uk
Feedback
ELSAY TECH

ELSAY TECH

Відкрити в Telegram

Exploring Tech, Crypto, & Trading 📈 | App Reviews & Insights 📱 | Join me for the latest trends, tips, and updates!

Показати більше

📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу ELSAY TECH

Канал ELSAY TECH (@oromootech) є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 12 084 підписників, посідаючи 9 998 місце в категорії Технології та додатки та 373 місце у регіоні Фінляндія.

📊 Показники аудиторії та динаміка

З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 12 084 підписників.

За останніми даними від 14 вересня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на -298, а за останні 24 години на -24, загальне охоплення залишається високим.

  • Статус верифікації: Не верифікований
  • Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 6.53%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 1.79% реакцій від загальної кількості підписників.
  • Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 790 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 217 переглядів.
  • Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 7.

📝 Опис та контентна політика

Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
Exploring Tech, Crypto, & Trading 📈 | App Reviews & Insights 📱 | Join me for the latest trends, tips, and updates!

Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 15 вересня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Технології та додатки.

12 084
Підписники
-2424 години
-777 днів
-29830 днів
Архів дописів
✔️ Wanti kun akkuma ATF dha reefu jalqaba waan ta'eef dafaa eegalaa ✔️ Haga ammaatti withdraw hin goone dhugaa kaffaluu isaa
✔️ Wanti kun akkuma ATF dha reefu jalqaba waan ta'eef dafaa eegalaa ✔️ Haga ammaatti withdraw hin goone dhugaa kaffaluu isaa check godheen isin beeksisa ✔️ Hagasitti mine gochuu eegalaa 👛Wallet connect gochuuf address usdt (ton) keessai copy gochun bakka isin gaafatatti pest gochun connect gochuu dandeessuu 🔗Eegaluuf 👉 https://t.me/ART_AIRDROP_BOT?start=5687742481 📱@Eyob_Tech

💸Dolara gatii madaalawwan namooti bitachuu barbaaddan amma keessan na dubbisaa ⬇️⬇️ 📥@Eyob_Degefe
💸Dolara gatii madaalawwan namooti bitachuu barbaaddan amma keessan na dubbisaa ⬇️⬇️ 📥@Eyob_Degefe

🎉🥳Baga bara haaraa 2018 nagaan geessan!🥳 🌼Barri kun kan nagaa, Kan Milkaa'inaa,kan jaalalaa isiniif haa ta'u ‼️ Ayyaana g
🎉🥳Baga bara haaraa 2018 nagaan geessan!🥳 🌼Barri kun kan nagaa, Kan Milkaa'inaa,kan jaalalaa isiniif haa ta'u ‼️ Ayyaana gaarii ‼️ ✉️@Elsay Tech

Guys akkam jirtu 👋 ⚠️Namooti airdrop ATF kana hojjechaa jirtan of eeggannoo godhaa ⚠️Coin atf trust coin hin tahin jira sababa tahef yeroo yeroon withdraw godhaati dolaratti jijjiirradhaa ⚠️Booda gatiisaa gadi buusanii harka qullaa nu gashu danda'u sababa taheef 😁 ✔️Guyyaa gaarii ✌️ 📱@Elsay_Tech

✔️Guys akkam gootani hojjechaa jirtu mitii ATF airdrop ? ✔️Jabaadhaa summer kana minium dolara 50 gadi hojjechuu hin qabdan �
✔️Guys akkam gootani hojjechaa jirtu mitii ATF airdrop ? ✔️Jabaadhaa summer kana minium dolara 50 gadi hojjechuu hin qabdan 😁 ✔️Namni ammayyuu hin eegalle ammayyuu yeroo qabda jalqabi ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481
Akkatan hojii isaa ... 1. Wallet connect gochuu 2. Mining isaa Start gochun yeroo yeron seentanii claim gochuu 3.Task isaa hojjechuu akkasumas invite link keessan nama affeerun ATF coin walitti qabachuu 4.yeroo ATF coin keessa 500 gahu withdraw gochuu dandeessu
✈️@Eyob_Tech

