cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Or Telegram Tips

Telegram stands for freedom and privacy and has many easy to use features. Afaan oromootiinis ni barsiifna

Show more
Finland2 162The language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
399
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Spoiler Media. Photos and videos can be sent with a shimmering spoiler effect in any chat – hiding the contents until your recipient taps to view it. To apply spoiler effects, select your media in the 📎attachment menu, tap ➕ or ➕ and Hide With Spoiler. You can also apply the same spoiler effect to text in messages or captions.
Show all...
ESP Robera Danyachoo ITT/A POLISII GODIINA JIMMAA OSOO TA'ANII JIRANUU NAMA ajajnni itti bahee seeraan barbaada maajiru AHMAD MIZBAA kan jedhamu yakka kontorbaadii, caasaa mootummaa keessa seenuun Mootummaa fI Paartii akkasumas Shofeera patroolii Polisii waliin ta'uun Saamicha Ummataa fi Mootummaa irratti Geggeesuun kan barbaadamaar jiru.Gaafa Guyyaa 30/4/2015 Sokorruudhaa gara Magaalaa Jimmaatti waamuun of bira bulchee Gaafa Guyyaa 01/5/2015 gara Finffinneeti erguun akka Miliqu Godheera Kanaaf Jalqaba Polisii kana mootummaan Gantuufi Hattuu akkanaa irratti akka Olaantummaa Seeraa Agarsiisu Gaafanna! Shere Godhaa 👇 https://t.me/SamiiraaAbbaaBiyyaaAbbaaJoobir https://t.me/SamiiraaAbbaaBiyyaaAbbaaJoobir/1843
Show all...
ESP Robera Danyachoo ITT/A POLISII GODIINA JIMMAA OSOO TA'ANII JIRANUU NAMA ajajnni itti bahee seeraan barbaada maajiru AHMAD MIZBAA kan jedhamu yakka kontorbaadii, caasaa mootummaa keessa seenuun Mootummaa fI Paartii akkasumas Shofeera patroolii Polisii waliin ta'uun Saamicha Ummataa fi Mootummaa irratti Geggeesuun kan barbaadamaar jiru.Gaafa Guyyaa 30/4/2015 Sokorruudhaa gara Magaalaa Jimmaatti waamuun of bira bulchee Gaafa Guyyaa 01/5/2015 gara Finffinneeti erguun akka Miliqu Godheera Kanaaf Jalqaba Polisii kana mootummaan Gantuufi Hattuu akkanaa irratti akka Olaantummaa Seeraa Agarsiisu Gaafanna! Shere Godhaa 👇 https://t.me/SamiiraaAbbaaBiyyaaAbbaaJoobir
Show all...
Paartii badhaadhinaa Dahoo godhachuun Aanaa Sokorru keeysaatti Daldala kontorbaadii hojjachaa jiraachuun isaanii baramee jira obbo Naziif hoogganaa paartii badhaadhinaa ta,aa gochaa akkanaa gochuun isaanii kallatumaan paartii badhaadhinaa tti woraana qabbanaawaa banuun isaanii ifaadha qaamni paartii badhaadhinaatiif quuqama qabu hundi akka obbo Naziif fii waahili isaanii hojii yakkaa kana woliin hojjetanu Ahimad Mizbaa fii kanneen biroo akka too,annoo seeraa jala oolanuuf dhiibbaa gochuu qabna kana ta,uu baannaan dubbiin kun nama baayyee gaaga,uu danda,a yoo dubbiin kun deebii hin arganne ta,e dhimma kana mootummaa Fedelaatti fuunee deemuuf duubatti akkan hin deebine isin akeekkachiisuun barbaada https://t.me/SamiiraaAbbaaBiyyaaAbbaaJoobir
Show all...
Repost from Sokorru Media
Kabajamtoota daawatoota maatii Media keenyaa hundi keeysaan olaantummaa seeraa Aanaa Sokorru irratti kabachiisuu irratti nubira dhaabbadha odeeffannoo dhimma kontorbaandii Sokorru tiin wolqabatu hunda eeruu nuuf laadhaa link kanaan Inbox keenya. 👇 @Eeruu_bot T.me/Eeruu_bot
Show all...
