hin qabne, gaafa goofta argu, goofta Kenya Iyeesus kiristos ija itti uume, kana boodas ' atti mucaa Waaqayyotti ni amanta' jedhe gaafanna, " isaati amanuudhaan inni enyu" jedhe deebiseef ( yohanis 9:37). Gaafin Kunis baratoota gooftaatif dhiyaateera. " Namni ilma namaatin enyuu jedha" isaanis namni siin yoohanis cuphaa sin jedhu, wari kaan immo elliyaas siin jedhu, muraasni isani immo raajoota keessa tokko dha siin jedhu jedhanin (mat 16:14). ✍ Gaafi kana seexanis gaafi kana gaafateta " Wagga 5500 angoo kootin qabame kan ture nama ta'e kan angoo koo irra na ari'uuf dhufe inni enyu" jedhe yeroo gooftan fanno irrati fannifame jiru gaafate ture. ✍ Beeka hayiwudota kan ture Niqoodimoos gaafi akkas jedhu gaafatera "namni akkamittin gadameessa haadha isaati deebi'e lammata dhalata? Jedher (Yohanis 3:3). ✍ Maariyaam isheen magdeela yeroo jalqaabaf gooftan kan isheeti mul'ate "warra biqiltu eegan itti fakkate ture" (Yohanis 20:15). ✍ Dubartittin Isha samariyaatinis " bishaan naaf keni kan siin jecha jiru enyuu akka ta'e oso bekte, bishaan jireenya akka siif kennuuf debifte ni kadhatta turte" jedhen (Yohanis 4:10). ✍ Kara adeemtootni gara emaawoos dema turan " ati iyerrusaalemif keessuma dha moo?" jedhanini turan (luqaas 24:18). ✍ Iyeesus kiristoos yeroo inni foon koo nyaadha dhiga koos dhuga kanaan achiti jireenya hin qabdani jedhe barsisuti hayiwudotni immo " foon isaa hunda keenyaf kennuuf Akkamitin danda'a" jechun hereega keesa galaniru (Yohanis 6:52). Har'as namooni baayen maalumma iyeesus kiristoosin akkuma armaan olitti ilaalen yeroo isaan hubatani ni agarra. Kanafis akkas jedhe barra'era " dhagichi waari mana ijaaran tuffatani mosooso ykn baaxi irra taa'e" jedhe qulqullu phaawulos akkuma katabee. Har'as shekoota musilima fi paasteroota protestantii dhisiti iyeesus kiristoos qaaman yeroo inni deeme barsisa tureetti yoom sirriti beekaani? Duuka bu'ootni isaa illee amma afuuri qulqullun Abba irra Isaanif ergamuutti sirritti hin hubanne ture. Marre iyeesus kiristoosin kan hubachun danda'amu afuura qulqullu qofan akka ta'e hubatamu qaba. Maatiyos 16:22 " maqaa kootti kan hin dogooggorre inni eebifama dha" jedhe akkuma iyeesus kiristoos afaan isaatin dubate. Kanaaf ega qulqullichi phexiroos ati yaa mucaa yoona ya simo'oon kan eebifamte dha jedhe. Sababin isaas inni iyeesus kiristoosin sirritti afuuri qulqullun ibseefi waan dubbatef. Achuma irrati gooftaan Keenya iyeesus kiristoos "kana Abba koo isa samiitti siif ibse" jedhe yeroo raga ba'u ni argina. Galanni waaqayyoof haa ta'u. Kuta lammaffan itti fufa..... Join 👇👇👇👇👇it https://t.me/joinchat/AAAAAEy0gmSfSG1cLMgInw
إظهار الكل...

9👍 1💯 1
1. Iyyaneesi fi Iyyaanbrees falfaltuu Faari’oon turan (2ximo. 3:8). Gaaffi: qulqullu phaawulos maqaa falfaltoota kanaa eessa fide? 2. Bineeldoyni fi namooota waliin akka dubatan (seer 3:1) Gaaffi: Garu beladotni fi namni afaan tokko dubacha turani? 3. “…Qaayyal haadhamanaa isaa beeke; ni ulfooftes” (uum. 4:17). Gaaffi: Qayeel haadha mana essa fudhe durbi yeroo hin jerretti? Mineesen gara waaqayyottis ni kadhate? (2 Seena baraa 33:13) Gaaffi: kadhaannan Minaasee maal turee? Maal jedhees kadhate? 5. “Heenok akkana jedhee waayee namoota kanaa raajii dubbateera;" (yihuuda 1:14-15) Gaaffi: raaji kana yihuudan eessa fuudhe barrese. 6. “dubbiini Ermiyaas dubbate sun ni raawwatamer; "Isaanis beessee meetii soddoma” (Maat. 27:9 -10). Gaafi: ermiyaas raaji kan eessatti barresse? https://youtu.be/OqO87K2wZIk?si=WvO5sUwgZf9QiwAQ
إظهار الكل...
KITAABNI QULQULLUUN 66 HIR'UU DHA/Qo'anna kitaaba qulqullu/ kakuu moofa/ lallabaa wangeela.

https://www.youtube.com/channel/UCixJsjfc0bNNt9N3cpsm40Q?sub_confirmation=1

#Qo'anna kitaaba qulqullu #hiikkaa wangeela maatiyoos #kakuu haara/ kakuu moofa #lallabaa wangeela. #gospel preaching #mathew gospel #biblical studies

https://www.youtube.com/channel/UCixJsjfc0bNNt9N3cpsm40Q?sub_confirmation=1

5👍 1