cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

Show more
Finland2 579The language is not specifiedReligion & Spirituality55 253
Advertising posts
1 418
Subscribers
+624 hours
+207 days
+6030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

⛪ Faayidaawwan Soomaa H/H simi'akone mala'ik akka barreessanitti! 👉1. Soomidhaan mootummaan Waaqayyoo ni dhaalamti.kanas Waaqni Nageenyaa Gooftan keenya Iyyasuus Kiristoos akkas jedheera:- "Waa'ee qulqullummaaf jedhanii har'a kan beela'an isaan eebbifamoodha, booda ni quufuuti" Maat 5:6 👉2. Soomidhaan dheekkamsi biyyarratti ajajame ni fagaata. Ummanni Nannawwee baruumsa Raajicha Yoonaas dhagahanii guyyaa sadiif sooman.boodas ibiddi isaan gubuuf ture mukkeen dhedheeroo fiixee fiixee isaanii gubee deebi'eera. Raaj.Yon 3 👉3. Soomidhan seexanni ni injifatama. Gooftanis kana yoo mirkaneessu. "Seexanni waliin guddataan akkanaa soomaa fi kadhannaa malee hin bahu" Maat 17 :21 👉 4. Soomiin Qoruumsa fi gidiraa irraa nama oolcha! Raajan Daani'eel soomidhan afaan leencotaa irraa ooleera. Daan.6 Soosinnaanis ragaa sobaan ajjeefamuu irraa oolteerti.kitaaba Soosinnaa boq.1 Qulqulloonni biroos akkasuma.. 👉 5. Soomiin Umrii namaaf dheeressa. soomiin bu'uura hojii gaarii waan ta'eef umrii namaaf dheeressa.Abbaan keenya Qulqullichi Abbaan Gabramanfas Qidduus soomiidhaan qabsuura jiraataniiru.kanaanis waggaa 562 jiraataniiru.qulqulloonni biroos akkasuma. 👉 6. Soomidhan iccitiin namaaf ibsama. Kanaaf Izraa sutu'eel fakkeenya gaaridha. Bara kitaabni qulqulluun mummuramee badee turetti raajan Izraa sutu'eel soomii fi kadhannaan jabaatee waan tureef ergamaan qulqulluun Uraa'eel xofoo iccitii ogummaa obaase kitaabilee kakuu duraa(moofaa)46'n deebisee barreesseera. Izraa sutu.13:36-41 👉 7. Soomidhaan cubbun namaaf dhiifama. Kanas qulqullichi Yaared "Soomii fi kadhannaadhan cubbuun ni haqama(dhiisifama)" 👉 8. Soomiidhan Waaqayyoo waliin dubbachuuf kabaja argachuun ni danda'ama.Qulqullichi Museen halkan 40 fi guyyaa 40 soomee Waaqayyoo waliin fuulledhaan dubbateera. S.K.D 9:9-15 Raajichi Eeliyaasis akkasuma 1Moot 17:2 👉 9.Soomidhaan kadhaannaan keenya deebii ni argata Ummanni Israa'eel soomiidhan kadhannaan isaanii isaanif deebi'eera.1 Saam 7 :6-14 Qulqulloonni baay'eenis akkasuma soomidhaan Waaqayyoorraa deebii argataniiru. ✔ Soomni kennaa hafuuraa namaaf argamsiisuun dabalataan fayyaa foonifillee baay'ee fayyada. Fakkeenyaf:- ✔ Soomni hamma sukkaara qaama keenyaa ni to'ata. ✔ sochii sammuu keenyaa ni ariifachiisa. ✔ hamma kolestrolii(cooma) qaama keenyaa ni hir'isa. ✔ Sirna bullaa'insa nyaataa ni sirreessa. ✔.fi kkf dha 🙏 Soomiirra eebba nu haa hirmaachisu!!!
Show all...
