en
Feedback
Dhaamsa Gaarii

Dhaamsa Gaarii

Open in Telegram

Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
1 801
Subscribers
-224 hours
+127 days
+22230 days
Posts Archive
2. Hadiisa "لا ضرر ولا ضرار" hiikni isaa?
Anonymous voting

1. Hadiisa "خيركم من تعلم القرآن وعلمه" hiikni isaa?
Anonymous voting

Gaaffii 2: Maalif maqaan Abdallah ilmi Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) kan qoosaa Xayyibii fi Xaahir jedhamee yaamame? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaa👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii

Yaadachiisa 💪  wol dorgommii fi muhdaraa 🌙📖 GAFFII FI DEEBII  ISLAAMAA 📖🌙 🚨 Beeksisa Addaa! 🚨 Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤍 🕌 August 7 jimataa Galgala Gaaffii fi Deebii Islaamaa 📚 Beekumsa kee madaali 🎯 Gaaffilee deebisi 🏆 Badhaasa moo'ii 👉 Hiriyoota kee hunda affeeri! 👉 Garee fi chaanaalota irratti share godhi! 👉 Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrii irratti argami. ✨ "Namni waan gaarii namati hime, mindaa nama isa hojjate fakkaatu ni argata." (Hadiisa) sa'a 2;30 irraa jalqaba namoota beektu hundafuu share godhii Gaafii kan qopha'ee kara Live 🔻   LIVE  🚨     seenutiin gaafii  afaanii ta'a 👉yaadachiisa     ❤️ jimataa galgalaa 2;30 irraa egala.👇👇👇👇👇 @Dhaamsa_Gaarii

😭😭😭😭😭😭😭 😭😭😭😭😭😭😭😭 Yaa Rabbii ati ni beekta wan hunda wan onnee tennaa ittin gammaduu nu dhageesisii Yaa Rabbii
😭😭😭😭😭😭😭 😭😭😭😭😭😭😭😭 Yaa Rabbii ati ni beekta wan hunda wan onnee tennaa ittin gammaduu nu dhageesisii Yaa Rabbii aduwii nura hin oolchinii

Gaaffii 1: Kadiijaan niitin Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) yoom duute? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaa👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii

السَّلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ Rasuulli ﷺ ni Jedhan: وَاللَّهُ فِي عَوْنِ الْعَبْدِ مَا كَانَ الْعَبْدُ فِي عَوْنِ أَخِيهِ "Gabrichi obboleessa isaa gargaaruu keessatti yeroo jiru, Rabbiinis isa gargaaraa jira." Hundi keessanu Channeloota keenya hordofuuf button armaan gadii tuqaa.

Deebii Gaafiiwwan torbee kana keessaa muraasa👇👇👇👇 Gaaffii 1: Masjiinni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Kabajamaan yoom ijaarame?
Deebii 1: Hijraa irraa ganna tokkoffaatti (1)
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 2: Faaxumaan intalli Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) umrii meeqatti heerumte?
Deebii 2: Ganna kudha saddeetitti (18)
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 3: Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) ergaa ergamanii booda ijoollee dhiiraa meeqa argatan?
Deebii 3: Ijollee lama; Isaanis Ibraahimii fi Abdallahidha.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 4: Jalqaba Namni salaamtaa Islaamummaa Rasuula (Sallallaahu aleyhi wa sallam) irratti qara’e eenyu?
Deebii 4: Abu-zarri Al-Gifaariyu.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 5: Irra caaltuun Jaartii Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) tami?
Deebii 5: Kadiijaa intala kuweylid.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 6: Keessummaan Gosa saqiif yoom Rasuulatti (Sallallaahu aleyhi wa sallam) dhufte?
Deebii 6: Baatii Ramadaana keessa Hijraa irraa ganna saglaffaatti (9)
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 7: Abbaan Kadiijaa intala Kuweylid yoom du’e?
Deebii 7: Duula Harbul fijaar keessatti du’e.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 8: Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) ergamanii waggaa kurnaffatti maaltu argame?
Deebii 8: Aamul Huzni (Bara gaddaati). Sababni isaas Abbeeraa fi Jaartiin isaani waan irraa du’aniif.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 9: Haadha mu’umintootaa Safiyyaa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) yoom fuudhan?
Deebii 9: Hijraa irraa ganna shanaffatti (5)
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 10: Bakka bu’aa muslimtootaa tan deette intalli warra Haashim eenyu jedhamti?
Deebii 10: Faaxumaa intala Asad, Bakka bu’aa sunis Aliyyi bin Abii-xaalib.
#Join Godhaa👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii

Barnoota hadiisaa asirratti kennamaa jiru....
Anonymous voting

Akeekkachisaa Fi Yaadachiisa Cimaa!!! ➤ Barattoonni Qormaata Torbee 1ffaa Barnoota Hadiisaa sababa akkaataa qormaataa hubachuu dhabuu yookaan sababa adda addaatiin isin jalaa darbeef: 🔖 Qormaanni kun hanga boru Roobii 29/18 halkan sa'aatii 1:00 irra deebiin waan banameef, gara marsariitii (website) seenuun qormaata keessan akka xumurtan isin beeksifna. ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun isin yaadachiifna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. Seena #Join Godhaa👇👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii

Nama biratti osoo tahin Fuula rabbii duratti Nama gaarii tahuuf yaalii!.🖤🥀
@Dhaamsa_Gaarii

Gaaffii 10: Bakka bu’aa muslimtootaa tan deette intalli warra Haashim eenyu jedhamti? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaa👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii

Gaaffii 9: Haadha mu’umintootaa Safiyyaa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) yoom fuudhan? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaa👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii

➤ Barattoonni Qormaata Torbee 1ffaa Barnoota Hadiisaa sababa akkaataa qormaataa hubachuu dhabuu yookaan sababa adda addaatiin
➤ Barattoonni Qormaata Torbee 1ffaa Barnoota Hadiisaa sababa akkaataa qormaataa hubachuu dhabuu yookaan sababa adda addaatiin isin jalaa darbeef: 🔖 Qormaanni kun hanga boru Roobii 29/18 halkan sa'aatii 1:00 irra deebiin waan banameef, gara marsariitii (website) seenuun qormaata keessan akka xumurtan isin beeksifna. Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50
============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun isin yaadachiifna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. Seena #Join Godhaa👇👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii

Gaaffii 8: Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) ergamanii waggaa kurnaffatti maaltu argame? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaa👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii

Gaaffii 7: Abbaan Kadiijaa intala Kuweylid yoom du’e? Deebii keessan Comment jalattii nuuf kahaa👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii

4_5992058648749153538.mp38.80 MB

Kutaa Kudhanaffaa(10)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.65 MB

📚 Kutaa Kudhanaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/mrQREm0H0WY?si=-OzBpUA5-0dqcOmF

Gaaffiwwan Dogongoraman sirreeffachuu ni barbaadduu? Barreeffamni Kun like Kuma lama (2000) yoo argate sistamni ittin gaaffattan video isiniif hojjedha. Linkii kana tuquun comment jalati "na jala dogongorameera naaf sirreessa" jedhii barreessii. 👇👇👇👇👇👇🚨🚨🚨🚨🚨🚨👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii