cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Ka'i Qeerroo

Больше
Рекламные посты
12 547
Подписчики
+1024 часа
+1167 дней
+27630 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Показать все...
ስለ ሽግግር መንግስትና የኢትዮጵያ ፖለቲካ። ዶክተር ፀጋዬ አራርሣ

Waliin (ዋሊን) Waliin kan jedhamu Appii haara’a media hawaasummaati. Mee bilbila keessanirratti fe’a itti fayyadamaa akkasumas yaada nuuf kennaa. Qabiyyee isaa: Bilbila sagaleedhanis viidyoodhanis bilbiluuf, waliif barreessuf, maxxansuf, Live Stream, kan biroo heddu… Gatiin itti baastan: Tola (hoomaa). Bu’aan irraa argattan: Heddu. midiyaa hawaasaa kamirraahuu wanti argamu asirra nijira, kan birootis. Galatoomaa! Liinkiwwan armaan gadii fayyadamaa. ዋሊን (Waliin) አዲስ የማህበራዊ ሚድያ ፕላትፎርም ነው። እባኮን ስልኮት ላይ በመጫን ወይም ድረ ግጻችንን በጠቀም ተቃሚ ይሁኑ እንዲሁም ሃሳብ ይስጡበት።   የአፑ ይዘት፥ Free Audio Call, Video Call, Chat, Post, Live Stream, more… የሚታወጡበት ክፍያ፥ ምንም ወይም ነጻ። የሚታገኙት ጥቅም፥ በጣም ብዙ። ከማንኛውም የማህበራዊ ድረ ገጽ የሚታገኙትን ጥቅም ታገኛላችሁ። እናመሰግናለን። የአፑ ሊንኮች፤ For Android Phones: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.waliin&pcampaignid=web_share iPhone and other Apple Devices: https://apps.apple.com/us/app/waliin-app/id6450835243 Website: www.waliin.com
Показать все...
Waliin - Apps on Google Play

Waliin connects friends by calling, chatting, posting, & more.