"#Dhaloonii_Hundiinu_Na_Galateeftu" Luq 1:48 #Waxabajjii 21 (#Sanee #Golgootaa) #Sanee #Golgootaa kan jedhameef haati keenya #Qulqulleettii #Dubroo #Maariyaamiin,Ergaa Gooftaan keenya du'a mo’ee ol ba'ee,iddoo Awwaala isaa #Golgootaa jedhamuu ganamaaf,galgala deemtee Waaqayyoon kadhachaa turte . #kadhannaan ishee cubbamtoota akka Ilmi ishee fayyisuuf ture. #yeroo kanaas Ilmii ishee Goftaan keenya Iyyesuus Kiristoos Qulqulloota isaa wajjin samii irraa gadi-bu'ee fedhiin harmee isa maal akka ta'ee gaafatee waadaa seeneef #Waadaa inni seenee kunis ፦... ➦#Maqaa keetiin nama naa #kadhate, ➦Nama #beela'e kan beela basee, ➦kan #dheebote kan dheebuu basee, ➦kan #daare kan uwwisee fi kkf kan godhe sif nan Fayisaa jedhee waadaa seeneef . Akkuma Farfannaa Dawit jedhuu-- #Farfannaa 89:3 #kanaan filadhe waliin waadaa seeneera . #Eega Walumaa galatti #Waxxabajjii 21 guyyaa itti Gooftaan keenya hadhaa isaa dubroo #Maariyaamiifi_waadaa itti seeneedha . #Tokkos ፦#Guyyaa #Gooftaan #keenya #Mana #Qulqullummaa itti Eebbise dha.! #Farfannaa Daawit 77፥69 # Mana #Qulqullummaa #isaa #Iddoowwan #Ol-ka’ootti #ni #ijaare.) #Waxabajjii gafaa 20 guyyaa itti Goftaan keenya dhagaa sadii irra mana Qulqullummaa ijaruun, #Waxabajjii gafaa 21 immoo guyyaa inni itti Eebbisee, bartoota isaaf qurbaana laateefidha. #Gabaabumatti Guyyaa kanaa(#Waxabajjii_21 #Goftaan keenya hadhaa isaa Taabota taasise ofii isa luba tokkoffaa ta'ee,luba lammaffaa immoo #Pheexiroosiin taasise,#Isxifaanosiin Daaqunii tokkoffaa taasise manicha Eebbisuun #qurbaana isaaniif latee. Mana #Qulqullummaa sanas maqaa Giiftii keenya Dubroo #Maariyaamiin yaadannoo ishee taasise. #Raajichi #Isaayaas 56 ፥5 ) irratti " #Maqaa bara baraan hin badne dallaa mana kooti keessatti seenaa isan ittiin yadataman isiniifa nan kennaa" #Eega yaa Obboloota koo #Deessu_Waaqayyoo miti , #Maariyaam isheen #Magdalaawitii umurii ishee gutuu cubbuu dalagaa turtee guyyaa tokkittii tiin Qalbii ishee jijiraten, cubbu isheef millaa Iyyasuus ti kufte kadhateen, Goftaan keenya mal jedheen? " #Gutummaa_biyya_lafaatti iddoo dhuma #Wangeelli itti lallabameetti seenaan ishe ni yadatama isaaniin jedhe" #kanafuu Qulqullootnii Waaqayyoo #warra umurii isanii gutuu waaqayyoof Qulqullaa’aanif yadannoon ni barbachisaa jechaadha. #Araarsumaan Haadha keenyaa Dubroo #Maariyaam hundumaa keenyaa waliin haa ta'uu #Nutis_dhaloota tanee akkaa Ishee galateefanuu fedhaa Fi Jaalalaa #Gooftaa_keenyaa #Iyyasuus_kiristoos Nuf Haa Ta'uu.Ameen 🙏🙏🙏🙏 https://t.me/firiqulqulloota #Wantumaa_hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu 🙏 🙏🙏
Show all...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"Afaan meesha ittiin waliigalluudha malee kan ittiin wal biraa galluu miti" liqa lisaanat B/sa Taammirat
Show all...
