Mùĵëĕ mäñ
Open in Telegram
Hin danda'amu yoo jedhan siif osoo hin taane isaaniif akka ta'e yaadadhu.
Show more1 952
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-2030 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
October '24
October '24
+2
in 0 channels
September '24
+2
in 0 channels
Get PRO
August '24
+3
in 0 channels
Get PRO
July '24
+4
in 0 channels
Get PRO
June '24
+2
in 0 channels
Get PRO
May '24
+1
in 0 channels
Get PRO
April '24
+2
in 0 channels
Get PRO
March '24
+1
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '24
+5
in 0 channels
Get PRO
December '23
+8
in 0 channels
Get PRO
November '23
+62
in 0 channels
Get PRO
October '23
+918
in 0 channels
Get PRO
September '230
in 0 channels
Get PRO
August '230
in 0 channels
Get PRO
July '23
+86
in 0 channels
Get PRO
June '23
+62
in 0 channels
Get PRO
May '23
+86
in 0 channels
Get PRO
April '23
+38
in 0 channels
Get PRO
March '23
+69
in 0 channels
Get PRO
February '23
+76
in 0 channels
Get PRO
January '23
+352
in 0 channels
Get PRO
December '22
+226
in 0 channels
Get PRO
November '22
+88
in 0 channels
Get PRO
October '22
+137
in 0 channels
Get PRO
September '22
+184
in 0 channels
Get PRO
August '22
+81
in 0 channels
Get PRO
July '22
+72
in 0 channels
Get PRO
June '22
+72
in 0 channels
Get PRO
May '22
+106
in 0 channels
Get PRO
April '22
+66
in 0 channels
Get PRO
March '22
+131
in 0 channels
Get PRO
February '22
+7
in 0 channels
Get PRO
January '22
+6
in 0 channels
Get PRO
December '21
+11
in 0 channels
Get PRO
November '21
+231
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 October | 0 | |||
| 08 October | 0 | |||
| 07 October | 0 | |||
| 06 October | +2 | |||
| 05 October | 0 | |||
| 04 October | 0 | |||
| 03 October | 0 | |||
| 02 October | 0 | |||
| 01 October | 0 |
Channel Posts
| 2 | Galma ke beektamoo❓❓
Kaayyoo kee beektamoo❓
𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖
Mula'ata Kee bekku hin barbada???
→𝑴𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂 𝒎𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒂𝒏
→𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒋𝒊𝒋𝒋𝒊𝒊𝒓𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒕𝒂'𝒖𝒖
→𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒃𝒃𝒂 𝒂 𝒖𝒖𝒎𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖
→𝑰𝒋𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒕𝒕𝒊𝒊 (𝒄𝒂𝒑𝒂𝒄𝒊𝒕𝒚 𝒃𝒖𝒊𝒍𝒅𝒊𝒏𝒈)
→𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖
Channel keenya Join godhadhaa👇🏻
@muje_oro
@muje_oro
@muje_oro
@muje_oro | 194 |
| 3 | guddinni chanaali kana fi sadarkaan guddina mindaa namoota tokko tokko walfakkaate🤓
maal isiniin jechuu barbaade nu, tokko tokkoon keessan namoota shaniif #link kana #share yoo gootan guddina chanalii kanaf gumaacha guddaa qaba. adaraa🙏🙏
@muje_oro
@muje_oro
@muje_oro
@muje_oro
@muje_oro
@muje_oro
@muje_oro
@muje_oro
@muje_oro
@muje_oro | 256 |
| 4 | Kitaaba Afaan Ingiliffaan''Think and grow rich''jedhamurra wanta ijoo argadhe tokkon isiniif qooda barreessaan kitaaba kanaa
"Nappooliyoon Hill" kan jedhamudha Akkas jedha "Wantonni Yaada Sammuu Namaa Jeeqan Wantota ja'atu jira jedha.
➀Sodaa Hiyyummaa
➁ Sodaa Fayyaa Dhabuu
➂Sodaa Ceephoo
➃Sodaa Dullumaa
➄Sodaa Jaalala Nama Tokkoo Dhabuu fi
➅Sodaa Du'aadha
➪Sodaan hiyyummaa Yaada sammuuti malee, bu'aa inni qabu tokko hin jiru. Samii kanaa gaditti wanti Addunyaa kana bitee jiru yaada,Yaada kan mancaasu immoo meeshaa Summa'aan Sodaadha.
➮Sodaan
-Ofitti amanamummaa ajjeesa.
-Dharraa waan tokko hojjechuuf qabdu hadoocha.
