1 395
Subscribers
+324 hours
+287 days
+11230 days
Posts Archive
1 395
SIRRIITTII DUBBISAA SHARE WALIIF GoDHAA
<<<<<<<<<>>><<<>>>>>>>>><<<<<<<<<<<<>>>
Sababaan salaanni qeebalamuu dhabuu maali ?
Waggaa 60 salaatu mala salaanni tee hin qeebalamtu sababaan maali beytaa? Abuu hureyraan ( r a) akkana jedha namichi waggaa jahaatama ni salaata garuu salaanni isaa isarraa hin qeebalamtu akkana isaan jedhame akkamitti suni ?
Akkana jedhe rukuu'a isii hin guutu sujuuda isiitis dhaabbata isiitis kushuu'a isiitis umer binu khaxxaab akkana jedhe namtichi ni dullooma islaamummaa keessatti raka'aa takka ka rabbiif hin xumurin ummanni akkamitti yaa amiirul mu'uminiin jedhaniin akkana jedhe ruku'a isii hin guutu sujuuda isaatis
Akkana jedha imaam ahmed binu hambal rahimahullahu ni dhufa nama irra zamanni tokko ka salaatan haala isaan hin salaanneen ani niin sodaadha zamanni sun zamana kana tahuu !!!!!!!
Imaamul gazaaliin akkana jedha rahimahullahu Namtichi tokko ni sujuuda sujuuda takka ni seha inni akka isiidhaan gara rabbiitti dhiyaate subhaanahuu wata'aalaa,
Wallaahi osoo dilii sujuuda tanaa warra biyya isaa irra qoodanii silaa ni halaakaman, akkamitti sun jedhamee gaafatame ??
Akkana jedhe ni sujuuda mataa isaatiin jidduu fuuldura mowlaa isaatti haala inni shaagalamuun taphaa fi maasiyaa fi fedhii fi jaalala duniyaatiin .. tuni sujuuda tami ????????
Nabiyyiin s.a.w akkana jedha:(( taasise dasii ija tiyyaa salaata keessatti))
Rabbiin sirratti kakadhee marraa takka raka'aa lama salaattee dasii ija keetii taatee beytaa ???
Halkanitti hawwitee beytaa akka kophaa baatuuf isa keessatti rabbi wajjiin???????
Akkana jedha subhaanahuu wata'aalaa:
(( ألم يأن للذين آمنوا أن تخشع قلوبهم لذكر الله ))
Sila yeroon hin geennee Isaannan amananiif qalbiin isaanii laafuu zikrii rabbiitiif .
Ibnu mas'uud akkana jedha r a hin taane jidduu keenna fi jidduu islaamawuu keennaa fi jidduu bu'iinsa aayaa tanaa waggaa afur malee rabbiin oltahe nu ta'aabee boonye xiqqeenya kushuu'a keennaatiif ta'aabii rabbiitiif nuuf baanee ka wal ta'aabnu taane gariin keenna garii ni jenna hin dhageenyee jecha rabbii oltahee:
ألم يأن للذين آمنوا أن تخشع قلوبهم لذكر الله
Namtichi nurraa tahe lafatti kufee booha ta'aabii rabbiitiif nuuf
Ati sitti dhagahamee jiraa yaa obboleessa yaa obboleettii akka rabbiin oltahe si ta'aabu aayaa tanaan ?
Gara xiqqeenna maasiyaa hin ilaalin .. garuu ilaali gara guddinna nama isatti jallattee
Isii facaasuu irratti gargaari share godhuun rabbiin banutu malaa sababaa ati ergiteen qalbii cufamtuu taphattuu ifdagattuu taate salaata keessatti
https://t.me/Binti_Islama
https://t.me/Binti_Islama
1 395
WALALOO SHURUXAA SALAATAA 9'n
# Sharxiiwwan Salaataa
Tan dura guuttamtuu
Isiin waa Sagalii
Takka hafuun Taatuu
Tan Duraa dhagahii
Wanta Isiin jettuu
Muslimaa Tahuudha
Namtichaan Salaatuu
Lammeeysaan Tahuudha
Qalbiin isaa guutuu
Joollummaarraa Behee
Waa Addaan Baafachuu
Hadasa Deemsisee
Wuduu'a Tolfachuu
Najisarraa Xahaaramuu
Qaamni isaadhaatii
Uffataafii Ammaas
Iddoon Salaataatii
Jahaffaan Uffataan
Qaamasaa dhooysuudhaa
Yeroon isaas gahuu
Mirkaneeffachuudhaa
Gama Qiblaa Ka'abaa
Fuula isaa Naannessaa
Qalbitti Niyyaa Godhuu
Tanaatu Sagleessaa
https://chat.whatsapp.com/J46Qy11a41h4WGzhwNu9Sm
1 395
✍Sababaa rizqiin tee ittiin xiqqaattu
💦 Gurbaan tokko gara kaliifaa islaama aliyyi binu abi xaalib (رضي الله عنه) itti dhufeeti :
Yeroo hunda niin dalagadha garuu rizqiin tiyya xiqqaachatuma deemti ja"en.!!
