en
Feedback

Don't get caught by a cheater! Telemetrio finds and tags such channels 👉 If you want to see the tag, subscribe

ELSAY TECH

ELSAY TECH

Open in Telegram

Exploring Tech, Crypto, & Trading 📈 | App Reviews & Insights 📱 | Join me for the latest trends, tips, and updates!

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel ELSAY TECH

Channel ELSAY TECH (@oromootech) is an active participant. Currently, the community unites 11 501 subscribers, ranking 10 813 in the Technologies & Applications category and 405 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 11 501 subscribers.

According to the latest data from 20 November, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -253 over the last 30 days and by -4 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 6.03%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 1.89% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 694 views. Within the first day, a publication typically gains 217 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 11.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Exploring Tech, Crypto, & Trading 📈 | App Reviews & Insights 📱 | Join me for the latest trends, tips, and updates!”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 21 November, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

11 501
Subscribers
-424 hours
-527 days
-25330 days
Posts Archive
✔️kanan dura isinitti himee ture account mobile banking keessan Nathional ID keessan faana connect godhaa jedhee ✔️So namooti
✔️kanan dura isinitti himee ture account mobile banking keessan Nathional ID keessan faana connect godhaa jedhee ✔️So namooti mobile bank keessan akka suuraa olii jiru irratti argamu kana isin jela tahe link gadii jirun bank account keessan Nathional ID keessani wajjin connect godhaa 🔗Link ➡️https://cbefayda.cbe.com.et/ 📱 @Eslay Tech
20 Nov, 08:46

📹 Video isinif qopheesseera haala kanan WhatsApp keessani wajjin connect godhaa ✔️Yeroo connect gootan lakkofsa bilbila ittin connect gootan check gochun app WhatsApp keessan banuu hin dagatiinaa
⚠️ WhatsApp itti fayyadamtanitti utuu connect hin gootan ta'ee bareedadha 2nd account keessani wajjin connect godhaa
🔗START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
💡Akkata hojii isaa ⬇️ ✅Account create gochun birrii 50 isinif kenna jalqabuma ✅Task isaa hojjechun WhatsApp keessan connect gochun guyyattii birrii 100- 300 hojjechuu dandeessu account lama sadin yoo hojjettanimmoo fagoodhaqa 😉 ✅Nama tokko invite gochun birrii 50 isinif kenna (namni isin invite gootan sun WhatsApp connect gochuu qaba )
📱@Elsay Tech
19 Nov, 11:33

✔️Guys active kan tahe qofa bita ✅Namni channel koo active dha jettu qofti keessan na dubbisi @Eyob_Degefe
19 Nov, 03:47

✔️WhatsApp keessanii wajjin connect gochuu hin dagatiinaa guys ✔️Akkatan isaa yoo isin rakkise video isinifan qopheessa ✅STAR
✔️WhatsApp keessanii wajjin connect gochuu hin dagatiinaa guys ✔️Akkatan isaa yoo isin rakkise video isinifan qopheessa ✅START LINK ➡️https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
17 Nov, 13:15

✔️Guys active kan tahe qofa bita ✅Namni channel koo active dha jettu qofti keessan na dubbisi @Eyob_Degefe
17 Nov, 11:34

✅Proof ✅Yaalif 125 withdraw godhe 25 birr fee ture 100 naaf erganiiru ✔️Platform kun kan nama dhunfadha dha maqaa irraa birri
+1
✅Proof ✅Yaalif 125 withdraw godhe 25 birr fee ture 100 naaf erganiiru ✔️Platform kun kan nama dhunfadha dha maqaa irraa birrii naf dhufe arguu dandeessu so dafaa itti fayyadamaa
💡Akkata hojii isaa ⬇️ ✅Account account Register gootanin birrii 50 isinf kenna ✅Task isaa sa'ati ja'a ja'an birrii 100 - 300 isinf kenna WhatsApp connect gochun ✅Nama tokko qofa referal link keessanin birrii 50 isinif kenna kanuma
✅START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
17 Nov, 03:45

✈️Telegram channel namooti gurgurachu barbaaddan keessan na dubbisaa ✔️Channel Active ta'u qaba 📌 📞0931253708 ✉Asiin na dub
✈️Telegram channel namooti gurgurachu barbaaddan keessan na dubbisaa ✔️Channel Active ta'u qaba 📌 📞0931253708 ✉Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe
17 Nov, 03:04

