en
Feedback
Sumeyya Awel official channel❤

Sumeyya Awel official channel❤

Open in Telegram
309
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '23
December '23
+4
in 0 channels
November '23
+5
in 0 channels
Get PRO
October '23
+5
in 0 channels
Get PRO
September '23
+8
in 0 channels
Get PRO
August '23
+6
in 0 channels
Get PRO
July '23
+6
in 0 channels
Get PRO
June '23
+4
in 0 channels
Get PRO
May '23
+6
in 0 channels
Get PRO
April '23
+2
in 0 channels
Get PRO
March '23
+6
in 0 channels
Get PRO
February '23
+3
in 0 channels
Get PRO
January '23
+13
in 0 channels
Get PRO
December '22
+16
in 0 channels
Get PRO
November '22
+21
in 0 channels
Get PRO
October '22
+15
in 0 channels
Get PRO
September '22
+7
in 0 channels
Get PRO
August '22
+21
in 0 channels
Get PRO
July '22
+27
in 0 channels
Get PRO
June '22
+23
in 0 channels
Get PRO
May '22
+20
in 0 channels
Get PRO
April '22
+24
in 0 channels
Get PRO
March '22
+27
in 0 channels
Get PRO
February '22
+15
in 0 channels
Get PRO
January '22
+12
in 0 channels
Get PRO
December '21
+25
in 0 channels
Get PRO
November '21
+17
in 0 channels
Get PRO
October '21
+13
in 0 channels
Get PRO
September '21
+29
in 0 channels
Get PRO
August '21
+32
in 0 channels
Get PRO
July '21
+90
in 0 channels
Get PRO
June '21
+319
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
27 December0
26 December0
25 December0
24 December0
23 December0
22 December0
21 December0
20 December0
19 December0
18 December+1
17 December0
16 December+1
15 December0
14 December0
13 December+1
12 December0
11 December0
10 December0
09 December0
08 December0
07 December0
06 December0
05 December0
04 December0
03 December0
02 December+1
01 December0
Channel Posts
Jazaa/Galata Fakkaatu waan dalgdeen Argatta Abiihu Rayraa irraa odeeffame R A Rasuulli Rabbii S A W jedhe Namni mu'umina tokk
Jazaa/Galata Fakkaatu waan dalgdeen Argatta Abiihu Rayraa irraa odeeffame R A Rasuulli Rabbii S A W jedhe Namni mu'umina tokkorraa rakkoo dunyaa tokko fure Rabbiiin rakkoo guyyaa qiyaamaa isarraa fura Nama waan namatti jabaate tokko waan danda'uun namarraa laaffise Rabbiiin dunyaa fi aakiraa isaaf laaffisa Nama Aybii Mu'umina tokko satare Rabbiin dunyaa fi aakiraa aybii isaa isa satara Waan gabrichi Rabbii obboleessa/obboleetti isaa/isii gargaaree/gargaarteen Rabbiin isa gargaara jedhan Rasuulli Rabbii Sallalaahu Alayhi wosallam Kanaafuu ati yoo tola namatti ooltu ofuma fayyadaa jirta jechuudha Yoo hamtuu namatti ooltellee ofuma miite jedhuudha Yaa Rabbi nama of miidhu nun godhin

2
Jazaa/Galata Fakkaatu waan dalgdeen Argatta Abiihu Rayraa irraa odeeffame R A Rasuulli Rabbii S A W jedhe Namni mu'umina tokkorraa rakkoo dunyaa tokko fure Rabbiiin rakkoo guyyaa qiyaamaa isarraa fura Nama waan namatti jabaate tokko waan danda'uun namarraa laaffise Rabbiiin dunyaa fi aakiraa isaaf laaffisa Nama Aybii Mu'umina tokko satare Rabbiin dunyaa fi aakiraa aybii isaa isa satara Waan gabrichi Rabbii obboleessa/obboleetti isaa/isii gargaaree/gargaarteen Rabbiin isa gargaara jedhan Rasuulli Rabbii Sallalaahu Alayhi wosallam Kanaafuu ati yoo tola namatti ooltu ofuma fayyadaa jirta jechuudha Yoo hamtuu namatti ooltellee ofuma miite jedhuudha Yaa Rabbi nama of miidhu nun godhin
0
3
