en
Feedback
BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

Open in Telegram

Maddi Oduu: BBC AFAAN OROMO Maxxansa public BBC Irraa kan odeffannedha, kan studeo irraa darbu miti. Hubadhu : Sababaa isaan Telegramiin odeeffanno maxxansaa hin turreef, bara 2018 G.C hundeesse. Buy ads: https://telega.io/c/bbcAfaanOromoo

Show more
The country is not specifiedNews & Media5 065

πŸ“ˆ Analytical overview of Telegram channel BBC News Afaan Oromoo

Channel BBC News Afaan Oromoo (@bbcafaanoromoo) is an active participant. Currently, the community unites 51 892 subscribers, ranking 5 065 in the News & Media category.

πŸ“Š Audience metrics and dynamics

Since its creation on Π½Π΅Π²Ρ–Π΄ΠΎΠΌΠΎ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 51 892 subscribers.

According to the latest data from 09 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -278 over the last 30 days and by -14 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 22.04%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 6.57% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 11 438 views. Within the first day, a publication typically gains 3 410 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 41.

πŸ“ Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
β€œMaddi Oduu: BBC AFAAN OROMO Maxxansa public BBC Irraa kan odeffannedha, kan studeo irraa darbu miti. Hubadhu : Sababaa isaan Telegramiin odeeffanno maxxansaa hin turreef, bara 2018 G.C hundeesse. Buy ads: https://telega.io/c/bbcAfaanOromoo”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 10 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the News & Media category.

51 892
Subscribers
-1424 hours
-937 days
-27830 days
Posts Archive
Akkamiin saamunaan harkaan dhiqannu waraqaarraa hojjatama? Dargaggoon kalaqa kana hojjate deebii qaba ➑️➑️ https://bbc.in/4czPFGa

Waajjiraaleen Mootummaa Naannoo Oromiyaa Barsiisaa Mokonniinifi kaanif deeggarsa taasisan. Kunis, 'Guyyaa Daneessummaa' sababeeffachuun akka ta'e Waajjirri Kominikeeshinii MNO ibseera. 'Sababa Finfinneef reebameen osoon digrii qabuu qubaan mallatteessa' kan jedhan Barsiisaa Mokonniin eenyudha? β†ͺ️ https://bbc.in/4yskSDC

Oduu aagaa! Daa'imni Booranatti manni itti cufame ijoo dubbii ta'e oolmaa daa'immanii akka seenuuf waggaa tokkoof gatiin barnootaa kaffalameefi. πŸ‘‰ https://bbc.in/4gVycJt

Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa maal fakkaata? Xiyyaarota akkamiifaa qabu?https://youtu.be/SCzJtBcma4A?at_campaign=ws_whatsapp

Maatiin ijoolleen isaanii Sa'ud Arabiyaatti jalaa ajjeefaman reeffallee argatanii irmii hin baafatiin hafan maal jedhu? πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c8e311ned2go?at_campaign=ws_whatsapp

Bowwuun mataa cimaan dhiirota caalaa dubartootarratti baay'inaan mul#ata. Maaliif? Garuu sababoonni dhukkubbii kana maali? Dhukkubbii nutti dhagahamuhoo akkamiin hir'isuun danda'ama? πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cpd01lj52zqo?at_campaign=ws_whatsapp

Abokaatoo Obbo Taayyee Danda'aa dabalatee namoonni syaasaa IHAPA kunneen "garee Tsimdoo waliin hariiroo qabaachuun" shakkaman. Manni murtii wabiin akka gadhiifaman murteessinaan poolisiin garuu ol iyyannoo itti gaafateera. Maaliif? πŸ‘‡πŸ‘‡https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cx2z9npg903o?at_campaign=ws_whatsapp

🚨 BREAKING NEWS 24/7 U.S. β€” Stay Ahead of the Headline! High-impact events, major political updates, economic shifts, and U.
🚨 BREAKING NEWS 24/7 U.S. β€” Stay Ahead of the Headline! High-impact events, major political updates, economic shifts, and U.S. national security reports β€” delivered as they happen. Why follow Breaking News 24/7 U.S? ⚑️ Real-Time Coverage: Fast, direct alerts on key events across the USA. πŸ” Verified Updates: Clear facts, zero unnecessary noise. πŸ“Š Markets & Economy: Instant updates on Wall Street, policy shifts, and key economic data. Don't miss what's happening right now. πŸ“² Join the official channel here: πŸ‘‰ t.me/breakingnews247us Be the first to know. Always.

Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa maal akka fakkaatu, Xiyyaarota akkamiifaa akka qaban, Biyya kamtu ammoo gonkumaa humna qilleensaa hin qabu. Sadarkaa Itoophiyaan irra jirtu dabalatee odeessa kana as keessaa argattu. πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c3re8nwv1gvo?at_campaign=ws_whatsapp

Iraan haleellaa irratti raawwatameef buufata waraanaa Ameerikaa Yordaanos jirurratti haleellaa gaggeessiteetti. Guutummaa oduu kanaaf toora kanaan seenaa. πŸ‘‡πŸ‘‡ https://bbc.in/4cCzSXf?at_campaign=ws_whatsapp

πŸ‡ΊπŸ‡Έ Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti Hogganaan Itti aanaa Dhimmoota Afrikaa Firaank Gaarsiyaa nageenyi carraa invastimantii banuuf waan ijoo barbaachisudha jedhan. β†ͺ️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/live/c933k5zl2levt?at_campaign=ws_whatsapp

Dhihoo Pirezidantiin Chaayinaa Masrii turan. Al Siisii waliinis ibsa waloo baasaniiru. Ibsi kuni garuu waan Itoophiyaa akeeku qaba. Maal jedhan? πŸ‘‡ β†ͺ️ https://youtu.be/ecrsOsDlTn0?at_campaign=ws_whatsapp

Balaa lolaa Neppaaliin hanga ammaa namoonni 1,500 ta'an dhabamuu aanga'oonni himan πŸ‘‡ https://www.bbc.com/afaanoromoo/live/cky9z4zpdrydt?at_campaign=ws_whatsapp

Viidiyoon ilma Tiraamp lubbuuf yaaddessu miidiyaa Iraan irratti bahuu Ameerikaan mirkaneeffatte https://bbc.in/45Pi6w8?at_campaign=ws_whatsapp

Artistoonni kunneen erga wabiin gadhiifamanii booda waa'ee himata isaaniirratti banamee miidiyaarratti ibsanii turan. Ofii seerri dhimma kana akkamiin ilaala? πŸ‘‰ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c5yv75xne04o?at_campaign=ws_whatsapp

Haleellaa diroonii Tigraay Aanaa Raayyaa Allaamaaxaatti raawwateen lubbuun humnoota Tigraay darbuu maddeen BBC’tti himan. Haleellaa kanaaf maddi humnoota Tigraay Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa himatan. BBC’n deebii aangawoota Itoophiyaarraa argachuuf yaalus hin milkoofne. β†ͺ️ https://youtu.be/3Fl50McJxHI?at_campaign=ws_whatsapp

Qorattoonni US akka jedhanitti, hubannoon namtolchee diizaayinii vaayirasoota haaraa kan guutumatti hojiirra ooluu danda'anii fi laaboraatoorii keessatti baayi'ifaman kalaquuf oolaa jira. Tarkaanfiin kuni dhukkuboota wal'aanuuf tarkaanfii saayinsii isa murteessaadha jedhame. Garuu saayintistoonni dhimma kanarratti yaaddoos qabu. πŸ‘‰ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cvgl0q45preo?at_campaign=ws_whatsapp

⚑ Discover ALEXATOR Original electronic music created to inspire, motivate and energize. 🌐 alexator.com Listen & download for free. πŸ“² t.me/alexator_music Follow for new music & updates. ▢️ NEW MUSIC VIDEO ALEXATOR β€” GENESIS (001) https://youtu.be/OR2yplPn1AU

πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡Ή Marii biyyaalessaa gaggeeffamaa jiruun wal-qabatee burjaajiin miidiyaa hawaasaa irratti deemaa jiru "dhara" jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessaa. Burjaajiin deemaa jira jedhame maalidha? πŸ‘‡πŸΏ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cwyjxp6yp0no?at_campaign=ws_whatsapp

Yeroo amma Itoophiyaa keessatti dhukkuboota baay'inaan nama qabaa jiru keessaa isa tokko. Inni dhibee Kaansarii mar'immaan guddaa (Colorectal Cancer) jedhama. Dhukkubni kun dargaggoota waggaa 20 irraa kaasee hanga namoota umuriin raaganii jiran kamuu irratti mul'achuu danda'a. Dhibeen kun Itoophiyaatti maaliif dabale? πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c62vdp3zz4wo?at_campaign=ws_whatsapp