Dhaamsa Gaarii
Open in Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 801
Subscribers
+124 hours
-57 days
+21830 days
Posts Archive
1 800
Repost from Dhaamsa Gaarii
Yaadachiisa
🌙📖 GAFFII FI DEEBII ISLAAMAA 📖🌙
🚨 Beeksisa Addaa! 🚨
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤍
🕌 Hadha Galgala Jechuun July 23 (Kamisa) Gaaffii fi Deebii Islaamaa ni jira!
🎁Badhaasaan:1ffaan Kaardii Bilbilaa Birrii 50
🎁 Badhaasaan: 2ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 25
🎁 Badhaasa: 3ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 15
📚 Beekumsa kee madaali
🎯 Gaaffilee deebisi
🏆 Badhaasa moo'ii
👉 Hiriyoota kee hunda affeeri!
👉 Garee fi chaanaalota irratti share godhi!
👉 Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrii irratti argami.
✨ "Namni waan gaarii agarsiise, mindaa nama isa hojjate fakkaatu ni argata." (Hadiisa)
sa'a 1;30 irraa jalqaba
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA!
🎙 Keessummaan Kabajaa:
Prof. Muhammad Kamaal
🗓 Jimaata booru: 17/11/2018
🕒 Sa'aatii 3:00 P.M. (Halkan)
✨
Sagantaa kana irratti ergaa baga nagaan dhuftanii fi dhaamsa gabaabaa Sheeka keenya irraa isiniif dhihaata.📲 Chaanaala Teelegiraama keenya irratti kallattiin (LIVE) nu eeggadhaa! 🤝 Maatii, hiriyyoota fi obboleeyyan keessan affeeraa irratti hirmaadhaa!! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa. https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
maryam bint imraan (haaadha nabii Iisaa) eenyutu guddise??
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Ergamaaan rabbii(SAW) farda qabuu ture, maqaan farda kanaa eenyu??
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
sahaabiin usmaan bin Affaan(RA) eessatti awwaalaman???
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Repost from Dhaamsa Gaarii
Yaadachiisa
🌙📖 GAFFII FI DEEBII ISLAAMAA 📖🌙
🚨 Beeksisa Addaa! 🚨
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤍
🕌 Hadha Galgala Jechuun July 23 (Kamisa) Gaaffii fi Deebii Islaamaa ni jira!
🎁Badhaasaan:1ffaan Kaardii Bilbilaa Birrii 50
🎁 Badhaasaan: 2ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 25
🎁 Badhaasa: 3ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 15
📚 Beekumsa kee madaali
🎯 Gaaffilee deebisi
🏆 Badhaasa moo'ii
👉 Hiriyoota kee hunda affeeri!
👉 Garee fi chaanaalota irratti share godhi!
👉 Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrii irratti argami.
✨ "Namni waan gaarii agarsiise, mindaa nama isa hojjate fakkaatu ni argata." (Hadiisa)
sa'a 1;30 irraa jalqaba
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
suuraan kabajamtuun tan nabiyyiin(SAW) '' onnee qur'aanaati '' jedhanii moggaasan tami???
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Repost from Dhaamsa Gaarii
Yaadachiisa
🌙📖 GAFFII FI DEEBII ISLAAMAA 📖🌙
🚨 Beeksisa Addaa! 🚨
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤍
🕌 Hadha Galgala Jechuun July 23 (Kamisa) Gaaffii fi Deebii Islaamaa ni jira!
🎁Badhaasaan:1ffaan Kaardii Bilbilaa Birrii 50
🎁 Badhaasaan: 2ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 25
🎁 Badhaasa: 3ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 15
📚 Beekumsa kee madaali
🎯 Gaaffilee deebisi
🏆 Badhaasa moo'ii
👉 Hiriyoota kee hunda affeeri!
👉 Garee fi chaanaalota irratti share godhi!
👉 Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrii irratti argami.
✨ "Namni waan gaarii agarsiise, mindaa nama isa hojjate fakkaatu ni argata." (Hadiisa)
sa'a 1;30 irraa jalqaba
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Walakkaan qur'aana eessatti argama???
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Dubartootni lamaan rabbiin qur'aanaa keessatti fakkeenya kufrii isaan taasise eenyuun fa'a???
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Boqonnaan '' Basmalaan'' lama keessatti argamu tami??
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Gaafiii 9
Rabbiin tola (qananiiwwan gabroottan isaa irratti oole boqannaa qur'aanaa kamiin keessatti dubbate??
deebii keessa comment jala nuf kaya👇👇
1 800
Yaadachiisa
🌙📖 GAFFII FI DEEBII ISLAAMAA 📖🌙
🚨 Beeksisa Addaa! 🚨
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤍
🕌 Hadha Galgala Jechuun July 23 (Kamisa) Gaaffii fi Deebii Islaamaa ni jira!
🎁Badhaasaan:1ffaan Kaardii Bilbilaa Birrii 50
🎁 Badhaasaan: 2ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 25
🎁 Badhaasa: 3ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 15
📚 Beekumsa kee madaali
🎯 Gaaffilee deebisi
🏆 Badhaasa moo'ii
👉 Hiriyoota kee hunda affeeri!
👉 Garee fi chaanaalota irratti share godhi!
👉 Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrii irratti argami.
✨ "Namni waan gaarii agarsiise, mindaa nama isa hojjate fakkaatu ni argata." (Hadiisa)
sa'a 1;30 irraa jalqaba
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Zikrii Ganama
اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ ۚ لَا تَأْخُذُهُ سِنَةٌ وَلَا نَوْمٌ ۚ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ مَنْ ذَا الَّذِي يَشْفَعُ عِنْدَهُ إِلَّا بِإِذْنِهِ ۚ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ ۖ وَلَا يُحِيطُونَ بِشَيْءٍ مِنْ عِلْمِهِ إِلَّا بِمَا شَاءَ ۚ وَسِعَ كُرْسِيُّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۖ وَلَا يَئُودُهُ حِفْظُهُمَا ۚ وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيمُ
Shayxaana rahmata Rabbii irraa fageeffamaa ta’e irraa Rabbittin maganfadha: Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru. Inni jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadha. Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu. Wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru hundi kan Isaati. Inni hayyama Isaatiin ala Isa biratti araarsu eenyuma? Waan fuuldura isaaniitiifi waan duuba isaaniis ni beeka. Beekumsa Isaa irraas waan Inni fedhetti malee hin marsanu. Kursiin Isaa samiifi dachii irra bal’ateera. Isaan lamaan tiksuun Isa hin dadhabsiisu. Inni ol ta’aa guddaadha
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Namoonni profile dalaysifachuu barbaaddan akkasumas wahee Akkaadaami Afriikaatin wal qabatee galmee irraa kaasee hanga qormaatatti gaaffi qabdan, Isin qophii taanan nuti kinooti!
Hubachiisa:- profile hojjechuuf Suuraa fi maqaa keessan qofa isin barbaachisa👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ ۚ لَا تَأْخُذُهُ سِنَةٌ وَلَا نَوْمٌ ۚ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ مَنْ ذَا الَّذِي يَشْفَعُ عِنْدَهُ إِلَّا بِإِذْنِهِ ۚ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ ۖ وَلَا يُحِيطُونَ بِشَيْءٍ مِنْ عِلْمِهِ إِلَّا بِمَا شَاءَ ۚ وَسِعَ كُرْسِيُّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۖ وَلَا يَئُودُهُ حِفْظُهُمَا ۚ وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيمُ
Shayxaana rahmata Rabbii irraa fageeffamaa ta’e irraa Rabbittin maganfadha: Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru. Inni jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadha. Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu. Wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru hundi kan Isaati. Inni hayyama Isaatiin ala Isa biratti araarsu eenyuma? Waan fuuldura isaaniitiifi waan duuba isaaniis ni beeka. Beekumsa Isaa irraas waan Inni fedhetti malee hin marsanu. Kursiin Isaa samiifi dachii irra bal’ateera. Isaan lamaan tiksuun Isa hin dadhabsiisu. Inni ol ta’aa guddaadha.
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
الْحَمْدُ لِلَّهِ وَحْدَهُ، وَالصَّلاَةُ وَالسَّلاَمُ عَلَى مَنْ لاَ نَبِيَّ بَعْدَهُ
Faaruun kan Rabbii tokkichaati. Rahmanniifi
nageenyi, Nabiyyii xumuraa irra haa jiraatu.
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Zikrii Galgalaa
أَمْسَيْنا وَأَمْسَى الْمُلْكُ للهِ رَبِّ الْعَالَمَيْنِ، اللَّهُمَّ إِنَّي أسْأَلُكَ خَيْرَ هَذَه اللَّيْلَةِ فَتْحَهَا ونَصْرَهَا، ونُوْرَهَا وبَرَكَتهَا، وَهُدَاهَا، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ مَا فيهِا وَشَرَّ مَا بَعْدَهَا
Nuti galgaleessifanne. Mootummaanis kan Rabbii ta’ee galgalaaye. Rabbii Aalamaa kan tahe, Yaa Rabbi An si kadha. toltuu halkan kana keessa jiruu, Banaa isiidha, Tumsa isiidha, ifaa isiidhaa, Barakaa isiidhaa, Qajeelluma isiidhaa siin kadha. Sittiin maganfadha hamtuu halkan tana keessa jiruufi hamtuu isii booda jiru irraa.
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
https://t.me/DhaamsaGaariiChat