1/Nabi aadam عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (25) dubbatame 2/Nabi nuuh عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (43)dubbatame 3/Nabi Ibrahim عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (69) dubbatame 4/Nabi muusaan عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (136) dubbatame 5/Nabi yuusuf عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (27)dubbatame 6/Nabi luux عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (27)dubbatame 7/Nabi isaan عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (25) dubbatame 8/Nabi haaruun عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (20) dubbatame 9/Nabi ishaaq عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (17) dubbatame 10/Nabi suleeymaan عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (17) dubbatame 11/Nabi daawud عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (16) dubbatame 12/Nabi ismaa'iil عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (12) 13/Nabi shu'eeybi عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (11) dubbatame 14/Nabi Yahyaan عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (5) dubbatame 15/Nabi ayyuub عليه السلام Qur'aana keessatti bakka ( 4)dubbatame 16/Nabi saalih عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (9)dubbatame 17/Nabi zakariyyaan عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (7) dubbatame 18/Nabi yuunus عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (4)dubbatame 18/Nabi Muhammad S A W Qur'aana keessatti bakka (4)dubbatame 19/Nabi idriis عليه السلام Qur'aana keessatti bakka (2)dubbatame SHER GODHAA WALIIF IRRAA FAYYADAMAA
0
4
اللَّهُمَّ صَلِّ وسَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى سَيِّدِنَا مُحَمَّدٍﷺ وَعَلَى آلِهِ وصَحْبِهِ وَسَلِّمْﷺ رزقنا الله واياكم شفاعته ومرافقته في الجنة..{ﷺ} جمعة طيبة ودعوات مستجابة🤲يا رب 🤲
0
5
يقول النبي ﷺ : «إنما النساء شقائق الرجال ما أكرمهن إلا كريم وما أهانهن إلا لئيم» وقال أيضا «لا تكرَهُو البَنَات فَإنهنَّ المُ
يقول النبي ﷺ : «إنما النساء شقائق الرجال ما أكرمهن إلا كريم وما أهانهن إلا لئيم» وقال أيضا «لا تكرَهُو البَنَات فَإنهنَّ المُؤنسَات الغَاليَات» وقال أيضا « إستوصوا بالنساء خيرا» ثم قال " رفقا بالقوارير " لا تهانُ المرأة إلا في بيت رجل جاهل .. أما في بيوت الصالحين فالنساء أميرات... لا تزوج ابنتك إلا لتقي، ان احبها أكرمها، وإن كرِهها لم يظلمها...
0
6
﷽ ۞إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِي يَاأيُّهَاالَّذِينَ آمَنُواصَلُّواعَلَيْهِ وَسَلِّمُواتَسْليما ۞ﷺمحمدﷺ۞
0
7
Abbaa hureyraa irraa odeyfamee Rabbiin isarraa haa jaalatu,....... ......... ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﷺ .............. ..... Ergamaan Ra
Abbaa hureyraa irraa odeyfamee Rabbiin isarraa haa jaalatu,....... ......... ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﷺ .............. ..... Ergamaan Rabbii ﷺ ni jedhee..... Haqni muslimni muslima irraa qabu jaha-::: (1) yoo inni salaamtaa siin ja'e atilleen salaamtaa isaaf deebisuu. Fkn:-as wr wb == ws wr wb. Jattee. (2)yoo dhukkubsate dheyxee gaafachuu. (3)yoo inni du'e janaazaa isaa irratti salaattee gama qabrii gaggeysuu. (4)yoo inni si afeere afeerraa isaa irratti hirmaachuu, garuu waan kheyrii irratti tahuu qaba.... (5)yoo inni haxifatee alhmdulillaah ja'e yarhamukallah, jattee deebisuu...... (6)yoo inni toltuu siif yaade atilleen toltuu ykn gaarii yaaduufi........ Hadiisa kana bukhaarii fi muslimiitu odeyse. Ustaaza Sa'ad Aliyyi Muhmmad Baale nu barsisaani turatan Gaffi deebi Isanirati Horodafa baranota isani Barakallaahu fikum
0
8
Ergamaan RABBII ﷺ akkas jedhan: " Ummata kiyya irra yeroon namni amantaa isaa qabatu akka nama barbadaa ibiddaa qabatee ta’u
Ergamaan RABBII ﷺ akkas jedhan: " Ummata kiyya irra yeroon namni amantaa isaa qabatu akka nama barbadaa ibiddaa qabatee ta’u ni dhufa" . Yeroo amma kana keessatti badiin garagaraa heddummaatuu irraa kan ka,e namni diinii isaa akka RABBIIN ajajetti qabate akka nama barbadaa qabateeti, RABBIIN Islaamummaa irratti ijjannoo nuuf haa kennu hanga isaan wal-geennutti !
