en
Feedback
Dhaamsa Gaarii

Dhaamsa Gaarii

Open in Telegram

Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
1 801
Subscribers
-224 hours
+127 days
+22230 days
Posts Archive
Gaaffii 6: Keessummaan Gosa saqiif yoom Rasuulatti (Sallallaahu aleyhi wa sallam) dhufte? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Dhaamsa_Gaarii

Gaaffii 5: Irra caaltuun Jaartii Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) tami? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Dhaamsa_Gaarii

πŸ’ͺ wol dorgommii fi muhdaraa πŸŒ™πŸ“– GAFFII FI DEEBII ISLAAMAA πŸ“–πŸŒ™ 🚨 Beeksisa Addaa! 🚨 Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🀍 πŸ•Œ August 7 jimataa Galgala Gaaffii fi Deebii Islaamaa πŸ“š Beekumsa kee madaali 🎯 Gaaffilee deebisi πŸ† Badhaasa moo'ii πŸ‘‰ Hiriyoota kee hunda affeeri! πŸ‘‰ Garee fi chaanaalota irratti share godhi! πŸ‘‰ Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrii irratti argami. ✨ "Namni waan gaarii namati hime, mindaa nama isa hojjate fakkaatu ni argata." (Hadiisa) sa'a 2;30 irraa jalqaba namoota beektu hundafuu share godhii Gaafii kan qopha'ee kara Live πŸ”» LIVE 🚨 seenutiin gaafii afaanii ta'a πŸ‘‰yaadachiisa ❀️ jimataa galgalaa 2;30 irraa egala.πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @DhaamsaGaariiChat

Gaaffii 4: Jalqaba Namni salaamtaa Islaamummaa Rasuula (Sallallaahu aleyhi wa sallam) irratti qara’e eenyu? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Dhaamsa_Gaarii

Gaaffii 3: Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) ergaa ergamanii booda ijoollee dhiiraa meeqa argatan? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Dhaamsa_Gaarii

Gaaffii 2: Faaxumaan intalli Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) umrii meeqatti heerumte? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Dhaamsa_Gaarii

Barattoota keenya jaalatamoo πŸ“’ Barattoonni amma haarawa galmooftanii fi sababa garagaraatin hin qooramiin odeeffannoo dabalataa fuula duratti nu eeggadhaa!! πŸ“š Yeroo barnoota gaarii isiniif haa ta'u. Odeeffannoo haarawaa argachuuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Dhaamsa_Gaarii

Gaaffii 1: Masjiinni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Kabajamaan yoom ijaarame? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Dhaamsa_Gaarii

Video guutuu qabxii keessan akkata ittii laallattanπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰qq

Repost from Dhaamsa Gaarii
Baga gammaddan Baga gammanne Congratulations πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ Namoonnii hedduun akkamitti qabxii Koo ilaalladha? Meeqa fidee? Bu'a qormaata kiyyaa arguu dadhabee! Akkam godheen ilaalladha jettan, Waliif share gochuun dirqama linkii kana gadii seenudhaan nu hordofaa haala hundaa ifa isiniif goona, πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Dhaamsa_Gaarii

10. Guyyaa Qiyaamaa xurumbaan afuufamu eenyu?
Anonymous voting

9. Hadiisa "Ψ§Ω„Ψ­ΩŠΨ§Ψ‘ Ω…Ω† Ψ§Ω„Ψ₯ΩŠΩ…Ψ§Ω†" jechuun?
Anonymous voting

Baga gammaddan Baga gammanne Congratulations πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ πŸŽ‰ Namoonnii hedduun akkamitti qabxii Koo ilaalladha? Meeqa fidee? Bu'a qormaata kiyyaa arguu dadhabee! Akkam godheen ilaalladha jettan, Waliif share gochuun dirqama linkii kana gadii seenudhaan nu hordofaa haala hundaa ifa isiniif goona, πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Dhaamsa_Gaarii

8. Hadiisa "Ψ§Ω„Ψ―ΨΉΨ§Ψ‘ Ω‡Ωˆ Ψ§Ω„ΨΉΨ¨Ψ§Ψ―Ψ©" jechuun?
Anonymous voting

7. Hadiisa "Ω„Ψ§ ΨͺΨΊΨΆΨ¨" (Hin aarinaa) jedhu Nabiyyiin nama tokkoof yeroo meeqa irra deddeebi'anii jedhu?
Anonymous voting

Barattoota keenya jaalatamoo, πŸ”– Qormaanni torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegaltanii website irratti firii qormaata keessanii fi deebi sirrii ilaaluu dandeessu. πŸ“’ Barattoonni amma haarawa galmooftanii fi sababa garagaraatin hin qooramiin odeeffannoo dabalataa fuula duratti nu eeggadhaa!! πŸ“š Yeroo barnoota gaarii isiniif haa ta'u. #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa.

6. Hadiisa "Ω…Ω† Ψ³Ω„Ωƒ Ψ·Ψ±ΩŠΩ‚Ψ§ ΩŠΩ„ΨͺΩ…Ψ³ ΩΩŠΩ‡ ΨΉΩ„Ω…Ψ§..." jechuun?
Anonymous voting

5. Tayammumni maal bakka bu'a?
Anonymous voting

4. Salaata Janaazaa keessatti rukuu fi sujuudni ni jiraa?
Anonymous voting

3. Itti naanna'uun Ka'abaa maal jedhama?
Anonymous voting