en
Feedback
BABA TRAVEL AGENT ✈️

BABA TRAVEL AGENT ✈️

Open in Telegram

📈 Analytical overview of Telegram channel BABA TRAVEL AGENT ✈️

Channel BABA TRAVEL AGENT ✈️ (@babatravelagent) is an active participant. Currently, the community unites 20 288 subscribers, ranking 10 033 in the Education category and 1 659 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 20 288 subscribers.

According to the latest data from 10 March, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -457 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
https://t.me/Babatravelagent

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 11 March, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

20 288
Subscribers
No data24 hours
-997 days
-45730 days
Posts Archive
happy new year with baba travel
happy new year with baba travel

Dhaabbnni keenya Baba Travel Agent Fedhii maamiltootaa isaa guutuuf filannoo imala maamiltootaa, baajata xiqqeessuufi bakka b
+1
Dhaabbnni keenya Baba Travel Agent Fedhii maamiltootaa isaa guutuuf filannoo imala maamiltootaa, baajata xiqqeessuufi bakka barbaadan dhaggeeffachuun karoora imala isaanii akka mijatu godhuuf of kennee hawaasa isaa tajaajiluu irratti argama. Dabalataan Gorsaafi yaada kennuu, Bakka itti imalanfi dhimmoota imala waliin walqabatan biroo irratti ogummaa qabnuun isin tajaajiluuf qophii xumurree jirra. Passport haaraa, haaromsafi kan bade baafachuu yoo barbaaddanis tajaajila Online ni kennina. Daawwannaa, hojiifi barnootaaf namoota biyya alaafi keessaa imaluu barbaadan tajaajila Visafi tekkeettii muruu dabalatee odeeffannoo imalaan wal qabatan argachuuf nutti goraa. Teessoon keenya:- Finfinnee, magaalaa Shaggar, kutaa magaalaa Furii, Bulchiinsa Magaalaa Furii cinaatti argamna. Odeeffannoo dabalataaf. Lakk. Bil: 092 220 2020 / +251924444447 Email: babatravelagent@gmail.com Telegram; @Baba1524

Eid Mubarak! ኢድ - ሙባረክ! Baga ayyaana Eid Al-Fatrin isin ga'e. Kan baranaa kan bara egeree!!
Eid Mubarak! ኢድ - ሙባረክ! Baga ayyaana Eid Al-Fatrin isin ga'e. Kan baranaa kan bara egeree!!

BOOK NOW ✈️ @Baba1524

~Air Ticket Booking! ~Visa Application ~Travel Package ~Travel Guide For more information!👇 Phone No:- 0922202020 /+25192444
~Air Ticket Booking! ~Visa Application ~Travel Package ~Travel Guide For more information!👇 Phone No:- 0922202020 /+251924444447 Email: babatravelagent@gmail.com Tiktok: https://www.tiktok.com/@baba.travel.agent Facebook: https://www.facebook.com/Babatravelagent Telegram: https://t.me/Babatravelagent

Dhaabbatni Baba Travel Agent bifa ammayyaawaa ta'een hundaa'ee isin tajaajiluuf qophii hunda xumuree hojiitti seenee jira!!✈️ Baba Travel Agent akkuma maqaa isaa Abbummadhaan imala keessan bareechee gufuufi gufaata tokko male, biyyoota keessaafi alatti imaluuf nutti goraa isiniin jedha. Tajaajila nuti kenninu!👇🛬 ~Tikkeettii xiyyaara biyya keessaafi Idil-addunyaa iddoo jirtan teessanii yoo nu ajajattan gatii madaalawaadhaan isiniif kunna. ~Viizaa turistiifi barnootaaf biyya alaa irraa isniif fiduun haala ni mijeessina. ~Adeemsa Hajjii fi Umraa, Viizaafi tikkeettiif gatii madaalawaadhaan isin tajaajilla. ~Tajaajiloota paaspoortii (Immigration) Paaspoortii haaraa baasuuf, kan badeefi haaromsuu kan barbaaddan tajaajila Online ni kennina! Akkasumas yeroo rakkoon imalaa isin mudatu gorsaafi furmaata isiniif barbaanna. Fakkeenyaaf kan akka balallii haquu ykn dheeressuu, mi’a badeefi jeequmsa uumamu kamiyyuu xiqqeessuuf tasgabbiidhaan furmaata hatattamaa akka argattan gorsaafi hordoffii isiniif taasifna. Teessoon keenya Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furii bukkee Odeeffannoo dabalataaf Lakk. Bil: 092 220 2020 / +251924444447 Email: babatravelagent@gmail.com Tiktok: https://www.tiktok.com/@baba.travel.agent Facebook: https://www.facebook.com/Babatravelagent Telegram: https://t.me/Babatravelagent

/Dellall

Namoonni group gurgurachuu barbaaddan username @Wabii2N ja'u kanaan koottaa ✍NB:-  Group an bitu jiru👇 ~Group bara 2022 ykn san dura baname tahuu qaba ~Text shanii ol qabaachu qaba. Yoo text hin qabu tahees bara san taanaan link ergaa nan laalaa ~Nama haaraya seeneef mullachuu qaba. ~Baayyiinni miseensaa Rakkoo hin qabu, Nama tokko qofa tahuus ni taha.

ጦርነቱ ከተጀመረ ጀምሮ 46ሺ ሰዎች ቢሞቱብንም 68ሺ ህፃናት ተወልደዋል ሲል غزة الأن የቴሌግራም ቻናል ገልጿል።

• ✓ Yeroo tokko tokko, Kophaa ta'uun gaariidha Namni si miidhuu hin danda'u... 🖤 •

• ✓ Sometimes, It's better to be alone Nobody can hurt you...🖤

#HIN_GAABBU Jawar Muhammad #Shere waliif godhaa Dubbisa Gaarii ✌️ @A4mulaa_jireenyaa 💚 •

° ✓ Wanti Hunduu ni darba Garuu Hundi hin dagatamu. °

° • Yeroo tokko tokko Jecha ofiif dhagahuun Si barbaachisu Nama biraa ittiin jajjabeessita. 💔 °

Kan ani calliseef Moo'ameetii miti. Nama nan hubanneef Himuu dadhabeeti malee.

✓Gaarii yaaduun ✓Yaada gaarii Qabaachuun ✓Abdhiidhaan eeguun Mirga keenya. ✓Carraaquun ✓Fiiguun ✓Sababa geessuun Waan nurraa eegamuudha. ✓Kennaan ✓Arjaan ✓Fedhii keenya kan guutu ✓Deebiif kan nuuf kennu ✓Tola kan nuuf oolu ✓Surprise Kan nu godhu Allah Qofa
Akka kanatti jiraanna Tola keetiin Gammachuu keessa nu oolchi Yaa Rabbi
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ✌️

Jaalaluma Jibbita!💔🥹 Gaafa dhugaan jaallattee Amanattee; ganamtu Gaafa jireenya keetti Karri gaddaa banamtu Waadaan jaalala keetii Nyaatamee akka 'bargarii' Nama “hireekoo” jettuun Gaafa baate gargari... Mogoleetu si laafa Fuuchuu dadhabda miila Madaa’ee dhiiga boo’ee Onneen jaalala jiila.... “Guutuu gola onneekoo Ishee qofa dhaalchisee Dhugaadhaan jaallachuunkoo Hundumarra caalchiseee Yaadaaf yaaddoo isheetiin Qal’adhee akka lilmoo Egereedhaaf abdadhee Kunuunsee akka ilmoo Isheef jecha raata’ee Of gatee akka raatuu Ofii kootiin dubbadhee Isheef ta’ee maraatuu.. Giiftii onneekoo godhee Ofirratti muuduunkoo Ishee qofa dhagahee Kaaniifimmoo duuduunkoo Ijjjikoo kaan lagatee Ishee qofa arguunsaa Ooyruunkoo kaaniif hongee Ishee qofaaf marguunsaa Jaalalaaf jiraachuunkoo Isheedhaaf amanamee Erguma gatii dhabee Waadaan kiyya ganamee... Erga haqni dhibeetii Dirra lafaa kanarra Hariiroo tokko-n qabu Jaalalli kun anarraa” Jettee walaleessita Yookaan immoo sirbita Amanamtee ganamtee Jaalaluma jibbita! Boolla buutee bahuudhaaf Oliif gadi godaata Lama miidhamuu jiilee Onneenkee si sodaata.. Addunyaa jaalalaarraa Xumurattee gadaakee Kophaa jiraachuu feeta Kulkulfataa madaakee!

Erga nan deema jettee Hin deemin siin hin jedhu Kolfaatan si geggeessa Otuman si jaalladhuu Jaalalli kadhaan miti Fedhaan ta'a maleessa Onneetu wal si matee Taraa wal keessummeessa Kanaafuu yaa giiftiikoo Ergati nan barbaannee Deemii narraa fagaadhu Akka natti hin mullanne Namni ati jaallatte Caalee si haa jaallatu Bareedduu si caaltu Anaafis Haa Laatu #Nagaa_tai
✍ Seyfa
@A4mulaa_jireenyaa