0
9
Mee Eenyu Online Kan jiru Kan #Nabiyyi Irratti #Salawaata Buusu Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Khara Jaalalleewwaan Rabbii Irraa Deemanirra Nuha Ofuu` Amiiiiiiiiin Yaa Allahaa @Sherwalif_godhaawall_yadachiisaa❤❤❤❤❤❤❤😭😭😭👈
0
10
﷽✍😭 #Mee #obsaan #dubiisaa #Yaa #Oboleesawan #Muslima @#sher_gotuu_malee_biiraa_hiin__dabriin zJk #Seenaa #Akka #malee #Nama #Boochistu😭😭#Dubbistan #Malee Bira Hin kuutinaa Namichi yahuudaa Sooriyaa Tahe Tokko Kitaaba Amantii Isaanii Osoo Dubbisu Maqaa ♻️Nabi Muhammad ♥️ﷺ♥️ Kitaaba Isaanii Keessatti Arga Namichis Maqaa Kana Waan Hin Jaalanneef Maqaa Nabiyyii ♥️ﷺ ♥️ Kitaba Dubbisaa Jiru Kana Irraa Haqa😭 Guyyaa Itti Aanu Kitsaaba Kana Irra Deebi'ee yommuu Dubbisu Maqaan Nabi Muhammad ♥️ﷺ♥ Inni Haqee Turee Bakkuma Duraa Sanitti Deebi'ee Arga😭 Ammas Irra Deebi'ee Maqaa Isaanii Kana Haqa Haa Tahuu Garuu Namichi yahuudaa Kun Guyyaa 3 ffaas yommuu Kitaaba Kana Banu Maqaan Nabi Muhaammad ♥️ﷺ♥ Bakkuuma Sanitti Deebi'ee Arga Waan Isa Mudate Kanaan Ajaa'ibsiifatee " Wanti Kun Mallattoo Ergamaa dhugaa Tahe Ergamuu Isaa Ibsu Tahuu Hin Oolu " jechuun yaaduu Eegala Kana Booda Namichi yeroo Isaa Osoo Hin qisaasin Nabi Muhammadiin ♥️ﷺ♥ Ilaaluuf Gara Madiinatti Ka'e Madiinaa yommuu Gahu Namni Naannoo Sanaa Inni Beekhu Tokkollee Waan Hin Jirreef Balbala Masjiida ♻️ Nabi Muhammaditti ♥️ﷺ♥ dhihaatee dhaabate Sahaabaa Nabiyyii Kan Tahan Aanas 《R.A》 Gara Masjiidaa yommuu dhufan Namicha yahuudaa Kana Argan Namichis Nabiyyii ♥️ﷺ♥ Bira Akka Isa Fidu Isaan Gaafate Aanas Namicha yahuudaa Kana qabeenii Gara Masjiidaan Seene Hundi Isaaniituu Gadda Olaanaa Ta'een Liqimfamanii jiru Teessoo Walitti qabaa Wal-gahii Fuuldura Ummataa Kaa'amee jiru Iddoo Nabiyyi ♥️ﷺ♥ Irratti Abubakar Assiddiiq 《R.A》 Taa'anii jiru Namichichi yahuudaa Nama Teessoo Irra Kan Taa'ee jiru Abubakariin ♻️Nabi Muhammad ♥️S=a=w♥️ Tahuu Hin Ooluu jechuun GaraIsaanitti dhihaatee " yaa Kabajaamoo Ergama Rabbii !! Hanga Asiitti Kan dhufeef Nagaya Isiin Irratti qara'uuf Barbaadeetiin " jechuun Dubbate yeroo Kana Ummatni Masjiida Keessa