en
Feedback
Farfannaa Afaan oromoo

Farfannaa Afaan oromoo

Open in Telegram

Channel'n Kun Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa fi kan durii guyya guyyaan kan isiniif maxxansudha.

Show more
3 679
Subscribers
-124 hours
+47 days
+12030 days
Posts Archive
Tselot - Yemyasebelegn (Ringtone).mp36.55 KB

To Consider.docx0.13 KB

+7
Tamasgen qana #4 No03.mp35.28 MB

Safuu Bilisuma Mulgeta.mp34.28 MB

4_6048568319441640502.mp35.69 MB

4_6048568319441640501.mp34.00 MB

BARUMSAA WALITTI FUFAA QABUU DEEBI'EE DHUFUU YESUUS KIRISTOOS JEDHUU KUTAA 1FFAA Isa Jalqabaa Du’aan Booda Namootni Garam Deemu? ______ ❓Gaaffiin kun kan namoota baay’ee ti. Warri biyya lafaa gartokkeen isaanii du’aan booda jireenyis, duunis hin jiru jedhu. Garri kaan immoo waa’ee wanta du’aan booda ta’uu hin beeknu jedhu. πŸ‘‰Gaaffilee kana hundaaf macaafni qulqulluun deebii qaba. βœ”οΈβ€œwarri jal’oonni gara adaba bara baraatti yommuu gataman, warri qajeelonni gara jireenya bara baraa dhaqu” jedha. πŸ“–Mat 25:46 QAJEELOTA: 🌹Qajeelota jechuun warra maqaa ilma Waaqayyoo Yesuusitti amananii cubbuu isaanitti dhiifama argatan jechuudha. πŸ“–HoE 2:38, 10:43, 1Yoh 2:12, 5:13. 🌹Warri qajeelotni du’aa ka’uu isa jalqabaa keessaa qooda qabu, duuni inni lammaffaan humna isaan irratti hin qabu. πŸ“–Mul. 20:5, 1Qor 15:55. 🌹Mootummaa abbaa isaanii keessatti akka biiftuu ifu. πŸ“–Mat. 13:43. JAL'OOTA .: πŸ‘‰Jal’oota jechuun warra Waaqayyoof hin abboomamne jechuu yommuu ta’u, Waaqayyoof abboomamuu dhiisuun immoo Yesuusitti amanuu diduu jechuudha. πŸ“–Yoh 3:36, 1Yoh 3:22, 5:10-12. πŸ‘‰Isaan kun bara baraan warra Waaqayyo irraa adda ba’anii jiraataniidha. πŸ“–Mul 20:15 Mat 12:41-42, 50. πŸ‘‰Du’aa ka’uu isa jalqabaa keessaa qooda hin qaban, duuni inni lammaffaan isaan irratti humna qaba. πŸ“–Mul. 20:14. Ittii Fufaa........

Befiqadu. Yaadannoodha πŸ“–JOIN https://t.me/farfanaduri

+9
j (7).mp34.65 MB

+9
Harka kee rattan arge .mp36.25 MB

Gurara sidhise_converted.mp37.55 MB

+9
fayuu (11).mp35.59 MB

+1
AUD-20180420-WA0027 (1).wma3.18 MB

+1
AUD-20180419-WA0000.mp34.67 MB

+1
AUD-20180411-WA0000.wma6.66 MB

Farfannaa Afaan oromoo - Statistics & analytics of Telegram channel @farfanaduri