en
Feedback
Dhaamsa Gaarii

Dhaamsa Gaarii

Open in Telegram

Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
1 801
Subscribers
+124 hours
-57 days
+21830 days
Posts Archive
🌿 Ψ¨Ψ³Ω… Ψ§Ω„Ω„Ω‡ Ψ§Ω„Ψ±Ψ­Ω…Ω† Ψ§Ω„Ψ±Ψ­ΩŠΩ… 🌿 πŸ“’πŸ”΄ ODUU GAMMACHIISAA πŸŽ“ Sagantaan Keenya Barnoota Dippiloomaa Shari'aa Islaamaa, Guyyaa Boruu
🌿 Ψ¨Ψ³Ω… Ψ§Ω„Ω„Ω‡ Ψ§Ω„Ψ±Ψ­Ω…Ω† Ψ§Ω„Ψ±Ψ­ΩŠΩ… 🌿 πŸ“’πŸ”΄  ODUU GAMMACHIISAA πŸŽ“ Sagantaan Keenya Barnoota Dippiloomaa Shari'aa Islaamaa, Guyyaa Boruu 25/7/2026 Ykn 18/11/2018 Koorsii Dippiloomaa Jalqabaatiin ifatti ni jalqaba. Korsiin Keenya kan Jalqabaa Gosa Barnoota Hadiisaa ta'a. πŸ“– Sagantaan Barnoota Hadiisaa – Marsaa 1ffaa bifa Gabatee sagantaa kanaan kan dhihaatu ta'a. πŸŽ™οΈ Barnoota kan keennan: Prof. Muhammad Kamaal πŸ—“οΈ Sagantaa guyyoota barnootaa fi qormaataa guutuu suuraa kana keessatti argattu. "Beekumsi Shari'aa ifa jireenyaa fi karaa milkaa'ina addunyaa fi akhiraati." Ifaa beekumsa Nama Hundaaf!! Akaadaamii Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!!

Guyyaa Jumma Maal Faa Gochuu Qabnaa?
1. Suuratu Al-Kahf dubbisuu Nabiyyiin ο·Ί ni jedhan: "Namni guyyaa Jumu'aatti Suuratu Al-Kahf dubbise, ifni Jumu'aa lama gidduutti isaaf ibsa." πŸ“š Sunan al-Kubrā (Al-BayhaqΔ«) 5856, Al-Haakim 3392 – Hadiisni kun sahiiha jedhamee mirkanaa'eera. 2. Salawaata Nabiyyii ο·Ί irratti baay'isuu Ergamaan Rabbii ο·Ί ni jedhan: "Guyyoota keessan keessaa kan caalu guyyaa Jumu'aati; kanaaf guyyaa san irratti salawata na irratti baay'isaa." πŸ“š Sunan AbΔ« DāwΕ«d 1047, An-Nasā'Δ« 1374, Ibnu Mājah 1637 – Sahih. 3. Dursanii gara masjiidaa deemuu Ergamaan Rabbii ο·Ί ni jedhan: "Namni guyyaa Jumu'aa dhiqatee yeroo jalqabaatti deeme akka gaala aarsaa godheti..." πŸ“š Sahih al-Bukhari 881, Sahih Muslim 850. 4. Dhiqachuu (Ghusl) gochuu Ergamaan Rabbii ο·Ί ni jedhan: "Dhiqannaan guyyaa Jumu'aa nama qaama ga'e hunda irratti dirqama." πŸ“š Sahih al-Bukhari 879, Sahih Muslim 846. (Ulamaa'oonni baay'een "dirqama" jechuun sunna cimaa akka ta'e hiikaniiru.) 5. Uffata gaarii uffachuu fi urgooftuu dibachuu Ergamaan Rabbii ο·Ί ni jedhan: "Namni dhiqatee, of qulqulleessee, zayitii mataatti dibatee ykn urgooftuu mana isaa keessaa dibatee, masjiidatti bahee..." πŸ“š Sahih al-Bukhari 883. 6. Du'aa baay'isuu (sa'aatii deebiin itti argamu barbaaduu) Ergamaan Rabbii ο·Ί ni jedhan: "Guyyaa Jumu'aa keessa yeroo tokko jira; yeroo san keessatti Muslimni salaataa ta'ee Rabbiin waan gaarii kadhate isaaf kenna." πŸ“š Sahih al-Bukhari 935, Sahih Muslim 852. 7. Khuxbaa yeroo imaamni dubbatu callisuu Ergamaan Rabbii ο·Ί ni jedhan: "Yeroo imaamni khuxbaa godhu obboleessa keetiin 'callisi' jette illee hojii faayidaa hin qabne (laghw) hojjatte." πŸ“š Sahih al-Bukhari 934, Sahih Muslim 851. Gabaabumatti hojiiwwan Jumu'aa: Ghusl (dhiqannaa) gochuu. Uffata qulqulluu uffachuu. Urgooftuu dibachuu. Masjiidatti dursanii deemuu. Suuratu Al-Kahf dubbisuu. Salaata Nabiyyii ο·Ί baay'isuu. Du'aa baay'isuu. Khuxbaa sirriitti dhaggeeffachuu.