Ture Hundi Booyuu Eegale 😭😭😭😭😭 Namichi Bitaa Itti Tahee " Ani Keessummaa yahuudaa Biyyaa Biroo Irraa dhufe dha Rabbii Gabbaruun Akkam Akka Tahe Hin Beeku yoo Tarii Waan Hin Barbaachifne Dubbadhee Jiraadhe Ani Hin Beeku Cal'isuun qabaa Ture Maaltu Isiin Boochise ?? " jechuun Gaaffate Iddoo Sana Kan Turan Umar 《#R.A》 Ati Humaa Nu Gooteti miti Kan Booyneef #Nabi #Muhammad《ﷺ》♥ Eega Boqotanii Torbaan Dabree jira😭😭😭😭😭 Maqaa Isaanii Kaaftee yommuu Dubbattu dhugeenyee Gaddi Akka Haarayatti Onnee Keenya Guuteetiin Boonye Isaan jedhan Namichi yommuu Kana dhaga'u Miiraa Gaddaatiin qalbiin Isaa Cabxee Dafee Ufirratti Gadi Ta'e Hamma Danda'een Miira Isaa Gadi qabatee Eega Of- Tasgabbeesse Booda " Amma Waan Tokko qofa Akka Naaf Gootan Barbaada yoo Danda'ama Tahe Maaloo Uffata Isaanii Naaf Keenna Ija Kootiin Isaan Argu Dadhabus yoo Xinnaate Uffata Isaanii Haa Fudhadhu jechuun Kadhate Umaris 《R.A》 Kana Godhuu Kan Dadeessu Faaximaa qofa Akka Taate Ibsan Aliyyi 《R.A》 yeroo kanatti Faaximaan Eenyuu Iyyuu Dubbisuu Akka Hiin Barbaadne Himan Haa Tahuu Garuu Hundi Isaanii Walitti qabamanii Mana Faaximaa Deemuun Balbala dhadhawan dhimma Itti dhufaniif Faaximatti Himan Faaximaan Radiyallahu Anhaa Nabiyyiin ♥️《ﷺ》♥️Du'uu Isaaniitiin Dura Waan Tokko Dubbatanii Turan Namni Ana jaalatuu Fii Namni Gaarii Tahe Tokko Biyya Fagoo Irraa Ana Barbaacha Hanga Mana Kootti dhufa Haa Tahuu Garuu Namni Kun Ana Lubbuun Na Hin Argatu Kanaaf Kennaa Ana Irraa Isaaf Kenname Tahuu Ibsuudhaan Amaamaakoo Kan Daseewwan Haalluu Garagaraa qaban Irraa Tolfame Kana Isaaf kennaafii maqaa kootiinis Bareechaatiin Isa Keessummeessaa !! Jechuun Dubbatanii Turan jette😭 Faaximaan Dubbatte Namichi yahuudaa Kun Ammaamaa Nabiyyii ♥️《ﷺ》♥️ Kana Eega Fudhatee Booda Morma Isaa Irra Kaawwate Islaamummaa Eega Fudhatee Booda Iddoo qabrii Nabiyyi Akka Isatti Agarsiisan Gaaffate qabrii #Nabiyyii ♥️《ﷺ》♥ Ija Isaatiin Ilaale Hafuurri Xumuraa Isaa Kan Gara Keessatti Ol Fudhatu Iddoo Kanatti Tahe Adduniyaa Tanarraa Du 'aan Godaane Innaa Lillaahi Waa Innaa Ileyhi Raaji'uun😭😭😭😭
0
11
No text...