"#Yaada_Tokkoo #Kadhaanaf ni #jabaatu ture" H/erg 1:14 #Gooftaan keenyaa #Iyyasuus_kiristoos erga isaan bira #olbahe bakkaa tokkooti (#Mana haadha #marqoositi ) Waliiti qabamun #Kadhaana jabaacha turan. #Isaaniis:- #Haadha keenyaa #Durboo_Maariyaam #Duuka bu'oota #Dubartoota_Qulqulloota # Ardiiti_torbaatamii laman ta'anii yaada #Tokkoo Kadhaanaf ni jabaatu ture. #Tokkummaan_yaada_tokkoon #Kadhachuu isaaniin. #1. #Gidduu isaanii #wanta hir'aate guutataniiru. H/erg 1:26 #Bakkaa #Yihudaa #Maatiyaas filataniiru. #2. #Afuurii_Qulqulluun ni bu'eef H/erg 2:1_4"#Ayyaanni guyyaa #shantammaffaa inni "#Phenxeqostee" jedhamee beekame yommuu ga'e, #hundinuu_iddoo_tokkotti walitti qabamanii turan. 🙏 #Dingatas_huursaan samii irraa akka #bubbee bubbisuutti dhaga'amee, #manicha isaan keessa jiranis #guute. 🙏#Arraba_ibiddaa kan fakkaatan isaanitti mul'atan, gargar tamsa'aniis, #wanti akka arraba #ibiddaa kun tokkon tokkon isaanii irra taa'an. 🙏Yommus #hundumti_isaanii_hafuura_qulqulluudhaan_guutaman; akka hafuurri dubbachuu isaa isaaniif kennetti, afaan garaa garaa dubbachuu jalqaban. #3. Kanneen hin #amane_amansiisaniiru H/erg 2:37_47 "#Namoonnis kana dhaga'anii garaan isaanii amanee; #Pheexiroos fi #ergamoota warra kaaniin, "Yaa #obboloota nana maal goonu ree?" jedhan. 🙏 #Pheexiroos immoo, "#Yaada_garaa_keessanii_geddaradhaa; cubbuun keessan akka isiniif dhiifamuuf, tokko tokkon keessan maqaa #Iyyasuus Kristositti #cuuphamaa; kennaa hafuura qulqulluus in fudhattu. 🙏Abdiin #Waaqayyo abdachiise #isinii fi #ijoollee keessaniif, warra fagaatanii jiraataniif, #Waaqayyo keenya #gooftichi itti waamu hundumaafis" jedhee deebiseef. 🙏Kana malees #Pheexiros kan biraa dubbii baay'eedhaan #dhugaa isaanitti ba'e, "#Adaba dhaloota jal'aa kanatti dhufu jalaa oolaa! jedhee, #cimsee isaan gorse. 🙏#Warri dubbii isaa fudhatan ni #cuuphaman; kanaaf guyyaa sanatti akki lubbuu #3000 isaanitti in dabalaman. #Waluma_galatii_yaadan_tokkoo yoo tanee #Wanta nu hir'aate ni guuna #kennaa #Afuura_Qulqulluu nuf kennaama #Namoota hin hubbaane hubaachisne #Mana isaa keessaati ni waaman.... 🙏👏Kanaf isaan kanneen argachuuf Yaa #kiristaanota #tokkummaan Fi #jaalaliii keenyaa #Jechaan ,#uffaatan fi iddoo qofaa osoo hin taane #yaad_laphee keenyan tokkoo ta'uu qabna. #Tokkummaa keenya ammoo Kan samiira jiranii (#ergaamoota)Fi lafara jiraanii(#Qulqulloota) waliin ta'uu beeku qabna. 🙏#Yaa&Waaqayyoo_laphee iitti #Yaada_Tokkummaa qabne #mana_Kee kessaa jiraanu nuf kennii. Amen🙏🙏🙏 https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu"
