en
Feedback
Mana Murtii Aanaa Dadar

Mana Murtii Aanaa Dadar

Open in Telegram

Haqaaf Haqaan Hojjenna !!

Show more
2 164
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-730 days
Posts Archive
+1
Leenjii Waliigalteewwaniifi Seera Waliigaltee Akka Waliigalaatti (bara 2016)_Mojuulii fi power poontii

Repost from Desalegn B.
WALIIGALTEE LIQII FI MIRKANEESSA RAGAAWWAN DABARSA MAALLAQAA ZAMANA ELEKTROONIKII (DIJITAALAWAA) Barreffamni gabaabaan mata dureen isaa armaan olitti ibsame kun Obbo Miliyon Tarrafaatiin (leenjisaa Ilqso duraaniifi Gaggeessaa Dhaddacha Dhaabbii Damee Kibba Lixaa MMWO) barreeffamee, addatti Chaanaalii kanaaf kan ergamedha. Dubbisaa!!      Desalegn B.

የኢትዮጵያ ፌዴራላዊ ዴሞክራሲያዊ ሪፐብሊክ ጉምሩክ ኮሚሽን የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ያወጣው አዲሱን የውጭ ምንዛሪ ምጣኔ መመሪያ ቁጥር FXD/01/2024 አተገባበርን የሚመለከት ይፋ ያደረገው ሰርኩላር::

Qajeelfama haaraa Baankiin Biyyooleessaa sharafa biyyoota alaa ittiin bulchuuf baaseedha; qajeelfamichi gatiin maallaqni biyyoota alaa ittiin sharafamu akka kana duraa Baankii Biyyooleessaan akka murtaa’u osoo hin taane qaamolee bitanii fi gurguran (baankota/qaamolee hayyamamee fi kanneen maallaqa biyyoota alaa bitan ykn gurguran) tiin akka murtaa’u aangeessa.

The Ethiopian National Bank has approved a new directive enabling the country's 32 banks and 16 insurance companies to establish investment banks. Announced by Dr. Brook Taye at the 21st Ethiopian Economic International Conference on July 12, 2016, the directive aims to facilitate the creation of investment banks under the Ethiopian Capital Market's regulation. It includes restrictions, such as limiting banks to holding no more than a ten percent share in non-banking business activities.

👉Inter-Federal-Regional Conflict Resolution Mechanisms in Ethiopian Federacy: A Comparative Appraisal on the Legal and Institutional Frameworks. By Habtamu Birhanu & Zelalem Kebu https://t.me/eluLaw

Qajeelfama Kiraa Mana Jireenyaa Magaalaa Finfinnee kunooti https://t.me/linkibsa

Bu'uura Labsii 1156/2011tiin Maanaajaroonni Dameelee Baankii Hojii Gaggeesitoota akka hin taanee DhIMMWF murtii dirqisisaa kennee jira.

Haala Abukaattotni fi Dhaabbileen Kenna Tajaajila Seeraa Irratti Bobba'an (Law Firms) Gibira Kanfaluu Qaban Ilaalchisee Qorannoo Walta'iinsa Ministeera Haqaa, Ministeera Maallaqaa fi Waldaa Abukaatota Federaalaatiin Gaggeeffame

+2
Ethiopian Constitutional minutes.

Repost from Desalegn B.
Badhaadhina Seeraan Alaa (Unlawful Enrichment): Namni Tokko Qabeenya Seeraan Ala Argate Deebisuuf Itti Gaafatamummaa Kan Qabu Ta’uu Isaa Osoo Beekuu Maallaqaa Baasuudhaan Gatii Qabeenyichaa Yoo Ol Kaase Haalli Itti Baasiiwwan Kana Deebifatu Ni Jiraa? Dhaddachi Ijibbaataa Gama Kanaan Murtiiwwan Dirqisiisoo Akkamii Kennee?             Desalegn B.

Leenjii Heeraa LHIYDH Marsaa 15ffaa Leenjii Hojii irraa yeroo dheeraaf.(Bara 2016).....👉👉👉 credit to Abdi Asefa(leenjisaa ILQSO)

Leenjii Lafa baadiyyaa Irratti abukaatoof kenname kunooti https://t.me/linkibsa

በኢትዮጵያ ከሕግ አገልግሎት የሚሰበሰብ የተጨማሪ እሴት ታክስና የተርን ኦቨር ታክስ፤ አዙሪት ጥያቄዎችና መውሰብስቦች:: ሙሐመድ ዳውድ አልቃድር Source: https://www.abyssinialaw.com/

👉Dambii fi Qajeelfama Misooma,Bulchiinsaa Dabarsa Manneen Oromiyaa iddoo tokkootti.kunoo👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👉Dambii Misooma,Bulchiinsaa fi Dabarsa Manneenii Naannoo Oromiyaa Lakk. 246/2016. 👉Qajeelfama Misooma, Bulchiinsaa fi Dabarasa Manneen Naannoo Oromiyaa Lakk. 28/2016.(Dambii Lakk. 246/2016 raawwachisuuf bahe) 👉https://t.me/eluLaw

በኢትዮጵያ ከሕግ አገልግሎት የሚሰበሰብ የተጨማሪ እሴት ታክስና የተርን ኦቨር ታክስ፤ አዙሪት ጥያቄዎችና መውሰብስቦች ሙሐመድ ዳውድ አልቃድር

የማታለል ወንጀል ከእምንት ማጉደል ወንጀል በምን ይለያል? በድንጋጌዎቹ የወንጀል ክስ ለማቅረብ በመሰረታዊነት መሟላት ያለባቸው የማስረጃ አይነቶችስ ምንድናቸው? By Sesay Goa Source: https://www.abyssinialaw.com/ 👉https://t.me/eluLaw