🔊HARARGEE MEDIA
Open in Telegram
Chaanalii kan irra - Seenaa babbareedoo - Jecha Beektotaa -walaloolee garagaraa - Dhugaawwaan garaagaraa - Tooftaa Milkaayinnaa Bifa saayinsaawaa ta'een argattu!!!!! CHANNEL YOUTUBE KEENYA SUBSCRIBE NUUF GODHA 👇👇 https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Show moreFinland771The category is not specified
1 787
Subscribers
No data24 hours
-67 days
-2030 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
November '25
November '25
+7
in 0 channels
October '25
+11
in 1 channels
Get PRO
September '25
+8
in 0 channels
Get PRO
August '25
+15
in 2 channels
Get PRO
July '25
+23
in 1 channels
Get PRO
June '25
+7
in 0 channels
Get PRO
May '25
+7
in 0 channels
Get PRO
April '25
+6
in 0 channels
Get PRO
March '25
+6
in 0 channels
Get PRO
February '25
+11
in 0 channels
Get PRO
January '25
+8
in 0 channels
Get PRO
December '24
+10
in 0 channels
Get PRO
November '24
+2
in 0 channels
Get PRO
October '24
+6
in 0 channels
Get PRO
September '24
+8
in 0 channels
Get PRO
August '24
+16
in 0 channels
Get PRO
July '24
+13
in 0 channels
Get PRO
June '24
+38
in 0 channels
Get PRO
May '24
+23
in 1 channels
Get PRO
April '24
+13
in 0 channels
Get PRO
March '24
+13
in 0 channels
Get PRO
February '24
+25
in 0 channels
Get PRO
January '24
+26
in 0 channels
Get PRO
December '23
+16
in 0 channels
Get PRO
November '23
+10
in 0 channels
Get PRO
October '23
+7
in 0 channels
Get PRO
September '23
+21
in 0 channels
Get PRO
August '23
+66
in 0 channels
Get PRO
July '23
+89
in 0 channels
Get PRO
June '23
+68
in 0 channels
Get PRO
May '23
+68
in 0 channels
Get PRO
April '23
+68
in 0 channels
Get PRO
March '23
+63
in 0 channels
Get PRO
February '23
+34
in 0 channels
Get PRO
January '23
+90
in 0 channels
Get PRO
December '22
+83
in 0 channels
Get PRO
November '22
+87
in 0 channels
Get PRO
October '22
+102
in 0 channels
Get PRO
September '22
+104
in 0 channels
Get PRO
August '22
+103
in 0 channels
Get PRO
July '22
+108
in 0 channels
Get PRO
June '22
+81
in 0 channels
Get PRO
May '22
+119
in 0 channels
Get PRO
April '22
+104
in 0 channels
Get PRO
March '22
+60
in 0 channels
Get PRO
February '22
+32
in 0 channels
Get PRO
January '22
+58
in 0 channels
Get PRO
December '21
+86
in 0 channels
Get PRO
November '21
+259
in 0 channels
Get PRO
October '21
+102
in 0 channels
Get PRO
September '21
+82
in 0 channels
Get PRO
August '21
+75
in 0 channels
Get PRO
July '21
+83
in 0 channels
Get PRO
June '21
+235
in 0 channels
Get PRO
May '21
+328
in 0 channels
Get PRO
April '21
+165
in 0 channels
Get PRO
March '21
+119
in 0 channels
Get PRO
February '21
+335
in 0 channels
Get PRO
January '21
+441
in 0 channels
Get PRO
December '20
+1 681
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 23 November | 0 | |||
| 22 November | 0 | |||
| 21 November | +2 | |||
| 20 November | 0 | |||
| 19 November | 0 | |||
| 18 November | 0 | |||
