cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Kitaabolee Afuuraa Ortoo-Oroo (KAO)

Youtube keenya hordofaa๐Ÿ‘‰ https://youtube.com/@Kooeelmedia ๐ŸŒทMaatii Waaqayyoo Kana jalaa Kitaabolee Afuuraa Ortoo-Oroo ni argattu hiriyoota keessan itti Affeeraa! KAO ๐Ÿ‘‰Yaada qabdaniif karaa Link ๐Ÿ‘‰ @Kooeel

Show more
Finland724The language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
2 399
Subscribers
No data24 hours
+327 days
+2230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Baafata ykn Gitsaawwee Sirna Galatoo Afaan Oromoo ๐Ÿ‘‰ Share gochuun tajaajiltoota hunda qaqqabsiisaa๐Ÿ™ ๐Ÿ‘‰ Karaa keessaa kan naaf ergameedha! Namoonni pdf barbaachisoo qabdan sinis gahee keessan bahadhaa. Karaa keessaa naaf ergaa ๐Ÿ‘‰ @Galmee_Dhugaa Kitaaba biraa pdf'n argachuuf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow taasisaa โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— โ™จ๏ธ โšช๏ธ @ceesisa.   โ™จ๏ธ โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ• Yaada ๐Ÿ‘‰ @Galmee_Dhugaa n naaf kennaa!!!!
Show all...
Baafata (Gitsaawwee) Afaan Oromoo.pdf53.44 MB
iccitii torban mana kiristaana.docx0.65 KB
โžก Kitaaba Qiddaasee (Sirna Galatoo) Afaan Oromoo โžก Kitaabni Kun yeroo baayyee gabaarra argamaa waan hin jirreef buusun fayyadamaa. Iddoo hanqin jiruttis print gochuun fayyadamaa. Kitaaba Qiddaasee Guddichuma waan taโ€™eef Sizen isaa guddaadha. Wifi fayyadamaa. โžก Waan arganne qabannee fuulduratti sochaana. Kanaaf tajaajiltoonni Daqonoonni fi Luboonni jabaachuun uummata Afaan Sabni dhaga'un tajaajilaa. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— โ™จ๏ธ โšช๏ธ @OrtoOroKoon  โ™จ๏ธ โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ• Yaada ๐Ÿ‘‰ @Galmee_Dhugaa n naaf kennaa!!!!
Show all...
Maacafa Sirna Galatoo(kidase).pdf156.27 MB
Kottaa Application kana buufadhaa. Kuusaa walalooti. Namoonni baayโ€™een kitaabaan akkan qopheessu na gaafachaa turtaniittu. Na jajjabeessuu keessaniif galatoomaa! Garuu jireenya biyya keenyatti kitaaba barreessanii maxxansuu miti, biirii(Qalama) bitanii waraqaa tokko barreessuun ulfaata ta'eera. Kana ta'u isaan kunoo Walaloo 150 ol application tokko irratti siniif dhiyaatee jira, buusaa fayyadamaa! Na jajjabeessu fi yaada naaf kennu hin dagatina. Irree koof sagalee ta'a waan ta'eef!!! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ™Share https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.walalootewaahidoo
Show all...
Walaloo Tawaahidoo - Apps on Google Play

App'n kun walaloo Tawaahidoo bakka tokkootti of keessaa qaba

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ kitaabolee biroof @Ceesisa @Ceesisa
Show all...
'''Faaruu ortoodoksii'''@WKU 2012.pdf1.81 MB
๐ŸŒนShare waliif godhaa, mana Amantaa baadiyyaa ishee tajaajila malee dagatamtee yeeyyiin itti baayyatte sanas ittin leenjiisaa ijoollee ishee Albee Afuuraan qaraa! ๐Ÿ‘‰F/taa Koo'eel Shawaa! ๐ŸŒน @Faarfataa
Show all...
Barumsa Faarfannaa.pdf21.39 MB
Walaloo hafuuraa @Ceesisa @Ceesisa
Show all...
Walaloo filsataa 2013.pdf2.56 KB
Tajaajila Afuuraa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— โ™จ๏ธ โšช๏ธ @ceesisa โ™จ๏ธ โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ• #Share
Show all...
Leenjii Tajaajila Afuuraa.pptx7.69 MB
Pdf biraaf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @Ceesisa @Ceesisa
Show all...
Tajaajila Afuuraa news.docx1.16 KB
Fayyadamaa dubbisuun! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ for other pdf @Ceesisa @Ceesisa
Show all...
3. ITTI FAYYADAMA YEROOYEROO.pdf7.17 MB
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.