Geda information promotion 🛜
Open in Telegram
1 178
Subscribers
+224 hours
+117 days
+3130 days
Posts Archive
#Beeksisa_Qacarrii
Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa Bulchiinsa Magaalichaa keessatti argaman irratti barsiisota hedduu dorgomsiisee Qacaruu barbaada.
✍️ Galmeen Guyyoota kudhan keessaatti karaa online ta'a
✍️ Muuxannoon 0 fi isaa ol
Kanaaf Barsiisonni keenya Magaalaa Finfinnee galuu barbaaddanii fi Ulaagaa jedhame guuttaan galmaa'uu dandeessu.
#Linkii armaan gadii kanaan galmaa'uu dandeessu መመዝገቢያ ሊንኮች 👇👇
1. Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa irratti galmaa'uudhaaf ለ2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች
👇👇
https://docs.google.com/forms/d/1RRFzFMb2HEoCyRp_ye5E-joooyGYzpAMfEvFBQdbJJs/edit
2. ከቅድመ አንደኛ ደረጃ እስከ 8ኛ ክፍል ላሉ ትምህርት ቤቶች
https://docs.google.com/forms/d/1exSs8OJs3UzYpyzcqQ8e13-JiczbyGR1ohmYFpdHJOY/edit
3. Barnoota Sadarkaa 1ffaan duraa hanga kutaa 8ffaa isa jala jiraniif Bara Barnootaa
👇👇
https://docs.google.com/forms/d/1UXIAIH736rY4YoENoRNSmNsYkZsOJFrh6o7-G3qz53E/edit
Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana
👇👇
𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌: MegersaM.Ayano follow gochuun maatii ta'aa!
#Share_Waliif_gochuun_hiriyoota keessaan biraan gahaa
Dambii_Ijaarsa_seeraan_alaa_Dambiin_Boodaa_Lafa_Magaalaa_Oromiyaa.pdf6.63 MB
Repost from Humna Joobiraa
#Ministeerri Barnootaa,
#Namoota digiriidhan eebbifaman,
kanneen ogummaa barsiisummaa (High School) irratti bobba’uu barbaadan,
waggaa tokkoof leenjisee barnoota irratti bobbaasuu barbaada.
Leenjiin kun Yuunivarsiitiiwwan 5 keessatti Kennama:
• Addis Ababa University
• Bahir Dar University
• Jimma University
• Kotebe University
• Hawassa University
ማስታወቂያ
በወጣው መመልመያ መስፈርት መሰረት ለመመዝገብ የምትፈልጉ በሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች የሚሰጡ የትምህርት ዓይነቶችና ተዛማጅ የትምህርት መስኮችን በትምህርት ሚኒስቴር ዌብሳይት ላይ በዚህ ሊንክ https://shorturl.at/N8e0s በመግባት “አማራጭ የመምህራን ስልጠና ትምህርት አይነቶች” የሚለውን download በማድረግ ማግኘት የምትችሉ መሆኑን እየገለጽን፤ የየዩኒቨርሲቲ መመዝገቢያ ሊንኮችን ከዚህ በታች ያያዝን መሆኑ እንገልጻለን።
• በኮተቤ ትምህርት ዩኒቨርሲቲ መመዝገቢያ ሊንክ ፦ https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSewyqsI0kfwWeA30GM9Or5acJg2NQxvouiFEogN7dhhx4eItg/viewform?usp=header
• በባህርዳር ዩኒቨርሲቲ መመዝገቢያ ሊንክ ፦ https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSfQcnu1ThOSSsUp9d3XI80NszyyETOwtJPxWNRh68izA7Gd2A/viewform?usp=header
• በሀዋሳ ዩኒቨርሲቲ መመዝገቢያ ሊንክ ፦ https://portal.hu.edu.et/Home/AvailablePrograms
• ጅማ ዩኒቨርሲቲ መመዝገቢያ ሊንክ ፦ https://portal.ju.edu.et
• አዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ ሊንክ ፦ https://forms.gle/6t1BNV9S67oXwzBv9
Repost from SBO Press
Beeksisa Qaccarrii Barsiisummaa
Ministeerri Barnootaa namoota digiriidhan eebbifamanii ogummaa Barsiisummaatiin manneen barnoota sadarkaa 2ffaa (High School) irratti qacaramanii hojjachuu barbaadan waggaa tokkoof leenjisee barnoota irratti bobbaasuu barbaada.
Leenjiin kuni Yuunivarsiitiiwwan 5 keessatti kan kennamu yoota'u, Isaaniis:
• Addis Ababa University
• Bahir Dar University
• Jimma University
• Kotebe University fi
• Hawassa University
Hubachiisa: Namoota Leenjii'uu barbaadan hunda yeroo leenjiitti baasii isaanii mootummaatu danda'a.
Namoonni fedhii qabdan beeksisa kana galmaa'uuf maqaa yuunivarsiiitii itti barachuu barbaadduu irratti tuquun bantee galmaa'u ni dandeessu.
1👉 Kotebe University
2👉 Bahir Dar University
3👉 Hawassa University
4👉 Jimma University
5👉 Addis Ababa University
Repost from SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)
Beeksisa Qacarrii Barsiisota BED (Bachelor of Education), Appilaayidii, Barnoota Gochaa fi Hojii Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaatiif:
Eebbifamtootni Digirii Bachelor of Education, Appilaayid, Barnoota Gochaa fi Hojii Gosa Barnootaa Barbaadamuun Digirii jalqabaatiin Yunivarsitii Mootummaa irraa bara 2015 hanga 2017tti kan eebbifamtanii fi qormaata bahiinsaa (exit exam) milkaa'inaan kan dabartan beeksifni Sadarkaa Aanotaa fi Bulchiinsa Magaalotaa keenyaatti akka bahu taasifnee waan jirruuf Aanaa ykn bulchiinsa magaalaa keessa jirtanitti dhiyaattanii beeksisa maxxanfame ilaaluun akka galmooftan isin beeksifna.
Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana
👇👇
𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa.
Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaa👇👇
𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf
