en
Feedback
Dhaamsa Gaarii

Dhaamsa Gaarii

Open in Telegram

Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
1 802
Subscribers
-224 hours
+127 days
+22230 days
Posts Archive
Darsiin Mukhtasara Hilyatu Talibl ilm 2ffaan har'a sa'atii 3:00 irraa karaa live stream channel #Dhaamsa_Gaariitin itti fuftee qara'amti inshaa allaah👇👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Boqonnaawwan qur'aanaa kannen '' Haa...mim'' jechuudhaan jalqaban meeqa??? deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Akaakayyuu nabiyyicha(SAW) , Haashim, biyya kamitti dhalatan?? deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

"Hin milkaa'uuf" ja'anii warri sirraa haasawu turan hundi isaani gaafa ati milkooyte "baga gammadde" siin jachuuf ta'an!.🖤 Du'aayii naaf Kadhaa Du'aayii na barbaachisa Obboleeyyaan Koo!!?

Irraa hedduun sababa rakkoo fii cinqii jireenya nama tokkoo keessatti isa mudattuu fii isa qabattu; dilii dalagamtee irraa hi
Irraa hedduun sababa rakkoo fii cinqii jireenya nama tokkoo keessatti isa mudattuu fii isa qabattu; dilii dalagamtee irraa hin toowbatiniini.» ajaja rabbii ﷻ fii rasuulaa ﷺ faalleeysuun dilii dalaguun sababa ijoo fii hangafa boora'iinsaa fii rakkoo jiruu duniyaati. Dilii tee hin beeknee fii ofitti beektu, xiqqoo fii guddoo hunda irraa amma amma toowbachaa jiraadhu. Rabbiin ﷻ garboota amma ammatti guyya guyyatti dhugumaan toowbatanii irraa qeebale irraa nuhaa godhu. »
Safar 13,1448H

Aa'ishaan(RA) eessatti awwaalamte ???? deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Pdfn isaas kinooti

+1
Hilyatu Talibl ilm Mukhtsr ssmsmsk.aac9.65 MB

photo content

Darsii eda liven darbe kan hilyatu talibl ilm jettuu tan gababinan qophofttee sagaleen waraabbin ni barbaadduu? Nama hundafu share godhaa Isiniif gadii dhiiseera👇👇👇👇 https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

4_5987628793710256962.mp311.50 MB

Kutaa Lammaffaa- Hadith Sim 1ffaa.pdf2.08 MB

📚 Kutaa Lammaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamaal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/TQSc_wOqtWQ?si=dOIz1UcaiDklDwvK

photo content

photo content

photo content

مختصر حلية طالب العلم.pdf2.95 KB

photo content