Repost from Sokorru Media
#INBOX 📩📩📩 nama Naaf galuudide jedhee fb anate barree ssaaru haasaa sobaa olola ijoollee Abdii borii kan biyyi kun qabdi jedhaman Kanneen akka YAYA A/ZINAAB FI Abdurramaan nagaash kan barreesite dafii sirreessi namoonni isin bira qaqabe lik godhaa nama jimaa nuubituu dhiise akka yakkaati ilaaluun fafa namni kun dhalataa sokorruu hojetaa mootummaa komataadha kan ta'e hiryyaa ijoollee kanaati waan irraa barbaadu waan dhabeef waan hin fakkaane jechuun dargaggoo guddatan doomsuu yaaluun daboo warra faahidaa hin malle barbaadanii dhaban Aanaa keenya jeqaaru Nura dhaabadhaa yoo diddan Maqaakeessanin maxxanssa!
Show all...
RakkoBulchiinsa #GaariiAanaaSokorruu Daldalli seeraan alaa qaala,iinsa jiruutiif sababa isa tokkoffaadha yeroo kanatti kontorbaandiin akka seera qabeessaati Sokorru keeysaa tti Hotamaa jiraachuu isaatiif sababni guddaan obbo Naziif itti gaafatamaa paartii badhaadhinaa ta,uu isaa maddeen keenya nuuf addeesseera. Suuraaleen media Haawaasaa irraa arganne ragaadha Dhimma kana qaamni dhimi kun ilaalu yeroo dhihooti akka hawaasaafi deebii kennu ergaa keenya dabarfanna Obbo Naziif fi Ahmad mizbaa Too, annoo seeraa jala ooluu qabu olaantummaan seeraasa mirkanaahuu qaba. Shere Godhaa https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork
Show all...
Inbox AHIMAD MUZBAA Daldaalaa kontorbaandi kanta'e Itti Gaafatamaa Badhaadhinaa Aanaa sokorruu obbo NAZIIF ABBAA TAMAAM WaLiin ta'uu buna kontorbaandii qabame dhukaasa bananii akka lakkifamu yoota'u namni Saahib A/Jabal jidhamu itti aanaa bulchaa bunikun likifamuu hin qabu jechuun kan falaature yeroo ammaa mana hidhaa sokorruutti argama Namni Ahmad mizbaa jedhamu kun an naman qaba abbaa taahitaa gurgurddoo waliinan jira jechuun dargaggoo yakka adda addaa irratti bobbaasaa yeroo ammaa magaalaa keessa taa'ee jimaa qaama olaantummaan seeraa akka kabajamu qaamnni dhimikun ilaalatu nama kana akka seeratti dhihatu https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork Oduu Simbirtu Jan 07 at7:19pm #OBN Godina Jimmaa Aanaa Sokorru tti daldalli seeraan alaa hammaatee jira daldaan bunaa seeraan alaa fe,e tokko too,annoo poolisii jalaa dhukaasa banuun harkaa bahee jira hara,u malee yeroo hammaa sodaa tokko male magaalaa Sokorru keeysaa jiraataa jira safuu seeraati kun namni kun Ahmad mizbaa Jedhama. https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork
Show all...
OBN Oromia Broadcasting Network

OBN Sagalee Ummata

As wr wb Iyyaafanoo obboleesi keenya suuraa isaa argitanu kun Xaahir Abbaa gissaa jedhama hojiidhaafa biyya dhaloota isaa godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaa irraa gara biyya yamanii deemee ture dalagaas galee utuu dalagatuu gidduun sagaleen isaa badee hadha Woggaa tokkoo ol'ta,ee jira bilbilaanis ta ee qaamaan achi buuteen isaa dhabame jira sababii dhabamuu isaa irraan Kan Ka,e haati isaa dulloomtuun baayyee dhukubsataa jiru haadhaaf ijoollee isaatiif jedhaatii Iyyaafanoo kana shere godhaa biraan naaf gahaa Namni Bakka inni jiru beektan Kara lakkoofsa Bilbilaa 0942733663 +251948720962 kanaan nuuf iyya,aa Jedhu maatiin isaa 👇 asiinis nu Qunnamuu T.me/Suleyiman_Awal
Show all...