Show all...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"#Yaada_Tokkoo #Kadhaanaf ni #jabaatu ture" H/erg 1:14 #Gooftaan keenyaa #Iyyasuus_kiristoos erga isaan bira #olbahe bakkaa tokkooti (#Mana haadha #marqoositi ) Waliiti qabamun #Kadhaana jabaacha turan. #Isaaniis:- #Haadha keenyaa #Durboo_Maariyaam #Duuka bu'oota #Dubartoota_Qulqulloota # Ardiiti_torbaatamii laman ta'anii yaada #Tokkoo Kadhaanaf ni jabaatu ture. #Tokkummaan_yaada_tokkoon #Kadhachuu isaaniin. #1. #Gidduu isaanii #wanta hir'aate guutataniiru. H/erg 1:26 #Bakkaa #Yihudaa #Maatiyaas filataniiru. #2. #Afuurii_Qulqulluun ni bu'eef H/erg 2:1_4"#Ayyaanni guyyaa #shantammaffaa inni "#Phenxeqostee" jedhamee beekame yommuu ga'e, #hundinuu_iddoo_tokkotti walitti qabamanii turan. 🙏 #Dingatas_huursaan samii irraa akka #bubbee bubbisuutti dhaga'amee, #manicha isaan keessa jiranis #guute. 🙏#Arraba_ibiddaa kan fakkaatan isaanitti mul'atan, gargar tamsa'aniis, #wanti akka arraba #ibiddaa kun tokkon tokkon isaanii irra taa'an. 🙏Yommus #hundumti_isaanii_hafuura_qulqulluudhaan_guutaman; akka hafuurri dubbachuu isaa isaaniif kennetti, afaan garaa garaa dubbachuu jalqaban. #3. Kanneen hin #amane_amansiisaniiru H/erg 2:37_47 "#Namoonnis kana dhaga'anii garaan isaanii amanee; #Pheexiroos fi #ergamoota warra kaaniin, "Yaa #obboloota nana maal goonu ree?" jedhan. 🙏 #Pheexiroos immoo, "#Yaada_garaa_keessanii_geddaradhaa; cubbuun keessan akka isiniif dhiifamuuf, tokko tokkon keessan maqaa #Iyyasuus Kristositti #cuuphamaa; kennaa hafuura qulqulluus in fudhattu. 🙏Abdiin #Waaqayyo abdachiise #isinii fi #ijoollee keessaniif, warra fagaatanii jiraataniif, #Waaqayyo keenya #gooftichi itti waamu hundumaafis" jedhee deebiseef. 🙏Kana malees #Pheexiros kan biraa dubbii baay'eedhaan #dhugaa isaanitti ba'e, "#Adaba dhaloota jal'aa kanatti dhufu jalaa oolaa! jedhee, #cimsee isaan gorse. 🙏#Warri dubbii isaa fudhatan ni #cuuphaman; kanaaf guyyaa sanatti akki lubbuu #3000 isaanitti in dabalaman. #Waluma_galatii_yaadan_tokkoo yoo tanee #Wanta nu hir'aate ni guuna #kennaa #Afuura_Qulqulluu nuf kennaama #Namoota hin hubbaane hubaachisne #Mana isaa keessaati ni waaman.... 🙏👏Kanaf isaan kanneen argachuuf Yaa #kiristaanota #tokkummaan Fi #jaalaliii keenyaa #Jechaan ,#uffaatan fi iddoo qofaa osoo hin taane #yaad_laphee keenyan tokkoo ta'uu qabna. #Tokkummaa keenya ammoo Kan samiira jiranii (#ergaamoota)Fi lafara jiraanii(#Qulqulloota) waliin ta'uu beeku qabna. 🙏Yaa waaqayyoo laphee iitti yaada Tokkummaa qabne mana Kee kessaa jiraanu nuf kennii. Amen🙏🙏🙏 https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu"
Show all...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

Photo unavailableShow in Telegram
✝ Surran isaa gudda Surran saa guddadha na gargaaruuf dhufe maqaa isaa osoo waammin ani yoomin rafe Mika'eli jennaan jireenyi koo ife X2 Naanno koodhaabdertaa utubaa ifaakee Dukanni Adunyaa akkamiin na danqe Mika'eel eegaakoo koottumee garakoo Sihiin narra dabra xoofoon dhiphina koo Xalayaa badiisaa kan bahiraanini Situu jijjireefi siwaliin deemnanii Har'as kan si waamuuf ati wajjiniin jirta Xalayaa badiisaa jireenyati jijirta Ittisaa kan turte saboota Isra'eeli Har'as hoo sin waama koottu Mika'eeli Albeekee qabadhu cinaakoo dhaabbadhu Humna Saxina'elii ati narra ifadhu
Show all...
