Oromo protestants
前往频道在 Telegram
Qophiin keenyaa garaa fuula duraa 1 barumsa kutaa ttin qoqqodame siniif qopheesina 2 farffanna meshaa maalee siniif qopheesina 3 lallaba siniif ni qopheesina. 4 halaa hin baratamneen macafaa qulquluu akka dubbisnuuf karoora nii basnaa .
显示更多未指定国家未指定类别
479
订阅者
+124 小时
+577 天
+21730 天
帖子存档
🕒 MAAL BARBAADDU?
💯 Beekumsa dabalataa
💯 Odeeffannoo haaraa
💯 Kitaabolee PDF fi
💯 Ergaa Guyyaa
Argachuu dandeessu.
👇👇👇
─╔╗───╔╗╔═╦╗
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
Chaanali keenya Join gochuun tajaajila kanneen armaan gaditti argachuu dandeessu!
🌎 Barnoota teeknolojii
🌎 Hacking tutorials
🌎 Hack facebook account
🌎 Hack Telegram account
🌎 Create Email account
🌎 Create Automated Telegram bot!
Akkasumas tajaajila Dabalataa mata dureewwan armaan gadii irratti yaadrimee isaa gadi fageenyaan ni argattu!
⁃ New Technology
⁃ Computer Graphics
⁃ Arts and promotions
⁃ Hacking tutorials
⁃ Get Business Online
⁃ Education Websites
❏ Join Us & Stay Connected™
Walalloo
➡️Eda qalbii koottiin kobira yabadhe
➡️Yaa gaofta dhufeewo ? jedhen off gaffadhe
➡️Akka nahuus ta'ee affuran baffadhe
➡️Lakkaa'uuttan ka'ee lubbun galaffadhe
➡️Baddin koo baayatee sammu koon ol ta'ee
➡️Achi suuta jedhee sirree koo irra bu'ee
➡️Fanno isaa jalatti akka nama du'ee
➡️Iyyen mankarare hidhen off abbare
➡️Isa kan jibba koon isaa kan hamidhan
➡️Isa kan dhimma koof kan koo haa caaluudhan
➡️"Namaa akka keetti jalatutu " dagadhee
➡️Seera goofta cabsee miilan irra ejjedhe
➡️Jibban off afuffe laphee koo dhittesse
➡️Hidha off irra tulle laphee koo jittesse
➡️Qoba koon oddessa ademee karaara
➡️Gafaan namaa arguu samuu irraa naa araa
➡️Nama Isa akka koo isaa goftan umme
➡️Isa inni muca koo jedhe ittin off wamme
➡️Ani ammo qummansen xinnesse salphise
➡️Meeqan guffu ta'ee karaa irratti hambise
➡️Dhiignni obbollessa kee naatti iyyen dhagahee
➡️Dhiima Isa ilaalufan dhufee iddodha ka'ee
➡️Maaltu argate Abel hadhoo kee quxxussuu?
➡️Qaayeen naa dhagessa? Sagale guddisuun
➡️Jedheetuu gaafatee waaqayyo qayenin
➡️isa qooruuf maale maaltu Isa dhokkate
➡️Innis ganfuureen koo gaddi adeeman nama
➡️Hadhosa ajjesse mataa buusee deema
➡️Hin arginee anoo maal naatu Isa egaa?
➡️Moo akka ani ajjesse natti qabda raaga ?
➡️Waaqayyoos deebise"inni kun salphadha"
➡️Wanta ati gooteef anumatu raagadha
➡️Dhiiga obbollessa kee sii harkan barbada
➡️Sinnis namnni hundumtuu ajjessuf sii gaada
➡️Joorseen sii jawwarsa qubanan sii dhowwa
➡️Firaa irra adda baatee baay'ee sitti qawwa
➡️Amma naa fuldura arittin goodani
➡️Biyya ormatti badii maxzani jiraadhu
➡️Jedhee itti roobsee abarsa akka yandoo
➡️Isatoo jaalatee gidirafi gadado
➡️Namnni obbollessa Isa jibbu ajjessadha
➡️Qodnni kan qayenis dhumni Isa fokkisadha
➡️Arii keessanitti akka aduun hin dhinne
➡️Diyaabiloos carra akka hin arganne
➡️Obbollessa keessan dafaa ararfadha
➡️Fayya qulqulla jalalaan jiraadha
➡️Dhaltuu mootumma Isa taa'uu maaltuu caala ?
➡️Ani off ilaalera isiins off ilaala.
Galtoomma
Dogogora qubee qabachuu dandaha dhiifama akka naaf isnin jedha akkasumas yadaa fi gorsaa yoo qabataan @shock3love irratti nan gahuu dandessu
Channalli keenya join jedha
@farfannaa
@farfa4r
Admin @shock3love
@Rehobott
ABBOOMMAMUU
Abbommamu jechuun ?
👉 Godhii kan jedhame kan godhuu.
👉 Hin godhiin kan jedhamee kan hin goonne jechuudha.
Fknf. 1 Abram godhii kan jedhame godhee umm 22:1
2 Yosef hin godhiin kan jedhamee hin godhuu jedhee. Umm 39;7-12.
2. ABBOOMMAMUU jechuun ?
Waaqayyoof abbommamuu jechuudha .
Namnni waaqayyoof abbommamuu immo tajajila isaaf amanaamadha.
Mat 25:14-23, 21:33
Mat 24:45
Yeroo isaaf amanaamadha . Efs 5:16
Qol 4:5
✔️ENYUUF ABBOMMAMNAA
1 . INNI jalqaba waaqayyoofi.
1.1 waaqayyoof kan abbomamnuu.
A. Yoo isaa jalana ta'ee. Yoh
14:15
B.yoo isaatti qabamnee jiranna
ta'ee. Yoh 15:9
2. Gaggesitoota keenyaaf. Iya
16:17 , Ibr 13:17
3. Hadha fi Abba keenyaaf. Qol
3:20
4. Inni quxxusuun hangafa isaaf
5. Motumma waaqayyoo angoo
Kennef. Rom 13:1
👉Motummaf kan abbommamnuu macaafa qulqullu duuka amma walitti hin buuneettidha.
Macafaa qulqqullu duuka walitti nuu buusa yoo ta'ee gaaruu abbommamuufi hin qabnuu.
HoE 4:16. Dan 16:18
Dan 6:10. Ba'u 1:15-16
👉BU'AAN ABBOOMAMUUN DHUFUU
1. Abbomamuun ol qabamu
fida. Filp 2:5-11
2.waaqayyo akka namatti gammaduu tasisa. 1sam 15:22
3.akka caalle argamnuu tasisa.
Dan 1:11-20
4.garumma waaqayyo akka arginuu nuu tasisa. Deb 7:9-11
Ba'u 20:16
5.Ebba lafaa akka nyannu tasisa. Isy 1:19
6. Warra kaniif ebba akka tanuu
nuu tasisa. Umm 22:15-18
Ebbiffama yadaa yoo qabatan
Akkasummas gorsa yoo naaf kennu feetan
@shock3love ✍
What is next?? Next time is revival Acts. 2:17... Yoel. 2:28...
"Guyyaa gara dhumaatti waan dinqisiisaatu ta'a. Foon-qabeessa hundumaaf kennaa mul'ata arguutu kennamaaf. Dargaggoonni raajii in dubbatu; Guddaa fi xiqqaan mul'ata in argu, maanguddoonni abjuu in abju'atu."
─╔╗───╔╗╔═╦╗
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
STAY CONNECTED WITH US!™
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!™
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!™
