en
Feedback
Oromo protestants

Oromo protestants

Open in Telegram

Qophiin keenyaa garaa fuula duraa 1 barumsa kutaa ttin qoqqodame siniif qopheesina 2 farffanna meshaa maalee siniif qopheesina 3 lallaba siniif ni qopheesina. 4 halaa hin baratamneen macafaa qulquluu akka dubbisnuuf karoora nii basnaa .

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
479
Subscribers
+124 hours
+577 days
+21730 days
Posts Archive
Walalloo ➡️Eda qalbii koottiin kobira yabadhe ➡️Yaa gaofta dhufeewo ? jedhen off gaffadhe ➡️Akka nahuus ta'ee affuran baffadhe ➡️Lakkaa'uuttan ka'ee lubbun galaffadhe ➡️Baddin koo baayatee sammu koon ol ta'ee ➡️Achi suuta jedhee sirree koo irra bu'ee ➡️Fanno isaa jalatti akka nama du'ee ➡️Iyyen mankarare hidhen off abbare ➡️Isa kan jibba koon isaa kan hamidhan ➡️Isa kan dhimma koof kan koo haa caaluudhan ➡️"Namaa akka keetti jalatutu " dagadhee ➡️Seera goofta cabsee miilan irra ejjedhe ➡️Jibban off afuffe laphee koo dhittesse ➡️Hidha off irra tulle laphee koo jittesse ➡️Qoba koon oddessa ademee karaara ➡️Gafaan namaa arguu samuu irraa naa araa ➡️Nama Isa akka koo isaa goftan umme ➡️Isa inni muca koo jedhe ittin off wamme ➡️Ani ammo qummansen xinnesse salphise ➡️Meeqan guffu ta'ee karaa irratti hambise ➡️Dhiignni obbollessa kee naatti iyyen dhagahee ➡️Dhiima Isa ilaalufan dhufee iddodha ka'ee ➡️Maaltu argate Abel hadhoo kee quxxussuu? ➡️Qaayeen naa dhagessa? Sagale guddisuun ➡️Jedheetuu gaafatee waaqayyo qayenin ➡️isa qooruuf maale maaltu Isa dhokkate ➡️Innis ganfuureen koo gaddi adeeman nama ➡️Hadhosa ajjesse mataa buusee deema ➡️Hin arginee anoo maal naatu Isa egaa? ➡️Moo akka ani ajjesse natti qabda raaga ? ➡️Waaqayyoos deebise"inni kun salphadha" ➡️Wanta ati gooteef anumatu raagadha ➡️Dhiiga obbollessa kee sii harkan barbada ➡️Sinnis namnni hundumtuu ajjessuf sii gaada ➡️Joorseen sii jawwarsa qubanan sii dhowwa ➡️Firaa irra adda baatee baay'ee sitti qawwa ➡️Amma naa fuldura arittin goodani ➡️Biyya ormatti badii maxzani jiraadhu ➡️Jedhee itti roobsee abarsa akka yandoo ➡️Isatoo jaalatee gidirafi gadado ➡️Namnni obbollessa Isa jibbu ajjessadha ➡️Qodnni kan qayenis dhumni Isa fokkisadha ➡️Arii keessanitti akka aduun hin dhinne ➡️Diyaabiloos carra akka hin arganne ➡️Obbollessa keessan dafaa ararfadha ➡️Fayya qulqulla jalalaan jiraadha ➡️Dhaltuu mootumma Isa taa'uu maaltuu caala ? ➡️Ani off ilaalera isiins off ilaala. Galtoomma Dogogora qubee qabachuu dandaha dhiifama akka naaf isnin jedha akkasumas yadaa fi gorsaa yoo qabataan @shock3love irratti nan gahuu dandessu Channalli keenya join jedha @farfannaa @farfa4r Admin @shock3love @Rehobott

05 Track 5.mp34.49 MB

photo content

ABBOOMMAMUU Abbommamu jechuun ? 👉 Godhii kan jedhame kan godhuu. 👉 Hin godhiin kan jedhamee kan hin goonne jechuudha. Fknf. 1 Abram godhii kan jedhame godhee umm 22:1 2 Yosef hin godhiin kan jedhamee hin godhuu jedhee. Umm 39;7-12. 2. ABBOOMMAMUU jechuun ? Waaqayyoof abbommamuu jechuudha . Namnni waaqayyoof abbommamuu immo tajajila isaaf amanaamadha. Mat 25:14-23, 21:33 Mat 24:45 Yeroo isaaf amanaamadha . Efs 5:16 Qol 4:5 ✔️ENYUUF ABBOMMAMNAA 1 . INNI jalqaba waaqayyoofi. 1.1 waaqayyoof kan abbomamnuu. A. Yoo isaa jalana ta'ee. Yoh 14:15 B.yoo isaatti qabamnee jiranna ta'ee. Yoh 15:9 2. Gaggesitoota keenyaaf. Iya 16:17 , Ibr 13:17 3. Hadha fi Abba keenyaaf. Qol 3:20 4. Inni quxxusuun hangafa isaaf 5. Motumma waaqayyoo angoo Kennef. Rom 13:1 👉Motummaf kan abbommamnuu macaafa qulqullu duuka amma walitti hin buuneettidha. Macafaa qulqqullu duuka walitti nuu buusa yoo ta'ee gaaruu abbommamuufi hin qabnuu. HoE 4:16. Dan 16:18 Dan 6:10. Ba'u 1:15-16 👉BU'AAN ABBOOMAMUUN DHUFUU 1. Abbomamuun ol qabamu fida. Filp 2:5-11 2.waaqayyo akka namatti gammaduu tasisa. 1sam 15:22 3.akka caalle argamnuu tasisa. Dan 1:11-20 4.garumma waaqayyo akka arginuu nuu tasisa. Deb 7:9-11 Ba'u 20:16 5.Ebba lafaa akka nyannu tasisa. Isy 1:19 6. Warra kaniif ebba akka tanuu nuu tasisa. Umm 22:15-18 Ebbiffama yadaa yoo qabatan Akkasummas gorsa yoo naaf kennu feetan @shock3love