en
Feedback
Oromo protestants

Oromo protestants

Open in Telegram

Qophiin keenyaa garaa fuula duraa 1 barumsa kutaa ttin qoqqodame siniif qopheesina 2 farffanna meshaa maalee siniif qopheesina 3 lallaba siniif ni qopheesina. 4 halaa hin baratamneen macafaa qulquluu akka dubbisnuuf karoora nii basnaa .

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
479
Subscribers
+124 hours
+577 days
+21730 days
Posts Archive
ABBOOMMAMUU Abbommamu jechuun ? 👉 Godhii kan jedhame kan godhuu. 👉 Hin godhiin kan jedhamee kan hin goonne jechuudha. Fknf. 1 Abram godhii kan jedhame godhee umm 22:1 2 Yosef hin godhiin kan jedhamee hin godhuu jedhee. Umm 39;7-12. 2. ABBOOMMAMUU jechuun ? Waaqayyoof abbommamuu jechuudha . Namnni waaqayyoof abbommamuu immo tajajila isaaf amanaamadha. Mat 25:14-23, 21:33 Mat 24:45 Yeroo isaaf amanaamadha . Efs 5:16 Qol 4:5 ✔️ENYUUF ABBOMMAMNAA 1 . INNI jalqaba waaqayyoofi. 1.1 waaqayyoof kan abbomamnuu. A. Yoo isaa jalana ta'ee. Yoh 14:15 B.yoo isaatti qabamnee jiranna ta'ee. Yoh 15:9 2. Gaggesitoota keenyaaf. Iya 16:17 , Ibr 13:17 3. Hadha fi Abba keenyaaf. Qol 3:20 4. Inni quxxusuun hangafa isaaf 5. Motumma waaqayyoo angoo Kennef. Rom 13:1 👉Motummaf kan abbommamnuu macaafa qulqullu duuka amma walitti hin buuneettidha. Macafaa qulqqullu duuka walitti nuu buusa yoo ta'ee gaaruu abbommamuufi hin qabnuu. HoE 4:16. Dan 16:18 Dan 6:10. Ba'u 1:15-16 👉BU'AAN ABBOOMAMUUN DHUFUU 1. Abbomamuun ol qabamu fida. Filp 2:5-11 2.waaqayyo akka namatti gammaduu tasisa. 1sam 15:22 3.akka caalle argamnuu tasisa. Dan 1:11-20 4.garumma waaqayyo akka arginuu nuu tasisa. Deb 7:9-11 Ba'u 20:16 5.Ebba lafaa akka nyannu tasisa. Isy 1:19 6. Warra kaniif ebba akka tanuu nuu tasisa. Umm 22:15-18 Ebbiffama yadaa yoo qabatan Akkasummas gorsa yoo naaf kennu feetan @shock3love

Ethio media Bagaa nagaan garaa chanalii keenyaa dhuftan Wantoota karaa channel keenyaa argattan👇 👉 Oduu wayyitawwa 👉Qoosa 👉Assosama 👉tekinooloojjii Turtii gaarii waliin qabaanna 💚💚💚💚💚 ❤❤❤❤❤ 💚💚💚💚💚 Yadaa qabdaniif @shock3love nuu qunama https://t.me/ethio5media

Dasta hinsarmuu kanaa ittin ebbiffama mee.

👉 Instant gochu dhan 👆👆 Link kan https://GramFree.cc/?r=15624356 tuqati eegala Fayyadama ta'a ❓ gaaffi yoo qabaattan 👉 @BonsaAd1 nu qunnama

Yeroo amma Namni ogeessa kompiitaraa ta’e hojii qacaramuuf dandeeettiin barreessuu isaa akkam akka tahe ni gaafatama. ‘mee barreessi’ jedhamuunis Daqiiqaa 1 keessatti jechoota (word) meeqa akka barreessu ni qoratama. Atiis ogeessa kompiiataraa ta’uu karoora yoo qabaatte guyyaa hojii eegaluuf jettu, keessaafuu; online irratti qacarameen hojjadha jechuu hawwii yoo qabaatte qormaatni kun si fuul-dura jiraachuu yaadadhu. ⤵️ https://telegra.ph/Keyboard-irratti-qophinaan-barreessuu-barachuuf-Marsaariitii-filatamoo-2-04-24 #Galatoomi_Abdulwasi

👉 Instant gochu dhan 👆👆 Link kan https://GramFree.cc/?r=15624356 tuqati eegala Fayyadama ta'a ❓ gaaffi yoo qabaattan 👉 @BonsaAd1 nu qunnama