👍 8 2🥰 1
#Yakka_Sukkaneessicha Yakka Sukaaneessaa waraanni Abbaa Irree Abiyyiin hogganaman godina shaggar Bahaa Aanaa Boosat Ganda #Araarsoo fi Beerroo jedhaamu keessatti Shamaaree Suuraa ishee argitan kana kan Maqaan ishee #Burtuukee_Guddataa jedhamti mana maatii isheetii qabanii badii tokko malee ati deeggartuu Waraana Bilisumma Oromooti jechuun qabanii hiidhaanii erga dararaa hamaa irraan gahanii booda waxabajji 27/2024 hiidhaa keessaa baasuun halkan galgala keessaa Naannoo saa’aatii 2:00tti akka Itiyoophiyaatti ajjeesanii reeffa ishee dirree ykn badhee irratti gataniiru.
Показать все...
😭 21👍 3
Etiyoophiyaa keessatti #Rheumatologist barachuun dubartii ishee jalqabaa! 👏👏 👏👏 Dr Hirut yaadetaa Turee jedhamti. Barumsa ishee digrii jalqabaa gosa bornoota Medicine dhaan Gondar Yuuniversiitii Irraa bara 2013GC eebbifamte . Digrii 2ffaa(specialty program) gosa barnoota dhukkuba keessoo(internal medicine ) bara 2019 GC Jmmaa Yuuniversiitii irraa eebifamte. Yeroo ammaa immoo digrii 3ffaa (sub specialist) gosa barnoota Rheumatology (gosa barnoota dhukkuba lafee,buusaa fi maashaa qoratu)jedhamuun KYUNGPOOK National University,Daegu,south Korea irraa bara 2024 kana eebbifamte . Ogummaa kanaan Dr Hirut Yaadataa Etiyoophiyaa keessatti Rheumatologist barachuun dubartii ishee jalqabaa ishee taasisee jira.
Показать все...
👍 16🥰 1
00:31
Видео недоступноПоказать в Telegram
Taatee ilma Oromoo irratti ergamtootni Murna Abbaa Irree raawwatan. Poolisiin nagaa ummataa kan eegsisu ture Oromiyaa keessatti haala argitan kanaan dararaa raawwataa jira.
Показать все...
IMG_6130.MOV5.97 MB
😢 16👍 2
#Oromiyaa Qonnaan bultoonni xaa’oo fi sanyii argachuuf leenjii milishaa akka fudhatan dirqisiifamaa jiru.
Показать все...
👍 7
Фото недоступноПоказать в Telegram
Ministeerri Haqaa Wayyaaneen "haala addaatiin" akka paartiitti akka galmaa'u gaafateera. Ministeerri Haqaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa Paartiin Dimookiraatawaa Ummata Tigiraay (TPLF) ''hokkora hookkara irratti hundaa'e dhaabsisee akkaataa sirna dimokiraasii heera mootummaatiin socho'uuf walii galeera'' waan ta'eef haal-duree addaatiin akka galmeessu gaafateera. Xalayaan Ministirri Haqaa Geediyoon Ximotewos gaafa waxabajji 17, 2016 Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaaf barreessan mata duree "Galmee paartilee siyaasaa haal-duree addaatiin taasifaman ilaalchisee" kan jedhu yoo ta'u xalayaan kun ga'uu isaa mirkaneessuu dandeenyeerra boordii. Ministeerri Haqaa gaaffii kana kan dhiheesse fooyya’iinsaa fi raggaasifamuu Filannoo Itiyoophiyaa, Galmee Paartilee Siyaasaa fi Labsii Naamusaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Caamsaa 27, 2016 gaggeesse irratti hundaa’uun akka ta’e xalayaa Boordii Filannoof barreeffame keessatti eerameera.
Показать все...
👍 6 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
"Guyyaa 7 keessatti ragaa yoo hin dhiheessine tarkaanfii seeraa ni fudhanna" - Boordii Filannoo Biyyaalessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa paartileen 11 miseensota dubartootaa fi qaama miidhamtoota isaanii guyyoota 7 keessatti odeeffannoo akka dhiyeessan dhaamaniiru. Waan jedhame yoo hin raawwanne tarkaanfiin seeraa akka irratti fudhatamu beeksisaniiru. Baajata kan boordiin mootummaa irraa paartilee siyaasaa biyyattii keessatti seeraan galmaa’aniif ramadu. Baajata bara 2014, 2015 fi 2016 raabseera. Deeggarsa baajata kana raabsuuf ulaagaalee labsichaan kaa’an keessaa tokko lakkoofsa miseensota dubartootaa fi qaama miidhamtoota ejjennoo siyaasaa qaban deeggaruun akka ta’e ibsameera. Haaluma kanaan lakkoofsi miseensota dubartootaa fi qaama miidhamtoota bara 2016 keessa paartileen siyaasaa 21n boordiidhaaf gabaasaman kan bara 2014 fi 2015 dhiyaatan waliin wal bira qabamee yoo ilaalamu garmalee ta’ee argameera. Kanarraa kan ka’e buufata doonii odeeffannoo guutuu miseensota isaanii Amajjii 25/2016 boordiif akka dhiyeessan beeksisaniiru. Paartileen siyaasaa 10 deebii adda addaa kennuun odeeffannoo harka isaanii jiru laataniiru. Buufata doonii 11 jechuunis: ➡️ Tokkummaa Dimookiraatawaa Itoophiyaa ➡️ Paartii Dimookiraatawaa Hawaasummaa Itoophiyaa Sochii Biyyoolessaa Amaaraa ➡️ Adda Bilisummaa Biyyoolessaa Ogaaden ➡️ Paartii Badhaadhinaa (paartii biyya bulchaa jiru) . ➡️ Paartii Dimokraatawaa Raayyaa Raayyuumaa ➡️ Sochii Biyyoolessaa Wolaayitaa Sochii Dimookiraatawaa Biyyaalessaa Gaambeellaa Arena Tigray dimokiraasii fi abbaa biyyummaaf ➡️ Paartii Dimokraatawaa Mocha ➡️ Paartiin Tokkummaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waggaa tokko keessatti miseensota dubartootaa fi miseensoota qaama miidhamtoota kuma 10 irraa gara kuma 900tti lakkoofsiseera. Lakkoofsa kanaaf qaamotni ragaa akka dhiyeessan gaafatamus hanga ammaatti akka hin dhiheessine ibsameera. Kanaaf guyyaa 7 keessatti ragaan yoo hin dhiyaanne tarkaanfiin seeraa akka fudhatamu boordichi akeekkachiiseera.
Показать все...
👍 7👏 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.