🛒Tiktok account followers gurguddaa kan hojiif barbaada turtan kunoo ☑️ 💛Followers ➡️158.3k 🔥 👍like ➡️1.1M 🔥 🔣Gatii isa
🛒Tiktok account followers gurguddaa kan hojiif barbaada turtan kunoo ☑️ 💛Followers ➡️158.3k 🔥 👍like ➡️1.1M 🔥 🔣Gatii isaa madalawwadha keessan na dubbisaa yookin naaf bilbilaa 📞0931253708 📥 @Eyob_Degefe

👊Hawwii guddaadhaan kan eeggama turee MMA fight injifannoo Jonnittin xummurame. ✔️Seedoon sekondoota muraasa kessatti harka
+1
👊Hawwii guddaadhaan kan eeggama turee MMA fight injifannoo Jonnittin xummurame. ✔️Seedoon sekondoota muraasa kessatti harka jonnii galuudhaan mo'ameera👊 📱@Elsay Tech

✔️Guys airdrop kun multiple account hin dhorku kanaafuu telegram account baayyee namooti qabdan itti fayyadamaa ✔️Namni hin eegalle yoo jiraate link kanan eegalaa ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481 ✔️Namooti eegaltani jirtanimmoo wallet connect gochu hin dagatiinaa akkasumas yeroo yeroon farm achirra jiru claim gochuu hin dagatiinaa ✔️Comment jelatti link waliif ergaa walif start godhaa

👋Guys airdrop ani kaleessa isinif post godhe maalirra geessaniittu ? 🤑Airdrop salphaafii maallaqa bareedaa kaffalu ! ✔️Baay
+2
👋Guys airdrop ani kaleessa isinif post godhe maalirra geessaniittu ?
🤑Airdrop salphaafii maallaqa bareedaa kaffalu !
✔️Baayyee keessan hojjecha jirtu jabaadha namooti kaanimmoo wallet connect hin goone wallet keessan Tonkeeper'tti yookin telegram wallet'tti connect godhaa 💸 300 ATF = $1🏦 ✔️Farm achirra jiru sahati sahatitti claim gochuu hin dagatiinaa ✔️Akkasumas nama tokko qofa invite link dhan ATF 100 argattu 💛Namooti hin jalqabin jirtan link kanan jalqabaa ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481 👛Wallet connect hin gochuu hin dagatiinaa 📱@Elsay Tech

🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru ✅Followers 17k ✅Language Afaan Oromoo 🟧Gatin isaa baayyee gadi buhaadha ✔️Gatii xiq
🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru Followers 17k Language Afaan Oromoo
🟧Gatin isaa baayyee gadi buhaadha ✔️Gatii xiqqoodhan namooti barbaadaa turtan kun isin hin darbin
✔️Page kana bitachu kan barbaaddan keessan amma na dubbisaa yookin naaf bilbilaa 📞0931253708 📥Dm➡️ @Eyob_Degefe

🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru ✅Followers 17k ✅Language Afaan Oromoo 🟧Gatin isaa baayyee gadi buhaadha ✔️Gatii xiq
🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru ✅Followers 17k ✅Language Afaan Oromoo
🟧Gatin isaa baayyee gadi buhaadha ✔️Gatii xiqqoodhan namooti barbaadaa turtan kun isin hin darbin
✔️Page kana bitachu kan barbaaddan keessan amma na dubbisaa yookin naaf bilbilaa 📞0931253708 📥Dm➡️ @Eyob_Degefe

✔️Airdrop ammatti fooyyee qaba jedhee an yaadu kana hojjedha ✔️Mood isaa akkuma airdrop kanan dura darbanii Tap Tap kan qabu
✔️Airdrop ammatti fooyyee qaba jedhee an yaadu kana hojjedha ✔️Mood isaa akkuma airdrop kanan dura darbanii Tap Tap kan qabu dha ✔️Dabalan ammoo link keessan nama affeerun ATF coin sassabbachuu dandeessu ✔️Nama 5 yoo invite gootan ATF 500 akkas jechun tilmaaman dolara 1 jechuudha ✔️Link kanan seenaa ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481 📱@Eyob_Tech