0
12
Allah knows every single tear you've shed for those you love. He knows the amount of times your heart sank out of sadness and
Allah knows every single tear you've shed for those you love. He knows the amount of times your heart sank out of sadness and grief & undoubtably He heard every single 'Ya Allah' that escaped your quivering lips. Never for a moment lose hope in Him, cry to Him for as long as you need, for He is the only one who can turn your tears of sadness into ones of absolute bliss.
0
13
Nabiyyiin Rabbii (ﷺ) akkana jadhan: " Mu'umina jachuun nama yakka/dilii isaa irraa akka nama gaara jala taa'ee irratti kufuu
Nabiyyiin Rabbii (ﷺ) akkana jadhan: " Mu'umina jachuun nama yakka/dilii isaa irraa akka nama gaara jala taa'ee irratti kufuu sodaatutti yakka isaa sodaatuu dha. Munaafiqni ammoo nama hogguu dilii dalage akkuma nama tiisifni funyaan isaa dura dabreetti yakka isa san salphisee laaluu dha. Bukhaaritu galmeesse Namoonni jiruu aakhiraa isaaniitiif yaaddawan: yoo badii xiqqoo takka hojjatanis akka nama badii guddoo hojjataniitti itti dhagayama Namoonni jiruu akhiraatiif hin yaaddofne ammoo yoo badii hojjatanillee humaa itti hin dhagayamu. Haala akkanaa RABBIIN nurraa haa jijjiiru
0
14
Jaalalaaf Kabajaa Ergamaan Rabbii ﷺ ilma namaatiif qaban ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Anas ibn Maalik (Rabbi iraa haa jaalatuu) akkana jedhe: “Osoma Ergamaa Rabbii ﷺ wajjiin masjiida keessa tattaa’aa jirru, namichi baadiyaa tokko dhufee masjiida keessatti fincaanuu eegale. Sahaabonni, ‘Dhaabi! DHaabi!’ Jedhanii itti iyyan. Garuu Ergamaan Rabbii ﷺ ‘dhiisaa adda hin kutinaa, haa fixatu’ jedhan. Sahaabonnis haga fixatutti ittuma dhiisan. Itti aansuun Ergamaan Rabbii ﷺ namicha baadiyaa san ofitti waamanii, ‘Masjiida kana keessatti wantoota akka fincaanii fi balfa garagaraa gatuun sirrii miti. Masjiidni Rabbi itti yaadachuuf, salaataa fi qur’aana keessatti qara’uuf akkasumas wantoota ibaadaan wal qabataniif ijaarame’ jedhanii isa gorsan. Kana booda Sahaabaa biraa yaamanii bishaan fidee bakka inni itti fincaane sanitti bishaan akka jigsu itti himan. Sahaabichis waan ajajame san ni raawwate” Sahiih Muslim, Kitaaba Qulqullinaa, Hadiisa 285 Ergamaan Rabbii ﷺ yeroo namicha baadiyaa dogoggora isaa itti himan san, dubbii jajjabduu fi dallansuu hin dubbanne. Dubbii isa saalafachiisuufi isa gad xiqqeessus itti hin dubbanne. Haala yeroo san ture hunda eega tasgabbeessanii booda, dalagaan inni dalage sun sirrii akka hin taane itti mul’isan. Akkasitti qalbii namicha baadiyaa san qofa osoo hin taane, qalbii namoota kumaatamaan laakkawamu booji’uu danda’an. Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Sallallaahu Aleeyhi Wasallam guyyaan guyyaa jum.atii habibii kenyaa nabii Muhammed s a w eratii sallawataa busaa guyyaa qabadhaa
0
15
Dalagaa Hunddarra caalttuu kan Taate Waa Sadi (3) isaanis 1// salaata isa irratti salaatu 2//Haadha fii Abbatti tolaa oluu 3//karaa Rabbii irrattii Qabsaa,udha نبي محمد اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ 💚