Jechootni lamaa kanneen arraba irratti sasalphoo, madaala irratti ulfaatoo, Rabbiin biratti jaallatamoo ta'an maalii fi maaliidha?? deebii keessa comment jala nuf kayaπŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Gabrichaa rabbii ofii galateefatuu ta'i bar ati fayyaa qabda Qul Alhmadulillah Alhamdulillah Alhamdulillah https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Haatii warraa ergamaa Rabbii (SAW) tan halkan dhaabbatuu fi guyyaa soomuun beekamtu eenyu?? deebii keessa comment jala nuf kayaπŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Yahuudichi ergamaa Rabbii (SAW) irratti falfala(sihiri) hojjate eenyu??? deebii keessa comment jala nuf kayaπŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Duulli waggaa 5ffa hijraatti taasifamte tami?? deebii keessa comment jala nuf kayaπŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Yoo dogongorrii jiraatee ragaa wajjiin sa'atii jedhame wajjiin naaf kaahaa

Namni yeroo jalqabaatiif madiinatti imaama ta'uun muslimoota sagachiise eenyu?? deebii keessa comment jala nuf kayaπŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Namnii channel kana join hin godhiin #join godhaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Congratulations πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰οΏ½
Congratulations πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘

Congratulations πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰
Congratulations πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰

Congratulations πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰
Congratulations πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰

1. Maalif Suuraa Al-Faatihah β€œUmmul Kitaab” jedhama? 2. Gara Ka’baa qiblaan jijjiiramuu dura Muslimoonni gara eessaatti salaataa turan? 3. Nabi Ibraahim (AS) seenaa Islaamaa keessatti maaliif β€œKhalilullaah” jedhama? 4. Nabi Muhammad ο·Ί ergaa isaanii keessatti wanta guddaa inni jalqabaa barsiisan maal ture? 5. Maal jechudha Hiikni isani β€œTawhiida Rubuubiyyah, Uluuhiyyah fi Asmaa’ wa Sifaat”? 6. Maalif jiini Ramadaanaa ji’oota Islaamaa keessaa kabajamaa ta’e? 7. Laylatul Qadr maal jechuu dha? Maal irraa caalti? 8. Qur’aanni akka qajeelfamaatti namaaf maal bakka bu’a? 9.Seenaa Nabi Yuusuf (AS) keessatti barumsi guddaan maali? 10.Muslimni Qur’aana dubbisuu qofa osoo hin taane maal gochuu qaba?

1:45 ykn 7:45 irratti gadii lakikifama 1:50 ykn 7:50 irratti ni xumurama

Share godhaa dafaa

Daqiiqa 4 qabnaa qophaaha