cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Sule Awal

Show more
FinlandThe language is not specifiedPsychology
Advertising posts
2 754Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Suleyiman Awal
As wr wb Iyyaafanoo obboleesi keenya suuraa isaa argitanu kun Xaahir Abbaa gissaa jedhama hojiidhaafa biyya dhaloota isaa godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaa irraa gara biyya yamanii deemee ture dalagaas galee utuu dalagatuu gidduun sagaleen isaa badee hadha Woggaa tokkoo ol'ta,ee jira bilbilaanis ta ee qaamaan achi buuteen isaa dhabame jira sababii dhabamuu isaa irraan Kan Ka,e haati isaa dulloomtuun baayyee dhukubsataa jiru haadhaaf ijoollee isaatiif jedhaatii Iyyaafanoo kana shere godhaa biraan naaf gahaa Namni Bakka inni jiru beektan Kara lakkoofsa Bilbilaa 0942733663 +251948720962 kanaan nuuf iyya,aa Jedhu maatiin isaa 👇 asiinis nu Qunnamuu T.me/Suleyiman_Awal
Show all...
Leenjii ga'umsa sammuu Personal Development Training Sammuu dhala namaa leenjisuun milkaa'inaaf qopheessudha......! 👉Carraa Biizinaasii (business opportunity) Keessattu magaaloota armaan gadii Kan jirtan Assallaa Balee Bishooftuu Duukam Adaamaa Buraayyuu Jimmaa Naqamtee Harar Amboo HAWWAASA Sabbataa Finfinnee Bahirdar Bakkoota kanatti eegallee waan jirruuf itti fayyadamaa namoota sammuu guddataa fi qajeelaa qabu qofa ilalaata #Sammuu jeecha "Ani hin danda'u jedhuun #garboome gonkumaa #karoora isaa milkeessuu hin danda'u. Karoorii meeshaa gati jabeessa maal akka hojjennuu fi eessaa akka deemaa jirru nu argisiisuudha. Akkummaa uufataa, nyaata, meeshalee adda addaa bitatee itti fayyadamaataan Kitaabota Xiin-sammuu fi leenjii ga'umsa sammuu/Personal Development Training ille fudhatanii sammuu keessan guddaa kan itti leenjiisuun milkaa’ina barabaadan of qophesii obbolee koo. Nuu Qunamuufi Kara keessaa Barsisa Adaba 0935078048/ 0914938332
Show all...
Sule awal
Show all...
Repost from N/a
Yooya jira jirtu kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya Kuno arra Gattii madalawaadhan Mashiina Killee fi Batraa Keeki itti dalagan isiniif qabannee dhufnee jira meshaa barreeda kana bixuudhan itti fayyadamaa Warri bituu barbaadan asiin na quunamaa @walaaoromo
Show all...
Repost from N/a
#Creatine_powder Powder barreeda kana Itti fayyadama Nama hundaaf ta'a dhalaafis dhiiraafis ni ta'a Powder kana Nama sport hunda kan dalagu fadhachuu qaba Wan takka nama hin miidhu Warrii powder kana barbaadan @WalaaOromo karaa kanan nu qunamaa
Show all...
Repost from Walaa_Meme
#Creatine_powder Powder barreeda kana Itti fayyadama Nama hundaaf ta'a dhalaafis dhiiraafis ni ta'a Powder kana Nama sport hunda kan dalagu fadhachuu qaba Wan takka nama hin miidhu Warrii powder kana barbaadan @WalaaOromo karaa kanan nu qunamaa
Show all...
✋ Ashamaa Akkam jirtan? Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
Show all...
😇Barnoota Babareeda argachuuf😇
😱Jechoota Hayyoota 😱
💪Haala Jiruu💪
🥇Haala akmin birri argana🥇
😂Group Waxani Dire😂
😅Bohortiif😂
🧠Beekumsa🧠
✋ Ashamaa Akkam jirtan? Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
Show all...
😇Barnoota Babareeda argachuuf😇
😱Jechoota Hayyoota 😱
💪Haala Jiruu💪
🥇Haala akmin birri argana🥇
😂Group Waxani Dire😂
😅Bohortiif😂
🧠Beekumsa🧠
Oduu gamachiisa namoota channel qabdan hundaaf!! Promotion channaali oromootiif namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'u dandeessu @walaaoromo Akkuma beekamun oromiyaan akka biyya keenyaati hedduu balloodhas guddoodha taanaafu nuuti Afaan keyya kallatti hudan guudisu qabna odeeffannoo,barnoota fi bashanana fi k k f.. Dabarsuun kanaaf channalota Afaan keenyaaf iddoo haa laannu. Akkasuma warren channel keessan galmeefatan channel @Walaa_meme kan join godhaati wan haraya asirati egadha Galatooma.
Show all...
Galmeef
Repost from Or Telegram Tips
Kallattiin heddutu jiru telegram keessa telegram akkuma you fi fecebook namoota seera isaa guuttataniif ni kaffala sadarkaa Sana qaqabuuf barnoota asiin darbanu sirriitti hordofuu qabdu Namoonni biraas carraa kana fayyadamaa Akka ta,anuuf group nu jalatti argamu keessati add member godhaa Nutis social media irratti beekamtiifii fudhatama argachuu qabna saniif immoo seerota isaa baruu qabna galatooma. 👇🖤♥️🤍 https://t.me/TelegraamAfaanOromoo/4225
Show all...
Or Telegram Tips in Telegram Afaan Oromoo

Usernames. Create a username in Settings to let other users search for your profile – without sharing your phone number. Usernames give you a unique t.me link to your profile that you can post or share anywhere. If you prefer not to have a username, you can go to Settings > Privacy and Security > Phone Number to share a t.me link to your profile that uses your phone number. Toora eenyumaa telegram keessaniti akkanatti username itti godhatu. Group kana join add member itti godhaa 👇

https://t.me/TelegraamAfaanOromoo/4225