Dhaamsa Gaarii
Open in Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 801
Subscribers
-224 hours
+127 days
+22230 days
Posts Archive
1 801
Gaaffii fi Deebiin Keenya jalqabuudhafi dafaa nama hundaafu share gochuudhan akka of madaalu taasisaa.👇👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii
1 801
السَّلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ
Rasuulli ﷺ ni Jedhan:
وَاللَّهُ فِي عَوْنِ الْعَبْدِ مَا كَانَ الْعَبْدُ فِي عَوْنِ أَخِيهِ
"Gabrichi obboleessa isaa gargaaruu keessatti yeroo jiru,
Rabbiinis isa gargaaraa jira."
Hundi keessanu Channeloota keenya hordofuuf
button armaan gadii tuqaa.
1 801
Hadiisni jalqabaa Umdatul Ahkaam waa'ee maal ibsa?
A) Salaata
B) Niyyaa
C) Xahaarah
D) Zakaa
Deebii isaa comment keessatti barreessaa👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii
1 801
💪 wol dorgommii fi muhdaraa
🌙📖 GAFFII FI DEEBII ISLAAMAA 📖🌙
🚨 Beeksisa Addaa! 🚨
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤍
🕌 August 7 jimataa Galgala Gaaffii fi Deebii Islaamaa
📚 Beekumsa kee madaali
🎯 Gaaffilee deebisi
🏆 Badhaasa moo'ii
👉 Hiriyoota kee hunda affeeri!
👉 Garee fi chaanaalota irratti share godhi!
👉 Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrii irratti argami.
✨ "Namni waan gaarii namati hime, mindaa nama isa hojjate fakkaatu ni argata." (Hadiisa)
sa'a 2;30 irraa jalqaba
namoota beektu hundafuu share godhii
Gaafii kan qopha'ee kara Live 🔻 LIVE 🚨 seenutiin
gaafii afaanii ta'a
👉yaadachiisa ❤️ jimataa galgalaa 2;30
irraa egala.👇👇👇👇👇
@DhaamsaGaariiChat
1 801
Wuduu'aan dura "Bismillah" jechuun...
A) Fardii
B) Sunnaa
C) Makruuha
D) Haraama
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 801
📚 Kutaa Saddeettaffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo
🔗 https://youtu.be/-uNx8CrQ4mI?si=g9_eLaQWdU81iU5i
1 801
السَّلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ
Rasuulli ﷺ ni Jedhan:
وَاللَّهُ فِي عَوْنِ الْعَبْدِ مَا كَانَ الْعَبْدُ فِي عَوْنِ أَخِيهِ
"Gabrichi obboleessa isaa gargaaruu keessatti yeroo jiru,
Rabbiinis isa gargaaraa jira."
Hundi keessanu Channeloota keenya hordofuuf
button armaan gadii tuqaa.
1 801
Waan Wuduu'aa diigu keessaa isa kam?
A) Kolfuu
B) Hirriba cimaa
C) Bishaan dhuguu
D) Dubisuu
1 801
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Hadiisaa Marsariitii irratti banameera. Hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aati 1:00 banaa ta'a.
Niyyaa keessan bareechaa, kaka'msa keessan haaromsaa!!
Qormaata gaarii isiniif hawwina!
Liinkii qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50
==============================
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
1 801
Maqaa dogongoraan ykn duraan maqaa keessanin yoo hin galmmahin akkamitti maqaa keessan Isa dhugattii sirreeffachuu Akka dandeettan video tana ilaala nama hundaafu share godha
1 801
💪 wol dorgommii fi muhdaraa
🌙📖 GAFFII FI DEEBII ISLAAMAA 📖🌙
🚨 Beeksisa Addaa! 🚨
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤍
🕌 jimataa Galgala Gaaffii fi Deebii Islaamaa
📚 Beekumsa kee madaali
🎯 Gaaffilee deebisi
🏆 Badhaasa moo'ii
👉 Hiriyoota kee hunda affeeri!
👉 Garee fi chaanaalota irratti share godhi!
👉 Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrii irratti argami.
✨ "Namni waan gaarii namati hime, mindaa nama isa hojjate fakkaatu ni argata." (Hadiisa)
sa'a 2;30 irraa jalqaba
namoota beektu hundafuu share godhii
Gaafii kan qopha'ee kara Live 🔻 LIVE 🚨 seenutiin
gaafii afaanii ta'a
👉yaadachiisa ❤️ jimataa galgalaa 2;30
irraa egala.👇👇👇👇👇
@DhaamsaGaariiChat
1 801
Sabaaba connectionin (Shabakan) Kiyyaaa rakkisa jiruuf darsii keenyas yeroof addan kunneerraa Insha Allah yeroo rabbiin feedhee ittii deebina dhiifama nurraa taaha.
💻🖥️🕙🕙🕙🕙🕙🕙📚🎉🎉
