Dhaamsa Gaarii
Open in Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 801
Subscribers
-224 hours
+127 days
+22230 days
Posts Archive
1 800
﷽
اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم
✨Muslima jechuun nama muslimoonni Afaanii Fi harka isaatirraa Arraba isanitirran nagya bahani...!!!
❤️ muhammadﷺ❤️
👆Ati muslimaa ?!
Namoonnni afaan keetii Fi Arraba ketifi harka kee irraa nagya bahaa jiruu.?!
Dhaamsi gaariin Channel keessani #share waliif Godha obboleeyyan keessanis #join godhanii irraa haa fayyadamanii👇👇👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
1. Ahlus-Sunnah wal-Jamaa'ah keessatti madda jalqabaa Aqiidaa maali?
1 800
Gaaffi fi deebii keenya eegaluudhafii share godhaa obboleewwan keessan Akka irraa fayyadaman taasisa👇👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Nabiyyiin ﷺ ni jedhu:
أَحَبُّ النَّاسِ إِلَى اللَّهِ أَنْفَعُهُمْ لِلنَّاسِ
"Namoota Rabbitti irra jaallataman keessaa, kan namootaaf irra bu'aa qabeessa ta'eedha."al-Muʿjam al-Awsaṭ; Albaaniin hadiisa kana Sahiih jechuun mirkaneesse (Silsilat al-Ahaadiith as-Sahiihah, lakk. 906).
Muslimni hanga danda'etti namoota gargaaruu, rakkoo isaanii hiikuu fi tola ooluun Rabbii biratti hojii guddaadhaNabiyyiin ﷺ ni jedhu:
وَاللَّهُ فِي عَوْنِ الْعَبْدِ مَا كَانَ الْعَبْدُ فِي عَوْنِ أَخِيهِ
"Gabrichi obboleessa isaa gargaaruu keessatti yeroo jiru, Rabbiinis isa gargaaraa jira."Madda: Sahih Muslim, Hadiisa Lakkoofsa 2699. Namni obboleessa Islaamaa gargaare, Rabbiin gargaarsa Isaa isaaf kenna. Kanaaf yaa Obboleeyyan namoonni haallii barnoota isin dhibee, akkasumas akkatan galmee isin rakkisee fi profile Akkaadaami Afriikaa hojechifachuu feetan isin naan gargaara rabbiif jecha. Hubachiisa:- Gargaarsa barnootan wal qabatu fi profile kamuu irrattii kafalttin hin gaafatamu. Keessan nu dubbisaa 👇👇👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Islaama jechuufi Muslima Jechuun Gargarumman isaa maalidha?
Deebii keessan Comment jalattii Nuuf Barreessaa.👇👇👇👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Namnii yeroo Jalqabaatif Quraana Haffaze eenyuu?
Deebii keessan Comment jalattii Nuuf Barreessaa.👇👇👇👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
📚 Kutaa Afuraffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo
🔗 https://youtu.be/yPLFXFNhx9A?si=L1V__XveVwWwJNfq
1 800
Gaafii 2
ilbiisni nabii suleymaanin (AS) dubbiste tami??
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Gaafii 1
Haati wareegamtoota/shuhadaa'a/ afurii eenyu??
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