-Kaka'umsa hir'isa.
-Kaayyoo keetti akka hin amanne si godha.
-Of to'achuu akka dhadhabdu si taasisa.
-Gammachuun akka si baqatu godha
-Dandeettii waa yaaduu kee dhadhabsiisa.
-kutannoo kee barbadeessa
-Miira jaalala fi hiriyyummaa dhabamsiisa
☞︎︎︎𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇 𝒔𝒐𝒅𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒇𝒂𝒈𝒂𝒂𝒅𝒉𝒖
Akka kitaabni kun jedhutti
𝘸𝘢𝘯𝘵𝘪 𝘬𝘪𝘵𝘢𝘢𝘣𝘢 𝘬𝘢𝘯𝘢 𝘪𝘳𝘳𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘣𝘢𝘳𝘳𝘦𝘦𝘧𝘧𝘢𝘮𝘦 𝘩𝘶𝘯𝘥𝘪 𝘴𝘪𝘳𝘳𝘪𝘪𝘥𝘩𝘢 𝘫𝘦𝘥𝘩𝘢
𝘒𝘪𝘵𝘢𝘢𝘣𝘯𝘪 𝘬𝘶𝘯 𝘞𝘢𝘨𝘨𝘢𝘢 𝘥𝘪𝘨𝘥𝘢𝘮𝘪𝘪 𝘴𝘩𝘢𝘯 (25) keessatti kan barreeffameedha Argattanii utuu dubbiftanii Natti tola.....
@muje_oro | 246 |
| 5 | Nan danda'a jedhaa!
Kaayyoo guddaadhaaf gara lafa kana dhufte, garuu waan barbaadde hunda galmaan gahuu akka hin dandeenye waan amantuuf akka namoota baay'ee ta'uuf yaalaa jirta. Osoo hamma adurree ol balali'uu dandeessutti maaliif akka hanqaaquutti lafa qaroo?
Dursa waan guddaa galmaan gahuu kan dandeessu yoo waan guddaa yaaduuf bilisa taate. Argitee, jalqaba yaada facaafta, sana booda tarkaanfii fudhatta. Ani hin danda'u jecha jedhu cabsuun waan barbaadde hunda galmaan ga'uuf uumaan akka siif hayyame of amansiisi! Amma nan danda'a ofitti himuudhaan jalqabi!💪
@muje_oro | 1 |
| 6 | Nan danda'a jedhaa!
Kaayyoo guddaadhaaf gara lafa kana dhufte, garuu waan barbaadde hunda galmaan gahuu akka hin dandeenye waan amantuuf akka namoota baay'ee ta'uuf yaalaa jirta. Osoo hamma adurree ol balali'uu dandeessutti maaliif akka hanqaaquutti lafa qaroo?
Dursa waan guddaa galmaan gahuu kan dandeessu yoo waan guddaa yaaduuf bilisa taate. Argitee, jalqaba yaada facaafta, sana booda tarkaanfii fudhatta. Ani hin danda'u jecha jedhu cabsuun waan barbaadde hunda galmaan ga'uuf uumaan akka siif hayyame of amansiisi! Amma nan danda'a ofitti himuudhaan jalqabi!
@mujee_oro | 1 |
| 7 | #Osoo Qarshii 10 Qabaatee #Ijoolleesaa hin dhabu ture!
#Namni seenaa kana dhaga'ee hin boonye hin jiru. Seenichis akkana:
#Nama ijoollee xixiqqoo sadii guddisutu ture. Haati manaa isaa ijoollee sana isatti dhiistee duute. Kanaaf hojii guyyaa hojjetee ijoollee isaa guddisuu itti fufe. Yeroo tokko tokko hojii guyyaa waan dhabuuf baay'ee rakkata.
Otuma kanaan jiruu gaaf tokko hojii dhabee harka duwwaa manatti gale. Ijoolleen isaa agabuu bulan. Guyyaa lammaffaas hojii barbaadee dhabe. Ijoolleen isaa guyyaa lammaffaa agabuu bulan. Galgala sana garuu gaaffii tokko isa gaafatan. “#Abbaa! Boris nyaata hin nyaannuu?” kan jedhu. Abbaanis, “Ijoollee koo bor nyaata ni nyaattu!” jedhee waadaa seeneef. “#Hojiinhoo hin jiruu maaliin nyaata nuuf bitta?” jedhanii deebisanii gaafatan. Hiriyyaa isaa kan isaan beekan maqaa dha'ee, “Abalu irraa qarshii 10 liqeeffadheen isiniif bita. Kanaafuu, bor ni nyaattu!” jedhe. Beelli akka malee itti cimus, abdii abbaan isaanii isaaniif
https://t.me/boost/muje_oro | 195 |
| 8 | Guyyaa jalqabaatti Waaqayyo saree uume. Bara jireenya kee balbala cina turtee eegduu taata; kanaaf umrii ati jiraattu digdama siif kenneera jedhe. Sareenis, "umurii hagas eegumsatti dabarsuun ulfaataadha.Kanaaf kudhan naaf kenni kudhan siifin deebisa jette. Waaqnis tole jedhe.