Surraansaa guddaadha Falmataa Shibirruu (1).mp35.65 MB
"#Ani_Ergaama_Koo_Fuldaara Keeti #sifan erga("እኔ #መልአክን በፊትህ #እሰድዳለሁ")seera bahuu 23:20 🌹Faarsa 34:7 “#Ergamaan Waaqayyoo naannoo warra #Waaqayyoon sodaatanii ni buufata, inni isaan ni #oolchas(ni #eegas). 🌹Seera Bahuu 23:20_22 "#Kunoo, ani #karaa irratti akka si #eeguuf, iddoo ani qopheessettis akka si geessuuf #ergamaa Koo si dura nan erga. ✍#Atis_of_eeggadhu, dubbii isaa dhaggeeffadhu. #Maqaan_koo isa keessa waan jiruuf, inni #irra-daddarbaa kee siif hin #dhiisu, ati isaan mormitee irratti hin ka'in. 👏#Dubbii_isaa ba'eessa gootee yoo #dhaggeeffatte, #waan_ani sitti #dubbadhu_hundumaas yoo goote, #ani_diina_keetti #diina_nan_ta'a, warra siin mormaniinis nan morma. #Hangaftii_Ergaamota_Qulqulluu_Mikaa'eel #Baahiraaniif xalayaa du'aa #if jechuun gara #jireenyatii akkuma jijjiire.... #Afoomiyaan_si'ilii keen qorumsaa #Seexanan reebamuu irraa akkuma oltee..... #Yaa_Ergaama_Qulqulluu #Mikaa'eel jireenya keenyaa keessatii #qorumsaa nu mudaatu hundaa irraa akkaa nu eeguu fedha Fi jaalala #waaqayyoo nuf haa ta'uu. https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf Waaqayyoof galanii haa ta'uu." Baga geeessan #Ayyaana_Gaarii
Show all...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"#Maaliif_dhaabbaatanii_Samii keessa ilaaltu"? H/erg 1:11 Jecha Kana Kan dubbate #ergaamota. Kunis guyyaa ol baay'insa #Kiristoos jechudha. H/erg 1:11"#Ergamoonis Isin namoota Galiilaa, maaliif dhaabattanii #Samii keessa ilaaltu? Iyyaasus inni isin biraa gara #Samiiti olbahe kun, akkuma amma gara samii olbahu isaa argitan kanatti immoo, deebi'ee in dhufa" jedhaniin . 🌹@#Ergaamonnii_Waaqayyoo Maaliif dhaabachuu duuka bu'oota gaafatanii? ➡️#Kiristoos olbahu isaa akkaa lalaabaniif #Ergaamoonii akkuuma du'aa ka'uumsa isaa dursaa lalaban olbahinsaa isaa lalabaanii akkaa lalabamuu taasisaniiru Mat. 28:6-7 🌹#Ergaamoonii akkaas jedhanii "#Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa. Ammas #dafaa dhaqaa bartoota isaatti, 'Inni du'aa ka'eera, kunoo, inni isin dura #Galiilaa in dhaqa, achitti isaa ni argitu jedhaatii himaa. Kunoo, #ani isinitti himeera" jedhanii. Kanaf #Ergamooni_duuka bu'ootaf akkuuma #lalaban yeroo kamiiyyuu nu #dursuun isaanii nuf ragaadha. S.bahu 23:20"#Kunoo, ani karaa irratti akka si eeguuf, #iddoo ani qopheessettis akka si geessuuf #ergamaa si dura nan erga.” ➡️#Addunyaa guututi deemanii akkaa lallabaniif ✅ Isaanis Kan gidduu isaanii hir'ate bakkaa buusun #tajaajila isaanii adduunyaa guutu geesisan. Bakkaa yihudaa #Maatiyaas buusun #tajaajila isiin caalatii ciman. Mat 28:19“#Egaa dhaqaa, maqaa #abbaa , #ilmaafi kan #afuura qulqulluutin isaan cuuphuudhaan, saba #hundumaa_bartoota koo godhaa”jedheniirre #kiristoosis Kanaf maatii #waaqayyoo nuti #amantaa keenya keessatii dhaabachaa jira moo wanta jedhamne akkaa #duuka bu'oota raawwacha jira??? Nuti har'a ✅#Gaabbii galaa ✅#Icciiti raawwadha ✅#kadhaana jabbaadha ✅#sagalee waaqayyoo dhagaahaa ✅Kan #sagalee waaqayyoo hin dhageenyee dhaagesisaa yoo jedhamne dhaabachaa jira moo raawachuf ariifacha jira??? 🌹#Duuka bu'oonnii yoo dhaabbatanile hara #Samii ol ilaalu ture jechuu #yaadni isaa waa'ee kiristoos ture . #Nuti hoo #eessaa ilaala Jira laata??? #Abboonii yeroo hundaa yaada #laphee keessan #Samii taasifadha jedhuu. "Kan #waaqayyoo Kan ta'e #sagalee waaqayyoo ni dhagaha" #Waaqayyoo laphee sagalee isaa #dhagahu nuf ta'a kennuu. https://t.me/firiqulqulloota #Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu."
Show all...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

“#Waaqayyo_gooftaan sagalee gammachuutiin, sagalee #fiinootiinis ol #ba'eera.(#አምላክ በእልልታ፥ #እግዚአብሔር #በመለከት ድምፅ #ዐረገ።)Faarfannaa 47: 5 "#Samiirraa irraa #humna hamma argattanitti #Iyyeerusalem keessa turaa" Luq 24:49 #Gooftaan keenyaa #Iyyasuus_kiristoos guyyaa 40 ti yeroo #olbahuu duuka bu'oota isaati dubbate. Bakkaa nu turruu qabnu #iyyaarusalem ta'uu nuti himeera ➡️#Iyyeerusalem Kan jedhamte ✅#1ffaa #Mana_kiristaana :Kunis wanta #kiristoos raawwadha jedhee of keessaati qabate jirti waan ta'efi Abbas #inxooniyoos akkas jedhu "#Namnii #Mana_kiristaana #haadha hin godhane #waaqayyoo_Abbaa hin ta'uuf" jedhuu. #Qulqulluu_yohaanis_afaan_warqees "#Mana_kiristaana alaa #fayyinii hin jiruu" jedhuu Kanafuu nutis #jireenya #kiristaana keenya Mana #kiristaana keessa ta'uu qaba ➡️#2ffaa #Qulqulleeti_Dubroo_Maariyaamii :#Iyyeerusalem jadhamti.. Duuka bu'oonnii #Qulqulleeti_Dubroo_Maariyaam qabatan Waan turanif afuurii qulqulluu akkaa bu'eef ni argana. H/erg 1:14“#Duuka bu'oonnii hundinuu dubartoota tokkoo wajjin, #Maariyaam haadha #Iyyasuus, laphee tokkoon kadhataaf of kennanii turan.” Kanaf #ishee qabane akkaa duuka bu'oota eebbaa Fi kennaa #afuura_qulqulluu ni argan. #Ishee is #dhaloonii_hunduu na galateffatuu Waan jette...#Nuti ni #galattefana. Maatii #waaqayyoo Hanga dhumaatii #Iyyeerusalem keessa ture tajaajiltota Mana isaa nu has taasifatu. https://t.me/firiqulqulloota #Wantumaa hundaaf #waaqayyoof galanii haa ta'uu 🙏
Show all...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.