cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐Ÿ’ป Barannoo Tech ๐Ÿ’ป

๊จ„๏ธŽ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Show more
Finland304The language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
5 965
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
#Dv 2024 result. Bu'aa dv bara 2024 keessanii check godhachuu dandeessu warri guuttanii jirtan, carraa gaarii. Link ;https://dvprogram.state.gov/ESC/CheckStatus.aspx
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
https://result.neaea.gov.et/ ๐Ÿ“ข Linki isa kana fayyadamaa fooyyee qaba.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Firii qormaata ilaaluun jalqabameera. ๐Ÿ“ฅ I'd number fi maqaa ergachuun haala mijataa keessa yoo hin jiraatin isinii ilaaluu dandeenya.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Odeeffannoo TikvahEthiopia irraa. #Barattoonni galgala har'aa irraa eegalee bu'aa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaaluu akka danda'an ibsame. #Qormtoonnii harโ€™a galgala, saโ€™aatii 5:30 p.m irraa eeglee ilaallachuu danda'u. โ€ข Marsariitii fi toftaalee gadii kanniin fayyadamuudhaan. 1. eaes.edu.et irraa kan fudhatame 2. eaes.gov.et irratti kan argamu 3. eaes.et kan jedhu 4. buโ€™aa.neaa.gov.et 5. Telegiraamii ๐Ÿ‘‰ @EAESbot 6. Ergaa gabaabaa 8046 #Nutis Barannoo Tech barattoota haala mijataa keessatti hin argamne, Id number isaani nuuf ergan hanga dandeenyeen ilaalufidhaaf qophiidha. ๐Ÿ“ฅ @barannoobot
Show all...
๐Ÿˆธ ยฐSOUNDยฐ Beautifier - Equalizer by Swiss Selection โฒVersion: 1.1.81(81) ๐Ÿ•ฐUpdated: Jun 26, 2021 ๐Ÿ’ฐSize: 43.30MB ๐Ÿ“ฒAndroid version: 6.0
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ” โœณ๏ธ Apps Name: Bass Boosters and Equalizers #Bilbilli keessan sagaleen isaa laafaa akkasuma kan sagaleen gaarii hin qabne taanaan App kana fayyadamuun fooyyeessuu dandeessu. #Bass Booster sound effect sirna opereetiingii Andirooyidiif hunda caalaa gaarii dha. Isa waliin, gosa faayiloota music irratti bu'aa sagalee adda addaa hojiirra oolchuu dandeessu. #App Size: 6.2 MB Appichi โคต๏ธ
Show all...
๐Ÿ’ฅ Appi yeroo halkanii bilbila fayyadamuuf qarqaaru
Linki appi yeroo bilbila halkan fayyadamtanii
๐Ÿ“ฅYaada
๐Ÿ’ฌ Channalota Telegram Beeksisa waliin hojjennudha, kan filattan join godhaa.#msg โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž– โž–โž–โž–โž–โž–
Show all...
๐Ÿ“ฎโ‘  ๐Œ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ค๐ฌ๐จ๐ญ๐š
๐Ÿ“ฎโ‘ก ๐๐š๐ซ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐“๐ž๐œ๐ก
๐Ÿ“ฎโ‘ข Fayyaan Faaya
๐Ÿ“ฎโ‘ฃ ๐€๐ฅ-๐ซ๐ข๐ฌ๐š๐ฅ๐š-๐ญ๐ฎ๐›๐ž
๐Ÿ“ฎโ‘ค ๐…๐š๐ญ๐š๐š๐ฐ๐š๐š ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ซ๐š๐ฅ-๐ก๐ฎ๐๐š๐š
Photo unavailableShow in Telegram
#Data storage, Yuunitiiwwani data fi hamma kuusaa. #Data storagiin; koodii dijitaalaa baayinariidhaan odeeffannoowaan kuusuuf ooluudha, Yuunitiiwwan kuusaa kunneenis deetaa bilbiloota, kompiitara deeskitooppii, laptopiin, taableetotaa fi kanneen biroof oola. Yuunitiin inni xiqqaan byte hoggaa tayu walitti dhufeenya dhangi bit saddeetiti, bit 1 ykn 0 bakka buuti, kilobyte tokkoo ammoo bits 1000 ykn 1024 of keessa qaba. #Kuusaa daataawwan kunniins xiqqarraa gara guddaatti. Maqaa daataa. Hamma unit 1. Bit. 1 or 0 2. Byte. 8 bits 3. Kilobyte. 1,024 bytes 4. Megabyte. 1,024 kilobytes 5. Gigabyte. 1,024 megabytes 6. Terabyte. 1,024 gigabytes 7. Petabyte. 1,024 terabytes 8. Exabyte. 1,024 petabytes 9. Zettabyte. 1,024 exabytes 10. Yottabyte. 1,024 zettabytes
Show all...
