en
Feedback
Dhaamsa Gaarii

Dhaamsa Gaarii

Open in Telegram

Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
1 802
Subscribers
-224 hours
+127 days
+22230 days
Posts Archive
Oduu gammachuu || بُشْرَى سَارَّةٌ |• Barattoota ilmii shari'aa baratanii fii barachuu barbaadan hundaaf. |• Har'a galgala jechuun Safar 12,1448H yookiin Adooleessa 18,2018EC yookiin July 25,1448H irraa eegalee kitaaba Dhimma Aadaba Barataa ilmii shari'aa barsiisuuf kan eegallu ta'a inshaa allaah. |• Kitaabni Qara'amu:- مختصر حلية طالب العلم |• Bakki itti Qara'amu:- Telegram Channel https://t.me/Dhaamsa_Gaarii irratti Karaa Livestream |•. Yeroon:- Galgala sa'atii 3:00 irraa eegalee. |•. Barsiisaan:- Abul Fidaa Ahmed |•. Kitaabicha PDF argachuuf https://t.me/Dhaamsa_Gaarii Share forward gochuun obboleewwan keessan itti afeeruu hin dagatinaa baarakallaahu fiikum

« Guyyooleen duniyaa,torbanootaa fii ji'oonni isii walitti gurmaa'aniiti gamaa gama bahanii gara xumura guyyaa du'a teenyaa n
« Guyyooleen duniyaa,torbanootaa fii ji'oonni isii walitti gurmaa'aniiti gamaa gama bahanii gara xumura guyyaa du'a teenyaa nu oofaa jiran. Beellamni guyyaa du'a teenya taa'eeti nu eegaa jira. Milkaawaan isa osoo kheeyrii hojjetuu towbachaa sunnaarratti osoo jiraatu duuti itti dhufteedha. Khaatimaan bareedduun irra bareedduu fii irra qaalii waan duniyaa tanarraa xumura guyyaa addunyaa ofiitti fudhatanii bahaniidha. Rabbiin ﷻ khaatimaa nuhaa tolchu. Sunnaarratti jiraachuu,sunnaan jiraachuu fii sunnaarratti du'uu nuhaa waffaqu. »
Safar 10,1448H

10. Hadiisa keessatti "Miftaahul Jannah" (furtuun Jannataa) jechuun maal ibsame?
Anonymous voting

9. Yeroo Nabi Muhammad ﷺ gara Madiinaa hijraa godhan, nama siree isaanii irra ciise eenyu?
Anonymous voting

8. Kitaabni hadiisaa tokko kan Imaamu Maalik barreesse maal jedhama?
Anonymous voting

7. Suuraa Qur’aanaa keessatti seenaa Ashhaabul Kahf argamu suuraa kam?
Anonymous voting

6. Nabi Muhammad ﷺ yeroo hijraa Makkaa irraa gara Madiinaa eenyu waliin bahan?
Anonymous voting

5. Sahaabaan barreessaa wahyii (Qur’aanaa) keessaa beekamaan eenyu?
Anonymous voting

4. Sahaabaan "Al-Faaruuq" jedhamee beekamu eenyu?
Anonymous voting

3. Qur’aanni yeroo jalqabaaf walitti kan qabame bara eenyuu keessatti?
Anonymous voting

2. Suuraa Qur’aanaa keessatti maqaan sahaabaa tokko ifatti dhufe kam?
Anonymous voting

1. Suuraa Qur’aanaa keessaa kan aayata dheeraa qabu kam?
Anonymous voting

Gaaffii keenya jalqabuudhafi share gochuun wal biraan gahaa https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Islaamummaan Waan shan qofa?
Anonymous voting

1.Ilmii hadiisa barachuun, irra gara mataa ol aanuu sababnni inni ta'ef maalif? 
Anonymous voting

ilmaan israa'eel keessaa kan jalqaba amane eenyuu???? nabii Iisaati(AS) deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Waan namoonni iyyiteetu sin hubatin Rabbiin khee callisuu khee siif dhagaha  si hubata sababninis Onneen tee si caalaa isaatti dhihoodha!.❤️‍🩹 Yaa Allah 🤲 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Nabiyyiin kan osoo ulee isaa irratti irkatee jiru du'e eenyu? deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Wanti warri jannataa jalqaba irratti nyaatan maaliidha??? deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Ummata falasxiin addunyaan irranffattee jirttii, namnii hundii hadha addunyaa irra jiraattu Du'aayiin Akka hin dagannee. Biyyoonni islaamas hadha afaan qabatanii taa'ani laaluu qofattii hafan. Isaan nuuf qaama keenya, lafatuu addan nu fageessee malee, Nuti qamaan irraa fagachuu dandeenna Garuu yaadan irraa fagaachuufi isan dagachuun ganttummaadha. Hundii keenya Du'aayiin hin irranffannuu. Yaa Rabbii nassari namaf dachee falasxiin... Aamiin allahumma aamiin https://t.me/Dhaamsa_Gaarii