💦 Aliyyi binu abi xaalib akkana ja"en:
💦 Qalama hidhaa taheen katabdaa ja"en?
~Gurbaan : lakkii ja"en.!
💦 Nama sirraa guddaa fuldura saatti baate ni deemta ja"en?
~ Gurbaan : lakkii ja"en.!
💦 Yeroo salaata subhii salaatte booda ni raftaa ja"en.?
~ Gurbaan: lakkii ja"en.!
💦 Haadha abbaa kan keetiif dua"ii godhuu ni lakkiftaa ja"en.?
Gurbaan : eee yaa amiira mu"uminaa ja"en....!!!
Aliyyi :
💦Haadha abbaa kee yaaadadhu an rasuulaa Rabbii ( ﷺ) isaa akkana ja"un dhagahe ja"en...
ترك الدعاء للوالدين يقطع الرزق
🍃haadhaa abbaadhaf du"aii godhuu lakkisuun rizqii namaa duraa murti."
🍃Daqiiqaa lama eega salaatte booda haadhaa abbaa keetif dua"ii godhu hin qorqodin.*
اللهم صلى وسلم وبارك على نبينا رسول الله سيدنا محمد صلى الله عليه وعلى آله وصحبه اجمعين ...
اللهم يا ذا الجلال و الإكرام يا حي يا قيوم ندعوك باسمك الأعظم الذي إذا دعيت به أجبت
اللهم اجعل أمـَي وابى ممن تقول لهما النار : { أعبرا فإن نوركما أطفا نــاري }
...
Rabbiin hadhaa abba kenna nama kaddamate milkhuu nuu haa tasisuu kan hin qabenne du'ai'in hin dagaatii kaa qabus akkasum🍃💐
1 395
https://us02web.zoom.us/j/3029402847?pwd=bkhtRlNxL3E3SnZCTU1oSFNHcHJNQT09
*Gorsaa Baredaa Kunii Akkaa Isin Hin Dabaree*
1 395
♡ﺑِﺴْــــــــــــــــﻢِ ﺍﻟﻠﻪِ ﺍﻟﺮَّﺣْﻤَﻦِ
ﺍﻟﺮَّﺣِﻴْـــﻢ♡
♡━━━━━━━━♡
♡━━━━━━━━♡
الحمد لله رب العالمين الصلاة والسلام على رسول الله صلى الله عليه وسلم🌹
السَّلاَمُ عليكم وَرَحْمَة وَبَرَكَاتُه
Kabajamtootaf jaalatamtoota Ustaazotaafi Amiirran Akkasumas korewwaniifi barattoonni
*M/AL HUDAA DAWAA CENTER ♡*
Akkam Nagayaa Fayyaadhaa Hundii Keessanuu bakkuma Jirtanitti Nagayaaf Rahmanni Rabbii Isin bira Haa jiraatu Isiniin Jechaa.
♡━━━━━━━━♡
♡━━━━━━━━♡
*♡BEEKISISA♡*
↪️ *ODUU* *GAMMACHIISAA*↩️
Eegaa Akkuma Beekkamu *M/AL HUDAA DAWWAA SENTAII*
•『 ♡ usazootaa keenya kabajamoo jalatamoon kana Saganataa kanaratti Affeeraman Akka Armaan gaditi↡↡↡
1♡ Us/ Abdurahaman husenii
2♡ Us/Jundii husenii
3♡ Us/musaa husenii
4♡ Us/Nasiri yusuf
5♡ Us/Adil Ahamad
6♡ Us/ Umaar milik
*_Kenafii kanii fakatanii saganitaa muhadaraa M/ AL HUDAA DAWAA CENTER iratii wanii argamanifii_*
*Sagantaalewwan Adda Addaa kan nama* *boharsaniifi kan nama Barsiisan Akkasuma*
*gammachisan heddutu jira*
*Akkasuma Gareeleen huddunis Affeeramanii Jiran waan taheef Akka dhuftanii qooda irraa fudhattan kabajaafi jaalalan isin Affeerree jirra!*
Dabalataan Namoonni Sagantaa Kanarratti Qophiilee Adda Addaa Tan Shari'aa teenyan ala hin baane Qopheeffattanii irratti Hirmaachuu nidandeessan
Qophiin Teessan Akka Tartiiba Sagantaa Isiniif Qabattuufi mmoo Dursaa Gama Keessatiin nudubbisaa dhamsaa kenyaa. Jzk
━━━━━━━━❪❂❫━━━━━━━━
*Guyyaan Jummaataa Galgala*
Sa'aati (8 :00) Akka Biyya Arabaati .(2:00) Akka Al Dawwaa cenitarii saganitaa kenyaa kanii Jalii qabuu Taha*
Iddoon. Wal geetti galmaa guddaa
*💓Markazaa*💓 App zoom irratti inshaa Allaah
💺🌺حياكم الله جميعا بارك الله فيكم💺🌺
━━━━━━━━❪❂❫━━━━━━━━
💓Afowtulillaah Rabbiif jechan isin jaaladha Rabbiin Nagayaan Walitti nuhaa Deebisu.💓💓💓💐https://us02web.zoom.us/j/3029402847?pwd=bkhtRlNxL3E3SnZCTU1oSFNHcHJNQT09
1 395
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #23 ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Hojii #manaa
👇👇👇
Ragaa #Maarqos 10:17-18 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
🍇🍇🍇🍇🍇🍇
#Maarqos 10:17-18
" Yesus adeemuudhaaf karaa irra yommuu bu'utti, namichi tokko itti fiigee, fuula isaa durattis jilbeenfatee, "#Yaa #barsiisaa #gaarii! #ቸር #መምህር #ሆይ/ #Good #Master) Jireenya barabaraatti galuudhaaf maal gochuutu anaaf ta'a?" jedhee gaafate."
