Dhaamsa Gaarii
Open in Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 801
Subscribers
+124 hours
-57 days
+21830 days
Posts Archive
1 800
Boruu Galgala Gaaffii fi deebii badhaasa Kaardii mobayila nama 3f qopheessinee waan jirruuf warrii biyyaa anbaa jirttan obboleewwan keessan biyya keessa jiraniif share gootanii Akka irrattii hirmatanii mo'anii badhaafamaniif gahe keessan Akka bahattan jechuun Dhaamsa kootii
Carraa gaarii
Iddon dorgommin👇👇
👉https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
🌙📖 GAFFII FI DEEBII ISLAAMAA 📖🌙
🚨 Beeksisa Addaa! 🚨
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤍
🕌 Boruu Galgala Jechuun July 23 (Kamisa) Gaaffii fi Deebii Islaamaa ni jira!
🎁Badhaasaan:1ffaan Kaardii Bilbilaa Birrii 50
🎁 Badhaasaan: 2ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 25
🎁 Badhaasa: 3ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 15
📚 Beekumsa kee madaali
🎯 Gaaffilee deebisi
🏆 Badhaasa moo'ii
👉 Hiriyoota kee hunda affeeri!
👉 Garee fi chaanaalota irratti share godhi!
👉 Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrii irratti argami.
✨ "Namni waan gaarii agarsiise, mindaa nama isa hojjate fakkaatu ni argata." (Hadiisa)
sa'a 1;30 irraa jalqaba
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Namnii channel kana join hin godhiin #join naaf godhaa
Innii duraa na jalaa gubate obboleewwan
👉https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Repost from Dhaamsa Gaarii
Qoramuu barbaadda? Linki kana gadii tuqii
https://orm.africaacademy.com
Linkii kanan seena qorama
1 800
Qoramuu barbaadda? Linki kana gadii tuqii
https://orm.africaacademy.com
Linkii kanan seena qorama
1 800
Qormaanni gadii dhiifameera deema qorama.
Obboleewwan chanallii kiyya guddan na jala gubateera kana #join naaf godhaa👇👇
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Du’aa’ii nama shirkii irraa sodaatee
اللَّهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ أَنْ أُشْرِكَ بِكَ وَأَنَا أَعْلَمُ، وَأَسْتَغْفِرُكَ لِمَا لاَ أَعْلَمُ
Yaa Rabbi ani osoon beekuu sitti qindeessuu irraa sittin maganfadha. Waan hin beekneef immoo araaraman si kadha.
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
waa sadii hanga gaafattutti hin argattu
➠Beekumsa
➠Liqii
➠Haadha manaa
Waa sadii hanga najaa baatutti hin boqottu
➠Waswaasii shayxaanaa
➠Liqii namaa
➠Hiriyaa gadhee(gantuu)
Waa sadiin saahiboomuu irraa of eegi
➠Gowwaa
➠Mormaa(gogaa kan falmu)
➠Nama dhiirummaa hin qabne(lugna)
Waa sadii hin dhaga'iniif, irraas hin dhaggeeffatin
➠Kijibduu namaa
➠Walaawwaltuu
➠Hinaaftuu
Waa sadii yaada isaanii irraa fudhadhu
➠Nama salaata tikfatu
➠nama haadhaaf abbaan eebbisan
➠Nama gadi of qabu
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
🌙📖 GAFFII FI DEEBII ISLAAMAA 📖🌙
🚨 Beeksisa Addaa! 🚨
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤍
🕌 Boruu Galgala Jechuun July 23 (Kamisa) Gaaffii fi Deebii Islaamaa ni jira!
🎁Badhaasaan:1ffaan Kaardii Bilbilaa Birrii 50
🎁 Badhaasaan: 2ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 25
🎁 Badhaasa: 3ffaa Kaardii Bilbilaa Birrii 15
📚 Beekumsa kee madaali
🎯 Gaaffilee deebisi
🏆 Badhaasa moo'ii
👉 Hiriyoota kee hunda affeeri!