📣Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu bekkameera 🕓Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudha
📣Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu bekkameera 🕓Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhattan hundi, har'a galgala sa'aatii 1:00 irraa eegaltanii qabxii keessan ofiin ilaallachuu akka dandeessan isin beeksifna. ✔️Har'a sa'aa booda ykn boru ganama irraa kaasuun barattoonni kutaa 12ffaa bu'aa qormaata isaanii akka ilaalan ni taasifama. ✔️Qabxiin yemmuu gadi lakkifamu qabxii keessan karaawwan armaan gadiidhaan ilaluu ni dandeessu:-👇👇 1. https://result.eaes.et 2. https://result.neaea.gov.et               3. https://t.me/eaesbot 4.   SMA ➡️    6284 Hiriyoota keessanif share godhaa 🫶Result gaarii isinif haa tahu ✈️@Eyob_Tech

🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru ✅Followers 17k ✅Language Afaan Oromoo 🟧Gatin isaa madalawwadha ✔️Namooti page kana
🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru Followers 17k Language Afaan Oromoo 🟧Gatin isaa madalawwadha ✔️Namooti page kana bitachu barbaaddan keessan na dubbisaa yookin naaf bilbilaa 📞0931253708 📥Dm➡️ @Eyob_Degefe

📣Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e! ✅Ministirri Barnootaa Piroof
📣Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e! Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa dabalataa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadhiifamu ta'uu beeksisaniiru. Link ittin ilaallattan akkuma MoE qabxii gadi dhiisetti isinif maxxansa Adeemsa simannaa barattoota haaraa ilaalchisees, jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis saffisaan waamicha barattootaa akka taasisan qophiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru. Tarkaanfiin saffisaa kun kan barbaadameefis, sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 (A.L.I) akkaataa karoorfameen Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf hojjetamaa jiraachuu piroofeesarichi hubachiisaniiru. Hunda keessanif result Gaarii isinif haa ta'u ‼️ 📱@Eyob_Tech

🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa 📱 TIKTOK ACCOUNT 🌐 FACEBOOK ACCOUNT 📱 Y
🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa 📱 TIKTOK ACCOUNT 🌐 FACEBOOK ACCOUNT 📱 YOUTUBE 🌐TELEGRAM CHANNEL 😎 TELEGRAM OLD GROUP 2019 - 2016 Akkasumas 🎁Telegram Gift garaagaraa 💰Coin TIKTOK 💻 ☑️Telegram Premium 🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵 ✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa 📞0931253708 Dm⬇️ 📧 @Eyob_Degefe

Hi family akkam jirtu 🫡 ✅️Kanan dura kan isin beeksisnee turre 'VIP ROOM' keenyatti dabalamuf gargaarsa namaatin add kan itt
+1
Hi family akkam jirtu 🫡 ✅️Kanan dura kan isin beeksisnee turre 'VIP ROOM' keenyatti dabalamuf gargaarsa namaatin add kan itti ta'aa turtan amma ofiima keessanii process jiru xumurun add itti of gochuu dandeessu ✅️Kunis kan tahu karaa bot telegram yookin website gadii jiru kananidha 📌 @ElaFx_bot 📌 11.yerase.com ✅️Bot kana yookin website kana ofiima keenya kan create goonedha sababa ta'eef yaaddoo tokko isinitti hin dhaga'amin ✅️Process isaa yoo isin rakkise yeroo itti aanu video qopheesse isinif maxxansa ✅️ Contact support (gargaaraa) DM ➡️ @Eyob_Degefe 🌐 ELA FX

Gaban crypto guyyaa har'aa kana fakkaata 🟢 🌎 @Elsay Tech
Gaban crypto guyyaa har'aa kana fakkaata 🟢 🌎 @Elsay Tech

🔥Youtube account gurgurataf dhihaate jiru ✅️ Subscribe 4.96k ✅️ Watch hours 2296 💲Gatiinsaa madalawwadha 📞 0931253708 📥 D
+1
🔥Youtube account gurgurataf dhihaate jiru ✅️ Subscribe 4.96k ✅️ Watch hours 2296 💲Gatiinsaa madalawwadha 📞 0931253708 📥 Dm @Eyob_Inbox

✅️ Youtube account namooti gurgurachu barbaaddani ulaagaa gadii jiru kannen guuttan keessan na dubbisa nan bitaa 👨‍👧 Subscr
✅️ Youtube account namooti gurgurachu barbaaddani ulaagaa gadii jiru kannen guuttan keessan na dubbisa nan bitaa 👨‍👧 Subscribe 4k ⌚️ Watch hours 1k ©️Copyright 🚫 🔥New account 2025 , 2024 , 2023 ta'u qaba (Active) 📥 Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Inbox