| 17 November | +1 | |||
| 16 November | +1 | |||
| 15 November | +1 | |||
| 14 November | 0 | |||
| 13 November | 0 | |||
| 12 November | 0 | |||
| 11 November | 0 | |||
| 10 November | 0 | |||
| 09 November | 0 | |||
| 08 November | +1 | |||
| 07 November | 0 | |||
| 06 November | 0 | |||
| 05 November | 0 | |||
| 04 November | 0 | |||
| 03 November | +1 | |||
| 02 November | 0 | |||
| 01 November | 0 |
Channel Posts
Repost from JECHOOTA HAYYOOTA
QULLUBBII ADII FI FAYYAA
Faayidaawwan qullubbii adii kan qorannoon mirkanaa'e keessaa muraasa;
❶.Ol ka'insa dhiibbaa dhiigaa hir'isuuf
❷.Hamma koolestiroolii(cooma) qaama keessa to'achuuf
❸.Kaansarii tokko tokkoon carraa qabamuu ni hir'isa
❹.Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa dabaluuf,keessattu atileetotaaf
❺.Madda viitaminii C,B,manganeezii fi faayibariiti
❻.Carraa dhukkuba alzimeerii fi dementia n qabamuu ni hir'isa
❼.Xura'aa qaama keessaa qulqulleessuf
❽.Fayyaa lafeetiif
❾.Ga'umsa qaama dabaluuf keessattu atileetotaaf
❿.Mi'eessituu nyaatati
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!! @Jechootahayyoota
| 2 | #Itoophiyaa_irraa_yeroo_jalqabaaf:-
==============================
1.Xiyyaara kan balaliise =>Asfawuu Alii
2.Dubartiin Jeettii waraanaa Su-27 balaliiste =>#Asteer_Tolasaa
3.Dubartiin Jeettii balaliisuun jeetti diinaa qilleensa irraa buuste=>Asteer Tolasaa(Addunyaa irraayyis dubartii jalqabaati)
4.Ogeessa fayyaa kan ture =>Warqinaa Isheetee
5.Raadiyoodhaan oduu kan dhiyeesse =>Kabbadaa Mikaa'eel
6.Dubartiin karaa fooddaa Tv oduu dhiyeessite =>Illeenii Makuraa
7.Baankiin dubartootaan huddeeffame =>Baankii Innaat
8.Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa kan ture =>Habta Giyoorgis Dinagdeeti.
9.Abbaa Waraana Ammayyaa =>Meejar J/Mulugeetaa Bulii
10.Mana barumsaa Ammayyaa jalqabaa =>M/B Minilik II
11.Daandiin Asphaaltii jalqabaa =>Finfinnee-Amboo
12.Fiilmiin jalqabaa =>Hiruut,Abbaan ishee eenyu?
13.Fonqolcha mootummaa kan qindeesaan =>Mangistuu Niwaayi fi Girmaamee Niwaayi
14.Abbaa Tiyaatira Ammayyaa kan ture =>Looret Tsaggayee G/Madiin
15.Abbaa ogummaa aartii =>aartist Afawarqi Taklee
16.Dubartiin Hoggaantuu paartii siyaasaa turte =>Burtukaan Miidhaksaa
17.Dubartiin Hoggaantuu Ministeera Barnootaa turte =>Gannat Zawudee
18.Ministiriin kutaa 6 barri eegale =>1938
19.Ministiriin kutaa 8 barri eegale =>1940
20.Qormaanni Maatirikii barri eegale =>1944
21.Muummicha Ministeera kan ture =>Akliiluu Habta Waldi
22.Kantiibaa jalqabaa kan ture =>Bitwaddad W/Tsaadiq
23.Dubartiin xiyyaara balaliiste:Mulu-immabeet Immirruuti(Afrikaa irraas dubartii jalqabaati)
24.Gaazexaan jalqabaa =>A'imiroo(Aimiro) dha.
Like,share follow ,waan dabalaata argachuf
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota | 239 |
| 3 | Nama tokko of dagachiisuudhaaf "busy" tahuun gahaadha, garuu "feeling" kee araada jalatti yoo dhokachuuf yaalte akka nama bishaan sogiddaa dhuguuti.
