fa
Feedback
Farfannaa Afaan oromoo

Farfannaa Afaan oromoo

رفتن به کانال در Telegram

Channel'n Kun Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa fi kan durii guyya guyyaan kan isiniif maxxansudha.

نمایش بیشتر
3 679
مشترکین
-124 ساعت
+47 روز
+12030 روز
آرشیو پست ها
Tselot - Yemyasebelegn (Ringtone).mp36.55 KB

To Consider.docx0.13 KB

+7
Tamasgen qana #4 No03.mp35.28 MB

Safuu Bilisuma Mulgeta.mp34.28 MB

4_6048568319441640502.mp35.69 MB

4_6048568319441640501.mp34.00 MB

BARUMSAA WALITTI FUFAA QABUU DEEBI'EE DHUFUU YESUUS KIRISTOOS JEDHUU KUTAA 1FFAA Isa Jalqabaa Du’aan Booda Namootni Garam Deemu? ______ Gaaffiin kun kan namoota baay’ee ti. Warri biyya lafaa gartokkeen isaanii du’aan booda jireenyis, duunis hin jiru jedhu. Garri kaan immoo waa’ee wanta du’aan booda ta’uu hin beeknu jedhu. 👉Gaaffilee kana hundaaf macaafni qulqulluun deebii qaba. ✔️“warri jal’oonni gara adaba bara baraatti yommuu gataman, warri qajeelonni gara jireenya bara baraa dhaqu” jedha. 📖Mat 25:46 QAJEELOTA: 🌹Qajeelota jechuun warra maqaa ilma Waaqayyoo Yesuusitti amananii cubbuu isaanitti dhiifama argatan jechuudha. 📖HoE 2:38, 10:43, 1Yoh 2:12, 5:13. 🌹Warri qajeelotni du’aa ka’uu isa jalqabaa keessaa qooda qabu, duuni inni lammaffaan humna isaan irratti hin qabu. 📖Mul. 20:5, 1Qor 15:55. 🌹Mootummaa abbaa isaanii keessatti akka biiftuu ifu. 📖Mat. 13:43. JAL'OOTA .: 👉Jal’oota jechuun warra Waaqayyoof hin abboomamne jechuu yommuu ta’u, Waaqayyoof abboomamuu dhiisuun immoo Yesuusitti amanuu diduu jechuudha. 📖Yoh 3:36, 1Yoh 3:22, 5:10-12. 👉Isaan kun bara baraan warra Waaqayyo irraa adda ba’anii jiraataniidha. 📖Mul 20:15 Mat 12:41-42, 50. 👉Du’aa ka’uu isa jalqabaa keessaa qooda hin qaban, duuni inni lammaffaan isaan irratti humna qaba. 📖Mul. 20:14. Ittii Fufaa........

Befiqadu. Yaadannoodha 📖JOIN https://t.me/farfanaduri

+9
j (7).mp34.65 MB

+9
Harka kee rattan arge .mp36.25 MB

Gurara sidhise_converted.mp37.55 MB

+9
fayuu (11).mp35.59 MB

+1
AUD-20180420-WA0027 (1).wma3.18 MB

+1
AUD-20180419-WA0000.mp34.67 MB

+1
AUD-20180411-WA0000.wma6.66 MB