en
Feedback
Dhaamsa Gaarii

Dhaamsa Gaarii

Open in Telegram

Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
1 801
Subscribers
-224 hours
+127 days
+22230 days
Posts Archive
📚 Kutaa Jahaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/ViOke2uQGF0?si=OeSSQ3RqdT1ijrkD

السَّلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ Rasuulli ﷺ ni Jedhan: وَاللَّهُ فِي عَوْنِ الْعَبْدِ مَا كَانَ الْعَبْدُ فِي عَوْنِ أَخِيهِ "Gabrichi obboleessa isaa gargaaruu keessatti yeroo jiru, Rabbiinis isa gargaaraa jira." Hundi keessanu Channeloota keenya hordofuuf button armaan gadii tuqaa.

photo content

photo content

Repost from Dhaamsa Gaarii
Yeroon darsii Mukhtasara Hilyatu Talibl ilm 3ffaan geeysee seenaa baarakallaahu fiikum https://t.me/Dhaamsa_Gaarii?livestream=d29c1d44b7b9088889

Yeroon darsii Mukhtasara Hilyatu Talibl ilm 3ffaan geeysee seenaa baarakallaahu fiikum https://t.me/Dhaamsa_Gaarii?livestream=d29c1d44b7b9088889

photo content

Yeroon darsii Mukhtasara Hilyatu Talibl ilm 3ffaan Sa'ati 2:30 irratti ni eegalla iznnii Rabbiitin share waliif godhaa seenaa baarakallaahu fiikum https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Gaafii 4 Baay'inni boqonnaawwan makkatti bu'anii meeqa?? deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

السَّلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ Rasuulli ﷺ ni Jedhan: وَاللَّهُ فِي عَوْنِ الْعَبْدِ مَا كَانَ الْعَبْدُ فِي عَوْنِ أَخِيهِ "Gabrichi obboleessa isaa gargaaruu keessatti yeroo jiru, Rabbiinis isa gargaaraa jira." Hundi keessanu Channeloota keenya hordofuuf button armaan gadii tuqa.

2. Sadarkaa jaalalaa keessatti namni gammachuu keetin gammadu, naasu keetin nahu, kan duniyaa ofiitinilleen si bitu, kan lubbuu ofiitinille si bitu maal jedhama?
Anonymous voting

1. Sadarkaan jaalalaa arba biratti meeqa?
Anonymous voting

Gaafii 3 Diinii isaanii irraa kan namootni jalqaba irratti/gadi lakkisan/maali?? deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Gaafii 2 Namichi nabii ibraahiimiin rabbii isaa(ilaalchisee) isa morme eenyu?? deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Gaafii 1 Loltootni nabii suleymaan (AS) maal maal irraay kan walitti gurmaa'an??? deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

السَّلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ Rasuulli ﷺ ni Jedhan: وَاللَّهُ فِي عَوْنِ الْعَبْدِ مَا كَانَ الْعَبْدُ فِي عَوْنِ أَخِيهِ "Gabrichi obboleessa isaa gargaaruu keessatti yeroo jiru, Rabbiinis isa gargaaraa jira." Hundi keessanu Channeloota keenya hordofuuf button armaan gadii tuqa.

Assalaamu alaykum 👋 Baga bot keenya dhuftan. Channel keenya hordofuuf button armaan gadii cuqaasi 👇

4_5998843541730631048.mp39.57 MB

Kutaa Shanaffaa- Hadith Sim 1ffaa.pdf1.44 MB

📚 Kutaa Shanaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/V8iNZapcbQg?si=ko7sZhpWQONSvmzt