Dandamataa jirta ofi fakkaatta malee bakkaa of haqaa jirta. Araadaafii filmiilee dhuma hin qabne jalatti feeling kee of dagachiisuuf hin yaalin yoo dandamachuu feete !
💔>💔
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota | 204 |
| 4 | Namni tokko dachaa 10n kan nama hawwatu bifa isaatiin osoo hin taane gocha gaarummaa, jaalala, kabaja, fi amanamummaa agarsiisaniin.
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota | 230 |
| 5 | Namoota jaallattu fi warra si jaallatan waliin jireenya kee iddoo gammachiisaa taasisi.
~Sangeetaa Rana
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota | 210 |
| 6 | Abjuun guddaan wareegama guddaa barbaada.
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota | 188 |
| 7 | Yeroo tokko tokko namoota 'garmalee waan jaallanneef' dhabna.
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota | 171 |
| 8 | Gurbaan haadha isaa jaallatu, kan hammenya maatii isaa sirraa dhooysu filannaa kee ha tahu.
Gurbaan odoo wal hin fuudhin haadhaaf obboloota isaa waa'ee isaanii hammeenyaafii arraabaan dubbachaa bilbilaan haasawaa sitti himu irra gowwaa gurbaati !
@Jechootahayyoota | 230 |
| 9 | NAMOOTA BU'AA GURGUDDAA BUUSAAN
*$$$$$$**
Addunyaa kana irraa namoonni bu'aa gurguddaa buusan gosa
lamatu jira.
Isaanis
➀. Namoota yaada (qalbii) tasgabba'aa ta'e qabanii fi
➁. Kanneen galata galchuu beekanidha.
➶ Namoonni yaada tasgabbaa'aa qaban waan yaadan
qajeeltotti hubatu.
➶ Karoora isaanii ni beeku.
➶ Ogummaadhaan socho'u.
➬ Namoonni waan isaaniif ta'e hundumaaf galateeffatan
balbala milkaa'insaa isa itti aanutti darbuuf akeeku. Isaan
warra gammadaniidha. Gammachuun isaanii kaka'uumsa hojiif
bu'uura.
➬ Wanti itti gammadaa hojjetan yoo dadhabanillee nama hin
nuffisiisu.
➬ Namni fedha yoo dhabe malee waan tokko fiixan baasuu
hin dadhabu.
# share gochuu hin dagatina
Join 🧚🙏🎄♻️👇🌲👇👇
@harargetub
@harargetub | 273 |
| 10 | HARKA KEE JIRA...
...Har'amma dinqiin irratti hojjedha. Isaan jedhe beekaa wanti
jedhu eessa jira jedhee, hiriyaasa wajjin qoruuf deeme. Namni
kun gaaffi kamiinu deebisu kan danda'aan jiru kan jedhaman
ogeessa bara sanaati. Mucichi barru harka isaa keessatti
sinbirroo qabee jira akkasan hin deebisne barbaadee itti siqee
"Abba isin yoo ogeessa taatan gaffiin isin gaafadhu kana
deebisa" jedhe. Sinbirroon harka koo keessa jirtu lubbuun jirtii?
Moo Duuteetti? jedhe gaafate. Namichi ogeessi kunis waan
tokko utuu itti hin fakkaatin deebisan. "Ilmako jirti yoon siin
jedhee achumatti walitti maccortee (qabde) ajjeesta, Duuteetti
yoon siin jedhemmo barru harka ke ballistee akkaseen deemtu
eyyamtaaf, du'is jireenyis harka kee jiraa" jedhaniin. Atis
mul'ata (abjuu) kee jiraachuufis ajjeesuufis aangoon sii
kennameera. Koonkoolaata addunya kana irraa jiru jedhaman
kan gatii mi'a qabaattee fuldura isaatti farda yoo hiitee
konkolaatichi deemu danda'aa. garuu furtu (Qulfi) isaa itti
gashitee yoo kaaste bakka barbaadde ariiti barbaaddeen si
ga'u danda'aa. Konkolaatan sammuu keeti, furtuun ilaalchaa
keeti. Bakka barbaaddeen si ga'uu danda'aa. Wanti sitti hir'ate
hin jiru. Uuman kan sii kenne itti hin fayyadamtu taanaan garuu
konkoolaata mi'a (qaali) kana fardan gotota jirta jechuudha.
—
Share gochuu hin dagatiin
Join 👇👇🎄♻️
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota | 248 |
| 11 | #Of_duubaa_laaliin
Ati innumtii barreeffama kana dubbisa jirtu kun Mee gaaffii siifan qaba. Jireenya jiraattuu fi waan biraa gahuuf dhamaatu/ dadhabduu tokko fiixaan baafachuuf akkamiin itti adeema jirta?.
Eyye, ati akkuma namaa kamiyyuu jiraattee guyyaa har'a fi haala amma irraa jirtu irra geesse jirta. Kun wanuma ati qabdudha.
Amma boodaho akkamiin adeemuf tirachaa jirta?.
Waan fedheyyuu ta'ii, waan feetes yaadi, haala Kam keessayyu jiraadhu. Garuu deemsa keef ergan Ani siif qabu lamuu #of_duubaa_deebitee_hin_laaliin.
Kaleessii kee jiruu kee har'a irratti dhibbaa fiduu kan danda'uu har'a osoo hin taanee turti ati guyyaa kaleessa keessa dabarsite irraati. Kanaa jechuun kaleessa kee yaaduun borii keef homa bu'aa hin buusuu garuu har'a irraa dhabbatte boruu keef tiraachun garuu galaa jireenya siif ka'aa deema.
Kanaaf obboleessa Koo akkuma da'immaa har'a dhalatee, seenaa kaleessa tokkoyyuu hin qabneettii atis osoo of duubaan mil'atin boruu keef kaadhu.
Atumti Imala jireenya kee keesatti waantoota akka dogongora hedduu hojjecha turukee, kufaatiwwan irraa deddebbiin si muudatan, tasumaa irra deebitee hin yaadiin. Isaan kun Boruu keef homaa siif hin buusan garuu, gufuu taa'ani abdi kee sakaluu.
Kanaaf yoomiyyuu of duubaa laaltee jireenya kee Boruu of jalaan balleessin.
Abdi fi amantii dhan Boruu keef har'a ifaaji.
Galatoomi
Join
@Jechootahayyoota | 213 |
| 12 | #AKKA #ATI #DHUFTU #BEEKA !
Bara 1989 ALA biyya Armeeniyaatti sochiin lafaa rekter-iskeelii
8.2 qabu mudatee ture. Balaa kanaanis yeroo daqiiqaa 4 hin
caalle keessatti lubbuun namoota 30,000 galaafatameera.
Haala nama jeequ keessa ta’ee abbaan Armaandi waa’ee
mucaa isaa isa mana barumsaa jiruu yaadate.
Baay’ee gaddes. Haadha manaa isaa fi qabeenya isaa gatee
gara mana barumsaatti fiige. Ariitiin gaafa achi ga’u garuu
manni barumsaa Armaandi ilmi isaa itti baratu akka hin taane
ta’ee isa eege. Wanti itti mul’atu gamoo diigamee caccabee
jiru qofa ta’e. Dhiphina hagana hin jedhamne keessa ta’ee
waadaa mucaa isaaf seenee ture yaadate. “Ilma koo! Waan
fedhe yoo uumame hamma dhumaatti si wajjinan jira!” jedhee
ture. Waadaa kana yaadachaa otoo jiruu imimmaan ija isaa
keessaa dhangala’uu eegale.
Dareen barnootaa ilmi isaa itti barachaa ture karaa kam akka
ta’e yaadachuu yaale. Akkuma yaadateenis gara sanatti fiigee
qotuu eegale. Yeroo inni qotu maatiin barattootaa isaan kaan
sagalee isaanii ol kaasanii iyyuun gadda isaanii mul’isaa turan.