✔️Task isaa kana hojjechun guyyatti haga birrii 100 - 300 hojjechuu dandeessu ✔️Step isaa photo irraa ilaalaa screen shot isi
+3
✔️Task isaa kana hojjechun guyyatti haga birrii 100 - 300 hojjechuu dandeessu ✔️Step isaa photo irraa ilaalaa screen shot isinif kaa'ee jira ✔️WhatsApp keessanii wajjin connect gootu ✔️Utuu namni itti baayyatin dafaa jalqabaa START LINK ➡️ https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094
17 Nov, 00:49

✔️Aidrop haaraa dhufe kanatti fayyadamaa 💸Nama 1 affeeruun Birrii 50 argattu 🚑 Osoo namni hin baayyatiin dafaa eegalaa 🔗 E
✔️Aidrop haaraa dhufe kanatti fayyadamaa 💸Nama 1 affeeruun Birrii 50 argattu 🚑 Osoo namni hin baayyatiin dafaa eegalaa 🔗 Eegaluuf 👉 https://www.mubgoo.com/home?invite_code=220094 ❤ @Elsay Tech
17 Nov, 00:12

💡Data Roaming jechuun maal jechuudha⁉️ ✔️ Sababa hojii ykn dhimma biraatiin biyya keenya keessaa gara biyya biraatti yoo ima
💡Data Roaming jechuun maal jechuudha⁉️ ✔️ Sababa hojii ykn dhimma biraatiin biyya keenya keessaa gara biyya biraatti yoo imalle, SIM Ethio Telecom keenya biyya deemne keessatti fayyadamuu yoo barbaanne, Data Roaming fayyadamuu dandeenya. ✔️Data Roaming jechuun SIM keenya network dhaabbata telekoomii biyya biraatiin hojjetu waliin walqabsiisuun interneetii bilbilaa (Mobile Data) akka fayyadamnu kan dandeessisu dha. ✅Akkasumas, International Roaming fayyadamuun bilbila bilbiluu fi bilbila fudhachuu ni dandeenya. ✔️ Yoo fayyadamaa SIM Ethio Telecom taatan, tajaajilli International Roaming biyyoota gara 159 ta’an keessatti ni jira. ✔️Tajaajila kana fayyadamuuf: 1. Bilbila keessan irratti Data Roaming ON godhaa. 2. Sana booda karaa Telebirr SuperApp tajaajila kana argachuu dandeessu. ☺️Yoo odeeffannoon kun isin fayyade, namoota birof qoodaa 🔥❤️ 👍 📱 @Elsay Tech
15 Nov, 01:43

😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️ ✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤
😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️ ✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤 ✔️Copy right kan hin qabne © ✔️Warning kan hin qabne ⚠️ ✔️Account sun active ta'u qaba🔔
✉️Namooti kanan dura na dubbistanii messenge isinif hin deebisin jiru irra deebiaa na dubbisaa 🙏
😎Ulaagaa kana kan guuttan amma keessan na dubbisaa 😎Dm @Eyob_Degefe 📞0931253708
12 Nov, 12:01

🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf! ✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya
🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf! ✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya kana gadhiifame bilbila keessan irratti hin fe’inaa. ✔️Fayyadamtoonni tokko tokko haaromsa kana erga fe’anii booda bilbila isaanii Restart yeroo godhan, bilbilli sun irra deddeebi’ee ofumaan banuu fi cufamuu (Boot Loop) keessa akka seenu gabaasaa jiru. ✔️Kanaafuu, hanga rakkoon kun karaa ofiisaa mirkanaa’ee furmaanni isaa dhiyaatutti, haaromsa kana fe’uu irraa of qusadhaa. 📍 Haaromsi kun eessatti argama? ✔️Bilbila keessan irratti karaa kana hordofaa: 📍 Settings → Security and Privacy → Updates → Google Play System Update ⚠️ Odeeffannoo kana fayyadamtoota Android biroo waliin qooduun akka of eeggatan gargaaraa! 📱@Elsay Tech
11 Nov, 04:15

🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 30k ✅like 150k 🔥Account active dha ✔️ 🔣Gatii ➡️DM 📞0931253708 📥Namoot
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 30k ✅like 150k 🔥Account active dha ✔️ 🔣Gatii ➡️DM 📞0931253708 📥Namooti bitachuu barbaaddan keessan na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe
10 Nov, 09:34

Repost from ELA FX
Big news CPI ❤️‍🔥 🚨High impact news on FX stay safe 🕓10:30 [Local Time] amma 📈 ELA FX
Big news CPI ❤️‍🔥 🚨High impact news on FX stay safe 🕓10:30 [Local Time] amma 📈 ELA FX
10 Nov, 07:42

✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu? ✅ T
✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu? ✅ The Principle of Least Privilege (Seera Hayyama Xiqqaa Kennuu). ✔️ Kana jechuun, software tokko hojii isaa raawwachuuf hayyama isa barbaachisu qofa argachuu qaba jechuudha. ➡️ App tokko hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne yoo isin gaafate, odeeffannoo dhuunfaa keessan saaxiluu, hordoffii (Spying) fi gowwoomsaa (Fraud) irratti isin saaxiluu danda’a. 😄 Fakkeenyaaf: 🔗 Appii Calculator (Lakkoofsa Shallaguu) tokko hayyama Contact (Lakkoofsa Bilbilaa) yookaan Location (Bakka Jirtan) yoo isin gaafate, shakkii qabaachuu qabdu. 🔥 Sababni isaas, Calculator tokko lakkoofsa ida’uuf lakkoofsa bilbilaa keessan yookaan bakka isin jirtan beekuun isa hin barbaachisu. ✔️ Kanaafuu, Appii tokko osoo hin buufatin hayyama inni gaafatu sirriitti ilaalaa. Hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne hin kenninaa. ✔️ Yoo isin fayyade, 👍 Like godhaa! 📱 @Elsay_Tech
06 Nov, 00:15

🚨 koriyaan Kaabaa Binance hack Goote... CNN akka gabaasetti, haleellaa saayibarii doolaara biiliyoona $5.6 Binance irratti r
+1
🚨 koriyaan Kaabaa Binance hack Goote... CNN akka gabaasetti, haleellaa saayibarii doolaara biiliyoona $5.6 Binance irratti raawwatameef kooriyaan Kaabaa itti gaafatamummaa qabdi. 📱@Elsay Tech
30 Oct, 04:18

🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa 📱 TIKTOK ACCOUNT 🌐 FACEBOOK ACCOUNT 📱 Y
🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa 📱 TIKTOK ACCOUNT 🌐 FACEBOOK ACCOUNT 📱 YOUTUBE 🌐TELEGRAM CHANNEL ➕Akkasumas 🎁Telegram Gift garaagaraa 💰Coin TIKTOK 💻 ☑️Telegram Premium 🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵 ✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa 📞0931253708 Dm⬇️ 📧 @Eyob_Degefe
27 Oct, 04:46

Hi guys akkam jirtu ✅Haala badhaasa keenyaa ilaalchisee haga ammaa namoota nuti yaadne hin guutin jira sababa tahef yeroo namni guutuu isin beeksifna namooti karaa inbox nu gaafattani nu hubattan galatoomaa ✅Odeeffannoo Tech walitti deebina
27 Oct, 04:37
27 Oct, ~04:42

Repost from ELA FX
Badhaasa ilaalchisee gaaffii keessaniif deebii ⁉️
24 Oct, 10:12

✅Namoota 3 qofatatu active tahe yookin deposit godhee trade godhe ✔️So namoota badhaafaman 10 kan ture 5 goona jennee yaadne
✅Namoota 3 qofatatu active tahe yookin deposit godhee trade godhe ✔️So namoota badhaafaman 10 kan ture 5 goona jennee yaadne 1️⃣ 2000 birr 2️⃣ 2000 birr 💘 2000 birr 🍐 2000 birr 5️⃣ 2000 birr ✔️Namooti account verify gootanii jirtan nama 26 dha so hundi keessan keessan na dubbisaa guid isin gochuu dandahaa step 1 qofatu isin hafe sababa taheef ✉ @Eyob_Degefe
23 Oct, 12:37