Dabalataaf
Barannoo 1ffaa
Appi gaarii qussanaa dataaf oolu
๐Ÿ’ฅ Description
๐Ÿ“ฅYaada
Photo unavailableShow in Telegram
#Daldal_Telegram_username. #Telegram adeemsa @username ykn maqaa fayyadama gabaabduu  barbaadamoo tahan kanneen akkaawuntii dhuunfaa, garee ummataa fi chaanaaliif oolan, akkaataa bituu fi gurguruun danda'amu ifoomseera. Caalbaasii hordofuuf https://fragment.com Wallet dhuunfaa keessanii Uumuudhaan keessatti hirmaachuu dandeessu. Wallet keessan uumuuf appii Tonkeeper buufattu, Ergasii, Get Started > Create New Wallet kan jedhu tuquun qajeelfama iskiriinii irratti mul'atu hordoftu. San booda yeroo gabaabaatti tarree jechootaa lakkoofsa qaban kan jecha icciitii barreessuun ykn haala gaariin ol kaawwachuu qabdu. Kana gochuu dhabuun Wallet keessan akka gaariin akka hin hojjanne taasisa, dabalataaf https://fragment.com/about Fkn caalbaasiin ol aanaan sa'a amma [16, November 2022] kanatti jiru username @news ๐Ÿ’Ž 700,000 ~ $1,169,000 parsant 5% dabaluun hirmaataan gatii caalbaasiicha dhuunfachuu ni dandaโ€™a yeroon kennamu guyyoota 7 hoggaa tayu Telegram transaction gudduu 5% buufata. ๐Ÿ’ป Barannoo Tech ๐Ÿ’ป
Show all...
๐Ÿ‘
๐Ÿ’ฅ Bittaaf gurgurtaa channel Telegram
๐Ÿ›’ Linki Tonkeeper
๐Ÿ“ฅYaada
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ’ฐTelegram Premium? #Telegram tajaajila kaffaltii qabu "Telegram Premium" jedhamu dhihessuun ni yaadatama, tajaajilli kunis tajaajila bilisaan kennu cinaatti tajaajila dabalataa fayyadamtoota dhiheessuun, kan dhaabbaticha galii argamsiiduudha, kaffaltiin ji'aas doolaara Ameerikaa 4.99 - 5.99 akka ta'ee dubbatama. "Telegram Premium" application dabalataa kan biraa osoo hin taane, application official update ta'erraa argachuun ni dandaโ€™ama. #Tajaajila "Telegram Premium" kennu keessaa muraasni: ๐Ÿ›’Faayilota hanga 4 GB ta'an erguu/save gochuu. ๐Ÿ›’Saffisaan download gochuuf. ๐Ÿ›’Garee fi chaanaalii public t.me hanga 20 create gochuu. ๐Ÿ›’Suuraa fi Viidiyoo Caption hanga 2048. ๐Ÿ›’Appilikeeshinii tokko keessatti hanga account 4 wal qunnamsiisuu dandeenya. ๐Ÿ›’Tajaajila jijjiirraa sagalee gara barreeffamaatti. ๐Ÿ›’Baajii Profaayilii (ID Fayyadamtoota Olโ€™aanaa) . #Tajaajila isaa yeroo yeroon haaromsaa kan jiru Telegiraamiin, fayyadamtoonni dhaabbii jiโ€™aa miiliyoona 700 akka gaโ€™an beeksiseera. Dabalataf: https://telegram.org
Show all...
๐Ÿ‘
๐Ÿ“ฅYaada