Gamoowwan mooraa sana keessa turan hurraa’anii waan
turaniif namni lubbuudhaan keessaa ba’a jedhanii waan hin
yaadneef, boo’ichaan ala tarkaanfii fudhatan hin qaban. Ni
boo’u; namichi garuu ni qota.
Maatii barattootaa sana keessaa muraasni gara Abbaa
Armaandi dhufanii, “Yeroon darbeera! Yoona du’eera! Amma
eenyuunuu gargaaruu hin dandeessuu ofumaa hin dhama’iin!
Dhiisi!” ittiin jedhan. Deebiin isaa garuu, “Amma waan kana
qotuu na gargaaruu dandeessuu?” kan jedhu ture. Isaanis abdii
kutatanii dhiisan.
Yeroo murtaa’e booda hojjetoonni Ittisa Balaa Ibiddaa dhufanii
bakka sanaa isa kaasuu yaalan. “Ibiddi ka’aa jira! Bakka maratti
dhohinsi uumamaa jira. Balaa keessa jirta.
Ilma kee nuti siif barbaadnaatii ati mana keetti gali” ittiin
jedhan. Inni garuu isaan hin dhageenye. “Amma waan kana
qotuu na gargaaruu dandeessuu?” kan jedhu qofa ture deebiin
isaa. Dhiisanii deeman.
Takka turanii poolisoonni gara isaa dhufan. “Baay’ee
gadditeetta; dhiphatteettas. Garuu hoomaa gochuu hin
dandeessu. Namoota isaan kaanis balaa irra buusaa jirta!
Amma ka’ii mana keetti gali dhimmicha nuti ni qabannaa!”
ittiin jedhan. Abbaan jaalala mucaa isaan gubate garuu
isaaniifis gurra hin laanne. Akkuma warra duraan jedhe,
“Amma waan kana qotuu na gargaaruu dandeessuu?” jedhe.
Ejjennoo isaa akka inni hin jijjiirre baranii dhiisanii deeman.
Ittuma fufee qote. Yoo lubbuun jiraate achi keessaa
baafachuuf, yoo du’eera ta’e immoo reeffa isaa fudhatee
awwaallachuuf—ni qote.
Waadaan inni mucaa isaaf seenee ture gurra isaa irraa iyya,
“Ilma koo! Waan fedhe yoo uumame hamma dhumaatti si
wajjinan jira!” jedha. Otoo addaan hin kutiin sa’atii 37 guutuu
qote. Sa’atii 38ffaa irratti dhagaa guddaa tokko yoo galagalchu
sagalee mucaa isaa dhaga’e.
Sagalee guddaadhaan, “Armaandi!” jedhee iyye.
“Abbaa koo! Anadha abbaa koo!” jedhee deebiseef—ilmi isaa.
“Hiriyyoota kootti himaan ture—Abbaa! Balaa kana irraa ooltee
yoo lubbuun jiraatte akka ati dhuftee nu baastu shakkii hin
qabun ture! ‘Abbaan koo ni dhufaa hin yaadda’iinaa’ jechaan
ture. Waan fedhe yoo uumame hamma dhumaatti si wajjinan
jira jettee waadaa naaf seentee turte. Akkuma waadaa naaf
seente goote. Siinan boona!” jedhe—ilmi isaa.
Abbaanis hamma ilma isaa ijaan argutti ariifatee, “Amma
maaltu ta’aa jira?” jedhee gaafate. Armaandis, “Barattoota
daree keenyaa 33 keessaa 14 lubbuudhaan jirra! Kaan
du’aniiru. Baay’ee beelofneerra; dadhabneerra!
Sodaanneerra; dheebonneerras! Amma garuu ati dhufuu keef
baay’ee gammadneerra. Gamoon yommuu jigu bakka nuti jirru
kanatti akka rog-sadee wayii nuuf taanaan keessa jirra!” jedhee
deebiseef.