0
16
-Osoo dubartii umriin nama caaltu fuudhuun kan salphina tahu taatee: Silaa Nabi Muhammadtu ﷺ khadiijaa hin fuune! Kkadiijaan waggaa afurtama (40) Ergamaan RABBII ﷺ waggaa digdamii afur ykn digdamii shani (24-25) ! Osoo dhiira umriin nama caalutti heerumuun kan salphina tahu taatee: Silaa Aa'ishatu Nabi Muhammaditti ﷺ hin heerumne! Aa'ishaan waggaa sagali (9). Ergamaan RABBII ﷺ waggaa shantamii sadihi (53) ! Nagaa fi Rahamani ﷺRabbii isaanii irraa haa jiratuu
0
17
عَنْ أَمِيرِ الْمُؤْمِنِينَ أَبِي حَفْصٍ عُمَرَ بْنِ الْخَطَّابِ رَضِيَ اللهُ عَنْهُ قَالَ: سَمِعْتُ رَسُولَ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم يَقُولُ: " إنَّمَا الْأَعْمَالُ بِالنِّيَّاتِ، وَإِنَّمَا لِكُلِّ امْرِئٍ مَا نَوَى، فَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ إلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ فَهِجْرَتُهُ إلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ، وَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ لِدُنْيَا يُصِيبُهَا أَوْ امْرَأَةٍ يَنْكِحُهَا فَهِجْرَتُهُ إلَى مَا هَاجَرَ إلَيْهِ". رَوَاهُ إِمَامَا الْمُحَدِّثِينَ أَبُو عَبْدِ اللهِ مُحَمَّدُ بنُ إِسْمَاعِيل بن إِبْرَاهِيم بن الْمُغِيرَة بن بَرْدِزبَه الْبُخَارِيُّ الْجُعْفِيُّ [رقم:1]، وَأَبُو الْحُسَيْنِ مُسْلِمٌ بنُ الْحَجَّاج بن مُسْلِم الْقُشَيْرِيُّ النَّيْسَابُورِيُّ [رقم:1907] رَضِيَ اللهُ عَنْهُمَا فِي "صَحِيحَيْهِمَا" اللذِينِ هُمَا أَصَحُّ الْكُتُبِ الْمُصَنَّفَةِ.Ajajaa Mu’uminaa, Abuu Hafs Umar bin Al-Khaxxaab irraa odeeffamee ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii jedhanuun dhaga’e: “dalagaan kan sirrii ta’ee argamu niyyaadhaani. Nama hundaafuu wanta inni niyyatetu jira. Namni godaansi isaa (niyyaadhaan) gara Rabbiifi Ergamaa 11 isaa ta’e, godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma Rabbiitiifi Ergamaa Isaati. Namni godaansi isaa gara duniyaa ishee argatuu yookiin dubartii ishee fuudhuu taate godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma waan itti godaaneeti.”TextView
0
18
As wr wb waroni baranootaa barachu Barbadian lakk asi gadhi kanani nuqunama baranootaa barachuu Barbadian kamuu argachuu dadesuuu   Baranooni kaan baratamuu zoom iraa ♤♡ +96556695260 +966597691844 +251 96 019 9217 +971562864665 https://chat.whatsapp.com/EfDUj41NRX7FyV3qaHxrsl
0
19
تَضييعُ صلَاة الفجر.. أزمَة يقِين! 🌵 - قَال ﷺ:"ولَو يعلمون مَا في العتْمة والصّبح لأتوْهما ولَو حَبوًا." أيْ زحفًا 🥺..! فلو
تَضييعُ صلَاة الفجر.. أزمَة يقِين! 🌵 - قَال ﷺ:"ولَو يعلمون مَا في العتْمة والصّبح لأتوْهما ولَو حَبوًا." أيْ زحفًا 🥺..! فلوْ كُنتٓ مُوقنا بالأجْر مَا منعَك عنْها عُذْر. صَلَاة الفَجْر يَـٰ صُحْبة اللهمُّ اسْتجابَة لمّا فِ قُلوبِنا "🕊️
0
20
#ChallengeChallenge #we_love_muhammad_ﷺ_challenge Ya Allah, grant us the opportunity to recite the Holy Quran in front of Kaa
#ChallengeChallenge #we_love_muhammad_ﷺ_challenge Ya Allah, grant us the opportunity to recite the Holy Quran in front of Kaaba 🕋🤲
0