" Yesus immoo, "#Maaliif #gaarii #naan #jetta? #Waaqayyo #isa #tokkicha #duwwaa #malee, #namni #gaariin #tokkoillee #hinjiru. "
#የማርቆስ #ወንጌል 10:17 እርሱም በመንገድ ሲወጣ አንድ ሰው ወደ እርሱ ሮጦ ተንበረከከለትና። ቸር መምህር ሆይ፥ የዘላለም ሕይወትን እወርስ ዘንድ ምን ላድርግ? ብሎ ጠየቀው።ኢየሱስም። #ስለ #ምን #ቸር #ትለኛለህ? #ከአንዱ #ከእግዚአብሔር #በቀር #ቸር #ማንም #የለም።
And when he was gone forth into the way, there came one running, and kneeled to him, and asked him, #Good #Master, what shall I do that I may inherit eternal life?
And Jesus said unto him, #Why #callest #thou #me #good? there is none good but one, that is, God.
Gafii 👇👇👇
Akka ragaa #Maarqos 10:17-18 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesuus namticha itti fiigee yaa barsiisaa gaarii isaan jedheen, ani barsiisaa gaarii dhugaa jette jedhee galatooffate.❌
B. Yesuus Waaqayyo sadi jedhee barsiise.❌
C. Yesuus Waaqayyo tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokkollee hin jiruu jedhe.✅
D. Hunduu deebii sirrii ta'e.❌
🥦🥦🥦🥦🥦🥦
↪ Worroonni Amantii Kiristaanaa mee dhugaa jiru xiinxallaa laalaa.
↪ hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maarqos 10:17-18 irraa argannu;
1ffaa- Yesuus yeroo namni tokko itti fiigee, fuula isaa duratti jilbeenfatee, jireenna bara baraatti galuudhaaf (#Jannata #argatuuf) maal gochuu qabaa gaafatu, ka jireenna bara baraa kennu eennuu (Waaqaa ta’uu) , inni kana barsiisaa jiru eennuu (#nama #aangoo #homaatuu #hin #qabne ta'uu) dursee himeef. (Maaliif gaarii naan jetta?/#ስለ #ምን #ቸር #ትለኛለህ?/ #Why #callest #thou #me #good?
2ffaa- Yesuus Rabbiin/Waaqni tokko ta'uu (#Waaqayyo #isa #tokkicha yeroo jedhu) akka Rabbiin lamaa fi sadi jechi jedhu olola ta'e, namicha hubachiise.
3ffaa- Rabbiin tokkichi Yesuus jedhaa ture sunillee, Yesuusiin (isa) osoo hin taane, Rabbii mootii waa hunda akka ta'eef, inni ammoo aangoo homaatuu akka hin qabne, aangoon yaa barsiisaa gaarii jettuu, dubbii dogongoraa, ta namichi jireenna bara baraa hajamu sirreeffatu malee, jireenna bara baraa argachuu akka hin dandeenne isa dhoorgitu ta'uu ifatti himeef ("#Maaliif #gaarii #naan #jetta? #Waaqayyo #isa #tokkicha #duwwaa #malee, #namni #gaariin #tokkoillee #hinjiru. " Yeroo jedhu).
4ffaa- Gaariin (arjaan arjaan isaa olii hin jirre), handhurfatan waan hundaa ( #Good #Master) waan hundaa, Rabbii tokkicha qofa ta'uu, Yesuus ammoo kana hundaanuu waamamuun dogongora ta'uu, nama sammuu waa hubatuu danda'u adda baasee hubachiise. (#Waaqayyo #isa #tokkicha #duwwaa #malee, #namni #gaariin #tokkoillee #hinjiru. " Yeroo jedhu).
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇
https://t.me/Xaalibu6504
1 395
As-salaamu Aleeykum worahmatullah wobarakaatuhuu
Baga Rabbiin Iida Adahaa bara 1443H isin gahe. Iidni kun ka gammachuu malee gaddi mana keessan hin seenne, Ka galma yaaddan geettan malee duniyaa irraa hin deemne, ka dhugaan dhokate hundi ifa baatu malee, dhugaan dharaan dhokattee amma booda hin teenne, ka dhibeen keessaa fi duubaa fayyuu malee amma booda woyataa hin deemne, ka dukkana fi cinqaa hundi keessaa ifaa baatan malee booyaa hin jiraanne, ka qalbiin isin cabde isin qurcamtu malee, qabriin isin hin nyaanne, ka Rabbiin isin badhaasu, toltuu isin yaaddani fi isin hin yaadne, Rabbiin isin haa taasisu. Amiiiin
By : Xaalibu Ridallaah
1 395
Repost from Nuuralhudaa
Kiristaana wajji harka walitti nu hidhanii salaanni natti gahe.
https://youtu.be/P48qK4GOAuA
1 395
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته عيد مبارك وكل سنه وانتم بألف خير تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال ❣️❣️❣️❣️🥰🥰🥰🥰
1 395
Yaa deemsa adduniya jalqaba duyda abbaaa keennarraa eegalee garaa gara garaa haadha teennaa garaadhaadhaa irraa duyda dachii duyda dachii irraa gara garaa dachii deemna garaa dachii irra gara wal geettii guyyaa qiyaamaa deemna
الرحال
تبدأ من ظهر الأب الى بطن الأم
ومن بطن الأم إلى ظهر الأرض
ومن ظهر الأرض إلى بطن الأرض
من بطن الأرض إلى يوم العروض
الرحال
إما إلى الجنة
وإما إلى النار
شيئان يحزنان
رجل لم يدخل المسجد
إلا في جنازته
وإمرأة لم تستر نفسها إلا في كفنها
﴿بل تؤثرون الحياة الدنيا﴾
اللهم إنا نسألك حسن الخاتمة
اللهم اسعدنا يا الله في الدنيا والاخرة وجميع من نحب
كلام يحزن القلب على زمن تحضر الناس فيه في الدنيا
اللهم ردنا إليك رداََ جميلا..
جعلنا الله وإياكم من الصالحين
https://t.me/Binti_Islama
1 395
Repost from Sumeyya Awel official channel❤
Gorsa bareedduu barbaadduu?
Nama si jaalatu, haala hamaan itti hin fayyadamin (isatu yookaa jaalala isaattu faayidaa san siif caala waan ta'eef). Nama dhimma sirraa qabuun ani biizi ('busy') hin jedhin. (Namuu osoo waan biizii isa taasisu qabu sitti hajama waan taateef). Nama si amanu irratti ganuu hin hojjatin (tola Rabbiittu gaafa tokko si gana waan taateef). Nama yoomuu sin daganne, atillee hin dagatin (keessattuu haadhaa abbaa kee). Amala uumaamni hundi nurraa gammadee, Rabbiin biratti guyyaa boruu Jannataan badhaafamnu, Rabbiin nu ha kennu. Amiiiin.
1 395
Iid mubarak
Warra soomana fii iibaadaan isaanii qeebalamte Rabbi isin hunda haa godhu.
Warra baranaa kan bara hedduu
1 395
Repost from مركز الهدى دعوى سينتر
Nami ji'i Ramadaana irra dhufee adoo keessa Rabbi in isaan Araaramin bira dabre ya kasaaree!
1 395
Repost from مركز الهدى دعوى سينتر
Rassuul keenya akkana jedhan Ummatni hundinuu waan ittin qoraman qaban; ummatni kiyyaa wanti ittiin qoraman qabeenyaadha. (صلى الله عليه وسلم )
https://t.me/gorsadubartotaa
https://t.me/gorsadubartotaa
1 395
Haqi muslimii muslima irraa qabu jahaa.
1.Yoo Fuula keessa dhufee nagaa gaafachuu
2.Yoo inni yaame owwaachuufi
3.Yoo inni tola irraa barbaade tola ooluufii
4.Yoo inni Haxxifatee Alhamdullilah jedhee Ya Rahmuka Allaah jechuunii
5.Yoo inni dhukkubsate gaafachuu
6.Yoo inni du'ee gaggeessitee Awwaalu.
Warra haqa walii guutu Rabbiin nu haa taasisuu!