“Kottu egaa ba’i ilma koo!” jedhee harka mirgaa gad itti erge.
“Lakki Abbaa koo! Ani akka ati as keessaa na baastu beeka!
Kanaafuu, dura hiriyyoonni koo lubbuun jiran haa ba’an, Waan
fedhe yoo uumame hamma dhumaatti akka na wajjin jirtu
beeka!” jedhe.
Abbaan isaas yaada mucaa isaa ajaa’ibsiifachaa hiriyyoota
ilma isaa 13 erga baasee booda dhuma irratti Armaandiin
baafatee fudhatee gale.
Madda: Abjuu koo Hin Gurguru!
Join 🧚🙏👇👇
@harargetub
@harargetub | 227 |
| 13 | Bu'aa fooyya'aa hin hawwin...
BU'AA FOOYYAA ARGACHUUF HOJJADHU!
Rakkoo xiqqaa hin hawwinaa...
HANGA RAKKOON KEESSAN BADUTTI HOJJADHU !
Jireenyi osoo naaf salphaa ta'ee jettee hin hawwin...
HANGA JIREENYI SALPHATUTTI HOJJADHU!
HANGA FOOYYOFTUTTI OF IRRATTI HOJJEDHU...
SANA BOODA , JIREENYI SALPHAA TA'A!
@Jechootahayyoota | 2 |
| 14 | #Gameeysa_Aartii_Oromoo_jaarraa_21ffaa
#Aartist _Hacaaluu_Hundeeysaa_Boonsaa
Gameeysi sagalee kiloolee aartist Hacaaluu hundeeysaa boonsaa bara jireenya isaatti aartii fayyadamuun halkaniifi guyyaa mirga dhala namaaf qabsaa'uun dhiibbaa uumeen jaalala hangana hin jedhamne ummata Oromoo fi saboota biyya teenyaa kan guutuu adunyaa irra jiraatan biraa argatee ture.
Aartist Hacaaluu hundeeysaa joollummaa isaa irraa jalqabee jaalala aartiif qabu garsiisuu kan jalqabe yommuu tahu haaluma saniin itti fuufuun erga umriin isaa gahoome aartitti dabalamuun roorrifama saba oromoo sagalee kiloollee isaa saniin adunyatti mullisaa ture. Art Hacaaluun bara jireenya isaa guutuu gaafa sabni isaa rakkate lixa Oromiyaatii hanga baha oromiyaa gaafa sabni oromoo soomaalee irraa buqqaafame san Kaambii hammarreeysaatti argamuun gargaarsa qofa osoo hin taane haala isaan keeysa jiran ija booyichaa fi imimmaaniitiin achitti argamee qooddachaa ture rakkoo saba isaa.
Haaluma kanaan aartistiin ija sabaa tahe kun osoo halkaniifi guyyaa nin boqodha hin jedhin rakkoo saba isaa aartiin mullisaa welluu jaalalaatiin ummata isaa bohaarsaa Album guutuu #Maal_Mallisaa jedhu hojjatee osoo xumuraa jiruu haala hin eeggamneen gaafa waxabajjii 29/2020 harki diinaa qaroo saba guddaa kana osoo gara Mana isaa galaa jiruu karatti hanbise.
Aartist Hacaaluuf torbee 1kko kabajuu qofa osoo hin taane osoo bara meeqa fudhannee waa'ee isaa dubbanne oolmaa inni saba kanaaf oole deebisuu hin dandeenyu kanaaf onnee qulqulluu saba oromoo keeysa barabaraan jiraata. Akkuma inni jedhe san "SEENAA RIIRMI HIN NYAATU"
#Gameeysa_Aartii_Oromoo_jaarraa_21ffaa
#Aartist _Hacaaluu_Hundeeysaa_Boonsaa
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota | 176 |
| 15 | My Hero ❤️❤️❤️
━━━━━━━━━━━ | 207 |
| 16 | Gaazexeessituttiin Sooressicha gaaffiif deebii waliin gochaa jirti.... Icciitiin milkaa'ina keetii maali? Sooressicha, cheekii duwwaa gaazexeessituttiitti kennee qarshii hamma barbaadde itti barreeffadhu ittiin jedhe! Gaazexeessituttiin, cheekii duwwaa itti deebistee " Lakki ani waan akkasii barbaade osoo hin taane, Icciitii milkaa'ina kee si gaafachuu barbaadeeti" jette. Sooressichi ammas cheekii duwwaa itti deebisee, "Qarshii hamma feete itti barreeffadhu" jedhe. Gaazexeessituttiin lakki hin barbaadu jette.
