Dhaamsa Gaarii
Open in Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 802
Subscribers
-224 hours
+127 days
+22230 days
Posts Archive
1 802
Namoonni profile barbaaddan
Kaaffalttii tokko malee isiniif hojjenna kan gochuu qabdan
Channel kana join gochuudhan garee irratti nu dubbisuu qofa
👉https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 802
Namoonni channel kana join hin godhii join godhaa isiin fayyadama👇👇👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 802
Mukti battala jahannamitti biqiltu maal jedhamti ???
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 802
Baay'inni suurawwaan (boqonnaawwan) qur'aanaa meeqa??
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 802
madiinatti qur'aanni bu'a kan ture yeroo hangamiitiif??
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 802
✰✰﷽✰✰
💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم
🔎Xiinxaltee beeytaa....?!👇
Maaliif sujuudni salaata keessatti lama tahe....?!🤔
🤷🏻♂Raka'a takka waliin sujuuda lama Maa goona?!
👳🏻Aliyy ibni abii xaalib :- 👇🏼
منها خلقناكم وفيهانعيدكم ومنها نخرجكم تارة أخرى...!
👉 Sujuudni Jalqaba ati gadi jettee ol jette dachee irraa uumamuu(dhufuu)kee agarsiisa....! ! !
Qaamni keenna guutuunuu biyyee irraahi argamni keenna martuu biyyee irraa tahuu agarsiisa.
منها خلقناكم ✨
👉 Sujuuda lammataa yeroo goonu du'uu keenna yaadanna...biyyetti deebi'uuf deema jechuutu nu keessa dhufa
وفيها نعيدكم ✨
👉Sujuuda lammataa irraa yeroo ol kaanu immoo....eega du'ee ni kaafama jechuutu keessa jira jedheen...
ومنها نخرجكم تارة أخرى ✨
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 802
🎙Prof. Muhammad Kamaal Tilmoo
1 802
Kutaa Tokkoffaa - Hadith Sim 1ffaa.pdf1.96 MB
1 802
📚 Kutaa Tokkoffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamaal
🔗
https://youtu.be/Ih0ErBCwbXE?si=4iw9YcnVYNXifhJo
1 802
Ergaan hin barbachifnee akkam hin ergamnneef jecha garee barreeffama isaa cufuuf deema hundi keessanuu dhiifama narraa tahee.
Nagahaan naaf bulaa
1 802
🗣 Ergaa Jabaa Prof. Muhammad Kamaal irraa barattootaaf sagantaa kallatti wal argaa irratti darbe!!
👉 Hundi keenya dhaamsa isaani qalbiin haa dhaggeeffannu, hojiittis haa hiiknu.
Dhaamsa isaani irraa:-
" Namni barnootaan dukkana keessa bahuu danda'a."
" Kana gahuun hawaasa keenyaaf guyyaa addaati."
" Yataamaan yataamaa beekumsaati malee kan qabeenyaati miti. "
" Hawaasni keenya beekumsatti deebi'uu qaba."
💡 Kan hafe hanga xumuraatti qalbiin dhaggeeffadhaa!!
1 802
Hadiisa beekamaa (Jibriil)
Nabi Muhammad (ﷺ) akkana jedhan:
"Gabartiin gooftaa ishee ni deessi; warri kophee hin qabne, qullaa, hiyyeeyyii fi tiksoonni hoolotaa gamoo dheeraa ijaaruu irratti wal dorgomu ni argita."
— Sahiih Muslim
Kun keessaa gamoo dheeraa ijaaruun yeroo ammaa biyyoota Khaliijaa keessatti (akka Dubai fi Saudi Arabia) yeroo baay'ee fakkeenyaaf kaafama.
kunnis malattole qiyama keessa isa tokko .
Rabbiin nu hundaaf haa araaramuu
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 802
Namoonni profile barbaaddan
Kaaffalttii tokko malee isiniif hojjenna kan gochuu qabdan
Channel kana join gochuudhan garee irratti nu dubbisuu qofa
👉https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 802
🤲 Du'aa naf godhaa
duai obbolleessi obbolleessa godhu lafa hin butuu
اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ الْهُدَى، وَالتُّقَى، وَالْعَفَافَ، وَالْغِنَى
"Yaa Rabbii! Qajeelummaa, sodaa Kee (taqwaa), qulqullummaa (halaala irratti of eeggachuu) fi dureessummaa qalbii (namatti hin hirkatin) si kadhadha."
wan yaadoo isiiniti ta'efi isiin ciinqee hunda rabbii isiin irraa haa fudhuu 🤲🤲🤲🤲🤲
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 802
Namoonnii chaanala kana join hin godhiin #join godhaa
👉https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
👉https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
👉https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 802
Namoonnii chaanala kana join hin godhiin #join godhaa
👉https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
👉https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
👉https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