👉 Garee fi chaanaalota irratti share godhi!
👉 Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrii irratti argami.
✨ "Namni waan gaarii agarsiise, mindaa nama isa hojjate fakkaatu ni argata." (Hadiisa)
sa'a 1;30 irraa jalqaba
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
#Breaking #Kutaa_8ffaa #Result
Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2018 ifoomeera!
Odeeffannoo fuula Facebook sirrii Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa arganneen yeroo ammaa kana bu'aan qormaata naannoo barattoota kutaa 8ffaa bara 2018 kan Naannoo Oromiyaa ifoomuu isaa mirkaneeffanneerra.
Barattoonni kutaa 8ffaa qormaata kana fudhattan armaan gadiin qabxii keessan ilaalladhaa!
Website :- http://oromia.ministry.et
Website isaani busy taha jira sababa taheef vpn fayyadamaa
Carraa Gaarii!
Barattoota kutaa 8ffaa hundaaf share taasisaa!
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Zikrii Ganamaa
أَصْبَحْنَا وَأَصْبَحَ الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لاَ إِلَهَ إِلاَّ اللَّهُ وَحْدَهُ لاَ شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ، رَبِّ أَسْأَلُكَ خَيْرَ مَا فِي هَذَا الْيَوْمِ وَخَيرَ مَا بَعْدَهُ، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ مَا فِي هَذَا الْيَوْمِ وَشَرِّ مَا بَعْدَهُ، رَبِّ أَعُوذُ بِكَ مِنَ الْكَسَلِ وَسُوءِ الْكِبَرِ، رَبِّ أَعُوذُ بِكَ مِنْ عَذَابٍ فِي النَّارِ وَعَذَابٍ فِي الْقَبْرِ
Nuti bariisifanne. Mootummaanis kan Rabbii ta’ee bule. Faaruun kan Rabbiiti. Dhugaan gabbaramaan Rabbiin malee hin jiru. Inni tokkicha hiriyaa hin qabneedha. Mootummaan kan isaati. Faaruunis kan Isaati. Inni waan hunda irratti danda’aadha. Yaa Rabbi ani toltuu guyyaa har’aa keessa jiruufi toltuu booda isaa jiru sin kadha. Sherrii guyyaa harraa keessa jiruufi sherrii booda isaatii jiruu irraa sittin maganfadha. Yaa Rabbi taatiyoo (nuffaa)fi dulluma hamaa irraa sittin maganfadha. Yaa Rabbi adabbii ibidda keessaatiifi adabbii qabrii keessaa irraa sittin maganfadha
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
1 800
Sheikh Bakr Abu Zeyd Rahimahullah akkana jechuun dubbata " Sheikh Ibn Baaz - Rahimahullah - irrattiin harama makkaatti bara 1385 sahiiha bukhaarii qara'aa ture. Yeroo san ana malee namni biraa anaa wajjiin hin turre.»
Ammaas sheikhni akkana jedha « " Sunana Ibn Maajaahiin qaraasisaa ture. Barataa Afriikaa irraa ta'e tokko malee namni tokkolleen narraa hin fayyadamne.»
[نقله صاحب «الأعذار الألفية لحضور الدروس العلمية» ص٥٩، عن مقال ليحيى الثمالي في ملتقى أهل الحديث]
• Namni haqa barsiisuu fii tamsaasuu heddummina nama isa irraa qeebaluu fii isa dura taa'ee baratuu hin ilaalu. Kan isa yaachisu osoo namni tokkollee taatee haqaa fii barnoota bareedaa deemuun sun osoo nama tokkonillee taatee geeysisuudha. Heddumminaan hin dagamin. Rabbiin ﷻ karaa fii haala bareedaa fii qajeelaa irra nuhaa kaa'u. Irrattiis sabaata nuuf haa kennu.»ღ
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii
