en
Feedback
Mana Murtii Aanaa Dadar

Mana Murtii Aanaa Dadar

Open in Telegram

Haqaaf Haqaan Hojjenna !!

Show more
2 164
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-730 days
Posts Archive
የንብረትማስመለስ ረቂቅ አዋጅ.pdf3.71 MB

Qajeelfama Sirna Simannaa fi keessumeessa Komii tajaajilamtoota BAAWO Lakk.25/2016

Repost from Desalegn B.
Ijoon Dubbii Gabaabaafi Ifa Ta'uu Qaba €€€€{{}}€€€€€{{{}}}€€€€€€€{{{}}} A) Ijoon dubbii wayita hundeeffamuufi barreeffamu gabaabinaan ta'uu qaba. Falmichuma guutummaatti irra deebiin barreessuun ykn dhedheressuun ta'uu hin qabu. Hanga danda'ametti bifa gaaffiitiin taa'uu qaba. Himataan himannaa waliigalteen kan raawwatame gowwomsaadhaan waan ta'eef diigamuu qaba jechuun dhiyeessu keessatti sababa himannaa wayita tarreessu "Nama Muuxannoo daldalaa hin qabneefi baadiyyaadhaa dhufuu kiyya hubatee himatamaan moodela konkolaatichaafi yeroo itti hojjetame ilaalchisee na dogoggorsuun konkolaataa moofaa kan natti gurgure waan ta'eef waliigalteen gurgurtichaa diigamee maallaqa ani kaffaleef akka naaf deebi'u naaf haa murtaa'u" jechuun yoo ibse, himatamaan immoo deebii kenneen "himataan baadiyyaadhaa kan dhufe osoo hin taane magaaluma kanatti kan guddate, duraanis konkolaataa bitee kan gurguraa tureefi odeeffannoo sirriin kan kennameef waan ta'eef gowwomsaan raawwatame hin jiru" yoo jedhe, ijoon dubbii qabamu "Raawwii Waliigaltee Keessatti Gowwomsaan (Dogoggorsiisuun) Raawwatameeramoo Hin Raawwatamne?" kan jedhudha malee "himatamaan kun himataan baadiyyaadhaa kan dhufeefi muuxannoo daldalaa kan hin qabne ta'uu beekee moodela konkolaatichaafi haala Itti hojjetame ilaalchisee dogoggorsiiseeramoo hin dogoggorsine?" kan jedhu ta'uu hin qabu. Haalonni akka muuxannoo daldalaa dhabuu himataafi ....kkf ijoo dubbichaa keessatti kan hammatamudha malee of danda'anii kan teechifaman miti. B) Ijoon dubbichaa ifa ta'uu qaba. Gareewwan falmiitiif haala salphaa ta'een kan galuuf, seerri ykn dhimmi murtiin irratti kennamuuf barbaadame maal akka ta'e baruun rogummaa ragaa isaanii akka gamaggamaniif, ragooleen isaanii ijoo dubbichaa hubachiisuu danda'uu ykn hubachiisuu danda'uu dhabuu ilaalchisee tilmaama mataa isaanii fudhachuu haala dandeessisuun ta'uu qaba.   (Moojula Ogeessi Seeraa Digaafee Dassaaleny jedhamu bara 2000 keessa qopheesse irraa kan fudhatame) 👁️Hubachiisa: Dhimmi ijoo dubbii qabachuu dhimma tekiniikaati. Ijoo dubbii ifaafi gabaabaa ta'e sirnaan qabachuun, akkasumas tartiiba isaa eeguun (ijoon dubbii firiiwwan dubbiifi seeraan wal qabatu wal keessa wayita dhufu) muuxannoodhaan kan gabbachaa deemudha. Muuxannoon keenya waan dheerateef qofas gahumsi (skill) gama kanaan qabnu guddachuu dhiisuu danda'a; itti yaadanii guyyaa guyyaadhaan fooyyessaa deemuuf dhamaa'uu gaafata.           Desalegn B.

Leenji Seera Dhaalaa Aboooti Alangaa Hojii Irraa Yeroo Dheeraaf Qophaa’e. Credit to : Dabalee Xilaahuun(Leenjisaa ILQSO) Caamsa bara , 2016

የፌደራል ፍርድ ቤቶች የአስተዳደር ሰራተኞች ደንብ ቁጥር 1/2016 👉Dambii Hojjattoota Bulchiinsa Manneen Murtii Federaalaa 1/2016

Waraqaa Ragaa Abbaa Qabiyyummaa Lafa Baadiyyaa: Hangi Ulfaatina Ragummaa Isaa Ni Beekamaa? Barreessaan: Dassaalany Birhaanuu(Abbaa Seeraa MMWO fi Leenjisaa ILQSO)

+1
👉Qajeelfama Hooggansaa Biiroo investimentii fi Industirii Naannoo Oromiyaa Lakk. 5/2016 👉Qajeelfama Naamusaa Hoogganss fi Hojjettootaa Biiroo investimentii fi Industirii Oromiyaa Lakk. 04/2016 Credit to Ibsa Chemeda

Repost from Oromia LegalPlus
Africa Union Transitional Justice Policy.pdf2.83 MB

Maxxansa Barruulee Simpoziyeemii ILQSO bara 2015

👉ፍቺ ከፍርድ ቤት ውጭ፡- የፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት  እና የፌዴሬሽን ምክር ቤት ውሳኔዎች አጭር ዳሰሳ  👉ተክለኃይማኖት ዳኜ በላይ*

በውጭ ሃገር የተሰጠ ፍርድ ወይም የግልግል ዳኝነት ውሳኔ የሚፈፀምበት ሁኔታ በፍትሕ ሚኒስቴር ንቃተ ህግ ትምህርት እና የስልጠና ዳይሬክቶሬት የተዘጋጀ

በጠበቆች ማህበር መተዳደሪያ ረቂቅ_ደምብ_ላይ_የተጠቃለለ_አስተያየት

በማህበሩ_ረቂቅ_ሕጎች_ላይ_የተጠቃለለ_አስተያየት.pdf11.54 MB

የኢትዮጵያ ፌደራል የጠበቆች ማኀበር ፕሬዚዳንት፤ ምክትል ፕሬዚዳንት እና የሥራ አስፈፃሚ ኮሚቴን አንድነት እና የሥራ ግንኙነት በተመለከተ ከአዋጅ ቁጥር 1249/13 ድንጋጌዎች አንፃር የተዘጋጀ ማብራሪያ ፤

Qajeelfama lakk. 2/2016

👉የሙስና ወንጀል እና ልዩ የሥነ-ሥርዓት ህግ ማስገንዘቢያ መጸሃፍ _መጋቢት 2015 ዓ/ም 👉በፍትሕ ሚኒስተር የተዘጋጀ https://t.me/eluLaw

Lecture on law of evidence (Arsi University law School) By Elias Kasa -May 30-2024 https://t.me/eluLaw

በአአ ከተማ ለሰነድ አልባ ይዞታዎች መስተንግዶ ተሻሽሎ የወጣ መመሪያ No 32/2013 Credit To Samuel Girma