Lammaffaa irratti Jaldeessa uume. "Akkaataa garaagaraan namoonni kolfanii akka bashannanan goota; kanaaf ammoo waggaa digdama siif kenneera." Jedhe. Jaldeessis, "waggoota hanga kana bashannansiisaa jiraachuun ulfaataadha. Waggoota naaf laatterraa, kudhan deebiseen siif kenna jedhe" Waaqnis itti waliif gale.
Sadaffaa irratti sa'a uumee, "Qotee bulaa waliin lafa dheeraa deemtee lafa qotteefii jiraatta; yeroo dheeraaf aduu keessa joorta; jabbii horta. Dabalataan aannan gumaachaa jiraatta; kanaaf ammoo waggaa jaatama siif kenneera." Jedhe. Sa'is, " Kana hunda gochaa umurii hanga kana jiraachuun ulfaataadha. Kanaaf waggoota naaf laatterraa digdama fudhadheen, afurtama siif deebisa." Jette. Ammas Waaqni tole jedhe.
Arfaffaa irratti nama uumee, "nyaadhuu dhugi; gaa'ela dhaabbadhu; guutummaa jireenya kee gammadii jiraadhu! Kanaaf ammoo waggaa digdama siif kenneera." Jedhe. Namnis, " Maal? Waggootttan deebi'an kan sa'aa 40 kan Jaldeessaa 10 fi kan saree 10 sana naaf dabali!" Jedhe. Waaqnis, nammi waggoottan sana fudhachuu akka danda'u ayyameef.
Sababa waggoottan jalqabaa 20'n keenya ta'eef sanaa, kan nuti nyaannu, rafnuu fi bashannannu; waggoottan afurtamman ammoo maatii keenya gargaaruuf, aduu keessa kan fiignuuf; waggoottan kurnan jaldeessaa akka jaldeessaa taanee, ijoollee ilmaan keenyaa kan taphachiifnuuf; waggoottan 10'n dhumaa ammoo teessuma mana cinaa irra teenyee eegumsaaf kan tajaajilluuf kanaafi!
https://t.me/muje_oro | 205 |
| 9 | HIR-KOO- KUTAA 40 FFAA
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
HIR-KOO HIR-KOO
HIR-KOO HIR-KOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 270 |
| 10 | HIR-KOO- KUTAA 39 FFAA
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
HIR-KOO HIR-KOO
HIR-KOO HIR-KOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 233 |
| 11 | HIR-KOO- KUTAA 37 FFAA
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
HIR-KOO HIR-KOO
HIR-KOO HIR-KOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 208 |
| 12 | HIR-KOO- KUTAA 38 FFAA
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
HIR-KOO HIR-KOO
HIR-KOO HIR-KOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 190 |
| 13 | HIR-KOO- KUTAA 36 FFAA
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
HIR-KOO HIR-KOO
HIR-KOO HIR-KOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 158 |
| 14 | HIR-KOO- KUTAA 35 FFAA
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
HIR-KOO HIR-KOO
HIR-KOO HIR-KOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 158 |
| 15 | HIR-KOO- KUTAA 34 FFAA
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
HIR-KOO HIR-KOO
HIR-KOO HIR-KOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 178 |
| 16 | HIR-KOO- KUTAA 33 FFAA
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
HIR-KOO HIR-KOO
HIR-KOO HIR-KOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 180 |
| 17 | SIMBOO Kutaa 23ffaa
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
SIMBOO
SIMBOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 147 |
| 18 | SIMBOO Kutaa 22ffaa
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
SIMBOO
SIMBOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 162 |
| 19 | SIMBOO Kutaa 21ffaa
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
SIMBOO
SIMBOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 146 |
| 20 | SIMBOO Kutaa 19ffaa
Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana
Join fi share Waliif Godhaa
👇👇👇
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
SIMBOO
SIMBOO
✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 167 |
