Dhaamsa Gaarii
Open in Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 803
Subscribers
-324 hours
+207 days
+24030 days
Number of Posts
Data loading in progress...
Reactions
Comments
Telegram Stars
TOP posts by
Data loading in progress...
Publication analysis
Posts | Views dynamics | |||||
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam?livestream | 447 | 0 | 0 | 0 | Loading... | |
Barumsii eegaleera warroonnii hanga yoona kaffalttanii channel VIP Barnoota hin seenin dafaa seenaa barumsa dhaqqabadhaa!
@SuufiyaanBJICS | 798 | 2 | 3 | 8 | Loading... | |
Galmeen Barnoota AI, Telegram Channel Fi Telegram Bot kan video Editing, photo Editing fi barnoota hedduu hammatee ammas akkuma itti fufettii Jira.
Ammuma galmaahudhan addunyaa Teeknooloojiititti makaama.
Galmeedhaaf asin nu qunnama
π @SuufiyaanBJICS | 1 021 | 6 | 0 | 7 | Loading... | |
π QOPHIIN GALMEE BARNOOTA VIP AMMAS BANAADHA! π
Addunyaan gara teeknoolojii AI fi Botii itti fayyadamutti saffisaan ce'aa jirti. Ati immoo dandeettii ammayyaa kana barachuuf qophiidhaa?
π IBSI GALMEE FI BARNOOTAA
β 1οΈβ£ MODULE A: AI MASTERCLASS β
β β’ Suuraa fi viidiyoo qulqullina ol-aanaa AI'n uumuu β
β β’ Tools & Websites AI kanneen hojii saffisiisan β
β β’ Iccitii fi eeggannoowwan fayyadama AI
β 2οΈβ£ MODULE B: TELEGRAM BUSINESS
β β’ Chaanaalii Telegram haala ogummaan uumuu β
β β’ Tooftaalee ammayyaa chaanaalii irraa galii uuman β
ββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββ€
β 3οΈβ£ MODULE C: BOT AUTOMATION β
β β’ Botii Telegram uumuu fi hojiitti hiikuu β
β β’ Botii fi AI walitti hidhuudhaan hojjechiisuu β
β β’ Botii mataa keessanii qindeessuu β
ββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββ
π Beekumsa jalqabaa hin barbaachisu β Hundumaa bu'ura irraa barattu!
π² HAR'UMA GALMAA'UUN BAKKA KEESSAN QABADHAA:
π Telegram Admin: @SuufiyaanBJICS | 695 | 0 | 0 | 5 | Loading... | |
π₯ GALMEEN BARNOOTA TEEKNOOLOOJII BANAMEERA! β‘οΈ
βββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββ
Osoo namni hundi teeknoolojii AI'n gara fuulduraatti tarkaanfatuu ati eessa jirtu? Har'ama galmaa'uun dandeettii kee sadarkaa ol-aanaatti ceesisi!
π― BARNOOTA KANARRAA MAAL ARGATTU?
β
AI Editing: Suuraa/Viidiyoo uumuu & Fayyadama AI sirrii.
β
Telegram Earning: Channel uumuu & Tooftaalee galii Argachuu.
β
Bot Automation: Botii Telegram uumuu, AI waliin walitti hidhuu fi hojjechiisuu.
π BARNOOTNI KEENYA MAALIF ADDA TA'A?
β Haala salphaa fi ammayyaawaan barsiifama.
β Hojii irra oolchuu kan dandeessan dandeettii qabatamaadha.
β Namoota jalqabaafis ta'e kanneen beekumsa qabaniif mijata.
βββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββ
β° Bakki galmee murtaa'aadha β Yeroo osoo hin dabalatin galmaa'aa!
π© GALMAA'UUF AMMUMA TUQI:
π Admin Qunnamuuf: @SuufiyaanBJICS | 736 | 8 | 3 | 6 | Loading... | |
Linkii Qormaataa!! π
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98
π Qajeelfama Qormaataa
π Yeroo Qormaataa
Qormaanni torbee lammaffaa Koorsii Tarbiyaa banameera.
Qormaanni kun Dilbata, 06/09/2026 ykn 01/13/2018 sa'aatii 1:00 galgala ni cufama.
1οΈβ£ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
π Qormaata Torbee lammaffaa kana keessaatti gaafii 10tu argama.
Gaaffiin tokko qabxii 1n madaalama.
Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama.
π« Seera Qormaataa
Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha.
β² Hubachiisa
π Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni xumuramu qofa ifooma.
π Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa.
π @AfricaacademyOromo | 679 | 0 | 0 | 0 | Loading... | |
π₯ GALMEEN BARNOOTA TEEKNOOLOOJII BANAMEERA! β‘οΈ
βββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββ
Osoo namni hundi teeknoolojii AI'n gara fuulduraatti tarkaanfatuu ati eessa jirtu? Har'ama galmaa'uun dandeettii kee sadarkaa ol-aanaatti ceesisi!
π― BARNOOTA KANARRAA MAAL ARGATTU?
β
AI Editing: Suuraa/Viidiyoo uumuu & Fayyadama AI sirrii.
β
Telegram Earning: Channel uumuu & Tooftaalee galii Argachuu.
β
Bot Automation: Botii Telegram uumuu, AI waliin walitti hidhuu fi hojjechiisuu.
π BARNOOTNI KEENYA MAALIF ADDA TA'A?
β Haala salphaa fi ammayyaawaan barsiifama.
β Hojii irra oolchuu kan dandeessan dandeettii qabatamaadha.
β Namoota jalqabaafis ta'e kanneen beekumsa qabaniif mijata.
βββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββ
β° Bakki galmee murtaa'aadha β Yeroo osoo hin dabalatin galmaa'aa!
π© GALMAA'UUF AMMUMA TUQI:
π Admin Qunnamuuf: @SuufiyaanBJICS | 28 | 1 | 0 | 0 | Loading... | |
"Namoonni tokko tokko waan ati taΚΌuu dandeessu waan sodaataniif gonkumaa si hin deeggaran." Kunii dhugaadha.
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii | 694 | 1 | 0 | 6 | Loading... | |
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
π Qaama Dhiqachuu
π Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
π Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
πΆ Yoo danda'ame miilaan deemuu.
π Suura Al-Kahfi dubbisuu.
π€² Nabiyyii Muhammad ο·Ί irratti salawaata baay'isuu.
πΏ Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
π Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
π Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
β° Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
π Qur'aana baay'inaan qara'uu.
π° Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 718 | 0 | 0 | 6 | Loading... | |
Galmeen Barnoota Teknolojii AI, Telegram Channel Fi Telegram Bot itti fufee jiraa namoonni galmaahu feetan keessan na dubbisaa.πππππ
@SuufiyaanBJICS
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii | 731 | 1 | 4 | 2 | Loading... | |
Hayyoota qeequun (jechaan tuquun) karaa uummataa keessaa fi safuu badaa dha. | 744 | 0 | 4 | 16 | Loading... | |
Kanneen armaan gadii keessaa, miidhaa mirga hayyootaa ykn beektootaa guutuu dhiisuun fidu kan hin taane kami? | 736 | 2 | 3 | 10 | Loading... | |
π₯ GALMEEN BARNOOTA TEEKNOOLOOJII BANAMEERA! β‘οΈ
βββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββ
Osoo namni hundi teeknoolojii AI'n gara fuulduraatti tarkaanfatuu ati eessa jirtu? Har'ama galmaa'uun dandeettii kee sadarkaa ol-aanaatti ceesisi!
π― BARNOOTA KANARRAA MAAL ARGATTU?
β
AI Editing: Suuraa/Viidiyoo uumuu & Fayyadama AI sirrii.
β
Telegram Earning: Channel uumuu & Tooftaalee galii Argachuu.
β
Bot Automation: Botii Telegram uumuu, AI waliin walitti hidhuu fi hojjechiisuu.
π BARNOOTNI KEENYA MAALIF ADDA TA'A?
β Haala salphaa fi ammayyaawaan barsiifama.
β Hojii irra oolchuu kan dandeessan dandeettii qabatamaadha.
β Namoota jalqabaafis ta'e kanneen beekumsa qabaniif mijata.
βββββββββββββββββββββββββββββββββββββββββ
β° Bakki galmee murtaa'aadha β Yeroo osoo hin dabalatin galmaa'aa!
π© GALMAA'UUF AMMUMA TUQI:
π Admin Qunnamuuf: @SuufiyaanBJICS | 864 | 6 | 2 | 6 | Loading... | |
π Barattoonni jahan Akkaadaamii lameen irraa Moβatan Ifoomaniiru!!!
Barattoota keenya kabajamoo,
Akkuma beekamu, kaleessa barattoota qormaata xumuraa Hadiisaa Akkaadaamii Afaan Oromoo fi Siiraa Akkaadaamii Afaan Amaaraa irratti Qabxii ol'aanaa galmeessan adda baasuuf sagantaan kallattii qophaaβee ture.
Sagantaa kana irratti carraawwan moβattootaa kanneen badhaasa argatan beekkamaniiru.
Barattoonni imeelii isaanii suuraa irratti ibsame kun, warroota carraan baheefi injifataniidha. Barattoonni injifattan imeela keessaniin kan isiin dubbisnu ta'a.
π Moβattoota hundaaf baga gammaddan!