Sooressichi cheekicha itti agarsiisee, "Icciitiin milkaa'ina koo carraa amma si qunnamee ture akka kee of dabarsuu dhiisuu kooti. Icciitiin milkaa'ina koo carraa na mudatu hundumaa fayyadameeti, amma ati carraa si quunnametti fayyadamte otuu taatee gaazexeessituu soorettii addunyaa keenyaa taata turte. Akka amma ani carraa lama siif kenne addunyaan carraa yeroo lama siif hin kennitu.Carraa sii quunname tokkotti fayyadamuun icciitii milkaa'inaati" jedhe.
Argitee? Carraan yoo itti fayyadamte daqiiqaa muraasa keessatti si jijjiiruu akka dandeessu. Garuu, itti hin fayyadamtu yoo taate faallaa kanaati. Carraa si qun
unnamu yeroofi bakka argattetti fayyadamiin dhaamsa kiyya. Madda: BaalaTsaggooch Andebet 2!. Afaan Amaaraa irraan gara Afaan Oromootti jijjiire.
© Ifaa G Galataatiin
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
SHARE🔥JOIN🔥 | 146 |
| 17 | Baga Geessan!❤️
Eid Al Faxir guyyaa boruu Sanbata Guddaa Ni Kabajama.
Id Al-Fixrii kan bara 1446 ALH/2025 guyyaa boruu ni kabajama.
Maatii Channel keenyaa kanneen Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan baga Ayyaana Iid Alfaxir kan bara 1446ffaa nagaan isin gahe jechaa ayyaanni kun kan Nagaa,kan Jaalalaa fi kan Barakaa akka isiniif tahu hawwina!
Isin Jaallanna! Ayyaana Gaarii!
EID MUBAARAK!!!
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota | 155 |
| 18 | Bakka amma jirtu tana irraa yeroo fagaatte. Jireenya bakka haarayatti yeroo jalqabde namoota amma waliin jiraachuu jirtu kana keessaa namni si iyyaafatu, Kan jireenyi akkami ja'ee si gaggaafatu 20% hin guutu.
Tanaafiin nama hunda hiriyyaa hin Sahin hanga isa moggaa jirtu qofa si yaadataa siin jadha.
Hiriyyummaa keessatti nama haala hunda keessatti si waliin jiruuf duursa kanni, qabaataa tahaniis dhabaa yoo tahaniis isaan san yeroo hin jijjiirtuutii atiis isaan waan laafuun hin jijjiirin. Duursa kanniif👌
Hiriyyummaa qulqulluu❤️ @OROMOTOO @OROMOTOO | 279 |
| 19 | Namoonni waggoota muraasa booda si yaadatuu hin danda'an.
Namni hunduu jireenya mataa isaatiin qabamee jira, namni waa’ee kee yaaduuf yeroo hin qabu, keessattuu “dogongora” kee miti.
Deemi RISK fudhadhu, jireenya barbaaddu ijaari , sana yoo hin ta'in dhumarratti jireenyi kee hadhaa'aa, yaaddoo fi namoota birootiif gammachuu dhugaa osoo ta'in dadhabdee goolabama.
━━━━━━━━━━━
@
@Jechootahayyoota | 217 |
| 20 | HIN GAABBU kitaaba jawwee buufadha 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️ @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA | 264 |