Rabbiin beekumsa keessan isiniif haa dabalu, carraa fi milkaaβina keessanis haa baayβisu. Barattoonni hafan kan qabxii ol'aanaa galmeessitan tattaaffi keessan Rabbiin isinirraa haa qeebalu isiniin jenna!!
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 809 | 0 | 3 | 5 | Loading... | |
β¨ BARNOOTA TEEKNOOLOOJII AMMAYYAA β GALMEEN BANAMEERA! β¨
Addunyaan gara AI fi tajaajila dijitaalaatti saffisaan ceβaa jirti. Ati immoo dandeettii yeroo kana si barbaachisu barachuuf qophiidhaa?
Qophii barnootaa keenya keessatti:
πΉ AI fayyadamuun suuraa fi viidiyoo qopheessuu
πΉ Akkaataa AI itti fayyadamuu fi sirnaan itti hojjechuu
πΉ Faayidaa fi miidhaa AI beekuu
πΉ Chaanaalii Telegram uumuu fi guddifachuu
πΉ Chaanaalii irraa galii argachuuf tooftaalee beekuu
πΉ Botii Telegram uumuu fi hojii irra oolchuu
πΉ AI fi botii walitti hidhuu
πΉ Botii hojii fi tajaajila adda addaatiif qopheessuu
π― Barnoota kana irraa beekumsa qofa osoo hin taane, dandeettii hojii irra oolchuu argatta.
π’ Galmeen amma banaa dha. Namoonni hirmaachuu barbaaddan yeroo keessan osoo hin dabarsin nu qunnamaa.
π @SuufiyaanBJICS | 791 | 3 | 0 | 8 | Loading... | |
π’ GALMEEN BARNOOTA TEEKNOOLOOJII AMMAYYAA BANAMEERA! π
AI, Telegram fi Botii barachuu barbaaddaa? Carraa addaa kana hin dabarsinaa!
Barnoota keessatti:
π€ 1. BARNOOTA AI
β
Suuraa fi viidiyoo AI fayyadamuun qopheessuu
β
Akkaataa AI sirriitti itti fayyadamuu
β
Faayidaa fi miidhaa AI beekuu
π² 2. TELEGRAM CHANNEL
β
Chaanaalii Telegram uumuu fi qindeessuu
β
Chaanaalii guddisuu
β
Akkaataa chaanaalii irraa galii argatan barachuu
π 3. TELEGRAM BOTII
β
Botii Telegram uumuu
β
Botii hojii irra oolchuu
β
AI fi botii walitti hidhuu
β
Botii tajaajila garaagaraatiif qopheessuu
π‘ Barnootni kun kan qabatamaa fi hojii irra ooluudha. Namni jalqabaa taβe illee hirmaachuu ni dandaβa.
π© Galmaaβuu fi odeeffannoo dabalataa argachuuf:
π @SuufiyaanBJICS | 1 178 | 4 | 4 | 14 | Loading... | |
Sagaleen hin dhagahamuu yaa jama'aa | 816 | 0 | 17 | 0 | Loading... | |
π£ YAADACHIISA CIMAA!!
π¨βπ Barattoota keenya kabajamoo,
π Sagantaan keenya sagantaa kallattii kan TV Afriikaa (AFRICA TV) irratti darbuu sa'aatii 10:15 -10:30 gidduu irraa eegalee kan isiniif darbu ta'a.
Sagantaa kana irratti:
πΆAdeemsi galmee akkam ture?
πΆ Haga ammaatti adeemsi barnootaa maal fakkaata?
πΆ Haallii madaallii qormaataa bifa kamiin adeemsifamaa jira?
π Kan jedhuu fi sagantaa barattoota koorsii haadiisaa irratti qabxii ol'aanaa galmeessan carraa baasuu kan taasifamu ta'a!
π Isin Hundaafu carraa gaarii isiniif hawwina!!!
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 712 | 1 | 10 | 6 | Loading... | |
π DANDEETTII KEE SADARKAA AMMAYYAATTI CEESISI!
ββββββββββββββββββββββββββββ
Dandeettii teeknoolojii yeroo ammaa addunyaa irratti barbaadamaan dhiyeenyaan baradhu.
β¨ SKILLS YOU WILL MASTER:
βͺοΈ AI Tools (Suuraa & Viidiyoo uumuu / AI Usage)
βͺοΈ Telegram Earning (Channel uumuu & Galii)
βͺοΈ Bot Engineering (Bot uumuu & AI Integration)
π‘ Hojii irra oolchuu kan dandeessan dandeettii qabatamaa!
π² GALMAA'UAN BARACHUUFEETAN:
π @SuufiyaanBJICS | 1 027 | 1 | 5 | 6 | Loading... | |
Sagaleen connection dhagahama waan hin jirreef insha Allah wahee barnoota AI irratti ibsa baldhaa ni goona. | 885 | 0 | 0 | 9 | Loading... |

